ð
± kutaa-92-ffaað
𪷠Gaaffii fi Deebi
𪷠Muslimoota
â¬â¬â¬â¬â¬
ððððð isaanii akkasii jedha siila Kiristoosiin Waaqa jettu, #Waaqni immoo #Obboloota qaba jedhuu â
Yohaannis 20:17
#Iyyaasuus âAni amma iyyuu gara Abbaatti waanan ol hin baaneef, na hin qabin. Kanaa mannaa dhaqiitii #obboloota_kootiin, âAni gara Abbaa koo fi gara Abbaa keessanitti, gara Waaqa koo fi gara Waaqa keessanitti oli nan baÊŒaâ jedhii isaanitti himiâ jedheen.
â¬â¬â¬â¬
𪷠Deebi keenyað
Eeyyee Waaqni Obboloota qaba.
Yookaan Kiristoos Obboloota qaba.
ðjalqabaa dura Kiristoos Waaqa jedhame wamamu isaa hubadhu.
Yohaannis 20:28
Toomaasis deebisee, âGooftaa ko, #Waaqa ko â jedheen.
â ðð¢ð¢ð ððð§ð ð¢ðð©ð-ððªð§ðð ð ððð£ð®ððð©ð ðððððð£ð.
ððððð ð¡ððð « ððððððð¡ð ðððð » ððððð ððððð¢, âðððð ðððð¡ð ðð ðð ðððð.
Namni Waaqayyof wanta hedduu jedhamanii ni waamamu.
1â»michuu
2â»ilma
3â»ijoollee
4â»Garbicha
5â»obboloota
ððððð¥ðð€ð€ððð ð âððð(5) ðððð ð¥ððððð ðð ððð ððð.
A).ð¢ððððªðª.
Namni akkamitti Waaqayyof michuu ta'u danda'a isaa jedhuufi.(wanta waqayyo isaa ajajee fudhatee yoo Amanee michuu jedhama).
â¶â»Yohaannis 15:14
#Wanta Ani isin #ajaju yoo raawwattan, isin #michoota koo ti.
â·â»Yaaqoobi 2:23
yaadni Kitaabota Qulqulluu inni, âAbrahaam Waaqayyotti #amane, kunis qajeelummaatti isaaf lakkaaÊŒameâ jedhus ni raawwatame; inni #michuu #waaqayyo jedhamee waamameera.
âžâ»Isaayaas 41:8
âYaa IsraaÊŒel, ati garuu tajaajilaa koo ti, Yaa Yaaqoob, ati isa ani filadhe dha, Ati sanyii Abrahaam isa #michuu koo taÊŒe sanaa ti,
â»Iddoo kanatti Abrahaami yaada Waaqayyof wani fudhatee michu jedhame
â¹â»Maatewos 11:19
#Ilmi_namaa immoo nyaachaa fi dhugaa dhufe; namoonni garuu, âKunoo nama albaadhessaa fi nama wayiniidhaaf bule, #michuu warra #qaraxa_sassaabanii fi cubbamootaaâ jedhaniin. Kanas taÊŒe sana, ogummaan qajeelaa taÊŒuun ishii hojii ishiitiin mirkaneeffameera.â
â»iddoo kanatti ilma nama kani jedhame Kiristoos; inni immoo michuu namoota cubbamoota jedhamu isaatti « ðð¢ððð ðð¢ððððððððð ðŠðððð ððððð ð¡ððð ðð¢ðâðð¡ððð ðŠðððð ð€ðððð ðâðð ððððð,ðŠðððð ðŠðððð ðð ðððð ððððð ððððððððð ððððð ðððâð¢ð¢ ððððð ð¡ððð ðððâððð¢.».
Fakkeenyaaf namichi ð¯ððð ðð¬ð€ð€ðšð jedhamu hojjataa qaraxa ture , Kiristoos gara isaa dhaqee jira yeroo kana,ð¯ððð ðð¬ð€ð€ðšð ððð§ðððð¢ð ð¬ððððð£ ð©ð€ð ð ð€ ð©ðð ðð¡ð¢ð ððð§ðððð¢ð ðððððð¢ð.ðððððð ððððððð ð¯ðð ðð¬ð€ð€ðš=ðððððððð ð ðððððð¡ð. ðððððð ððððððð ððððð âðð ð ððððððð ððððâððð ð¡ðð¡ððð âðððð ððððâððð âððððð¡ð¢ ðððâðâ ð®ðð§ð€ ðð€ððð ððð§ðððð¢ð ðð€ððð©ð ðð¢ð¢ð€ð€ ðð©ð ððð§ðððð¢ ð¬ððððð£ ð¬ðð¡ððŠððð.
âºâ»Luqaas 19:1-9
#Iyyaasus gara Yerikootti seenee achi keessa darbaa ture. Yeroo kanatti namichi #Zakkewoos jedhamu tokko achi kan ture siÊŒa taÊŒu, inni geggeessaa warra #qaraxa sassaabanii fi sooressa ture. Zakkewoos, namni Iyyaasus
jedhamu kun eenyu akka taÊŒe ilaaluuf yaalii gochaa ture; garuu gabaabaa waan taÊŒee fi namoonni hedduun achi waan turaniif isa arguu hin dandeenye. Iyyaasus karaa sana irra darbuuf waan jedhuuf, isa ilaaluuf dursee fiigee muka harbuu tokko irra ol baÊŒe.
