🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.59K subscribers
54 photos
2 videos
10 files
113 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
πŸ₯ kutaa -68-ffΒͺΒͺ. πŸ₯
..................................
βž› gaaffii fi Deebi
βž› Muslimoota.
✍ Yohaannis 14:31
Ani Abbaa akkan jaalladhu addunyaan akka beekuuf,
#akkuma_Abbaan Ana ajajetti nan #hojjedha. Ka'aa, asii haa deemnu
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
➩ gaaffii isaanii
1=
Kiristoos akkuma Abbaan ajajetti hojata malee ofii isaa hin hojjatu,kanafuu inni waaqa mitti jedhuu.❓
========= ||
πŸ”³ Deebii keenya.
πŸ“
Kiristoos illee ni hojjataa, akkuma Abbaan hojjatuutti kani jedhuu ta'a.
πŸ“A)).➩Yohaannis 1:3
Wanti
#hundinuus isumaan ta'e waan ta'e keessaas #isa malee kan ta'e tokko illee hin jiru
➩akka dubbisa kanatti wanti hundi Kiristoosiin erga ta’e ,
Kiristoos wanta hundumaa akka godhuu ibsa.

πŸ“B)).Filiphisiiyus 3:20-21
Nuti garuu lammiilee samii ti;
#fayyisaa isa achii dhufu, jechuunis #Gooftaa Iyyaasus Kiristoosiin hawwii guddaadhaan eegganna innis
#humna isaa isa #guddaa #wantoonni_hundi akka isaaf bitaman godhuun,qaama keenya isa dadhabaa qaama
isaa isa ulfina qabeessa akka fakkaatuuf ni jijjiira.
➩humna guddaa akka qabuu ibsee jira ' kuni immoo ofuma isaa
Kiristoos akka rawwatu ibsa.

πŸ“C)).1 ximotewos 1:12
Inni, ani amanamaa akkan
taetti na lakkaaee tajaajilaaf waan na muudeef,
#Gooftaa keenya Kiristoos Iyyaasuus isa #humna naa kenne nan galateeffadha
➩ kanafuu humna kani namaaf kennuu
Kiristoos ,erga akkasii ta’e ni galateeffamaa.

πŸ“D)). Qolosaayis 1:16_17
Wanti
#sami keessa jiruu fi wanti #lafa irra jiru #hundinuu, wanti ijaan argamuu fi wanti ijaan hin argamne, warri teessota irra taa'anii fi warri mootummaa qaban, warri bantii samii keessaa gooftummaa fi aboo qabu jedhamanii sodaataman isaan #uumaman wanti hundinuu #karaa isaa uumame, isaafis uumame Inni wanta #hundumaa_dura ture karaa isaa wanti hundinuu iddoo godhatee in jiraata
πŸ”³ Kiristoosiin ta’e jedha ammasi,yeroo
Kiristoos humna dhabe gonkumaa hin jiru.

πŸ“E)).1 Qorontos 8:6
Nuuf garuu
#Waaqayyo tokkichatu jira; innis abbaa, isa waan #hundumaa_uume, isa nuyi maqaa isaatiif #jiraannus. Akkasumas #gooftaa_tokkichatu jira; innis Iyyaasuus Kristos, isa wanti hundumtuu ittiin uumame, isa #nuyi ittiin jiraannus.
βž›Abbaa fi
Kiristoos samii tokko qofa  Uummamni malee samii gargaara uummamni hin jedhuu .Abbaan illee Kiristoos malee hooma gochuu hin danda'u. Kara Kiristoos addunyaan uumamee.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
πŸ‘‰
Kiristoos maalif akka Abbaan na,ajajeeti hojadha jeedhe ree, jennee yoo, ilaaluu ,
Tokkoffaa Fakkeenyaaf nuuf ta'uf ,abbaafi ajajame .

