๐น๐ kutaa_19 ffยชยช ๐น
๐นGaaffii fi Deebi ๐
๐Musiliimoota๐
โ Yohaannis 7:34๐
isin na, #barbaaddu,
garuu na #hin_argattan;
#bakka ani jirus dhufuu
hin dandeessan.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ Gaaffii isaanii ๐
#Kiristoos hin fannifamee
Jedhuu ,"isinii nan barbaduu ,garuu nan hin
#Argatanii ,iddoo inni
Jiruu dhaquu hin dandani
Jedhu.......โ
๐kanafuu Kiristoos
Akkamitti fannifamee jeetu
Jedhu....โ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
=Deebi keenya =laki
Kiristoos #fannifamee jira.
๐Ragaa kitaaba Qulqulluu
=1=Yohaannis 2:19_21
Iyyaasuus deebisee
#Mana Qulqullummaa kana #diigaa,
#Anis guyyaa #sadiitti deebisee nan #kasaaโ isaaniin jedhe.
Yeroo kanatti #Yihudoonni, โManni qulqullummaa kun
#waggaa_46tti ijaarame; ati immooguyyaa sadiitti deebistee ijaartaaโโ
jedhaniin.
#inni garuu mana #Qulqullummaa yeroo jedhu, waaee #Qaama
isaa dubbachuu isaa ture.
Kanaaf, yommuu
#inni_duaa_kau
#barattoonni isaa
inni wantoota kana
dubbachaa akka ture yaadatan; #Kitaaba Qulqulluu fi wanta Kiristoos dubbatettis
ni amanani
๐Qaama kan jedhamee
#Foonii Kiristoos, kanafuu
Ofuma isaa dubbate jira
=2=Yohaannis 3:14
Akkuma #Museen lafa onaa keessatti #bofa
#fannise, Ilmi namaas #fannifamuu qaba;
=3=matewoos 16:21
#Iyyaasuus yeroo sanaa jalqabee,gara iyerusaalemi dhaquu akka qabu,
maanguddoonni, dura buutonni lubootaa fi barsiisonni seeraa #dhiphina guddaa akka
isa irra geessisan,
akka #ajjeefamuu fi #guyyaa sadaffaatti #duaa akka kau #barattoota isaatii ibsuu jalqabe.
=4=matewoos 27:40
โAti yaa, isa mana
qulqullummaa #diigdee guyyaa sadiitti ijaartu nana, ofi oolchi! #Ilma Waaqayyoo yoo taate
fannoo irratti #fannifamte irraa buiโ jedhu turan.
=5=Luqaas 18:31_33
barattoota #Kudha Lamaan kophaatti baasee akkana isaaniin jedhe: โAmma gara iyerusaalemitti oli ba'aa jirra; wanti #raajonni
#Ilma_namaa ilaalchisee barreessan hundi ni raawwatama.
#Fakkeenyaaf, harka namoota #Yihudoota hin
taanetti dabarfamee kennama, itti qoosama, rakkinni irra ga'a, akkasumas itti tufama
Erga isa #garafanii booda isa ajjeesu; inni garuu #guyyaa sadaffaatti
duaa ni ka'a.
=6=Luqaas 24:25_27
Kanaaf inni akkana isaaniin jedhe: โisin warra hubannaa hin qabnee fi garaan keessan wanta #raajonni dubbatan hunda dafee hin hubanne nana!
Kiristoos dhiphinni kun hundi irra gauu fi gara
#ulfina isaatti galuun isaa sirrii mitiiโโ
Achiis #Musee fi #raajota hunda irraa jalqabee, wantoota Kitaabota Qulqulluu hunda keessatti waaee isaa dubbataman hunda isaaniif ibsuu jalqabe.
