🌹D𝙚𝙚𝙗𝙞𝙞 𝙢𝙪𝙚𝙞𝙡𝙞𝙢𝙀𝙩𝙖𝙖 𝙛𝙞 𝙥𝙝𝙚𝙚𝙣𝙭𝙚𝙚⛈⛈⛈⛈⛈
2.58K subscribers
54 photos
2 videos
10 files
117 links
“Iyyesuus, ‘Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

ኢዚሱስም ኚፈሪሳውያንና ኚሰዱቃውያን እርሟ ተጠንቀቁና ተጠበቁ፡ አላ቞ው። (ማ቎ዎስ 16:6)
Download Telegram
➡🅰 kutaa-43 ffªª 🌞🌞
            🚞Gaaffii fi Deebii
🚌Musiliimota
📀⬇ Yohaannis 11:34
kiristoos akkas jedhe“
#Eessa isa keessan?” jedhe. Isaanis, “Yaa Gooftaa, kottuu ilaali” jedhaniin #ወዎት አኖራቜሁት? አለምእነርሱም ጌታ ሆይ፥ መጥተህ እይ፡ አሉት(ዮሐንስ 11:34)
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🔻Gaafi isaanii
1=Kiristoos maalif iddoo
#Alaazaari itti awwaalamee walale  jedhuu..👌
*Eessa isaa keessan jedhee maaliif gaafata jedhuu.
👉
Waaqayyo wanta hundumaa beeka ,erga inni Waaqa ta’e jedhuu.❓❓
🔎 kanafuu inni
Waaqayyo miti jedhuu.❓
▬▬▬▬▬▬▬▬
↪Deebi keenya
#Lakki Kiristoos Waaqayyo wanta #hundumaa_beeka kan jedhuu ta'a'.
➞Raga_kitaaba

➡=Yohaannis 21:17👇
Ammas sia sadaffaadhaaf Yaa Simoon ilma Yonaa baayee na jaallattaa?” jedheen. Pheexiros, Iyyaasus(Kiristoos) sia
sadaffaadhaaf, “Baayee na jaallattaa?” jedhee waan isa gaafateef ni gadde. Kanaaf Pheexiros, “Yaa Gooftaa,
#ati_waan_hundumaa_beekta akka ani baayee si jaalladhus
beekta” jedheen.Iyyaasus(Kiristoos)
akkana jedheen: “Ilmoolee hoolaa koo eegi jedhee

✍kana booda
#hiika kitaaba ilaala.⬇

⓵=Ser.Uum 3:9
Waaqayyonis
#Adaami waamee #Eessa jirta?” isaan jedhe

⓶=Ser.Uum 4:9
#Waaqayyo Qaayeelin “Obboleessi kee Abeel #eessa
jira? jedhee gaafate; innis, “Ani
hin beeku. Ani eegduu obboleessa kootii tii?” jedhee deebise
➡ kanafuu
#jechi Eessa jedhuu
#Amala_Waaqayyo akka ta’e ni ibsaa ,
➞
Waaqayyo Adaami eessa jirta jedhee kani gaafatee iddoo Adaami jiruu walale miti
➞
Waaqayyo Qaayeelin obboolldessi kee,eessa jira jedhe kani gaafatee iddoo #Abeeli jiruu walale miti.
▬kunoo ragaa keenya👇

⓷=Far.Daawit 139:7
Afuura kee jalaa eessattan
miliquu dandaa?
#Fuula kee duraa hoo eessattan baqachuu dandaa.

⓾=Kitaaba fakkeenya 15:3
#ijji Waaqayyo bakka hundumaa jira Namoota hamoos namoota
gaariis ni ilaala.

⓹=Ibroota 4:13
#Uumamni ija isaa jalaa dhokatu tokko illee hin jiru; kanaa mannaa, wanti hundi ija isa nu gaafatu sanaa duratti qullaa fi #ifatti kan saaxilame dha
➡
Waaqayyo wanta hundumaa ni arga ,Kiristoos wanta laphee nama keessa jiruu hundumaa  ni beeka.

‎
Waaqayyo yaadaa laphee nama keessa jiruu ni beeka ,isaan gaafachuu hin barbachisu.
⓺=Far.Daawit 139:1-2
Yaa
Waaqayyo , ati akka
gaariitti na qorte, na
beektas.Yommuun taauu fi yommuun kau ni beekta
#Yaada koo fagoodhaa ni hubatta

⓻=Yohaannis 2:25
Kiristoos wanta
#nama_keessa jiru waan beekuuf,eenyu illee waaee namaa akka isaaf dhugaa bau isa hin barbaachisu ture.
➡
Waaqayyo erga wanta #hundumaa_beekee maalif eessaa jirta jedhe gaafata
ree..❓
✍Deebii
Keessa namoota(nama) sana ,
#Qulqulluu fi #jalaa ta'u isaa namoota ifa gochuuf =eessaa jirta, eessaa isaa keessan jedhee.

Ⓦ=Luqaas 16:15
kiristoos akkana isaaniin jedhe
#Isin namoota duratti Qulqulloota akka taatan dubbattu, #Waaqayyo garuu #laphee keessan beeka. Sababiin isaas, wanti namoota duratti bakki guddaan kennamuuf
Waaqayyo duratti jibbisiisaa dha.

‎sababa maaliif
#Kiristoos eessa isaa keessan Alaazaari jedhee 👇

➡Sababa
#Tokkoffaa keessa namoota sana ifaa gochuuf
Malee wanta biraf mitii.
Osoo isaan hin gaafane inni beeka turee.(Yoh 2:25)

➡ sababa
#lamaffaa Kiristoos maalif eessa isa keessan jedhee , #Abbaa isaa wajiin #qixa ta'u ibsuuf ,akkuma bara durii #Adaami essaa jirta jedhee
Qaayeelin obbolleessi kee,eessa jira jedhee

Kiristoos immoo dubbii kan fayyadame jira.👇
â“œ=➡ Ibroota 1:3
Inni(Kiristoos)ulfina Waaqayyoo ni calaqqisa,
#eenyummaa isaas sirriitti bakka bua, akkasumas waan hundumaa humna dubbii isaatiin jiraachisa. Inni cubbuu keenya erga qulqulleessee booda, iddoo oli aanaa mirga isa Suurra Qabeessa sanaa taae እርሱም #ዚክብሩ_መንጞባሚቅና_ዚባሕርዩ ምሳሌ ሆኖ፥ ሁሉን በስልጣኑ ቃል እዚደገፈ፥ ኃጢአታቜንን በራሱ #ካነጻ በኋላ በሰማያት በግርማው ቀኝ ተቀመጠ
(ዕብራውያን 1:3))
✍ Kiristoos
#eenyummaa Waaqayyo ni ibsa wanii ta’e eessa isaa gootan jedhee.