Iyyaasus yommuu bakka sana gaÊŒu, ol jedhee isa ilaalee, âZakkewoos, ,#Ani harÊŒa mana kee waanan ooluuf dafii gad buÊŒiâ jedheen. Innis dafee gad buÊŒee gammachuudhaan keessummummaa isa simate. #Namoonni sun hundis yommuu kana argan, âInni keessummaa taÊŒee gara mana #cubbamaa kanaa adeemeâ jedhanii gunguman. #Zakkewoos garuu kaÊŒee dhaabatee Gooftaadhaan, âYaa Gooftaa kunoo, qabeenya koo keessaa #walakkaa isaa hiyyeeyyiidhaaf nan kenna; ani eenyu irraa iyyuu saamee kanan fudhadhe hundumaas dachaa afur godhee nan deebisaâ jedhe. Yeroo kanatti #Iyyaasus akkana jedheen: âInnis #ilma_Abrahaam waan taÊŒeef, harÊŒa mana kanaaf #fayyinni_dhufeera Sababiin isaas #Ilmi_namaa kan bade barbaaduuf, akkasumas #fayyisuuf dhufeera.â

â»â»Yohaannis 8:39
Isaanis deebisanii, âAbbaan keenya #Abrahaamiâ jedhaniin. #Iyyaasuus akkana isaaniin jedhe: â #Isin_ijoollee Abrahaam utuu taatanii, #hojii Abrahaam hojjettu turtan.
âŒâ»Maatewos 9:9
Sana booda #Iyyaasus bakka sanaa kaÊŒee utuu deemaa jiruu, namicha #Maatewos jedhamu tokko #bakka_qaraxni itti sassaabamu utuu taaÊŒuu argee, #Duuka_buutuu koo taÊŒi!â isaan jedhe. #Yeroo kanatti inni kaÊŒee isa #duukaa_buÊŒe.
â€ïžKanaafuu namni tokko michuu Waaqayyo ta'uf hojii Abrahaam hojachuu qaba.
â€ïžwarri qaraxa sassaaban yaaka dhisanii ijoollee Abrahaam taâanii jiruu sababa kanaafi « isaani michuu Kiristoos taani».
𥥠akkuma #bara durii namni Waaqayyof michuu tauu.
ð¥¥Haaluma wali fakkaata namoonni Kiristoosif michuu ta'u.
==========
â»Waaqayyof namni akkamitti ilma ta'a kani jedhuu itti fufa.
ð§ ðððð ððððððððððð
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha

Telegram
ð¹Dððððð ð¢ðªðšðð¡ðð¢ð€ð©ðð ðð ð¥ðððð£ðððâââââ
âIyyesuus, âBeekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!â isaaniin jedhe.â (Maat.16:6).
á¢ášá±áµá ášááªá³áá«áá ášá°á±ááá«á á¥á០á°á áááá á°á á áá¡ á áážáᢠ(ááŽááµ 16:6)

ðº ðð¡ð¢ðâ»Namni akkamitti ilma waaqayyoo jedhama...â
ð³ððððð ðððð ð ððððð¢ð ðððððð,
â»ð ððððð¢ð¢ðð ðððð ððð,ððððððð,
â»ðððð ððððð ðððð ðððððð
â»ðððð ð¢ðððð ððððð ððð, ðððððððð ð ððð ðððð
â¬â¬â¬â¬
â¶â»Raaji-Ermiyaas 31:20
Efreem #ilma koo #jaallatamaa,
mucaa ani itti #gammadu mitii?
Ani yeroo baayÊŒee yoon isaan morme iyyuu amma illee isa nan yaadadha.
Kanaafuu #garaan koo isaaf ni yaada; garaas nan #laafaafâ
jedha Waaqayyo.
â»iddoo kanatti Efreem ilma Waaqayyo karaa ittiin jedhamee ibsee jira ðððððð ððððð ððððððð ðððð ð¢ðððððð ðððð.
â·â»Sera.Uumama 41:51-52
#Yoosefis, âWaaqni rakkina koo hundaa fi mana abbaa koo hunda na irraanfachiiseeraâ jedhee maqaa ilma isaa hangaftichaa #Minaasee jedhee moggaase. âWaaqni biyya ani itti rakkadhe keessatti na baayÊŒiseeraâ jedhee ilma isaa isa lammaffaa immoo #Efreem jedhee moggaase
âžâ»Sera.Lakkoofsa 26:28
Ilmaan #Yoseef akka #maatii maatii isaaniitti kanneen kana turan: #Minaasee fi #Efreem.
â¹â»Kitaaba iyasu 16:4
#sanyii_Yoseef kan taÊŒan Minaasee fi Efreem biyya isaanii #dhaalaan ni fudhatan.
âºâ»Luqaas 3:38
ilma Enoos,ilma Seeti, ilma #Addaam_ilma_Waaqaa.
â»â»Ibroota 12:5-7
isa akka #ilmaaniitti akkana jedhee isin gorsu sana guutummaatti irraanfattaniittu: âYaa ilma koo, adaba waqayyoo akka laayyootti hin ilaalin, yeroo inni sirreeffama sii kennus abdii hin kutatin #waqayyoon warra #jaallatu ni adaba, #nama akka #ilma isaatti fudhatu hundas ni garafa.â Jabaattanii dhaabbachuun keessan karaa adaba itti argattan keessaa tokko akka taÊŒetti ilaalaa. #Waaqayyo akka #ilmaan isaatti #isin ilaala. Ilmi abbaan isaa isa hin adabne eenyu?