โโโโโโโโโโ โโ
๐นkanafuu isin na, #barbaaddu,garuu na #hin_argattan;
#bakka ani jirus dhufuu
hin dandeessan,yeroo
Jedhuu maali jechuu
Barbade......โโโ
๐ฅ=Deebi isaa
Waaqayyo sami irra
Kan jirtuu. Erga oli bahee
Booda Namooni isa biraa gahuu Hin dandani inni ibidda Wanii taโefi
โต=1ximotewos 6:14_16
hanga #Gooftaan keenya
#IyyaasuusKiristoos #mulatutti, mudaa fi himata tokko malee ajaja sana eegi;
inni gammadaanii fi kophaa isaa Bulchaa ta'e sun yeroo isaaf murteeffametti of mulisa. #Inni_Mootii_moototaa fi #Gooftaa gooftotaa ti;
kan hin duune isa qofa dha; ifa itti dhihaatamuu hin dandaamne keessa jiraata; namni tokko illee
isa argee hin beeku, isa arguus hin dandau. Isaaf ulfinnii fi jabinni bara
baraa haa tau. Ameen.
โถ=Yohaannis 8:21_23
#Ani nan deema, isinis na #barbaaddu, taus #cubbuu keessaniin ni duutu
Bakka ani #dhaqu isin dhufuu hin dandeessanโ isaaniin jedhe.
Achiis #Yihudoonni,
#Bakka ani dhaqu isin
dhufuu hin dandeessanโ kan jedhu ofi ajjeesuu barbaadeetii laataโโ jechuu jalqaban
#Innis(Kiristoos) akkana
isaaniin jedhe:
โ #isin_gadi irraa ti
#Ani garuu #oli irraa ti
Isin #addunyaa kana
irraa ti; Ani garuu addunyaa kana
irraa #miti.
โท=Luqaas 13:31_35
Sa'aatii sanatti #Fariisonni tokko tokko dhufanii, โHeroodis si ajjeesuu
waan barbaaduuf asii ba'iitii deemiโ jedhaniin Innis akkana isaaniin jedhe: โDhaqaatii #jeedala sanatti, โKunoo ani haraa fi boru jinniiwwan nan baasa, #namoota dhukkubsatanis nan fayyisa, #guyyaa_sadaffaattis hojii koo nan xumuraโ jedhaatii itti himaa.
โฏโฏโฏโฏโฏโฏโฏโฏโฏโฏ
๐นlink kan fayyadama๐
@haadha_Waaqa_naJaladha
====//=====

๐ธโก๏ธ kutaa_38 ffยชยช.โจ๏ธโจ๏ธ
โ ๏ธ Gaaffii fi Deebi
โฏ Musiliimota.
โ๐ดYohaannis 10:30
Anii fi Abbaan Tokko dha ยป
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ พ gaaffii isaanii iddoo kana irratti Kiristoos anii fi Abbaa tokko dha wani jedheef Kiristoos Abbaa wajjin qixa ta'u hin ibsuu.
โก๏ธ kanafuu Ani fi Abbaan tokko dha jechuun #kaayyoo fi #yaada tokko wani qabaniif jedhuu.
โJechi tokko jettu kana ibsaa jedhuu
๐ปRagaa isaanii immoo
โต=mat 19:5 fi ser.um 2:24
namni abbaa isaa
fi haadha isaa ni dhiisa, haadha isaattis ni maxxana; isaan #foon_tokko tau.
โ= 1Qor 3:5_8
Ani nan dhaabe,
Apholos bishaan obaase, kan guddise garuu Waaqayyo dha; kanaaf,
ulfina argachuu kan qabu Waaqayyo isa guddisu malee, isa dhaabus
tae isa bishaan obaasu miti. Inni dhaabus tae inni bishaan obaasu #tokko dha; taus, namni hundi akkuma #hojii isaatti badhaasa isaa ni fudhata.
โท=Yohaannis 17:22-23
Akkuma nuyi #tokko taane, isaanis #tokko haa ta'aniif, ulfina ati anaaf kennite isaaniif kenneera*.
Ani isaan keessa atis na keessa jiraachuu keetiin isaanis raawwatanii #tokko haa ta'an; biyyi lafaas ati na erguu kee, akkuma na jaallattes isaan immoo jaallachuu kee haa beeku
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ธ Deebi keenyaa
๐ฅฅโ๏ธ deebi 1ffaa
1โMat 19:5 fi ser.Um 2:24
=isaan foonii tokko jedhee
malee kaayyoo tokko fi yaada tokkoo hin jennee kuni dogoggora isaanitti.