πŸ“F)). Ibroota 5:8-9
Inni
#ilma_Waaqayyoo yoo tae iyyuu, rakkoowwan isa irra ga'an irraa #ajajamuu barate Guutummaatti gaumsa kan qabu erga taee boodas, warri isaaf ajajaman #hundi fayyina bara baraa akka argatan
itti gaafatamummaan ni kennameef.

πŸ“G)). 1Phexiroos 3:6
kunis akkuma Saaraan β€œgooftaa koo” jettee isa waamuudhaan Abrahaamiif #ajajamtetti ture. Isinis wanta gaarii gochuu keessan yoo itti fuftanii fi
kan hin sodaanne yoo taatan ijoollee ishii taatu.

πŸ“H)). Filiphisiiyus 2:3-5
#Gadi ofii qabuudhaan warri kaan akka isin irra #caalan godhaa yaadaa malee, morkiidhaan yookiin of tuulummaadhaan kakaatanii waan tokko illee hin godhinaa faayidaa warra kaaniis yaadaa malee, faayidaa ofii keessanii qofa hin yaadinaa.
#Isinis ilaalcha #Kiristoos Iyyaasuus qabu sana qabaadhaa.

πŸ”³ Kiristoos Abbaan akka isaa caaluu godhee ,kani mataa isaa hin barbannee. Kanafi Phawuloos yaada Kiristoos sana isin illee qabadhaa jedhe.
🌺 link waldaa kana kuno gara gadi xuqaa hordofaπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
⚠️⚠️⚠️⚠️⚠️⚠️⚠️⚠️⚠️
πŸ…±kutaa-70-ffΒͺΒͺ.πŸ‘‡πŸ…±πŸƒ
=πŸ‘‰gaaffii fi deebi
=πŸ‘‰Musiliimota
✍Yohaannis 15:1
Ani muka wayinii isa dhugaa ti, kan dhaabe immoo Abbaa koo ti.
===================
#Gaaffii isaanii.
1➩
Kiristoos Waaqayyo mitii muka waynii tti malee jedhuu❓
πŸ₯ Deebii keenya.
Lakki kuni fakkeenya malee dhuguma muka wayni isaa lafaa biqiluu sana mitii kani jedhuu ta'a.
πŸ“Fakkeenyaaf sabnii Israa'el waynii ni fakkaata. Ture.
β“΅πŸ‘‰Farfannaa.Daawit 80:8-9
#Mukti_wayinii #Gibxii keessaa akka baΚΌu goote. #Saboota(Uumata) #ariitees isa dhaabde Ati iddoo isaaf ni qopheessite, Innis #hidda godhatee biyyattii guute
βž›π‘˜π‘Žπ‘›π‘Žπ‘Žπ‘“π‘– π‘˜π‘–π‘Ÿπ‘–π‘ π‘‘π‘œπ‘œπ‘  π‘šπ‘’π‘˜π‘Ž wayni π‘˜π‘Žπ‘›π‘– π‘—π‘’π‘‘β„Žπ‘Žπ‘šπ‘’ # π‘“π‘Žπ‘˜π‘˜π‘’π‘’π‘›π‘¦π‘Žπ‘“i male π‘€π‘Žπ‘›π‘‘π‘Ž π‘π‘–π‘Ÿπ‘Žπ‘“ π‘šπ‘–π‘‘π‘‘π‘–.
πŸ…± musiliimonni lakki fakkeenya mitii yoo, jedhan immoo .nutti gaaffii qabna
Kiristoos samii irraa dhufee (Yohaannis 3:13) kanafuu wayni samii irraa ni biqila jenne gafana❓
Eeyyee yoo,jedhanii raga fidi❓
Ragaa hin qabdu yoo,ta’e immoo ni sobda❓
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
➩gara mata duree keenya yeroo deebinu «
Kiristoos maalif muka waynii ofiin jedhee Β» ❓
🌺Sababaa
#Tokkoffaa(-1ffΒͺΒͺ)
Kiristoos waaee malummaa isaa yeroo ibsu Fakkeenyaaf wani fayyadamufi.
➩Ani bishaanii jireenya kenuu ofin jedha
β“ΆπŸ‘‰Yohaannis 7:37-38
#Guyyaa xumuraatti jechuunis guyyaa ayyaanichaa isa guddaatti #kiristoos dhaabbatee sagalee isaa olii kaasee akkana jedhe: β€œNamni #dheebote yoo jiraate, gara #koo dhufee haa dhugu. Akkuma Kitaabonni Qulqulluun jedhan, anatti kan amanu kam iyyuu, #Lagni_bishaan jireenya kennuu isa keessaa ni yaaΚΌa.’”
(Yoh 4:13-14)
βž›akkuma bishaanii jireenya kenuu jedhuu kana immoo Ani waynii dhugumaati ,ana malee jireenya hin qabdiin jedha.