ð³ðððððððð ððððð ðððð,ðððð ððððð ð ððððð¢ð¢ðð ððððð ððððððð ððððð ð ððððð¢ð¢ððð #ðððð ððððð ðððð ððððððð
ð³ Kiristoosif nutti yaaka keenya irraa deebinee yoo, jirane, akkasumas gara Isaatii yoo,deemne ilma isaa ni jedhamna.
âŒâ»Maatewoos 9:2
#nama lamshaaÊŒee #siree irra ciise tokko gara isaatti fidan. #Iyyaasus amantii namoota kanaa ilaalee, #namicha lamshaaÊŒe sanaan â jabaadhu #ilma_koo! Cubbuun kee siif dhiifameeraâ jedhe â.
ð³ ððªð¢ðªð§ð ðð§ð§ððð©ð.
Yoo nuu ilma jedhamnee Waaqayyo immoo Abbaa Hafuuraa nuufi ta'a.
âœâ»Ibrootaa 12:9-10
Kana malees nu hundinuu #abbootii_foonii kanneen nu adaban qabna turre; isaan kabajnas turre. Yoos #Abbaa_Hafuuraatiifi immoo hammam caalaa ajajamnee jiraachuu qabna ree! Abbootiin keenya akkuma isaanitti gaarii fakkaatetti yeroo gabaabaaf nu adabaa turan; #Waaqni garuu akka nu qulqullummaa isaa keessatti hirmaannuuf faayidaa keenyaaf jedhee nu adaba.
â»iddoo kanatti Abbaa hafuuraa kani jedhamee « #Waaqayyo »
â¬â¬â¬â¬â¬â¬
ðgαÑα ÑÑâÑgÑαЌαð
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
ð£ðð¢ð£ð ð¬ðððŠðð®ð®ð€ð #ððð€ð€ð¡ð¡ðð ðð ð ðð¢ðð©ð©ð ðððððð¢ð ð ðð£ð ðððððª ðð¢ð¢ð€ð€ ðððð ðððð.....

ð³ Bagaa geesaan
#Boqonnaa_Qulqulloota
âððððð ððððð¡ðððð #ððððð
â¶â»pheexiros- #Î ÎÏÏοÏ
kunis jecha #Giriikiiti
Hiika isaa =kaataa
â·â»keefa- #ÎηÏ៶Ï-
kunis jecha #Aramikitti.
Hiika isaa =kaataa
âžâ»Simoon -ש֎××Ö°×¢Öœ×Ö¹×#
kuni jecha #Ibraayisxiitti
Hiika isaa = ni dhaga'a Waaqayyo jedhudha.
âððððð ðððð ðððð #ððððð
â¶â»Phaawuloos #ΠαῊλοÏ
kunis afaanii #Giriikiiti
Hiikaa isaa = xiqqaa
â·â»saool- ש֞×××ÖŒ×Ö#
kunis afaanii #Ibraayisxiitti.
Hiika isaa = gaafadhu.
â¬â¬â¬â¬â¬â¬
ð³ ððð¢ð¢ðð ðððð ðððððððððð ððððððð ðððððð ðð¢ð¢ðð ððððððð ðððð.
ð³áŽáŽÉŽÉª #áŽÊáŽáŽxɪÊáŽs
1 ðððð¡ 2:14
akkuma #Gooftaan keenya Iyyaasus Kiristoos anaaf ibsetti, #yeroo_dhihootti dunkaana kana #dhiisee akkan deemu beeka.
ð³áŽáŽÉŽÉª #áŽÊáŽáŽ¡áŽÊáŽs.
2 ð¥ðððð¡ðð 4:8
Ammaa jalqabee #gonfoon qajeelinaa, Gooftaan inni abbaa murtii qajeelaa taÊŒe guyyaa sana akka badhaasaatti kennu naaf qophaaÊŒeera; taÊŒus warra mulÊŒachuu isaa #hawwiidhaan eeggatan hundumaatiif malee anaaf qofa miti.
â¬â¬â¬â¬â¬â¬â¬
âEebbi isaanii dachaa 2 nuuf Haataâu
ðððððð Tððððððððððð
https://t.me/+FURINwJs2KpmZDU0

â Baga Geessan.
Abrahaami akkasii jedhe
« #Biyya kana keessa Waaqayyoon sodaachuun akka hin jirre beekamaa dha; sababii haadha manaa tiyyaanis na ajjeesuâ jedhee waanan yaadeefi.
sera.Uumama 20:11
â¬â¬â¬
Eebbi,Abrahaam dachaa laman nuuf baayatu.

ð¹ððð€ð€ð¡ð¡ðð ð
#Namni akkamitti ijoollee Waaqayyo ta'u danda'a.â
âµâ» #ððððð ðððððð ð¢ðð ððððð
â¶â» ð ðððð ð¢ðð #ðððððð ðð ððððð ðððð ð¢ðð ðððð
â·â» #ð ððððð¢ð ð ððð ððð ððððððððð
âžâ» #ððððððð ð ððððð¢ð ð¢ðð ðððððð
â¹â»ðððð ððð #ððððð ð¢ðð ðððð
âºâ» ð ððððð¢ð #ð ðððððð ð¢ðð ððð ðððð.
â»â» #ððððððððð ð¢ðð ðððððð.
ð¹ðechi #ijoollee jedhuu afaanii Giriikiitiin #ÏÎκΜα (Tekna) jedhama.
â¶â»Yohaannis 1:12
Warra isa simatan hundumaatiif, isaan #maqaa isaatti waan #amananiif, #ijoollee_Waaqayyoo akka taÊŒaniif aangoo isaaniif kenne.