โKanaaf Jechi foonii tokko jedhuu dubartiin dhira irraa argamtee jechuu ibsuf. (ser.Um 2:23)
โlakki yoo,jedhanii immoo
erga yaada fi kaayyoo tokko tani
โต Abrahaamiifi saaran yaani Isaani maalif gargaara taโe (ser.um 18:13-14)
โ looxi fi haati mana looxi maalif. tokko hin tain.(ser.u 19:26)
=Deebii 2 ffaa
1Qor 3:5-8
โiddoo kana irratti Tajaajila ibsa malee kaayyoo tokko fi yaada tokko miti.
โ ๏ธ Fakkeenyaaf tokkoo bishaanii ni obsa
๐ tokko immoo ni dhaba yoo, taโe,
โ Affuurri tokko kenna nama gargaara jecha
(1 Qor 12:1)
Yaa obboloota ko! Waa'ee #kennaa_garaagaraa #Afuurri qulqulluun kennuu, akka hubattan nan barbaada
โJechi inni dhabuus taโe inni bishaanii obsuu tokko jedhuu immoo (Phaawuloos fi appolos) nama jechudha
โerga namaa tani immoo foonii walii fakkaata qabuu tokko jechudha.
( 1Qor 15.39 )
#Foon hundinuu akaakuu tokko #miti;
#foon namootaa akaakuu #tokko, foon horii kan biraa ti, foon simbirrootaa kan biraa ti, foon qurxummiis kan biraa ti
=Deebi 3 ffaa
Yoh 17:22-23
โakkuma nuu tokko tanee isaan nuu, wajiin tokko haatan jechuun.
โergaa murtii addunyaa kan xumurame booda Abbaa fi Kiristoos wajjin bara baran jirachuu ibsaa.
kuni immoo tokko isaan godha.
โตYoh 17:24
Yaa abbaa, isaan ati anaaf kennite kun #iddoon_ofii #jiraadhu haa jiraataniif, ulfina isa ati biyyi lafaa utuu hin uumamin waan na jaallatteef anaaf laattes, haa arganiif nan fedha
โ Yoh 14:2-3
#Mana_abbaa koo keessa iddoon #jireenyaa baay'eetu jira; utuu inni hin jiru ta'ee, isinitti nan himan ture; #iddoo jiru sana isiniif qopheessuudhaaf nan adeema*.
โทMulโata 21:22_25
Manni qulqullummaa ishee #Waaqayyo gooftaa isa hundumaa danda'uu fi #hoolicha waan ta'eef, ani mana qulqullummaa tokko illee mandarattii keessatti hin argine #Biiftuun yookiis ji'i mandarattii irratti ibsuun barbaachisaa miti; ulfinni Waaqayyoo ifa ishee ti, hoolichis ibsaa ishee ti*!
#Sabni ifa isheetiin in deddeebi'u, mootonni biyya lafaas wanta ulfina qabu isaan bira jiru gara isheetti in fidu Karri ishee matumaa guyyaadhaan hin cufaman, halkan immoo achi hin jiru
โธMulโata 22:5
Halkanis deebi'ee hin argamu; Waaqayyo gooftaan ifa isaanii ta'uuf waan jiruuf, ifni ibsaa, ifni aduus isaaniif hin barbaachisu. #Isaan baraa hamma bara #baraatti mo'uuf jiru*.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โโก๏ธ Yohaannis 10:30
Ani fi Abbaan tokko dha jechuun Kiristoos Waaqa ni ibsaa.
โ jecha Kiristoos jechuu gara ilmatti jijjiirama jalqabaa dura. yeroo kana immoo.
ilmi fi Abbaan tokko ta'u ibsaa.