Kiristoos addunyaa dura akka turee immoo kunoo👇
â“Ÿ=Ibroota 13:8
Iyyasus Kiristoos
#kaleessa,
hara, bara baraanis isuma sana
✍kan jedhuun bara Adaami fi Qaayeeli kan dubbatee Kiristoos jedhuudha.
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
Link kan xuqaa 👇👇
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
======//=========
➡🌞kutaa-44 ffªª 🅟
                  ♚Gaafi fi Deebi
🚭Muslimoota
✍Yohaannis 11:35.
Iyyaasus(Kiristoos)
#imimmaan isaa dhangalaase(boo'e).
ኢዚሱስም እንባውን አፈሰሰ
((ዮሐንስ 11:35))
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
📍Gaafii isaanii
1=Kiristoos
Waaqayyo mitii
Waaqni akkamitti imimmaan dhangalaasaa yookiin akkamitti boo'aa jedhuu...❓
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
➡ Deebi keenya.
imimmaan dhangalaasuu yookiin boo'uun ,nyaachuun Aangoo
Waaqayyo gadii hin xiqeesuu ,yookiin immoo olii hin dabaluu.

👉Ragaa kitaaba
⓵=➧Ser.Uum 6:6
#Waaqayyo nama lafa irratti uumuu isaa in #jibbe, guutummaa garaa isaatiinis in #gadde
➞jedha
Waaqayyo nama ni #jibbee fi ni #gadde jedhuu ilaala
✍
Waaqayyo sababa nama jibbee fi gaddeef. #Aangoo isa irraa maaltuu hiratee ,lakki hoomtuu hin hirane.
⓶=➧ser.Uum 18:8
Sana booda inni
#dhadhaa fi #Aannan, akkasumas
jibicha qopheesse sana fuudhee
#nyaaticha isaaniif dhiheesse.
Yommuu isaan
#nyaatanis inni
mukicha jala isaan bira dhaabbatee ture.
➞yeroo
Waaqayyo mana Abrahaami seene,sana Waaqayyo nyaatee jedha.
👉 kanafuu
Waaqayyo wanta nyaateef maaltuu
hiratee ree..❓

✍ Haaluma kan Kiristoos imimmaan dhangaalase yookiin yoo,
#gade Aangoo Kiristoos maaltuu hirachuu danda'a ❓
Lakki hoomtuu hin hiratu.
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🔺 kanaa booda Kiristoos
Sababa maalif imimmaan isaa dhangalaase kan jedhuu ilaala.
Deemna.⬇

🌹➞Sababa
#Tokkoffaa
Ser.Uum 6:6 irratti
Waaqayyo sababaa innii gadeef namaa wani jalatufi gadee.
Waaqayyo immoo Addunyaa jalachu isaa👇
⓷=➧Yohaannis 3:16
Isatti kan amanu hundi jireenya bara baraa akka qabaatuuf malee akka hin badneef,
#Waaqayyo Ilma
isaa isa tokkicha hamma kennuufitti
#addunyaa kana baayee #jaallateera.

➧Haaluma walii fakkaatu immoo Kiristoos Alaazaar baay'ee jaalata.
⓾=➧Yohaannis 11:36
Yeroo kanatti Yihudoonni, “Akkam akka inni isa
#jaallatu ni argtuu?” jechuu jalqaban

🌹➞Sababa
#lammaffaa namaaf gadu Kiristoos afaanii qofa osoo hin tanee hojii nutti argisiise Fakkeenyaaf nuuf ta'uf
⓹Yohaannis 13:15
Akkuma ani isiniif godhe, isinis akkanuma akka gootan
#Ani_fakkeenya isiniif taeera.
⓺=➧Maatewos 11:29
Waanjoo koo baadhaa,
#Ana irraas #baradhaa, ani garraamii fi kanan gadi of qabu waanan taeef #lubbuudhaan keessaniifis boqonnaa argattu.

🌹➞sababaa
#sadaffaan Kiristoos imimmaan dhangalaasuu isaa
Dhugumati foonii keenya akka fudhatee ibsuuf, maalif yoo,jedhamee Kiristoos foonii nama miti kani ergamoota fudhatee akka hin jenneefi
Foonii nama immoo akka imimmaan qabuu mirkaneessuuf.akkasii godhee.
⓻=➧Roome 1:3
Kunis waaee Ilma isaa isa
#karaa_foonii sanyii Daawit irraa dhufe sanaa kan ibsu dha.

â“Œ=➧Ibroota 2:16
Sababiin isaas inni
#sanyii
Abrahaami gargaaraa jira malee,
#maleekota gargaaraa akka hin jirre beekamaa dha.

🚯kutaa_42 ffaa dubbisa🚷
➡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/464 ⚫👌👌👌👌
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
link kan xuqa yeroon itti qophaa deema 👇👇👇👇👇
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
  â€Žïžâ€Žïžâ€Žïžâ€Žïžâ€Žïžâ€Žïžâ€Žïžâ€Žïžâ€Žïžâ€Žïž
🌹➡ kutaa_45 ffaa. 👇👇👇

🫰Gaafii fi Deebii.
🐊Musiliimaa =🐎

✍Yohaannis 11:38
Iyyaasuus  (kiristoos)) ammas
#baayee erga #gaddee booda gara awwaalichaa dhaqe Awwaalichi holqa dhagaadhaan cufame ture.*
ኢዚሱስም በራሱ
#አዝኖ ወደ መቃብሩ መጣፀ እርሱም ዋሻ ነበሚፀ ድንጋይም ተገጥሞበት ነበር።(ዮሐንስ 11:38)
▬▬▬▬▬▬▬▬
➞Gaaffii isaanii Kiristoos erga
Waaqayyo ta’e akkamii #Gadaa jedhuu ❓
🔳🔳🔳🔳🔳🔳🔳
Deebi keenya.

Bara
#durii Waaqayyo maalif gaddee jennee gaafachuu qabna ,yeroo kan deebi gonkumaa hin qabanii.
👉lakki bara durii
Waaqayyo sababa inni gadeef nama wani jaalatuuf hoo, jedhan immoo.
👉 ergaa akkasii ta’e Kiristoosi sababa inni gadeef Alaazaari wanii jalatufi jennee deebi itti kenina.
⓵=Seera.Uumama 6:6
Waaqayyo nama lafa irratti uumuu isaa in #jibbe, guutummaa garaa isaatiinis in #gadde
➞ እግዚአብሔርም ሰውን በምድር ላይ በመፍጠሩ ተጞጞተ፥ በልቡም
#አዘነ
(ዘፍጥሚት 6:6)
⓶= Yohaannis 11:36
Yeroo kanatti Yihudoonni, “Akkam akka inni isa
#jaallatu ni argitu jechuu jalqabaan.
ስለዚህ አይሁድፊ እንዎት ይወደው እንደ ነበሹ እዩ፡ አሉ ((ዮሐንስ 11:36)).