β“·πŸ‘‰Yohaannis 15:5
#Ani_muka wayinii ti,isin immoo dameewwan isaa ti. Namni Anaa wajjin tokkummaadhaan jiraatuu fi anis isaa wajjin tokkummaa qabu hundi #firii hedduu ni godhata sababiin isaas isin Ana #irraa_gargari baatanii matumaa homaa gochuu #hin dandeessan
➩akkuma namni bishaanii malee hin jiraanne halumma kana
Kiristoos malee jirachuu hin danda'u.
Kiristoos ana malee hoomaa gochuu hin dandeessani ergaa jedhe kuni enyuu laata❓
A=Waaqa moo❓
B=Nama laata ❓
✍ deebiin isaa
Kiristoos Waaqa ta'u isa ibsaa kuni.
Akkuma jalqabaa waynii jirate isaa booda immoo damee wayni jiruu. ❝ kuni immoo
Kiristoos malee namni kamiyyuu jireenya akka hin qabnee ibsaa.❞
β“ΈπŸ‘‰Efesoon 2:12
isin yeroo sanatti saba IsraaΚΌel irraa fagaattanii, kakuu abdichaa sanaaf keessummoota taatanii
#Kiristoos_malee jiraachaa turtan; addunyaa keessattis abdii malee fi #Waaqayyo_malee jiraachaa turtan.
🌺Sababa
#lammaffaa(-2ffΒͺΒͺ.)
Kiristoos wayni kani fakkaatee .
Jalali
Kiristoos akka wayni kani mi’aawaa wani taeef.
β“ΉπŸ‘‰Farfannaa.Daawit 34:8
Waaqayyo
#gaarii taΚΌuu isaa #dhandhamaa ilaalaa; Namni isatti kooluu galu gammadaa dha.
β“ΊπŸ‘‰1Pheexiroos 2:3
isin
#Gooftaan_gaarii taΚΌuu isaa dhandhamtaniittu.
β“»πŸ‘‰Roome 8:35
#Jaalala_Kiristoos irraa gargar nu baasuu kan dandaΚΌu eenyu? Rakkina moo, dhiphina moo, ariΚΌatama moo, beela moo, daaruu moo, balaa moo goraadee dha?
🌺sababa
#sadaffaa(-3ffΒͺΒͺ)
Akkuma Ani Qulqulluu ta’e isaan immoo Qulqulloota ta'a akkuma jedhamuu.(1Phex 1:15)
✍kana yeroo jedhuu jalqabaa Qulqulluu ta'u qaba,
✍hasluma wali fakkata jalqaba dura
kiristoos wayni tau qaba isaa booda namooni kuni damee wayni ta'u( Yoh15:4
β–¬β–¬β–¬
Jechi immoo wayni kani dhabee Abbaa kooti jedhuu ,immoo
Kiristoos Ani Abbaa irraa dhaladhe jedhee jedhu ibsaa.
β“ΌπŸ‘‰Farfannaa 2:7
Labsii Waaqayyo nan labsa Inni akkana naan jedhe: β€œ
#Ati_ilma koo ti; Ani harΚΌa si #dhalcheera
(Ibroota 1:5-6).
✍erga
kiristoos Abbaa irraa #dhalate dhufe Kiristoos fakkeenya waynii  ta’e #Abbaan illee fakkeenya #wayni ni jedhama.ta'a
Sababii isaa
Kiristoos fi Abbaan Tokko wani ta'aniif.
β“½πŸ‘‰Yohaannis 10:30
#Anii fi #Abbaan tokko dha.
✍ akkuma
Kiristoos jireenya kenuu Abbaan illee jireenya keena ,kanafis Yohaannis akkasii jedhee.
β“ΎπŸ‘‰1Yohaannis 5:11-12
Wanti inni ragaa baΚΌes isa kana,
#Waaqayyo_jireenya bara baraa nuu kenneera, jireenyi kunis #Ilma isaa keessa jira Namni Ilma sana qabu jireenya kana qaba namni Ilma Waaqayyoo hin qabne jireenya kana #hin qabu.
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
β–²link kana xuqaa qabxiiwwan jiran hordofuu dandeessu.
@haadha_Waaqa_naJaladha
β–­β–­β–­β–­β–­β–­β–­β–­β–­β–­β–­
πŸ…° kutaa-73-ffΒͺΒͺ .πŸ…°
     πŸ‘‰ gaaffii fi deebi
     πŸ‘‰ Musiliimota
✍ Yohaannis 17:3
Jireenya bara baraa argachuu akka dandaΚΌaniif, si isa
#Waaqa dhugaa #tokkicha taatee fi #Iyyaasuus_Kiristoos isa ati #ergite sana beekuu qabu.
⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼
gaaffii isaanii πŸ‘‡
1= Waaqa Tokkicha jira ,
Kiristoos immoo Eegamadha jedhuu.❓
⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼//⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼
βš› Deebii keenya.
🌾 Lakki lamanuu isaanii iyyuu Waaqa kani jedhuu ta'a.
Fakeenyaf
Kiristoos iddoo itti waaqa jedhamee. Ilaala.
β“΅βž§Yohaannis 20:28
Toomaasis deebisee, β€œGooftaa ko,
#Waaqa koo!” jedheen.
πŸ‘‰Abbaan immoo iddoo itti Waaqa jedhamee.
β“Άβž§Yohaannis 8:54
Iyyaasuus
Kiristoos deebisee akkana jedhe: β€œAni yoon ulfina ofiif kenne, ulfinni koo gatii hin qabu. Inni ulfina anaaf kennu, #Abbaa koo isa isin #Waaqa keenya jettan sana dha.
🌺 Kanaafuu Abbaa fi ilmi Waaqa =ok.β˜‘οΈ
⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼
🧣gara mataa duree keenyaatti yeroo deebinuu immoo.
πŸͺ–
#Hiika Yohaannis 17:3 jecha tokko tokkoon ilaala.