โYohaannis 10:33_36
Yihudoonni immoo, โAti Waaqayyoon waan #arrabsiteef malee, hojii gaarii waan hojjetteef dhagaadhaan kan si dhoofnu miti. #Ati nama taatee utuma jirtuu Waaqayyoon of #goota' hoo jedhanii deebisaniif*
Kiristoos immoo, โโAnoo, isin waaqayyoota isiniin jedheeraโ kan jedhu seera keessan keessatti caafamee jira mitii*?

๐
ฑ dubisaa ๐๐๐
โก๏ธ Waaqayyo warra dubbiin isaa itti kennameen โWaaqayyootaโ jedhe; waan macaafni jedhus hin diigamu*.
Yoos immoo ana, isa abbaan qulqulleessee gara biyya lafaatti erginaan, โ #Ani_ilma_Waaqayyoo tiโ jedhe kanaan, attamitti โWaaqayyoon arrabsitaโ jettu ree*
โก๏ธ kanafuu Kiristoos yeroo sana lakki ani Waaqayyo miti jedhe hin mormine.
Mat 26:63-65
Kiristoos garuu calluma jedhe. Angafni lubootaa immoo, โHadaraa Waaqayyoo isa jiraataa ati Masiihicha, #ilma Waaqayyoo yoo taate nutti himi!โ jedheen*.
Kiristoos immoo deebisee, โ #Atumtuu jette kaa; garuu ilmi namaa ammaa jalqabee #mirga isa aango-qabeessaa taa'ee duumessoota waaqaa irra utuu dhufuu arguuf akka jirtan ani isinittan himaโ jedheen*.
Yommus angafni lubootaa aaree #uffata isaa tarsaasee, โInni Waaqayyoon #arrabseera, amma immoo dhuga-baatuu maalii nu barbaachisa ree? Kunoo, Waaqayyoon arrabsuu isaa isin iyyuu amma dhageessaniittu
๐ฅฅragaa dabalataa Yoh 5:17-18) dubbisi.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โค๏ธ๐ yaada fi kaayyoo namni Waaqayyo wajjiin walii qixa mitii
(Raajii_isayaas 55:8_9)
#Waaqayyo, โ #Yaadni koo akka yaada #keessanii, #karaan koos akka karaa keessanii #miti*; akkuma waaqni lafa irraa ol fagaatu, akkasuma karaan koo karaa keessan irraa, yaadni koos yaada keessan irraa in fagaata. โRom 11:33
Badhaadhummaan araara Waaqayyoo hammam guddata!
#Ogummaan isaa fi beekumni isaa hammam gad fagaata!
Akka inni itti murtoo godhu, #namni qoree bira hin ga'u!
#Karaa isaas namni faana dha'ee hin hubatu*!
๐ ฑ yaadni Kiristoos fi Abbaa tokkoo kuni immoo Kiristoos Waaqayyo ta'u ibsaa..
Mat 11:27
#Abbaan koo waan hundumaa dabarsee anatti kenneera; abbaa #duwwaatu isa beeka malee, #ilma kan beeku tokko illee hin jiru, ilma isaatii fi warra ilmi isaa itti mul'isuu barbaadetu abbaa beeka malee, #abbaa kan beekus tokko illee #hin jiruโ jedhe.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โก๏ธ link kan xuqaa hordofa๐๐โ ๏ธ
@haadha_Waaqa_naJaladha
======//========

โก๏ธ๐บ kutaa_50 ffยชยช โคต๏ธ
==================
โก๏ธ Gaaffii fi Deebi
โก๏ธ musiliimota.
โ Yohaannis 12:44
Iyyaasuus(kiristoos) sagalee isaa guddisee, #Namni Anatti Amanu, isa Ana erge sanatti Amana malee, anatti Amana #miti.* แขแจแฑแตแ แฎแธแฅ แฅแแฒแ แ แ แแฆ #แ แฅแ แจแแซแแ แ แแจแ แแแ แแ แฅแแ แ แฅแ แ แญแฐแแ(แฎแแแต12:44)
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ณ Gaafii isaani
A.)) kani itti Amanamu Abbaa qofa ykn kani ergee sanatti malee .Kiristoositti hin Amanamu...โ
B.)) kunoo Kiristoos Anati hin Amanana jedhe jedhuu.....โ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โก๏ธ Deebii keenya
A.)) Lakki lamaanitti iyyuu ni Amanama.