â·â»Raajii-Isayaas 63:8
#innis, âIsaan dhugumaan saba koo ti #ijoollee hin sobnee dhaâ jedhe; kanaafuu inni Fayyisaa isaanii taÊŒe.
âžâ»Yohaannis 11:52
kan #duus_ijoollee Waaqayyoo warra bittinnaaÊŒanii jiran walitti qabee #tokko gochuuf malee sabichaaf qofa miti.
â¹â» Luqaas 13:34
Yaa Iyerusaalem, yaa Iyerusaalem, raajota kan ajjeestu, warra gara keetti ergamanis dhagaadhaan kan tumtu, akkuma #lukkuun cuucota ishii qoochoo ishii jalatti walitti qabdu #ijoollee kee siÊŒa meeqan walitti qabuu barbaade! Isin garuu hin barbaanne.
âºâ»Roome 8:16.
#Nuti_ijoollee Waaqayyoo taÊŒuu keenya #hafuurichi hafuura keenyaa wajjin taÊŒee dhugaa baÊŒa.
â»â»Raaji Isaayaas 44:3
Ani lafa dheebote irratti bishaan,lafa gogaa irratti burqaa nan dhangalaasaatii;
ani #ijoollee kee irratti #Hafuura koo,sanyii kee irratti immoo eebba koo nan dhangalaasa.
âŒâ»Roome 8:21
kunis, uumamni mataan isaas garbummaa tortoruu jalaa bilisa baÊŒee, #bilisummaa_ijoollee Waaqayyoo isa ulfina qabeessa akka argatuufi.
âœâ»Roome 9:8
Kanaafuu, warri akka fooniitti ijoollee taÊŒan dhuguma ijoollee Waaqayyoo miti; kanaa mannaa, akka sanyii isaatti kan lakkaaÊŒaman warra akka #waadaa sanaatti #ijoollee isaa taÊŒani dha.
âŸâ»1Yohaannis 3:1
#Nuti_ijoollee Waaqayyoo jedhamnee akka waamamnuuf #Abbaan_jaalala guddaa akkamii akka nutti argisiise ilaalaa! Dhuguma iyyuu nuti ijoollee isaa ti. Addunyaan Waaqayyoon hin beeku; nuunis kan hin beekne kanaafi.
â¿â»1Yohaannis 5:2
Waaqayyoon yommuu #jaallannuu fi #ajajawwan isaa yommuu raawwannu #ijoollee_Waaqayyoo akka jaallannu kanaan ni beekna.
ððððð Tððððððððð ððð¡ð¢ð
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
#Namni akkamitti ijoollee Waaqayyo ta'u danda'a.â
âµâ» #ððððð ðððððð ð¢ðð ððððð
â¶â» ð ðððð ð¢ðð #ðððððð ðð ððððð ðððð ð¢ðð ðððð
â·â» #ð ððððð¢ð ð ððð ððð ððððððððð
âžâ» #ððððððð ð ððððð¢ð ð¢ðð ðððððð
â¹â»ðððð ððð #ððððð ð¢ðð ðððð
âºâ» ð ððððð¢ð #ð ðððððð ð¢ðð ððð ðððð.
â»â» #ððððððððð ð¢ðð ðððððð.
ð¹ðechi #ijoollee jedhuu afaanii Giriikiitiin #ÏÎκΜα (Tekna) jedhama.
â¶â»Yohaannis 1:12
Warra isa simatan hundumaatiif, isaan #maqaa isaatti waan #amananiif, #ijoollee_Waaqayyoo akka taÊŒaniif aangoo isaaniif kenne.
â·â»Raajii-Isayaas 63:8
#innis, âIsaan dhugumaan saba koo ti #ijoollee hin sobnee dhaâ jedhe; kanaafuu inni Fayyisaa isaanii taÊŒe.
âžâ»Yohaannis 11:52
kan #duus_ijoollee Waaqayyoo warra bittinnaaÊŒanii jiran walitti qabee #tokko gochuuf malee sabichaaf qofa miti.
â¹â» Luqaas 13:34
Yaa Iyerusaalem, yaa Iyerusaalem, raajota kan ajjeestu, warra gara keetti ergamanis dhagaadhaan kan tumtu, akkuma #lukkuun cuucota ishii qoochoo ishii jalatti walitti qabdu #ijoollee kee siÊŒa meeqan walitti qabuu barbaade! Isin garuu hin barbaanne.
âºâ»Roome 8:16.
#Nuti_ijoollee Waaqayyoo taÊŒuu keenya #hafuurichi hafuura keenyaa wajjin taÊŒee dhugaa baÊŒa.
â»â»Raaji Isaayaas 44:3
Ani lafa dheebote irratti bishaan,lafa gogaa irratti burqaa nan dhangalaasaatii;
ani #ijoollee kee irratti #Hafuura koo,sanyii kee irratti immoo eebba koo nan dhangalaasa.
âŒâ»Roome 8:21
kunis, uumamni mataan isaas garbummaa tortoruu jalaa bilisa baÊŒee, #bilisummaa_ijoollee Waaqayyoo isa ulfina qabeessa akka argatuufi.
âœâ»Roome 9:8
Kanaafuu, warri akka fooniitti ijoollee taÊŒan dhuguma ijoollee Waaqayyoo miti; kanaa mannaa, akka sanyii isaatti kan lakkaaÊŒaman warra akka #waadaa sanaatti #ijoollee isaa taÊŒani dha.