➧ kutaa_42 ffaa dubbisa
➧kutaa_44 ffaa dubbisa.
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
▮🅰  
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/479

▮🅱
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/464  
▮➡➡➡➡                            
▮ 🅱         ▮🌹🌹🌹🌹🌹
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
Link waldaa kana immoo👇👇
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
🌺🔺kutaa _ 57 ffªª 🌺🔳
▭▬▬▭▬▭▭▬▬▭
👉Gaafii fi Deebi
👉 Muslimoota👈
✍ Yohaannis 13:21
Iyyaasus(kiristoos)) wantoota kana erga dubbatee booda, akka malee Afuura isaatiin
#dhiphatee, “Dhuguma dhuguman isiniin jedha, isin keessaa tokko dabarsee na kenna” jedhee ifatti dubbate
ኢዚሱስ ይህን ብሎ
#በመንፈሱ_ታወኚ መስክሮምፊ እውነት እውነት እላቜኋለሁ፥ ኚእናንተ አንዱ አሳልፎ ይሰጠኛል፡ አለ
(ዮሐንስ 13:21)
▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭
🔺Gaaffii isaanii
1= Kiristoos osoo
Waaqayyo ta’e maalif dhiphatee jedhuu.
Waaqayyo dhiphachuu hin danda'u jedhu...❓
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🔳Deebi keenya
➛ lakki Kiristoos
Waaqayyo
Sababa Afurraan dhiphatee immoo dubbii rajoota akka rawwatamuuf.
📍1))=
#Gaaffii nuu,isaanii gaafanu #muslimoota Kiristoos Afuurani dhiphatee jechuun lubbuu isaanii dhiphatee jechu moo❓
affuurra Qulqulluun dhiphatee jechuudha jene gaafana.❓
=deebi isaa lubbuudhaan jechudha (Mar 14:34)
➛lakki Affuurra Qulqulluun dhiphatee yoo,jedhanii immoo
Kitaaba Qulqulluu keessa Afurri Qulqulluun ni dhiphata kan jedhuu gonkumaa hin jiruu.

🔳Kiristoos
Waaqayyo ta'u
            Ragaa kitaaba.
⓵=✍Yohaannis 12:41
#Isaayyaas wantoota kana
kan dubbate,
#ulfina isaa waan #argeef ture; waaee isaas dubbateera.
➩akka dubbisaa kanati wa'ee Kiristoos kani dubbate Yohaannis akkasii jedhe « isayaas ulfina isaa arge jedhee »
✍ Raajii isayaas isaa immoo iddoo kaamitti ulfina isa argee yeroo jennu immoo
(isayaas 6:1) irraatti dha.
⓶=✍ Raaji_Isaayaas 6:1
Bara Ooziyaan Mootichi
duetti,
#Waaqayyo_teessoo
dheeraa fi olii ka'aa irra
taaee
#nan_arge fiixeen uffata isaatiis mana Qulqullummaa
guutee ture.
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
📍Hiikaa jecha
#lubbuu jedhuu fi #Afuura jedhuu tokko.akka dubbisa kitaaba kanatti

Lubbuu=hafuura/Affuura waliqixxee dha
✍Yeroo Tokkoo tokkoo hafuuraa jechuun
A)).Afuurra Qulqulluu
        =Yoh 1:32
B)).Affuura nama ykn lubbuu
       =lallabaa 3:21
C)).Affuurra Xuraawaa
       =Matewoos10:1
D)).Affuura bineensota//bineeladoota//Allatiwwan//Qurxummii /....
  =sera.Uum 7:15*lallabaa 12:7)
E)). Ergamooni Qulqulluun affuurra jedhamu
=Ibroota 1:14

Kanafu Kiristoos Afuuran dhiphatee yeroo jennuu lubbuun isaan dhiphatee jechuu keenya.
⓷=Maaraqoos 14:34
Kiristoos akkask isaanii jedhe“Lubbuun koo hamma du'aatti baay'ee gaddite; isin as turaa, dammaqaas!” jedhen
➛Kiristoos Afuura isaan dhiphatee kan jedhuu lubbuu isa ibsa malee wanta bira.mitii

📍Afaani...lubbu👇....afuurra👇
#Ingiliffaan  ➛soul     ➛spirit
#Giriikii dhan ➛ψυχή ➛πΜεύΌα
#ibraayisxiittin ➛וְ֭נַ׀ְש֎ׁי  ➛   ך֚ו֌חַ

⓾=kitaaba lallabaa 3:21
#Hafuurri_namootaa akka oli
bau,
#hafuurri horii immoo
gara lafaatti akka gadi  bu'u
dhugumaan kana kani beeku eenyu
✍haafura kani jedhamee lubbuu namoota ibsa
Ragaa dabalataa
((Lallabaa 12:7
iyyoobi 7:11)) *dubbisi
🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺
📍Amma gara
#mataa_duree keenyatti deebina.
Sababa Kiristoos Affuurran dhiphateefi.
🌹=Dubbii Raajoota raawwachuuf.

⓹=Farfannaa Daawit 6:3
#Lubbo koo baayee #dhiphateera Yaa Waaqayyo hamma yoomiitti itti fufaa?
ነፍሮም እጅግ ታወኚቜፀ
አንተም አቀቱ፥ እስኚ መቌ ድሚስ ነው?
(መዝሙር 6:3)

⓺=Farfannaa  42:5
Yaa
#lubbuu ko, maaliif akkas #gadditee_dhiphatta? Maaliifis akkas ana keessatti gabii dhabda? Ati Waaqayyoon abdiidhaan eeggadhu! Anoo deebi'ee gargaarsa isa biraa anaaf dhufuuf, Waaqayyo koo ta'uu isaatiifis isa jajachuufan jira ነፍሮ ሆይ፥ ለምን ታዝኛለሜ? ለምንስ #ታውኪኛለሜ? ዹፊቮን መድኃኒት አምላኬን አመሰግነው ዘንድ
በእግዚአብሔር ታመኚ.(መዝሙር 42:5)
🌺 Kiristoos dubbii raajoota rawwachu qofaa yoo,ta’e malee
Dhimma tokkof hin jennee.
Sababiin isaa inni wa'ee lubbuu isaa sodate mitii. Kiristoos dursee akkasii jedhee « Ani lubbuu koo fi qaama koo nani kasa jedhee jira»