πŸ“A))πŸ‘‰βΌJireenya bara baraa argachuu akka dandaΚΌaniif, si isa
#Waaqa dhugaa #tokkicha taatee fi #Iyyaasuus_Kiristoos isa ati #ergite sana beekuu qabu.
πŸ‘‰ jireenya bara bara kani keenuu eenyu Abbaa moo❓
Kiristoos ❓
Deeebi isaa akka dubbisa kanatti Abbaa fi
Kiristoos ibsa Sababiin isaa " waliqabisisuutu #fi yookiin afaanii Ingiliffaatiin #and * Afaanii Giriikiitiin (ΞΊΞ±Ξ―)  seeri afaanii kuni fi yeroo hunda yaada dabalataa ibsuuf fayyada.
β“·βž§Yohaannis 20:31
Wantoonni kun garuu kan barreeffaman Iyyasus
kiristoos dhuguma inni Kiristoosii fi Ilma Waaqayyoo taΚΌuu isaa akka #amantaniif, amantaniis karaa #maqaa isaa #jireenya akka argattaniifi.
β“Έβž§Yohaannis 6:40
fedhiin
#Abbaa_koo namni #Ilma_beekee isatti amanu #hundi_jireenya bara baraa akka qabaatuufi; anis guyyaa dhumaatti duΚΌaa isa nan kaasa.”