âŸâ»1Yohaannis 3:1
#Nuti_ijoollee Waaqayyoo jedhamnee akka waamamnuuf #Abbaan_jaalala guddaa akkamii akka nutti argisiise ilaalaa! Dhuguma iyyuu nuti ijoollee isaa ti. Addunyaan Waaqayyoon hin beeku; nuunis kan hin beekne kanaafi.
â¿â»1Yohaannis 5:2
Waaqayyoon yommuu #jaallannuu fi #ajajawwan isaa yommuu raawwannu #ijoollee_Waaqayyoo akka jaallannu kanaan ni beekna.
ððððð Tððððððððð ððð¡ð¢ð
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
Telegram
ð¹Dððððð ð¢ðªðšðð¡ðð¢ð€ð©ðð ðð ð¥ðððð£ðððâââââ
âIyyesuus, âBeekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!â isaaniin jedhe.â (Maat.16:6).
á¢ášá±áµá ášááªá³áá«áá ášá°á±ááá«á á¥á០á°á áááá á°á á áá¡ á áážáᢠ(ááŽááµ 16:6)
á¢ášá±áµá ášááªá³áá«áá ášá°á±ááá«á á¥á០á°á áááá á°á á áá¡ á áážáᢠ(ááŽááµ 16:6)
ð ððð§ððððð (ðŠðð) ð©ððððððð¡ðð
âTajaajila yookiin Garbicha jechuun Afaanii Giriikiitiin #ΎοÏÎ»Î¿Ï Ï (Duulosi) jedhama.
Yeroo tokko tokko immoo #ÏαίΎά (paiidaa) jedhama.
â» amma garuu ΎοÏÎ»Î¿Ï Ï/ÎŽÎ¿á¿ŠÎ»Î¿Ï fayyadamna.
ðº ððððð ððððððð¡ð¡ð #ððððððâðð ðŠððððð #ð¡ðððððððð ð€ðððððŠðŠðð ðððâððð....ââ
âµâ» #ð ððððð¢ð¢ð ðððð ðððð #ððððð ðððð ðððððð ð¢ðð ððð.
â¶â» #ððððð ðððððð ð ððððð¢ð¢ð ðððð #ðððððð.
â·â» #ððððð ðð #ððððð ð ððððð¢ð ðððð ðððððð
âžâ» #ððððððððð ðððð ðððð ð ððððð¢ð¢ð ðððððð
â¶â»Isayaas 44:21
Ati #tajaajilaa(Garbicha) koo waan taateef Yaa Yaaqoob, yaa IsraaÊŒel, wantoota kana yaadadhu Ani si #tolcheera, ati tajaajilaa(garbicha) koo ti Yaa IsraaÊŒel, ani si hin irraanfadhu.
â·â»Sera.Uumama 26:24
Halkan sana waaqayyo isatti mulÊŒatee, âAni Waaqa abbaa kee Abrahaami. Ani sii wajjin waanan jiruuf hin sodaatin; #Abrahaam_tajaajilaa(garbicha) kootiif jedhee sin eebbisa, sanyii kees nan baayÊŒisaâ isaan jedhe.
âžâ»Seera.Lakkoofsa 12:8
Ani fuulaa fuulatti, karaa namaaf hin galleen utuu hin taÊŒin ifatti isatti nan dubbadha; inni fuula waaqayo ni arga. Maarree isin #tajaajilaa(garbicha) koo #Musee mormitanii dubbachuu kan hin sodaanne maaliifi?â
â¹â»Sera.lakkoofsa,14:24
#Tajaajilaan koo #Kaaleb garuu ilaalcha adda taÊŒe waan qabuuf, akkasumas garaa guutuudhaan ana duukaa waan buÊŒeef, ani dhugumaan biyya inni dhaqee ture sanatti isa nan galcha; sanyiin isaas ishii ni dhaalu.
âºâ»2 Samuel 7:5
Dhaqi #tajaajilaa(Garbicha)koo #Daawitiin akkana jedhi Waaqayo akkana jedha: âAti mana ani keessa jiraadhu naaf ijaaruu qabdaa?
â»â»isaayaas 43:10
Waaqayyoo akkana jedha: âIsin dhugaa baatota koo ti, Eeyyee, #tajaajilaa koo #isan filadhe dha; Kunis, isin akka beektanii fi akka natti #amantaniif, Ani isuma taÊŒuu koos akka hubattaniifi. Ana dura Waaqni bira hin jiru Ana boodas hin jiru.
âŒâ»Maatewos 25:23
Gooftaan isaas #Garbicha(Tajaajila)gaarii fi amanamaa nana, baÊŒeessa goote! Ati wantoota muraasa irratti amanamaa taateetta. Ani immoo wantoota hedduu irratti sin muuda. Gara gammachuu gooftaa keetti seeniâ isaan jedhe.
âœâ»Yohaannis 15:20.
Wantan isinitti hime kana yaadadhaa #Garbichi tokko gooftaa isaa hin caalu. Isaan na ariÊŒataniiru yoo taÊŒe, isiniinis ni ariÊŒatu; dubbii koo eeganiiru yoo taÊŒe, dubbii keessanis ni eegu.
âŸâ»Yaaqoob 1:1
Yaaqoob isa #garbicha_Waaqayyoo fi #garbicha_Gooftaa Iyyaasus Kiristoos taÊŒe irraa, gosoota 12n warra bakka adda addaatti bittinnaaÊŒaniif: Nagaan isiniif haa taÊŒu!
â¿â»Sera.Uumama 18:3
Achiis akkana jedhe: âYaa waaqayyo, si duratti fudhatama argadheera yoon taÊŒe, maaloo, ana #tajaajilaa kee bira hin darbin.