⓻=Yohaannis 2:19
Iyyaasus(kiristoos)) deebisee, “Mana qulqullummaa kana diigaa, anis guyyaa
#sadiitti deebisee nan kasa isaaniin jedhe.
🌺 Yookiin immoo lubbuu koo,Ani isiniif nan keena.jedhee erga akkasii jedhee maali sodate ree?,kanafuu dhugaan jiruu dubbii rajoota raawachuuf kan jedhee.
▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭
🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺
▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭
➩link waldaa keenyaa👇
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭
➩🌺 kutaa _ 59 ffªª 🔳
▲▲▲▲▲▲▲▲▲▲▲
📍 Gaaffii fi Deebi
📍Musiliimota
✍ Yohaannis 14:9
Iyyaasuus(Kiristoos) akkana jedheen: “Yaa Filiphoos, yeroo dheeraa hammanaatiif ergan isinii wajjin jiraadhee booda illee, isin amma iyyuu na
hin beeknee?
#Namni Ana arge hundi #Abbaas argeera. Maarree ati akkamitti, ‘Abbaa nutti argisiisi’ jetta?
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
👉 Gaaffii isaanii
1= gonkumaa siila Namni Abbaa Argee hin jiruu , Kiristoos immoo akkamitti Namni Ana Arge Abbaa arge jedha
jedhuun ..❓
⏯ Ragan isanii immoo kuno👇
1=sera.Bau 33:20
#Namni fuula koo #arge jiraachuu waan hin dandeenyeef, ati fuula koo arguu hin dandeessu
2= 1ximotewos 1:17
Mootii bara baraa isa hin duune, isa
#ijaan hin argamne, Waaqayyo tokkicha sanaaf baruma baraan #ulfinnii fi #guddinni haa ta'u! Ameen
3= 1ximotewos 6:16
Waaqayyo duwwaatu hin du'u, inni #ifa_homtinuu itti dhi'aachuu hin dandeenye keessa in jiraata; namni takkaa isa #hin_argine, isa arguus hin danda'u. Isaaf #ulfinnii fi #Aangoon bara baraa haata'u! Ameen
4=1Yohaannis 4:12
Yoom iyyuu taanaan namni
#Waaqayyoon_argee beeku hin jiru. Wali #jaallachuu keenya yoo itti fufne, Waaqayyo nu keessa ni jiraata, jaalalli isaas nu keessatti guutuu taa
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
📍Deebi keenyaa
🔳
#Namni Waaqayyo Arge jira kan jedhu ta'a
🔳
#Ergamoonni Waaqayyo isa arganii jiruu.
    🌺 Namni
Waaqayyo arge
         jirachuu isaa kunoo raga
         Keenyaa kitaaba Qulqul
⓵👉sera Uumama 32:30
#Yaaqoobi , “Ani #Waaqayyoon #fuulleetti nan #arge, garuu lubbuun koo ooleera” jedhe; kanaaf maqaa iddoo sanaa “Pheeni'el” jedhee moggaase*; [“Pheeni'el” jechuun, “Fuula Waaqayyoo” jechuu dha]
⓶👉Seera. Uumama 18:1
Abrahaam yeroo saafaa balbala dunkaana isaa dura taa'ee utuu jiruu,
#Waaqayyo qilxuu Mamree biraa isatti in #mul'ate
⓷👉Sera.Bau 24:10-11
isaan
#Waaqayyo isa kan Israa'el in argan; miilla isaa jala wanta akka dhagaa Safiiros, isa qullaa'aa akka bantii waaqaatu ture*. Inni harka isaa gurguddoota saba Israa'el kanatti hin buufne; isaan Waaqayyoon in #argan, achitti walii wajjin in nyaatan, in dhuganis
ⓞ👉1 motoota 22:19
Yommus Miikiyaas, “
Waaqayyo teessoo isaa irra utuu taa'uu, macci waaqa irraas hundinuu gara mirgaa isaa fi gara bitaa isaa utuu dhaabatanii #nan_arge; kanaafis wanta Waaqayyo dubbatu dhaga'i
⓹👉iyyoobi 19:26_27
Gogaan dhagna kootii ana irraa qunca'ee, foonis dhagna koo irra hin jiru yoo ta'e iyyuu, ani Waaqayyoon arguuf jira. Ani ofii kootii
#isa_nan_arga; anumatu ija kootiin isa arga malee, kan biraa miti; ani garuu isa yaaduu irraa kan ka'e nan gaggabe

⓺👉Raajii isayaas 6:3
Yommus ani, “Wayyoo kaa! Ani nama arrabni isaa xuraa'e, namoota arrabni isaanii xuraa'e gidduus kanan jiraadhu waanan ta'eef
#iji koos Waaqayyoon mootii maccaa waan #argeef nan bade!” jedhee nan iyye
⓻👉Mul’ata Yohaannis 22:3_4
Magaalattii keessa kana booda abaarsi hin jiru. Kanaa mannaa teessoon
#Waaqayyoo fi teessoon #Hoolichaa magaalattii keessa taa, garboonni Waaqayyoos tajaajila
qulqulluu isaaf dhiheessu; isaan
#fuula isaa ni argu; maqaan isaas adda isaanii irratti ni barreeffama
   🌺 Ergamoonni immoo
      