๐บRagaa keenya.โฌ๏ธ
โต=๐Yohaannis 14:1
Kiristoos itti dabalee akkana jedhe: โGaraan keessan hin raafamin. #Waaqayyotti Amanaa, #Anattis amanaa
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โErga lamanuu itti Amanuu taโe maalif Kiristoos ,Abbaati Amana jedhee ree.?
โฌ Deebii isaa
Kiristoos gara olitti yihudoota dubbachaa turee isaanii garuu Kiristoos Amanuu yeroo didanii akkasii jedhee ยซKeeyyataan lakkoofsa 44(12:44)) oli kanuma ibsaa Fakkeenyaaf.
โถ=๐Yohaannis 12:37-43
Inni dinqii hedduu isaan duratti kan hojjete taus, isaan garuu isatti #hin_amanne kunis kan tae, wanti #Isaayyaas
raajichi, โYaa waaqayyo wanta nu irraa dhagaetti kan amane eenyu? Irreen Waaqayyo hoo eenyutti mulifame?โ jedhee dubbate akka raawwatamuuf ture.
Sababii isaan amanuu itti hin dandeenye ilaalchisee Isaayyaas ammas akkana jedheeraโIsaan #ija isaaniitiin arganii, #garaa isaaniitiin hubatanii, akka hin deebinee fi anis akka isaan hin fayyisnetti, inni ija isaanii jaamseera; garaa isaaniis jabeesseera.โ
#Isaayyaas wantoota kana
kan dubbate, #ulfina isaa waan argeef ture; waaee isaas dubbateera.Taus, bulchitoota keessaa illee hedduun isaanii isatti #amananii turan; haatau malee, mana sagadaa keessaa akka hin ariamneef sababii Fariisotaatiif jedhanii waaee isaa ifatti hin dubbatan turan;
sababiin isaas, ulfina Waaqayyo biraa argamu caalaa, ulfina namoota biraa argamu waan jaallataniif ture.
๐บakka dubbisaa kanatti Kiristoos Amanuu isaanitti rakkoo yeroo ta'u ,Kiristoos immoo kanuma isaan beekan Abbaatti iyyuu yoo, Amananii jedhetti.
๐นkanaa jechuun immoo kani Abbaa kani taโe kani ilmatti,kani ilma kani taโe hundi kani Abbaatti.(Yohaannis 16:15))
โท๐Yohaannis 17:10.
wanti kan koo tae hundi kan kee ti; wanti kan kee tae hundis kan koo ti; anis isaan gidduutti ulfina argadhee
โkanafuu namoonni kuni Abbaatti ykn ilmatti yoo ,Amananii rakkoo tokko hin qabuu *sababa kanafi Kiristoos Abbaati Amana jedhe.
โธ=๐Yohaannis 12:45
namni na argu #hundi, isa na erge Sanas ni arga.
แฅแแแ แจแแซแญ แจแแจแแ แซแซแ
(แฎแแแต 12:45))
โก๏ธ kana jechuun Abbaa fi ilmi tokkummaa wani ta'aniif akkasii jedhe ,ati Abbaa ati amantee jechuun ilmatti illee Amantee jedhu ta'a.
๐บ lakkoofsa gara gadi irratti immoo Kiristoos maali
jedheeโ
โน=๐Yohaannis 12:46
Namni anatti #amanu hundi #dukkana keessa akka hin jiraanneef, ani ifa taee gara addunyaa dhufeera.
๐ณYaadaa xumura๐ณ
โบ๐1Yohaannis 5:12-13
Namni #Ilma sana qabu jireenya kana qaba; namni Ilma Waaqayyoo hin qabne jireenya
kana hin qabu.
Ani wantoota kana kanan isiniif barreessu, isin warri maqaa
Ilma Waaqayyootti #amantan jireenya bara baraa qabaachuu keessan akka beektaniifi.