â¶â¶â»Kitaba-Nahimiya 9:14
Sanbata kee isa qulqulluu isaanitti ni beeksiste; karaa #tajaajilaa kee #Musees #ajajawwan, #dambiiwwanii fi #seera isaaniif ni kennite.
ðð€ðð¯ð Tð¢ð©ð¢ð€ð¯ððªðªð Kððð¡ðð

𥥠ð€ððð€ð¡ð€ð€ð©ð ð¥¥ð
Obboloota jechuun Afaanii Giriikiitiin #αΎελÏÎ¿Î¯Ï (Adelfoiis) jedhama.
ððððð ð¢ðªðšðð¡ðð¢ð€ð€ð©ðð ððððð ððšðð ð ðªð£ð€ð
Muslimoonni akkasi jedhuu silaa Kiristoosiin Waaqa jettu Waaqni immoo obboloota qaba jedhu....â
ð³ Yohaannis 20:17
Iyyaasuus Ani amma iyyuu gara Abbaatti waanan ol hin baaneef, na hin qabin. Kanaa mannaa dhaqiitii #obboloota_kootiin, âAni gara Abbaa koo fi gara Abbaa keessanitti, gara Waaqa koo fi gara Waaqa keessanitti ol nan baÊŒaâ jedhii isaanitti himiâ ishiidhaan jedhe.
𥥠ððððð ð ððð£ð®ðð
ð ðð§ððšð©ð€ð€ðš ðšððððð ð¢ððð¡ðð©ðð ð€ððð€ð¡ð¡ð€ð©ð ð ð€ð€ ððððð ð¢ðââ
âµâ» #ðððððð_ðððððððð ðððð ð ðððððð
â¶â»ðððð #ððððð ð ððððð ððððð ððððð ððððððððð
â·â» #ðððððððð ðððð ð ðððð ðððððððððð
ð¹#Tððððððð ððððð ðððððððð ððð ð ððððððð ððððððð ðððð ððððððððð ððððððððð ððððð¢ð ððððð ðððð ððððððð ðððð.
â¶â»Sera.Keesa.Deebi 18:15.
#Waaqni kee Waaqayyo #obboloota kee gidduudhaa raajii akka kootii siif ni kaasa. Isinis isa dhagaÊŒuu qabdu.
â·â»Faarfannaa,Daawit 22:22
Ani maqaa kee #obboloota_kootti nan beeksisa; Gumii gidduuttis sin jajadha.
ð¹ #Lððððððððð ððððð ððððððððð #ðððð_ðððððð ð ððð ðððð¢ð(ððððð)ðððð ðððð ðððððððð « kana ibsuuf akkasii jedhee »
âžâ»Ibroota 2:14
ijoolleenâ sun #foonii fi #dhiiga waan taÊŒaniif, #innis_foonii fi dhiiga taÊŒe; kanas kan godhe, duÊŒa isaatiin Diyaabilos isa duÊŒa fiduuf humna qabu sana balleessuuf
â¹â»Ibroota 2:17
inni wantoota Waaqayyoo wajjin wal qabatan hundumaa irratti luba ol aanaa gara laafessaa fi amanamaa taÊŒuudhaan, aarsaa araaraa cubbuu namootaatiif dhiifama argamsiisu dhiheessuuf, #gama hundumaatiin #obbolootaâ isaa #fakkaachuun isa barbaachiseera.
âºâ»Mulâata Yohaannis 22:16.
Ani Iyyaasuus faayidaa gumiiwwaniitiif jedhee waaÊŒee wantoota kanaa isiniif dhugaa baÊŒuuf Ergamaa koo ergeera. Ani #hiddaa fi #sanyii Daawiti; akkasumas bakkalcha ifa guddaa qabu dha
â»â»Roome 1:3
waaÊŒee #Ilma isaa isa #karaa #foonii sanyii Daawit keessaa dhufe sanaa kan ibsu dha.
âŒâ»1 Pheexiroos 4:1
#Kiristoos yeroo #fooniin turetti rakkinni waan isa irra gaÊŒeef, isinis yaada Kiristoos qabaachuuf of qopheessaa; sababiin isaas, namni rakkinni isa irra gaÊŒe cubbuu hojjechuu dhiiseera;
âœâ»Roome 8:29
sababiin isaas, #Ilmi isaa #obboloota hedduu gidduudhaa angafa akka taÊŒuuf, Waaqayyo warra jalqaba beekamtii isaaniif kenne dursee murteessuudhaan fakkaattii Ilma isaa akka qabaatan godheera.
ð¹ #Sðððððððð ððððððððð ððððððððð ðððð ððððð #ððððððððð ðð ððððððð #ððððððð ðððð ððððððð ððððð ðððððð ððððððððð ððððððð.
âŸâ»Maatewos 12:48-50
#Iyyaasus deebisee namicha isatti hime sanaan, âHaati tiyya eenyu? Obboloonni koo hoo eenyu faÊŒi?â jedhe. Achiis harka isaa gara #barattoota isaatti diriirsee akkana jedhe: âKunoo, haati tiyyaa fi #obboloonni koo warra kana! Namni fedhii Abbaa koo isa samii raawwatu hundi, #obboleessa, #obboleettii fi haadha koo ti.
â¬â¬â¬â¬â¬
#Kiristoos_Raajidha,yeroo jennu Aangoo maalummaa rajji kani qabuu ta'u ibsaa Fakkeenyaaf.rajooni kuni lafa irra dhufanii Kiristoos « #samii irraa irra dhufee » kani sami irraa dhufuu immoo #waaqa malee hoomaa miti.