🌺 kanafuu jireenyaa bara bara kani kennuu Abbaa fi ilma,erga ta’e ,Abbaa fi
Kiristoos Tokko jechudha.😁

πŸ“B))πŸ‘‰βΌ hiika bira immo ❝ sii, isa
#Waaqa dhugaa #tokkicha taatee ❞
πŸ‘‰iddoo kana irratti Waaqa tokkicha kani jedhamee
Eenyuu❓
=deebi isaaπŸ‘‰ Abbaa dha.
Kanafuu abbaa meeqatu jira Abba tokkicha.
Kitaaba keessatti Abbaan jechuun waaqa isaanii jettanii sani jedhe
Kiristoos dubbatee jira
β“Ήβž§Yohaannis 8:54
Iyyaasuus
Kiristoos deebisee akkana jedhe: β€œAni yoon ulfina ofiif kenne, ulfinni koo gatii hin qabu. Inni ulfina anaaf kennu, #Abbaa koo isa isin #Waaqa keenya jettan sana dha.
🌺 Abbaa=Waaqa jechudha

Β« kanafuu nuutis Abbaa
#Tokkicha qofa jira jenne
amana Β» ,"akkasumas ilma tokkicha qofatu jira jenne amana",Akkasumas Affuurra Qulqulluu tokkicha qofatu jira jennee Amana.
β“Ίβž§Yohaannis 3:16
β€œIsatti kan
#amanu hundi jireenya bara baraa akka qabaatuuf malee akka hin badneef, #Waaqayyo(Abbaan)  #Ilma isaa isa #tokkicha hamma kennuufitti addunyaa kana baayΚΌee jaallateera.
β“»βž§1 Qorontos 12:4
Kennaan garaa garaa jira,
#Afuurichi garuu #tokkichuma sana.
πŸ‘‰ Abbaa
#Tokkicha qofaa
πŸ‘‰ ilma
#Tokkicha qofaa
πŸ‘‰ Affuura Qulqulluu
#tokkicha qofa.
🌺 nuuti warri orthodoksi kanitti Amana.

πŸ“C))πŸ‘‰βΌ Musiliimoonni
Kiristoos ergamadha jedhu. Yeroo kana nutti gaaffii qabna kani ergamee kuni eenyu jennee gaafana❓
⁼yeroo kana immoo
Kiristoos jedhuu ,Kiristoos kuni eenyu jennee gaafana ilmaa Waaqayyo nuun jedhuu.
Kanafuu " kani ergamee dhufe kuni ilma Waaqayyo jedhi amani kaa. Yaa, Muslimaa.
β“Όβž§Yohaannis 11:27
Ishiinis, β€œEeyyee, yaa Gooftaa, ati
#Kiristoos, #Ilma_Waaqayyoo isa gara #addunyaa dhufu sana akka taate nan amana” jetteen.

πŸ“D))πŸ‘‰βΌ
kiristoos maalif abbaa tokkicha fi ilma tokkicha ergamee dhufe beeku qaban jedhee.❓
✍Sababiin isaa Abbaa fi
Kiristoos wani hin beekneef, akkasii jedhe,
β“½βž§Yohaannis 16:3
isaan wantoota kana kan godhan
#Abbaas taΚΌe Anaan waan #hin_beekneefi.
β“Ύβž§Yohaannis 8:19
Isaanis, β€œ
#Abbaan kee eessa jira?” jedhaniin Iyyaasus Kiristoos β€œIsin #Anas taΚΌe #Abbaa koo hin #beektan. Utuu Ana beektaniittu taΚΌee, Abbaa koos ni beektu turtan” jedhee deebiseef
✍kanafuu jireenyi bara bara kani argamuu Abbaa fi
Kiristoos beekuu qabuu jedhe,akkekachisee jira.
⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼
link kana xuqa hordofuu dandeessuπŸ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼||⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