#แแ แซแแ แแญแแต แ แแ แจแฅแแแ แฅแแญ แแ แจแแแ แแญแแต แจแแแ แจแแแแ แแญแแต แฅแแณแแฝแ แณแแ แแแต แ แฅแแแ แฅแแญ แแ แตแ แแแณแแ แญแ แ แฝแแแฝแแแ(1แฎแแแต 5:12-13))
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐บlink waldaa kani kunoo
Namni barbaduu hundaaf๐
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ

พ kutaa-75-ffยชยช.๐บ
โป gaaffii fi deebi
โป Muslimoota fi
๐ pheenxee
โ Yohaannis 17:9
Ani waaee isaanii sin #kadhadha kan Ani si kadhadhu waaee #addunyaa utuu hin tain, waaee warra ati Anaaf kennite sanaa ti; sababiin isaas isaan kan kee ti
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
โโปgaaffii isaanii.
1= warri Muslimaa akkasii jedhuu erga Kiristoos Waaqayyo taโe maaliif kadhachuu barbaachise jedhuuโ๐
2=warri pheenxee akkasii jedhuu Kiristoos nuuf kadhata jedhuuโ๐
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
โ Deebi keenyaa.๐
Kiristoos Ani isiniif hin kadhadhu jedhe jira kani jedhuu ta'a.
โตโธYohaannis 16:26.
Guyyaa sanatti isin #maqaa kootiin Abbaa #ni_kadhattu; kana jechuun koo garuu #Ani isiniif nan kadhadha jechuu
koo #miti. โ
โโ Muslimaa fi pheenxee iddoo kana irratti immoo maali jeetu ree ?siila Kiristoos Ani isiniif hin kadhadhu jedhe jira.
Yaa #Muslimaa maali siif
waya reโ
Yaa #pheenxee maali siif
waya reโ
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ||โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
โAmma immoo hiikaa jechoota sana ilaala (Yoh 17:9) irraa kani jiruu maali ibsaa.
A))โโAni siin kadhadhaa jedha Kiristoos eenyu kadhata. โjennee yeroo gafanu immoo Muslimaa fi pheenxee ,akkasumas amantooni tokkoo tokko Kiristoos Abba kadhata nuun jedhuu.
โyeroo akkasii immoo nutti orthodoksooni Abbaan ofii isaa iyyuu hin beekuu kani geena kadhadha barbaduu jennee gaafanaโ๐ .
๐ yeroo kana immoo
deebin hin jiru ๐
โปamma garuu Kiristoos isiniif nan kadhacha yeroo jedhuu barattoota sanatu cubbuu hojjatee moo? Jenne gaafana Lakki barattoonni(11) Kiristoos gonkumaa cubbuu hin hojjanne.
โถโธYohaannis 13:10-11
Iyyasus Kiristoos โNamni qaama isaa dhiqate hundi guutummaatti #qulqulluu waan
taeef, miilla isaa dhiqachuu qofatu isa barbaachisa. #Isin qulqulluu dha,garuu #hunda keessan mitiโ jedheen Kana kan jedhe, nama dabarsee
isa kennu waan beekuuf ture. โQulqulluu kan tae hunda keessan mitiโ kan jedhes kanaaf ture.
โโ kanafuu barattoonni Kiristoos Qulqulluu dha, yihudaa Qofti Qulqulluu miti inni cubbuu qaba. Kiristoos darbarse kenne jira wani taโef.
โทโปMaatewos 26:24-25
Dhugaa dha, Ilmi namaa
akkuma waaeen isaa barreeffame
ni deema; isa Ilma namaa #dabarsee kennu sanaaf garuu #wayyoo! Namni sun utuu hin dhalanne taee isaaf
wayya ture.โ #Yihudaan inni dabarsee isa kennuuf jedhus deebisee, โRabbii, ana tainnaa laata?โ jedheen. Iyyaasusi โAtumti iyyuu jette kaaโ jedhee deebiseef.