âµâ»Yohaannis 6:62.
#Ilmi namaa #bakka_dura turetti utuu #ol_bauu yoo argitan maal jettu ree?
â¶â»Yohaannis 8:23
#Innis akkana isaaniin jedhe: â #Isin_gad irraa ti; #Ani garuu #ol_irraa ti. #Isin_addunyaa kana irraa ti; #Ani garuu #addunyaa kana irraa #miti.
ð¥¥rajoonni hundi isaanii gara lafaa irraa dhufanii
ðð€ðð¯ð Tðððððððð ðððððð

â€ïžBoruu irraa eeggale wangeela Yohaannis 1:1 . irratti gaaffii Muslimoota deebii guutuu itti kennina .
ðº kutaa-93-ffaað
â»gaaffii fi deebi
â»Musiliimota
âYohaannis 1:1
jalqaba Dubbichatu ture Dubbichi Waaqayyo bira ture Dubbichi waaqayyo ture
ðGaaffii Muslimoota akkanaa ture
1= #sagalee yookaan #Dubbiin suni kani eenyutu jedhu â
â¬â¬â¬â¬â¬
ð³ Deebi keenya
Sagaleen ykn Dubbiin suni kani #Abbaatti.
ðsagalee yookiin dubbii jechuun afaanii Giriikii duriitiin #λÏÎ³Î¿Ï Ï(logousi) jedhamee, haaluma wali fakkata jechi kuni wangeela Luqaas 9:26 irratti ilee ni argama.
Giriikii ammaattin immoo #ÎÏγοÏ(Logos) jedhamee
Yohaannis 1:1 irrati kani argamu ÎÏγοÏ(logos)
ð¥¥Hubabachiisað¥¥
Jechii sagalee yookaan dubbii jedhuu kuni iddoo hedduutti ni argama « Haataâu malee akkuma iddoo hedduutti argamuu kana hiika inni ittiin hojii irraa oolu irree gargaara »
â¬â¬â¬â¬â¬â¬
ðamma gara mataa duree keenyaatti
â»dubbii yookiin sagaleen suni kani Abbaatti jennee ture.
âRagaa keenyað
â¶â»Mulâata Yohaannis 19:13
#uffata_dhiigni itti facaafame #uffateera; maqaan isaa #Dubbii_Waaqayyoo jedhama.
â»iddoo kanatti uffata dhiigni itti facaafame kani jedhu irraatti Kiristoos foonii nama uffachuu ibsa.
â»kani uffata uffatee suni sagalee dha
â» sagaleen immoo kani Abbaatti
â·â»Yohaannis 16:28.
Ani Abbaa biraa baÊŒee gara addunyaa dhufeera; ammas addunyaa dhiisee gara Abbaa nan dhaqa.
â»Ani Abbaa bira baee gara adunyaa dhufee kani jedhee Kiristoos.
â»Abbaa bira kani bae immoo sagalee yookaan dubbii Abbati.
â sagalee yookiin Dubbiin yeroo hunda gargaari hin Bau sababa Kanaaf sagalee Abbaa kani taâe Kiristoos akkasii jedhe «Ani kophaa kiyya miti jedhee »
âžâ»Yohaannis 8:16
#Abbaan inni na erge anaa wajjiniin waan jiruu fi #kophaa_koo waanan hin taaneef, utuman murteessee illee murtiin koo dhugaa dha.
â¬â¬â¬â¬
É¢áŽÊᎠáŽáŽÊáŽÉ¢ÊáŽáŽáŽ áŽáŽáŽáŽáŽð

âBagaa Gessan-19
Maqaan Gabri'el jedhuu afaanii Ibrayisxiittiin ×Ö·ÖŒ×ְך֎××ÖµÖ¡× ( #Gabriel) jedhama jechota lamatti irraa walitti dhufee×Ö·ÖŒ×ְך֎ð ð××ÖµÖ¡×
Hika isaa immo Nama jabaa//loltuu) Waqayyo jecha.
Maqaan Gabri'el afaanii Giriikiitiin immoo #ÎαβÏιᜎλ (GabriÄl) hiikaa isaa immoo Ergamaa Waaqayyo jedha kani Ibraayisxiitti wajjiin tokkummaa.
â #Gabriel Nama baay'ee #jalata
ð³ragaa keenyað
Raajii-Daani'el 10:18-19
#inni nama fakkaatu sun ammas na tuqee na jabeesse.
Achiis, Yaa #nama baayÊŒee #jaallatamaa taate nana, hin sodaatin. #Nagaan siif haa taÊŒu. Jabaadhu, eeyyee, jabaadhuâ naan jedhe. Yommuu inni naa wajjin dubbatu jajjabaadhee, Yaa #gooftaa_koo, ati waan na jabeessiteef dubbadhuâ nan jedhe.
â»Ergamonni Waqayyo hanga nama jalatani fi kabajaani argitani
â»Dani'el immo Gabrieli dhan yaa #Gooftaa koo jedhanii.
â¬â¬
ðjalali kessan Akkuma Gabriel bay'ee isiin jalatu isiin immo Gabriel bay'ee jalatu.
. #jalala_keesan itti fufa...
ðâðš ððŠðŠðððð ðððð ðð ðððð âðð¡ðð¢.
