๐นโก๏ธ kutaa-47 ffยชยช๐บ๐บ๐
๐ฏGaaffii fi Deebi
๐ณMuslimoota ๐ณ
โ Yohaannis 11:41-42
isaan dhagicha irraa kaasan. Achiis Iyyaasuus(kiristoos) gara #samii_ilaalaa akkana jedhe Yaa #Abbaa waan na #dhageesseef sin galateeffadha.
Dhugaa dha, ati #yeroo hunda akka na dhageessu beeka;
haatau malee, #namoonni as dhaabatan ati akka ana ergite akka #amananiifan kana dubbadhe.โ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐Gaaffii isaanii
1=Kiristoos Alaazaari du'a kani kaase ofii isaa miti Abbaa kadhate malee jedhu..
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ Deebi keenya
lakki akkasii miti kan jedhuu taโu.
๐ kanafuu Kiristoos sababa maalif Yaa, Abbaa akka ati na, dhageessu yeroo hunda beeka jedhe.
๐บ๐ปsababa #Tokkoffaa
Abbaan ilmi ani jaladhu isaa dhaga'a jedhee namoota himme turee ,Haaluma wali fakkaata immoo Kiristoos Abbaan dhagau akka barbachisu ibseera.
โต=Matewoos 17:5
Utuma inni kana dubbachaa jiruu, duumessi ifa of keessaa qabu tokko dhufee isaan haguuge; duumessicha keessaas #sagaleen
tokko, โKun Ilma koo isa jaallatamaa, isa ani itti gammadu dha #isa #dhagaaaโ jedhe
โถ=Yohaannis 11:42
Dhugaa dha, ati yeroo hunda akka na #dhageessu beeka;
haatau malee, #namoonni as dhaabatan ati akka ana ergite akka amananiifan #kana dubbadhe.โ
๐บ๐ sababa #lammaffaa
Abbaa fi Kiristoos yeroo hundaa akka garagari hin baanee ibsuuf
1=Yohaannis 8:16_18
Abbaan inni na, erge anaa wajjin waan jiruu fi #Ani_kophaa koo waanan hin taaneef, utuma ani murteessee illee murtiin koo dhugaa dha.
Kana malees #Seeruma keessan keessatti illee, โDhugaa baiinsi namoota #lamaa dhugaa dhaโ kan jedhu
barreeffameera.
#Ani waaee ofii koo dhugaa nan baa; Abbaan inni na erges waaee koo dhugaa ni baa.โ
โkanafuu Kiristoos kophaa isaa miti ,Kiristoos Akka Alaazaar du'a kaase Abbaan illee ragaa wani taโef, Kiristoos gara samii ilaalee dubbaate.
๐บ๐ sababa #sadaffaa Kiristoos kan dura Ani nama du'a nan kasa #sagalee koo, qofan jedhe ture isaa dubbatee hojiin ibsuufi
โต=Yohaannis 5:25
Dhuguma dhuguman isiniin
jedha, #saaatiin warri duan #sagalee
Ilma Waaqayyoo itti dhagaan ni dhufa; saaatiin sunis amma dha; warri xiyyeeffannaadhaan dhaggeeffatanis ni jiraatu
โถ=Yohaannis 11:43_44
Wantoota kana erga dubbatee booda #sagalee guddaadhaan, โAlaazaar asi bai!โ jedhee iyye. #Namni_due sunis miilli isaa fi harki isaa akka kafanametti #gadi_bae; fuulli isaas huccuudhaan maramee ture.
Iyyaasuus(Kiristoos)
โIsa irraa hiikaa haa deemuโ isaaniin jedhe
๐บ๐บsababa #afuraffaan
Dubbi raajoota raawachuuf
hojji gaarii nutti argisiisi jecha turan ,kuni immoo Kiristoos qofaa (lafaa kana irraa barsiisa Ana qofa jedhe *kanafuu barsiisa ergaa tokko taโe kuni immoo Kiristoos
โต=Far Daawit 4:6
#Namoonni baay'een, โEenyutu waan gaarii nutti argisiisa?โ in jedhu; yaa Waaqayyo, ati ifa fuula keetii nu irratti ol kaasi
โถ=Yohaannis 10:32
kiristoos deebisee, โAni Abbaa biraa #hojiiwwan_gaggaarii hedduu isinitti argisiiseera. Maarree hojiiwwan
kana keessaa isa kamiif dhagaadhaan ana rukuttu?โ isaaniin jedhe
โท=Matewoos 23:8-10
#Isin garuu Barsiisaan
keessan tokko qofa waan taeef,
โ#Rabbiiโ jedhamtanii hin waamaminaa; isin hundi keessan obbolaa dha.
Kana malees Abbaan keessan tokkicha isa samii qofa waan taeef, lafa irratti eenyuun iyyuu โabbaaโ jettanii hin waaminaa. #Geggeessaan keessanis #tokko, innis #Kiristoos qofa
waan taeef, โgeggeessaaโ jedhamtanii hin waamaminaa.