โธโปYohaannis 18:11
Iyyasus kirjstoos โWaaqayyo biraa utuu siif hin kennamne taee, Ana irratti #Aangoo tokko illee hin qabaattu turte. #Namichi_dabarsee sitti na
kenne, #cubbuu_guddaa kan qabu kanaafiโ jedhee deebiseef
๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ
Walumaagalatti barattoota 12 keessa tokko qofatti cubbuu hojjate jira
โช barattoonni 11 Qulqulluudha
โชbarataa 1 immoo Qulqulluu miti.
๐erga akkasii taโe immoo Yohaannis 17:9 Ani isiniif nan kadhadhaa kani jedhanii Kiristoos barattoota 11 malee yihudaa miti. Sababiin isaa yihudaan achi bahee deeme jira.
โนโปYohaannis 13:30
Kanaaf, Yihudaan #buddeena daabboo cabaa sana erga #fudhatee booda, yeruma sana #gadi_bae.Yeroon isaas halkan ture.
๐ yihudaa erga gadi bahee hin deebinee ,kanafuu Kiristoos barattoota 11 qofaa wajjin dubbachaa akka jiruu ibsa (Yohaannis 17:9) irratti.
๐ ฐ amma immoo Kiristoos Ani Qulqullootaaf hin dhufnee cubbamaa fayyisuuf jedhee jira.
Kanafuu Barattoonni isaa immoo 11 Qulqulluudha kadhannaa maali isaanii barbachisaa reeโjennee Musiliimota fi pheenxee gaafana.๐๐
โบโปMatewoos 9:13
Kanaaf dhaqaa, โAni aarsaa utuu hin tain gara laafina nan barbaadaโ jechuun maali jechuu akka tae hubadhaa. Sababiin isaas Ani namoota Qulqullota #utuu hin tain, #cubbamoota
waamuufan dhufe.โ
โชkana booda Kiristoos barattoota isa 11 isin Qulqulluudhaa erga jedhee ,Lakki isaan Qulqulluu miti jedhe kani mormuu gonkumaa hin jiruu.=ok.
B))โโ amma immoo qabxiiwwan gara oli irraa maali hubbanna ree.โ
Kadhannaa inni jedhame akka dibbisa kanati cubbuu isaanii dhisii ,jedhu miti ,yookiin Ani Aarsadha jedhu miti.

๐ฅฅ ๐ค๐๐๐ค๐ก๐ค๐ค๐ฉ๐ ๐ฅฅ๐
Obboloota jechuun Afaanii Giriikiitiin #ฮฑฮดฮตฮปฯฮฟฮฏฯ (Adelfoiis) jedhama.
๐๐๐๐๐ ๐ข๐ช๐จ๐๐ก๐๐ข๐ค๐ค๐ฉ๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐จ๐๐ ๐ ๐ช๐ฃ๐ค๐
Muslimoonni akkasi jedhuu silaa Kiristoosiin Waaqa jettu Waaqni immoo obboloota qaba jedhu....โ
๐ณ Yohaannis 20:17
Iyyaasuus Ani amma iyyuu gara Abbaatti waanan ol hin baaneef, na hin qabin. Kanaa mannaa dhaqiitii #obboloota_kootiin, โAni gara Abbaa koo fi gara Abbaa keessanitti, gara Waaqa koo fi gara Waaqa keessanitti ol nan baสผaโ jedhii isaanitti himiโ ishiidhaan jedhe.
๐ฅฅ ๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐ฃ๐ฎ๐๐
๐ ๐๐ง๐๐จ๐ฉ๐ค๐ค๐จ ๐จ๐๐๐๐๐ ๐ข๐๐๐ก๐๐ฉ๐๐ ๐ค๐๐๐ค๐ก๐ก๐ค๐ฉ๐ ๐ ๐ค๐ค ๐๐๐๐๐ ๐ข๐โโ
โตโป #๐๐๐๐๐๐_๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐๐
โถโป๐๐๐๐ #๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐
โทโป #๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐น#T๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ข๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐.
โถโปSera.Keesa.Deebi 18:15.
#Waaqni kee Waaqayyo #obboloota kee gidduudhaa raajii akka kootii siif ni kaasa. Isinis isa dhagaสผuu qabdu.
โทโปFaarfannaa,Daawit 22:22
Ani maqaa kee #obboloota_kootti nan beeksisa; Gumii gidduuttis sin jajadha.