â ð€ðð¯ð ð±ð¢ð©ð¢ð€ð¯ððªð âïž

° kutaa-94-ffaa
ð. Gaafi fi Deebi
ð.Musiliimota
âïžYohaannis 1:1
Jalqaba sagale(logos) ture Sagaleen Waaqayyo bira ture sagaleen(logos)waaqayyo ture
ð³ gaaffii isaanii sagalee(logos) walin dubbidha malee Waaqayyoo miti jedhuu.
ð€Yohaannis 6:60
Barattoota isaa keessaa hedduun isaanii yommuu kana dhagaÊŒan, #Dubbiin kun kan nama suukanneessu dha; eenyutu dhagaÊŒuu dandaÊŒa?â jedhan.
ð€Maatewos 12:37
#dubbii keetiin qajeelaa jedhamta; akkasumas dubbii keetiin sitti murteeffama.â
â¬â¬â¬â¬â¬
𪵠Deebii keenya.
Sagalee yookaan Dubbii yookiin logos jedhamefi hiika tokko qaba jechu miti hundi isaa iyyuu hikaa ofi dandae qaba.
ð¥¥Yoh 1:1 irraa kani jiru sagaleen suni Waaqayyo jedha.
ðŒ kani iddoo bira jiruu garuu sagaleen suni Waaqayyo turee hin jedhuu, akkasumas hikaa gargaara qaba Kanaafu Yoh 6:60 fi Maat 12:37 hiika bira qaba malee wangeela Yohaannis 1:1 wajjiin tokko mitii
ððððððððªðð ððŠð£ð€ðð ðððððð
â â§Maatewos 7:24
namni #dubbii koo kana dhagaÊŒee hojii irra oolchu, nama hubataa mana isaa qarsaa irratti ijaarrate fakkaata.
â»dubbii kami dhaganni laata?.
â â§Luqaas 4:36
Yeroo kanatti hundi isaanii dinqisiifatanii, âKun #dubbii akkamii ti? Inni #Aangoo fi humnaan hafuurota xuraaÊŒoo ajaja; isaanis ni baÊŒu!â waliin jedhan.
â»dubbii suni maali tureâ
â â§Luqaas 8:11
Hiikni fakkeenyichaa kana dha: Sanyichi #dubbii Waaqayyoo ti.
â â§Yohaannis 8:37
Ani isin sanyii Abrahaam akka taatan beeka. Haa taÊŒu malee, #dubbiin koo isin keessatti hundee waan hin godhanneef na ajjeesuu barbaaddu.
â â§Yohaannis 10:19
#Iyyaasus wantoota kana waan #dubbateef ammas Yihudoota gidduutti wal qoqqooduun ni uumame.
â â§Yohaannis 12:38
kunis kan taÊŒe, wanti #Isaayyaas raajichi, âYaa waaqayo, wanta nu irraa dhagaÊŒetti kan amane eenyu? Irreen,Waaqayyo hoo eenyutti mulÊŒifame?â jedhee #dubbate akka raawwatamuuf ture.
â â§Hoji.Duka.Buota 12:24
#Dubbiin_Waaqayyo garuu guddachaa fi babalÊŒachaa deeme.
â â§Hoji.Duka.Buota 13:15
Seerichii fi Raajonni uummata duratti erga dubbifamanii booda, geggeessitoonni mana sagadaa sun, âYaa obbolootaa, #dubbii uummaticha jajjabeessu yoo qabaattan dubbadhaaâ jedhanii isaanitti ergan.
â â§Hoji.Duka.Buota 13:49
#dubbiin Waaqayyo guutummaa biyyattii keessatti babalÊŒate.
â â§Hoji.Duka.Buota 19:20
#dubbiin Waaqayyo caalaatti babalÊŒachaa fi moÊŒaa deeme.
ââ â§Hoji.Duka.Buota 6:7
#dubbiin Waaqayyoo babalÊŒachuu isaa itti fufe, lakkoofsi barattootaa Yerusaalemitti baayÊŒee dabalaa deeme; luboonni hedduunis amantoota taÊŒan.
ââ â§Roome 9:6
#dubbiin Waaqayyoo utuu hin raawwatamin hafeera jechuu miti. Sababiin isaas, IsraaÊŒel irraa kan dhalate hundi dhuguma âIsraaÊŒelâ miti.
ð¥¥xumura irratti dubbii yookaan sagalee wani jedhamefi hiikaa tokko hin qabu ragaan gara oli hundi kanuma ibsa.
âââââââââ
Gara Telegramaa kootuð
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
ââââââââââ

ðYaa dhabatuu saalqunnamtii wali-fakkaatanð
âHomosexuality stopâ
â£ïž#Isaayaas 53:1
Wanta nu irraa dhagaÊŒetti kan #Amane eenyuâ#irreen_Waqayyo hoo eenyutti mulateâ
â£ïž#Roome1:26-27
#Waaqni dabarsee #hawwii jibbisiisaatti isaan kenne. #Dubartoonni isaaniis karaa ittiin #fedhii_fooniitiif #dhiira wajjin wal bira gaÊŒan isa uumamaan kennameef dhiisanii, gara isa uumamaan isaaniif hin kennaminitti geeddaran
#dhiironnis isa uumamaan isaaniif kenname #dubartootaa wajjin #saalqunnamtii #raawwachuu_dhiisanii, dhiironni dhiirotaa wajjin kajeellaa saalqunnamtiitiin gubatan; wanta qaanessaa hojjechuudhaanis, ofuma isaaniitiin adaba #cubbuu isaaniitiif malu guutummaatti fudhatan.
âââââââââ
-------------------------
âºgara Telegraamað