Waaqayyo arguu isanii
Ⓦ👉Maatewos 18:10
Dhuguman isiniin jedha, maleekonni(Ergamoonni) isaanii warri samii keessa jiran yeroo hunda fuula
#Abbaa koo isa samii waan #ilaalaniif, warra xixinnoo kana keessaa isa tokko akka hin tuffanne of eeggadhaa.
ⓜ👉Luqaas 1:19
Maleekaan sunis deebisee akkanaan jedheen: “Ani Gabrieel isa
#fuula_Waaqayyoo dura dhaabatu dha; akka ani si haasofsiisuu fi misiraachoo kana sitti himuuf ergameera.
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🌹 Kitaabni iddoo tokko irratti
Waaqayyo hoomtuu hin argine jedha , iddoo tokko tokko irratti namni fi ergamoonni argaman jecha , kuni walii hin fakkaatu.
Dogoggora kitaaba moo mitii❓
      🔳 Deebi keenya
✍ Lakki gonkumaa dogoggora mitii jennaa., Kanaaf akkamitti
Yoo, jette immoo............❓❓
➩ iddoo
Waaqayyo hoomtuu hin arginee jedhuu irraa jechoota inni fayyadame qofa ilaala.👇👇👇
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🌺 itti fufi dubbisi 🌺
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
👉link kana xuqi
@haadha_Waaqa_naJaladha
🌞🌞🌞🌞🌞🌞🌞🌞🌞🌞
🔳 ‎ kutaa -64- ffªª ‵ 🔳
🔺 gaafi fi Deebi
🔺Muslimoota
✍Yohaannis 14:13
Abbaan karaa
#Ilmaa ulfina akka argatuuf, wanta isin maqaa kootiin kadhattan hunda
ani isiniif nan raawwadha
======"||
📍gaaffii isaanii
1=Kiristoos ilma kani jedhamuu akkamu namoota kani ilma jedhanii amanu dha jedhu❓❓
========||×
🌺 Deebi keenya.🌺👇
Kiristoos ilma kani jedhamuu kani isa kuni gonkuma adda‌
⓵.)) Kiristoos qofaatu addunyaa Uumamuu ishee duraa jira
📍Yohaannis 17:5
Yaa Abbaa ulfina
#Ani addunyaan #uumamuu isaa dura si biratti qabu sanaan, ati of biratti ulfina anaaf kenni.
⓶.)) ilma Kiristoos qofatu
Waaqayyo biraa turee
📍Yohaannis 1:18
Yeroo kamitti iyyuu
#namni Waaqayyoon arge hin
jiru
#ilma_tokkicha isa taee fi
Abbaa bira jirutu waaee Isaa nuu ibse.
⓷.)) Seexanni Kiristoos qofaan ilma
Waaqayyo jedhee malee
📍Maarqoos 3:11
#Hafuuronni xuraaoon illee, yommuu isa argan hundatti isa duratti kufanii “Ati #Ilma_Waaqayyoo ti” jedhanii iyyu turan.
⓾.)) Kiristoos ilma
Waaqayyo qofa malee eenyu ergamoota erge .namoota walitti qaba
📍Maarqoos 13:27
Innis yeroo sanatti Ergamoota(maleekota) ergee, warra isaaf
#filataman_andaara lafaatii hanga andaara samiitti kallattii arfanii #walitti ni qaba.((Mat 25:31)* luq 21:36
⓹.)) ilma Kiristoos isaa qofaatu samii irraa dhufee malee.
📍Yohaannis 6:62
#Ilmi namaa #bakka_dura turetti utuu oli bauu yoo argitan maal jettu ree?
⓺.)) ilma Kiristoos qofan jireenyi argama.
📍Yohaannis 20:31
Wantoonni kun garuu kan barreeffaman Iyyaasus(kiristoos) dhuguma inni Kiristoosii fi
#Ilma_Waaqayyoo tauu
isaa akka amantaniif, amantaniis karaa
#maqaa isaa jireenya akka argattaniifi.
⓻.)) ilmi Kiristoos illee ergamoota irraa adda akka ta’e
📍Ibroota 1:5
Fakkeenyaaf
Waaqayyo maleekota keessaa isa kamiin, “Ati #ilma_koo ti; ani hara #si #dhalfadheera,” akkasumas “Ani #abbaa isaa nan taa, innis ilma koo ni taa” jedhee beeka?
Ⓦ.)) Kiristoos
#ilma waqayyo jechuu qabu namni hundinuu
📍1Yohaannis 5:5
#Addunyaa mouu kan dandau
eenyu? Isa Iyyasus(Kiristoos)
#Ilma_Waaqayyoo tauu isaa amanu sana mitii?
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
👉Kiristoos karaa
#foonii ilma #Abrahaam ,ilma #Daawit,ilma Maariyaami jedhama( Mat 1:1)* (Rome 1:3)* (Ibrotaa 2:15).
🌲kanafuu iddoo kanatti gara foonii ilma isaanii jedhama malee gara Gooftummaa isaa fi Waaqayyummaa isaani ilma isaani miti.
📌Maatewos 22:41_46
#Fariisonni walitti qabamanii
utuu jiranii Iyyasus(Kiristoos)akkana jedhee isaan
#gaafate Waaee #Kiristoos maali yaaddu? Inni #ilma eenyuuti? jedhe Isaanis, #Ilma_Daawiti” jedhaniin Innis akkana jedhee isaan gaafate: Maarree, Daawit akkamitti #hafuuraan geggeeffamee #Gooftaa’ jedhee isa waama? Daawit #Waaqayyo_Gooftaa kootiin, “Ani diinota kee miilla kee jala hamman siif godhutti ati #mirga koo taai” jedheera’ jedhee dubbateera Maarree #Daawit Gooftaa jedhee
erga isa waamee, akkamitti ilma isaa taa? Sana booda namni tokko illee deebii isaaf kennuu hin dandeenye guyyaa sanaa jalqabees namni gaaffii kan biraa isa gaafachuuf ija
jabaate hin turre
🅰 akkuma Daawitif gara
#foonii qofaan ilma ta’e ,gara foonii ilma Abrahaami, ilma Maariyaami, ilma Nohii ni jedhama,➖ garuu gara gooftummaa immoo ilma Daawit miti ,akkasumas ilma Maariyaami miti ❌ inni Waaqa fi Gooftaa Maariyaamitti ,Daawitii, Abrahaami malee.
===============
link waldaa keenya xuqa👇
@haadha_Waaqa_naJaladha
=========//==========
🏥 kutaa -68-ffªª. 🏥
..................................
➛ gaaffii fi Deebi
➛ Muslimoota.
✍ Yohaannis 14:31
Ani Abbaa akkan jaalladhu addunyaan akka beekuuf,
#akkuma_Abbaan Ana ajajetti nan #hojjedha. Ka'aa, asii haa deemnu
▬▬▬▬▬▬▬
➩ gaaffii isaanii
1=Kiristoos akkuma Abbaan ajajetti hojata malee ofii isaa hin hojjatu,kanafuu inni waaqa mitti jedhuu.❓
========= ||
🔳 Deebii keenya.
📍Kiristoos illee ni hojjataa, akkuma Abbaan hojjatuutti kani jedhuu ta'a.
📍A)).➩Yohaannis 1:3
Wanti
#hundinuus isumaan ta'e waan ta'e keessaas #isa malee kan ta'e tokko illee hin jiru
➩akka dubbisa kanatti wanti hundi Kiristoosiin erga ta’e ,Kiristoos wanta hundumaa akka godhuu ibsa.

📍B)).Filiphisiiyus 3:20-21
Nuti garuu lammiilee samii ti;
#fayyisaa isa achii dhufu, jechuunis #Gooftaa Iyyaasus Kiristoosiin hawwii guddaadhaan eegganna innis
#humna isaa isa #guddaa #wantoonni_hundi akka isaaf bitaman godhuun,qaama keenya isa dadhabaa qaama
isaa isa ulfina qabeessa akka fakkaatuuf ni jijjiira.
➩humna guddaa akka qabuu ibsee jira ' kuni immoo ofuma isaa Kiristoos akka rawwatu ibsa.

📍C)).1 ximotewos 1:12
Inni, ani amanamaa akkan
taetti na lakkaaee tajaajilaaf waan na muudeef,
#Gooftaa keenya Kiristoos Iyyaasuus isa #humna naa kenne nan galateeffadha
➩ kanafuu humna kani namaaf kennuu Kiristoos ,erga akkasii ta’e ni galateeffamaa.

📍D)). Qolosaayis 1:16_17
Wanti
#sami keessa jiruu fi wanti #lafa irra jiru #hundinuu, wanti ijaan argamuu fi wanti ijaan hin argamne, warri teessota irra taa'anii fi warri mootummaa qaban, warri bantii samii keessaa gooftummaa fi aboo qabu jedhamanii sodaataman isaan #uumaman wanti hundinuu #karaa isaa uumame, isaafis uumame Inni wanta #hundumaa_dura ture karaa isaa wanti hundinuu iddoo godhatee in jiraata
🔳 Kiristoosiin ta’e jedha ammasi,yeroo Kiristoos humna dhabe gonkumaa hin jiru.

📍E)).1 Qorontos 8:6
Nuuf garuu
#Waaqayyo tokkichatu jira; innis abbaa, isa waan #hundumaa_uume, isa nuyi maqaa isaatiif #jiraannus. Akkasumas #gooftaa_tokkichatu jira; innis Iyyaasuus Kristos, isa wanti hundumtuu ittiin uumame, isa #nuyi ittiin jiraannus.
➛Abbaa fi Kiristoos samii tokko qofa  Uummamni malee samii gargaara uummamni hin jedhuu .Abbaan illee Kiristoos malee hooma gochuu hin danda'u. Kara Kiristoos addunyaan uumamee.
▬▬▬▬▬▬▬▬
👉Kiristoos maalif akka Abbaan na,ajajeeti hojadha jeedhe ree, jennee yoo, ilaaluu ,
Tokkoffaa Fakkeenyaaf nuuf ta'uf ,abbaafi ajajame .

📍F)). Ibroota 5:8-9
Inni
#ilma_Waaqayyoo yoo tae iyyuu, rakkoowwan isa irra ga'an irraa #ajajamuu barate Guutummaatti gaumsa kan qabu erga taee boodas, warri isaaf ajajaman #hundi fayyina bara baraa akka argatan
itti gaafatamummaan ni kennameef.

📍G)). 1Phexiroos 3:6
kunis akkuma Saaraan “gooftaa koo” jettee isa waamuudhaan Abrahaamiif #ajajamtetti ture. Isinis wanta gaarii gochuu keessan yoo itti fuftanii fi
kan hin sodaanne yoo taatan ijoollee ishii taatu.