๐น #L๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ #๐๐๐๐_๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐ข๐(๐๐๐๐๐)๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ยซ kana ibsuuf akkasii jedhee ยป
โธโปIbroota 2:14
ijoolleenโ sun #foonii fi #dhiiga waan taสผaniif, #innis_foonii fi dhiiga taสผe; kanas kan godhe, duสผa isaatiin Diyaabilos isa duสผa fiduuf humna qabu sana balleessuuf
โนโปIbroota 2:17
inni wantoota Waaqayyoo wajjin wal qabatan hundumaa irratti luba ol aanaa gara laafessaa fi amanamaa taสผuudhaan, aarsaa araaraa cubbuu namootaatiif dhiifama argamsiisu dhiheessuuf, #gama hundumaatiin #obbolootaโ isaa #fakkaachuun isa barbaachiseera.
โบโปMulโata Yohaannis 22:16.
Ani Iyyaasuus faayidaa gumiiwwaniitiif jedhee waaสผee wantoota kanaa isiniif dhugaa baสผuuf Ergamaa koo ergeera. Ani #hiddaa fi #sanyii Daawiti; akkasumas bakkalcha ifa guddaa qabu dha
โปโปRoome 1:3
waaสผee #Ilma isaa isa #karaa #foonii sanyii Daawit keessaa dhufe sanaa kan ibsu dha.
โผโป1 Pheexiroos 4:1
#Kiristoos yeroo #fooniin turetti rakkinni waan isa irra gaสผeef, isinis yaada Kiristoos qabaachuuf of qopheessaa; sababiin isaas, namni rakkinni isa irra gaสผe cubbuu hojjechuu dhiiseera;
โฝโปRoome 8:29
sababiin isaas, #Ilmi isaa #obboloota hedduu gidduudhaa angafa akka taสผuuf, Waaqayyo warra jalqaba beekamtii isaaniif kenne dursee murteessuudhaan fakkaattii Ilma isaa akka qabaatan godheera.
๐น #S๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ #๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ #๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐.
โพโปMaatewos 12:48-50
#Iyyaasus deebisee namicha isatti hime sanaan, โHaati tiyya eenyu? Obboloonni koo hoo eenyu faสผi?โ jedhe. Achiis harka isaa gara #barattoota isaatti diriirsee akkana jedhe: โKunoo, haati tiyyaa fi #obboloonni koo warra kana! Namni fedhii Abbaa koo isa samii raawwatu hundi, #obboleessa, #obboleettii fi haadha koo ti.
โฌโฌโฌโฌโฌ
#Kiristoos_Raajidha,yeroo jennu Aangoo maalummaa rajji kani qabuu ta'u ibsaa Fakkeenyaaf.rajooni kuni lafa irra dhufanii Kiristoos ยซ #samii irraa irra dhufee ยป kani sami irraa dhufuu immoo #waaqa malee hoomaa miti.
โตโปYohaannis 6:62.
#Ilmi namaa #bakka_dura turetti utuu #ol_bauu yoo argitan maal jettu ree?
โถโปYohaannis 8:23
#Innis akkana isaaniin jedhe: โ #Isin_gad irraa ti; #Ani garuu #ol_irraa ti. #Isin_addunyaa kana irraa ti; #Ani garuu #addunyaa kana irraa #miti.
๐ฅฅrajoonni hundi isaanii gara lafaa irraa dhufanii
๐๐ค๐๐ฏ๐ T๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha

Telegram
๐นD๐๐๐๐๐ ๐ข๐ช๐จ๐๐ก๐๐ข๐ค๐ฉ๐๐ ๐๐ ๐ฅ๐๐๐๐ฃ๐ญ๐๐โโโโโ
โIyyesuus, โBeekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ isaaniin jedhe.โ (Maat.16:6).
แขแจแฑแตแ แจแแชแณแแซแแ แจแฐแฑแแแซแ แฅแญแพ แฐแ แแแแ แฐแ แ แแก แ แแธแแข (แแดแแต 16:6)