π
Ύ kutaa-71-ffΒͺΒͺ .πΊ
π»βGaaffii fi Deebi
π»βMusiliimota
βYohaannis 15:10
Akkuma #Ani_ajajawwan Abbaa eegee jaalala isaa keessa jiraadhu, isinis ajajawwan koo yoo eegdan jaalala koo keessa ni jiraattu.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
β©gaaffii isaanii.
1=Kiristoos Waaqayyo mitii inni ajajaa Waaqa eegga malee jedhuβ
β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πdeebii isaa :
Jalqabaa Kiristoos Waaqayyo dha, ajajaa kani basuu Abbaa qofaa mitii ,Kiristoos illee ajaja ni baasa. Sababiin isaa Kiristoos akkasi wani jedheefi
Β« akkuma Abbaan hojjatu ilmi irree Haaluma walifakkaatan ni hojjata jedhee.
β Fakkeenyaaf*
Ajajaa gosa tokko yoo,taβe.
Kiristoos illee kani biraa hin fidu tokkummaa malee. Yoo,Lakki ajaja gargaara jedhete immoo dubbii Kiristoos faalleessaa deemta jechuudha, β sababin isa Haaluma wali fakkataan hojjadha jedhee malee ,kani biratti(gosa birati) hin jennee inniββ
β΅πYohaannis 5:19
Iyyaasus(kiristoos) akkana jedhee isaaniif deebise: βDhuguma dhuguman isiniin jedha, #Ilmi waanuma Abbaan isaa #yeroo hojjetu arge qofa malee, ofii isaatiin kakaΚΌee wanta tokko illee hojjechuu hin dandaΚΌu. Sababiin isaas waanuma #Abbaan hojjetu hunda, Ilmis haaluma
#wal_fakkaatuun
wantootuma sana hojjeta.
πkanafuu Kiristoos jalqabumaa ajaja Abbaa wajjiin basa malee kophaa isaa mitii.
βΆπYohaannis 8:16.
Abbaan inni na erge #Anaa wajjin waan jiruu fi #Ani_kophaa koo waanan hin taaneef, utuma ani murteessee illee murtiin koo dhugaa dha.
β© erga Kiristoos ajaja basee immoo ajaja sana eeggu qaba.
βοΈ Jechi Ani akkuma ajajaa Abbaa #eeggu jedhuu"
immoo Kiristoos nuufi #fakkeenya ta'uf gadi ofi qabe hiyyeessaa taβe. Akkasii jedhe.malee Wanta birafi miti.
β·π2.Qorontos 8:9
#Sababiin isaas, isin #gaarummaa #Gooftaa keenya Iyyaasus Kiristoos isa guddaa beektu; #inni_sooressa taΚΌus, isin karaa hiyyummaa isaa sooreyyii akka taataniif isiniif jedhee #hiyyeessa taΚΌe.
π ± inni bira immoo Ani jalala abbaa keessa, isin immoo jalala koo,keessa jiradha yero jedhuu immoo
*Fakkeenyaaf.
Yoo,Kiristoos jalate ,abbaa jalate jechudha Haaluma wali fakkaata yoo Kiristoos jibbitee Abbaa jibbitee jechudha.
β©qabxiiwwan nuuti hubbaannu jalali abbaa kana biraa taβe ,jalali Kiristoos nuu,jalate gosa kani biratti jechuu miti β.
βΈπYohaannis 15:23
Namni na jibbu hundi Abbaa koos ni jibba.
π ° Kiristoos Abboommii yookiin ajjaja koo, eegga jedhe jira.
βΉπYohaannis 14:15.
βIsin yoo na #jaallattan #ajajawwan_koo(Abboommii koo) ni eegdu.
β ergaa akkasii taβe immoo Kiristoos Waaqayyo jechudha. Yohaannis akkasi jedhee.jira Waaqayyo jalachu jechuun ajaja isaa yookiin abboomi isaa eeggudha jedhee.
βΊπ1 Yohaannis 5:3.
#Waaqayyoon jaallachuu jechuun #ajajawwan isaa #eeguu dha; ajajawwan isaa immoo baΚΌaa ulfaatoo miti;
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
waldaa keenyaa hordofuu
Yoo,barbada kan xuqiππ
@haadha_Waaqa_naJaladha