📍H)). Filiphisiiyus 2:3-5
#Gadi ofii qabuudhaan warri kaan akka isin irra #caalan godhaa yaadaa malee, morkiidhaan yookiin of tuulummaadhaan kakaatanii waan tokko illee hin godhinaa faayidaa warra kaaniis yaadaa malee, faayidaa ofii keessanii qofa hin yaadinaa.
#Isinis ilaalcha #Kiristoos Iyyaasuus qabu sana qabaadhaa.

🔳 Kiristoos Abbaan akka isaa caaluu godhee ,kani mataa isaa hin barbannee. Kanafi Phawuloos yaada Kiristoos sana isin illee qabadhaa jedhe.
🌺 link waldaa kana kuno gara gadi xuqaa hordofa👇👇👇
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
⚠⚠⚠⚠⚠⚠⚠⚠⚠
🅱kutaa-70-ffªª.👇🅱🍃
=👉gaaffii fi deebi
=👉Musiliimota
✍Yohaannis 15:1
Ani muka wayinii isa dhugaa ti, kan dhaabe immoo Abbaa koo ti.
===================
#Gaaffii isaanii.
1➩Kiristoos
Waaqayyo mitii muka waynii tti malee jedhuu❓
🏥 Deebii keenya.
Lakki kuni fakkeenya malee dhuguma muka wayni isaa lafaa biqiluu sana mitii kani jedhuu ta'a.
📍Fakkeenyaaf sabnii Israa'el waynii ni fakkaata. Ture.
⓵👉Farfannaa.Daawit 80:8-9
#Mukti_wayinii #Gibxii keessaa akka baÊŒu goote. #Saboota(Uumata) #ariitees isa dhaabde Ati iddoo isaaf ni qopheessite, Innis #hidda godhatee biyyattii guute
➛𝑘𝑎𝑛𝑎𝑎𝑓𝑖 𝑘𝑖𝑟𝑖𝑠𝑡𝑜𝑜𝑠 𝑚𝑢𝑘𝑎 wayni 𝑘𝑎𝑛𝑖 𝑗𝑒𝑑ℎ𝑎𝑚𝑒 # 𝑓𝑎𝑘𝑘𝑒𝑒𝑛𝑊𝑎𝑓i male 𝑀𝑎𝑛𝑡𝑎 𝑏𝑖𝑟𝑎𝑓 𝑚𝑖𝑡𝑡𝑖.
🅱 musiliimonni lakki fakkeenya mitii yoo, jedhan immoo .nutti gaaffii qabna Kiristoos samii irraa dhufee (Yohaannis 3:13) kanafuu wayni samii irraa ni biqila jenne gafana❓
Eeyyee yoo,jedhanii raga fidi❓
Ragaa hin qabdu yoo,ta’e immoo ni sobda❓
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
➩gara mata duree keenya yeroo deebinu « Kiristoos maalif muka waynii ofiin jedhee » ❓
🌺Sababaa
#Tokkoffaa(-1ffªª)
Kiristoos waaee malummaa isaa yeroo ibsu Fakkeenyaaf wani fayyadamufi.
➩Ani bishaanii jireenya kenuu ofin jedha
⓶👉Yohaannis 7:37-38
#Guyyaa xumuraatti jechuunis guyyaa ayyaanichaa isa guddaatti #kiristoos dhaabbatee sagalee isaa olii kaasee akkana jedhe: “Namni #dheebote yoo jiraate, gara #koo dhufee haa dhugu. Akkuma Kitaabonni Qulqulluun jedhan, anatti kan amanu kam iyyuu, #Lagni_bishaan jireenya kennuu isa keessaa ni yaaÊŒa.’”
(Yoh 4:13-14)
➛akkuma bishaanii jireenya kenuu jedhuu kana immoo Ani waynii dhugumaati ,ana malee jireenya hin qabdiin jedha.

⓷👉Yohaannis 15:5
#Ani_muka wayinii ti,isin immoo dameewwan isaa ti. Namni Anaa wajjin tokkummaadhaan jiraatuu fi anis isaa wajjin tokkummaa qabu hundi #firii hedduu ni godhata sababiin isaas isin Ana #irraa_gargari baatanii matumaa homaa gochuu #hin dandeessan
➩akkuma namni bishaanii malee hin jiraanne halumma kana Kiristoos malee jirachuu hin danda'u.
Kiristoos ana malee hoomaa gochuu hin dandeessani ergaa jedhe kuni enyuu laata❓
A=Waaqa moo❓
B=Nama laata ❓
✍ deebiin isaa Kiristoos Waaqa ta'u isa ibsaa kuni.
Akkuma jalqabaa waynii jirate isaa booda immoo damee wayni jiruu. ❝ kuni immoo Kiristoos malee namni kamiyyuu jireenya akka hin qabnee ibsaa.❞
ⓞ👉Efesoon 2:12
isin yeroo sanatti saba IsraaÊŒel irraa fagaattanii, kakuu abdichaa sanaaf keessummoota taatanii
#Kiristoos_malee jiraachaa turtan; addunyaa keessattis abdii malee fi #Waaqayyo_malee jiraachaa turtan.
🌺Sababa
#lammaffaa(-2ffªª.)
Kiristoos wayni kani fakkaatee .
Jalali Kiristoos akka wayni kani mi’aawaa wani taeef.
⓹👉Farfannaa.Daawit 34:8
Waaqayyo #gaarii taÊŒuu isaa #dhandhamaa ilaalaa; Namni isatti kooluu galu gammadaa dha.
⓺👉1Pheexiroos 2:3
isin
#Gooftaan_gaarii taÊŒuu isaa dhandhamtaniittu.
⓻👉Roome 8:35
#Jaalala_Kiristoos irraa gargar nu baasuu kan dandaÊŒu eenyu? Rakkina moo, dhiphina moo, ariÊŒatama moo, beela moo, daaruu moo, balaa moo goraadee dha?
🌺sababa
#sadaffaa(-3ffªª)
Akkuma Ani Qulqulluu ta’e isaan immoo Qulqulloota ta'a akkuma jedhamuu.(1Phex 1:15)
✍kana yeroo jedhuu jalqabaa Qulqulluu ta'u qaba,
✍hasluma wali fakkata jalqaba dura kiristoos wayni tau qaba isaa booda namooni kuni damee wayni ta'u( Yoh15:4
▬▬▬
Jechi immoo wayni kani dhabee Abbaa kooti jedhuu ,immoo Kiristoos Ani Abbaa irraa dhaladhe jedhee jedhu ibsaa.
Ⓦ👉Farfannaa 2:7
Labsii
Waaqayyo nan labsa Inni akkana naan jedhe: “ #Ati_ilma koo ti; Ani harÊŒa si #dhalcheera
(Ibroota 1:5-6).
✍erga kiristoos Abbaa irraa
#dhalate dhufe Kiristoos fakkeenya waynii  ta’e #Abbaan illee fakkeenya #wayni ni jedhama.ta'a
Sababii isaa Kiristoos fi Abbaan Tokko wani ta'aniif.
ⓜ👉Yohaannis 10:30
#Anii fi #Abbaan tokko dha.
✍ akkuma Kiristoos jireenya kenuu Abbaan illee jireenya keena ,kanafis Yohaannis akkasii jedhee.
ⓟ👉1Yohaannis 5:11-12
Wanti inni ragaa baÊŒes isa kana,
#Waaqayyo_jireenya bara baraa nuu kenneera, jireenyi kunis #Ilma isaa keessa jira Namni Ilma sana qabu jireenya kana qaba namni Ilma Waaqayyoo hin qabne jireenya kana #hin qabu.
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
▲link kana xuqaa qabxiiwwan jiran hordofuu dandeessu.
@haadha_Waaqa_naJaladha
▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭
🅰 kutaa-73-ffªª .🅰
     👉 gaaffii fi deebi
     👉 Musiliimota
✍ Yohaannis 17:3
Jireenya bara baraa argachuu akka dandaÊŒaniif, si isa
#Waaqa dhugaa #tokkicha taatee fi #Iyyaasuus_Kiristoos isa ati #ergite sana beekuu qabu.
⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌
gaaffii isaanii 👇
1= Waaqa Tokkicha jira ,Kiristoos immoo Eegamadha jedhuu.❓
⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌//⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌
⚛ Deebii keenya.
🌟 Lakki lamanuu isaanii iyyuu Waaqa kani jedhuu ta'a.
Fakeenyaf Kiristoos iddoo itti waaqa jedhamee. Ilaala.
⓵➧Yohaannis 20:28
Toomaasis deebisee, “Gooftaa ko,
#Waaqa koo!” jedheen.
👉Abbaan immoo iddoo itti Waaqa jedhamee.
⓶➧Yohaannis 8:54
Iyyaasuus Kiristoos deebisee akkana jedhe: “Ani yoon ulfina ofiif kenne, ulfinni koo gatii hin qabu. Inni ulfina anaaf kennu,
#Abbaa koo isa isin #Waaqa keenya jettan sana dha.
🌺 Kanaafuu Abbaa fi ilmi Waaqa =ok.☑
⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌
🧣gara mataa duree keenyaatti yeroo deebinuu immoo.
🪖
#Hiika Yohaannis 17:3 jecha tokko tokkoon ilaala.

