β©πΊ kutaa _ 59 ffΒͺΒͺ π³
β²β²β²β²β²β²β²β²β²β²β²
π Gaaffii fi Deebi
πMusiliimota
β Yohaannis 14:9
Iyyaasuus(Kiristoos) akkana jedheen: βYaa Filiphoos, yeroo dheeraa hammanaatiif ergan isinii wajjin jiraadhee booda illee, isin amma iyyuu na
hin beeknee? #Namni Ana arge hundi #Abbaas argeera. Maarree ati akkamitti, βAbbaa nutti argisiisiβ jetta?
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
π Gaaffii isaanii
1= gonkumaa siila Namni Abbaa Argee hin jiruu , Kiristoos immoo akkamitti Namni Ana Arge Abbaa arge jedha
jedhuun ..β
β― Ragan isanii immoo kunoπ
1=sera.Bau 33:20
#Namni fuula koo #arge jiraachuu waan hin dandeenyeef, ati fuula koo arguu hin dandeessu
2= 1ximotewos 1:17
Mootii bara baraa isa hin duune, isa #ijaan hin argamne, Waaqayyo tokkicha sanaaf baruma baraan #ulfinnii fi #guddinni haa ta'u! Ameen
3= 1ximotewos 6:16
Waaqayyo duwwaatu hin du'u, inni #ifa_homtinuu itti dhi'aachuu hin dandeenye keessa in jiraata; namni takkaa isa #hin_argine, isa arguus hin danda'u. Isaaf #ulfinnii fi #Aangoon bara baraa haata'u! Ameen
4=1Yohaannis 4:12
Yoom iyyuu taanaan namni #Waaqayyoon_argee beeku hin jiru. Wali #jaallachuu keenya yoo itti fufne, Waaqayyo nu keessa ni jiraata, jaalalli isaas nu keessatti guutuu taa
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πDeebi keenyaa
π³ #Namni Waaqayyo Arge jira kan jedhu ta'a
π³ #Ergamoonni Waaqayyo isa arganii jiruu.
πΊ Namni Waaqayyo arge
jirachuu isaa kunoo raga
Keenyaa kitaaba Qulqul
β΅πsera Uumama 32:30
#Yaaqoobi , βAni #Waaqayyoon #fuulleetti nan #arge, garuu lubbuun koo ooleeraβ jedhe; kanaaf maqaa iddoo sanaa βPheeni'elβ jedhee moggaase*; [βPheeni'elβ jechuun, βFuula Waaqayyooβ jechuu dha]
βΆπSeera. Uumama 18:1
Abrahaam yeroo saafaa balbala dunkaana isaa dura taa'ee utuu jiruu, #Waaqayyo qilxuu Mamree biraa isatti in #mul'ate
β·πSera.Bau 24:10-11
isaan #Waaqayyo isa kan Israa'el in argan; miilla isaa jala wanta akka dhagaa Safiiros, isa qullaa'aa akka bantii waaqaatu ture*. Inni harka isaa gurguddoota saba Israa'el kanatti hin buufne; isaan Waaqayyoon in #argan, achitti walii wajjin in nyaatan, in dhuganis
βΈπ1 motoota 22:19
Yommus Miikiyaas, βWaaqayyo teessoo isaa irra utuu taa'uu, macci waaqa irraas hundinuu gara mirgaa isaa fi gara bitaa isaa utuu dhaabatanii #nan_arge; kanaafis wanta Waaqayyo dubbatu dhaga'i
βΉπiyyoobi 19:26_27
Gogaan dhagna kootii ana irraa qunca'ee, foonis dhagna koo irra hin jiru yoo ta'e iyyuu, ani Waaqayyoon arguuf jira. Ani ofii kootii #isa_nan_arga; anumatu ija kootiin isa arga malee, kan biraa miti; ani garuu isa yaaduu irraa kan ka'e nan gaggabe
βΊπRaajii isayaas 6:3
Yommus ani, βWayyoo kaa! Ani nama arrabni isaa xuraa'e, namoota arrabni isaanii xuraa'e gidduus kanan jiraadhu waanan ta'eef #iji koos Waaqayyoon mootii maccaa waan #argeef nan bade!β jedhee nan iyye
β»πMulβata Yohaannis 22:3_4
Magaalattii keessa kana booda abaarsi hin jiru. Kanaa mannaa teessoon #Waaqayyoo fi teessoon #Hoolichaa magaalattii keessa taa, garboonni Waaqayyoos tajaajila
qulqulluu isaaf dhiheessu; isaan
#fuula isaa ni argu; maqaan isaas adda isaanii irratti ni barreeffama
πΊ Ergamoonni immoo
Waaqayyo arguu isanii
βΌπMaatewos 18:10
Dhuguman isiniin jedha, maleekonni(Ergamoonni) isaanii warri samii keessa jiran yeroo hunda fuula #Abbaa koo isa samii waan #ilaalaniif, warra xixinnoo kana keessaa isa tokko akka hin tuffanne of eeggadhaa.
β½πLuqaas 1:19
Maleekaan sunis deebisee akkanaan jedheen: βAni Gabrieel isa #fuula_Waaqayyoo dura dhaabatu dha; akka ani si haasofsiisuu fi misiraachoo kana sitti himuuf ergameera.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πΉ Kitaabni iddoo tokko irratti Waaqayyo hoomtuu hin argine jedha , iddoo tokko tokko irratti namni fi ergamoonni argaman jecha , kuni walii hin fakkaatu.
Dogoggora kitaaba moo mitiiβ
π³ Deebi keenya
β Lakki gonkumaa dogoggora mitii jennaa., Kanaaf akkamitti
Yoo, jette immoo............ββ
β© iddoo Waaqayyo hoomtuu hin arginee jedhuu irraa jechoota inni fayyadame qofa ilaala.πππ
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πΊ itti fufi dubbisi πΊ
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πlink kana xuqi
@haadha_Waaqa_naJaladha
πΈπΈπΈπΈπΈπΈπΈπΈπΈπΈ