📍A))👉⁌Jireenya bara baraa argachuu akka dandaÊŒaniif, si isa
#Waaqa dhugaa #tokkicha taatee fi #Iyyaasuus_Kiristoos isa ati #ergite sana beekuu qabu.
👉 jireenya bara bara kani keenuu eenyu Abbaa moo❓Kiristoos ❓
Deeebi isaa akka dubbisa kanatti Abbaa fi Kiristoos ibsa Sababiin isaa " waliqabisisuutu
#fi yookiin afaanii Ingiliffaatiin #and * Afaanii Giriikiitiin (καί)  seeri afaanii kuni fi yeroo hunda yaada dabalataa ibsuuf fayyada.
⓷➧Yohaannis 20:31
Wantoonni kun garuu kan barreeffaman Iyyasus kiristoos dhuguma inni Kiristoosii fi Ilma Waaqayyoo taÊŒuu isaa akka
#amantaniif, amantaniis karaa #maqaa isaa #jireenya akka argattaniifi.
⓾➧Yohaannis 6:40
fedhiin
#Abbaa_koo namni #Ilma_beekee isatti amanu #hundi_jireenya bara baraa akka qabaatuufi; anis guyyaa dhumaatti duÊŒaa isa nan kaasa.”

🌺 kanafuu jireenyaa bara bara kani kennuu Abbaa fi ilma,erga ta’e ,Abbaa fi Kiristoos Tokko jechudha.😁

📍B))👉⁌ hiika bira immo ❝ sii, isa
#Waaqa dhugaa #tokkicha taatee ❞
👉iddoo kana irratti Waaqa tokkicha kani jedhamee
Eenyuu❓
=deebi isaa👉 Abbaa dha.
Kanafuu abbaa meeqatu jira Abba tokkicha.
Kitaaba keessatti Abbaan jechuun waaqa isaanii jettanii sani jedhe Kiristoos dubbatee jira
⓹➧Yohaannis 8:54
Iyyaasuus Kiristoos deebisee akkana jedhe: “Ani yoon ulfina ofiif kenne, ulfinni koo gatii hin qabu. Inni ulfina anaaf kennu,
#Abbaa koo isa isin #Waaqa keenya jettan sana dha.
🌺 Abbaa=Waaqa jechudha

« kanafuu nuutis Abbaa
#Tokkicha qofa jira jenne
amana » ,"akkasumas ilma tokkicha qofatu jira jenne amana",Akkasumas Affuurra Qulqulluu tokkicha qofatu jira jennee Amana.
⓺➧Yohaannis 3:16
“Isatti kan
#amanu hundi jireenya bara baraa akka qabaatuuf malee akka hin badneef, #Waaqayyo(Abbaan)  #Ilma isaa isa #tokkicha hamma kennuufitti addunyaa kana baayÊŒee jaallateera.
⓻➧1 Qorontos 12:4
Kennaan garaa garaa jira,
#Afuurichi garuu #tokkichuma sana.
👉 Abbaa
#Tokkicha qofaa
👉 ilma
#Tokkicha qofaa
👉 Affuura Qulqulluu
#tokkicha qofa.
🌺 nuuti warri orthodoksi kanitti Amana.

📍C))👉⁌ Musiliimoonni Kiristoos ergamadha jedhu. Yeroo kana nutti gaaffii qabna kani ergamee kuni eenyu jennee gaafana❓
⁌yeroo kana immoo Kiristoos jedhuu ,Kiristoos kuni eenyu jennee gaafana ilmaa
Waaqayyo nuun jedhuu.
Kanafuu " kani ergamee dhufe kuni ilma
Waaqayyo jedhi amani kaa. Yaa, Muslimaa.
Ⓦ➧Yohaannis 11:27
Ishiinis, “Eeyyee, yaa Gooftaa, ati
#Kiristoos, #Ilma_Waaqayyoo isa gara #addunyaa dhufu sana akka taate nan amana” jetteen.

📍D))👉⁌ kiristoos maalif abbaa tokkicha fi ilma tokkicha ergamee dhufe beeku qaban jedhee.❓
✍Sababiin isaa Abbaa fi Kiristoos wani hin beekneef, akkasii jedhe,
ⓜ➧Yohaannis 16:3
isaan wantoota kana kan godhan
#Abbaas taÊŒe Anaan waan #hin_beekneefi.
ⓟ➧Yohaannis 8:19
Isaanis, “
#Abbaan kee eessa jira?” jedhaniin Iyyaasus Kiristoos “Isin #Anas taÊŒe #Abbaa koo hin #beektan. Utuu Ana beektaniittu taÊŒee, Abbaa koos ni beektu turtan” jedhee deebiseef
✍kanafuu jireenyi bara bara kani argamuu Abbaa fi Kiristoos beekuu qabuu jedhe,akkekachisee jira.
⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌
link kana xuqa hordofuu dandeessu👇
@haadha_Waaqa_naJaladha
⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌||⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌
🅱 kutaa-74-ffªª.🅱
👉gaafii fi deebi
👉Muslimoota
✍Yohaannis 17:8
Ani
#dubbii ati Anaaf #kennite isaaniif kenneera; isaanis kana #fudhataniiru; Ani akkan #sii_bira dhufes sirriitti beekaniiru; akkasumas akka ati na #ergite amananiiru.
ዮሐንስ 17:8
ዹሰጠኾኝን
#ቃል ሰጥቻ቞ዋለሁና እነርሱም ተቀበሉት፥ #ኹአንተም_ዘንድ እንደ ወጣሁ በእውነት አወቁ፥ አንተም እንደ #ላክኾኝ አመኑ.
▬▬▬▬▬▬▬▬
➩gaaffii isaanii.
1👉 dubbii Kiristoosi Abbaa irraa fudhatee barattoota isaati keena, inni ofi hin beeku
jedhuu.❓
▬▬▬▬▬▬▬▬.
👉 Deebii keenyaa.
Lakkii Kiristoos wanta hunda beeka
⓵➞Yohaannis 16:30
Ati wanta
#hunda akka #beektuu fi #eenyu illee si gaafachuun akka isa hin barbaachisne amma beekneerra. Kanaanis ati #Waaqayyo_biraa akka dhufte #amanneerra.”
⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻
👍gara hiika jechoota
ilaalaa Yohaannis 17:8 irraa
maali ibsaa❓
🍇A))👉 dubbii ati naafi keenite Ani isaanii keenera jedha.
=dubbii isaa kami kennefi❓laata Kiristoos.
👇deebii isaa idduma kanatti ibsee jira Kiristoos, dubbi kani jedhame isaa kana ❝Kiristoos Abbaa bira dhufuu
#beekuu fi Amanuudha, gara biyya lafaa eegame dhufu isaatti"❞
🀝 sababiin isaa Jechi
#Fudhatanii jiru jedhuu kanuma ibsa wani ta’ef.
👉kunoo Kiristoos jechoota sani dubbii kee,jedhee malee dubbi bira mitii, ❞ ❌
👆barattoonni Kiristoos isaa kana
#Amananii fudhatanii jiru jechuudha.
⓶➞Yohaannis 17:8
Ani
#dubbii ati Anaaf #kennite isaaniif kenneera; isaanis kana #fudhataniiru; Ani akkan #sii_bira dhufes sirriitti beekaniiru; akkasumas akka ati na #ergite amananiiru.
➩Ragaa Dabalataa.
â“·âžžYohaannis 16:27
isin waan na jaallattanii fi Waaqayyoon bira akkan
#dhufe waan #amantaniif, Abbaan ofii isaatiif iyyuu isin ni jaallata.
➩Jechi
#Amanuu jedhuu immoo Yoh 17:8 irratti ibsamee jira. Kaayyoo inni *
⓾➾Yohaannis 11:27
 Ishiinis, “Eeyyee, yaa Gooftaa, Ati Kiristoos,
#Ilma Waaqayyoo isa gara #addunyaa dhufu sana akka taate nan #amana” jetteen.
⓹➞Yohaannis 8:24
Ani cubbuu keessaniin ni duutu kanan isiniin jedhes kanumaafi. Sababiin isaas,
#inni dhufu sun ana taÊŒuu koo hin #amantan taanaan, isin cubbuu keessaniin ni duutu.”
⓺➞Yohaannis 6:68
Nuti ati Ilma Waaqayyoo Isa Qulqulluu akka taate amanneerra; beekneerras.”
👉jecha
#beekuu 👆jedhu immoo ilma Waaqayyo ta'u beekuudha.
▬▬▬▬▬▬▬
🍇B))➩Jechi Ani Abbaa biraa dhufee jedhuu hoo,maali ibsa❓
👉Kuni immoo Kiristoos
#qofti Abba bira jirachuu ibsa.
⓻➞Yohaannis 6:46-47
Isa Abbaa biraa dhufe sana malee
#namni_tokko illee Abbaa hin argine; Abbaa kan arge isa #qofa dha.Dhuguma dhuguman isiniin jedha, Anatti kan amanu hundi jireenya bara baraa qaba.
Ⓦ➞Yohaannis 1:18
Yeroo kamitti iyyuu namni Waaqayyoon arge hin jiru
#ilma_tokkicha isa taÊŒee fi #Abbaa_bira jirutu waaÊŒee Isaa nuu ibse.
🌹kanafuu Kiristoos qofti erga Abbaa biraa turee ,inni Kiristoos Waaqa.
▬▬▬▬▬▬▬
🍇C))➩Kiristoos maalif Ergamee ❓ namoota fayyisuu.
ⓜ➞Yohaannis 4:42
isaanis dubartii sanaan, “Kana booda waan ati dubbatteef qofa amanna miti; nuti ofii keenyaa dhageenyeerra; namni kun dhuguma
#fayyisaa_addunyaa taÊŒuu isaas #beekneerra” jedhan.
▬▬▬▬▬▬
🍇D)➩Kiristoos erga namoota fayyisee booda hoo, eessa deemaa.
👉kara Tessoo isaa, isaa irratti dhufti deebi'a.
â“ŸâžžYohaannis 6:62
#Ilmi namaa bakka #dura turetti utuu oli baÊŒuu yoo argitan
maal jettu ree?
▬▬▬▬▬▬▬
▣◊ waligaltii dubbii kee, kani jedhamee Kiristoos Abbaa biraa dhufuu isa kani ibsu ta'u,hubbannee jira, fedhiin Abba namoonni akka fayyanii ,akkasumas
#fedhiin_Kiristoos namoonni akka fayyaniif fi du'a jala akka miliqanif.kunis fedhii Kiristoos isaa Kiristoos dhufee hojjin mirkaneenesse jira
🅟,Yohaannis 6:40
#fedhiin_Abbaa koo namni #Ilma_beekee isatti #amanu hundi jireenya bara baraa akka qabaatuufi; Anis guyyaa dhumaatti duÊŒaa isa nan kaasa.”
▣▣▣▣▣▣▣▣▣▣▣▣▣▣▣
➀ link waldaa keenyaa kana xuqaa hordofa👇👇
@haadha_Waaqa_naJaladha
▣▣▣▣▣▣▣▣▣▣▣▣▣▣▣
Audio
🅰 orthodoksi fi pheenxee.
           🌺Rakkoo pheenxee kana ilaala kuno👇👇👇
⓵➩pheenxee kuni
#maqaa #Kiristoos jedhuu eessaa akka dhufee gonkumaa hin beekani
⓶➩maqaa
#Iyyaasus jedhu jecha irraa dhufee gonkumaa hin beekani.
⓷➩pheenxee kuni kitaaba #66 gonkumaa hooma hin beekuu.
â“žâž©pheenxee maqaan
#Waaqayyo jedhu jalqabaa eessa akka dhufee hin beeknani
⛑kanafuu ergaa Kiristoos hin beekne,
Waaqayyo hin beekne, kitaaba hin beekne . Maaliif guyyaa guutuu iyyaa oltuu laataa ❌

⚛ nuuti warri
#orthodoksi kunoo akkanatti pheenxee #afaanii ishi cufaan.

#Orthodoksi (Gutema Gelana)
#pheenxe paasterii (Abdi)
..............................
✍pheenxee yaaduma iyyaasus Kiristoos jecha olu malee isaa gonkumaa akka hin beeknee hubbadha.