๐บ๐ sababa #shanaffaa nuuf #fakkeenya ta'uf gara saami ilaale ,Akkasi jedhee kanafuu.
Kiristoos barsiisa erga jedhamee #seeraa hunda sii,barsisuu qaba.
โต=Filiphisiiyus 2:5
Isinis #ilaalcha Kiristoos Iyyaasuus qabu sana qabaadhaa
โถ=1Phexros 2:21
Dhugaa dubbachuuf isin jireenya akkasiitiif waamamtan; sababiin isaas, Kiristoos faana isaa
dhiheenyatti akka hordoftan fakkeenya isiniif dhiisuudhaan isiniif jedhee dhiphateera
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐บkutaa_13 ffaa Dubbisa๐
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/224
--------------------------------------
๐บlink kan xuqa hordofa๐
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
=========//=========

Telegram
๐นGoofoon_Qulqulloota_Maariyaamadha๐น๐๐ป
๐๐ธ kutaa-13 ffaa ๐ป
Gaafi =Musiliimoota
โ jecha wangeela Yohaannis.irraa
jiruu irratti
โYohaannis 6:11๐
Iyyaasuus buddeena sana fuudhee erga galateeffatee booda warra achi tataaaniif hire
Qurxummii sanas akkasuma hamma isaan barbaadan isaaniif kenne.
โฆ

โก๏ธ๐บ kutaa_50 ffยชยช โคต๏ธ
==================
โก๏ธ Gaaffii fi Deebi
โก๏ธ musiliimota.
โ Yohaannis 12:44
Iyyaasuus(kiristoos) sagalee isaa guddisee, #Namni Anatti Amanu, isa Ana erge sanatti Amana malee, anatti Amana #miti.* แขแจแฑแตแ แฎแธแฅ แฅแแฒแ แ แ แแฆ #แ แฅแ แจแแซแแ แ แแจแ แแแ แแ แฅแแ แ แฅแ แ แญแฐแแ(แฎแแแต12:44)
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ณ Gaafii isaani
A.)) kani itti Amanamu Abbaa qofa ykn kani ergee sanatti malee .Kiristoositti hin Amanamu...โ
B.)) kunoo Kiristoos Anati hin Amanana jedhe jedhuu.....โ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โก๏ธ Deebii keenya
A.)) Lakki lamaanitti iyyuu ni Amanama.
๐บRagaa keenya.โฌ๏ธ
โต=๐Yohaannis 14:1
Kiristoos itti dabalee akkana jedhe: โGaraan keessan hin raafamin. #Waaqayyotti Amanaa, #Anattis amanaa
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โErga lamanuu itti Amanuu taโe maalif Kiristoos ,Abbaati Amana jedhee ree.?
โฌ Deebii isaa
Kiristoos gara olitti yihudoota dubbachaa turee isaanii garuu Kiristoos Amanuu yeroo didanii akkasii jedhee ยซKeeyyataan lakkoofsa 44(12:44)) oli kanuma ibsaa Fakkeenyaaf.
โถ=๐Yohaannis 12:37-43
Inni dinqii hedduu isaan duratti kan hojjete taus, isaan garuu isatti #hin_amanne kunis kan tae, wanti #Isaayyaas
raajichi, โYaa waaqayyo wanta nu irraa dhagaetti kan amane eenyu? Irreen Waaqayyo hoo eenyutti mulifame?โ jedhee dubbate akka raawwatamuuf ture.
Sababii isaan amanuu itti hin dandeenye ilaalchisee Isaayyaas ammas akkana jedheeraโIsaan #ija isaaniitiin arganii, #garaa isaaniitiin hubatanii, akka hin deebinee fi anis akka isaan hin fayyisnetti, inni ija isaanii jaamseera; garaa isaaniis jabeesseera.โ
#Isaayyaas wantoota kana
kan dubbate, #ulfina isaa waan argeef ture; waaee isaas dubbateera.Taus, bulchitoota keessaa illee hedduun isaanii isatti #amananii turan; haatau malee, mana sagadaa keessaa akka hin ariamneef sababii Fariisotaatiif jedhanii waaee isaa ifatti hin dubbatan turan;
sababiin isaas, ulfina Waaqayyo biraa argamu caalaa, ulfina namoota biraa argamu waan jaallataniif ture.
๐บakka dubbisaa kanatti Kiristoos Amanuu isaanitti rakkoo yeroo ta'u ,Kiristoos immoo kanuma isaan beekan Abbaatti iyyuu yoo, Amananii jedhetti.
๐นkanaa jechuun immoo kani Abbaa kani taโe kani ilmatti,kani ilma kani taโe hundi kani Abbaatti.(Yohaannis 16:15))
โท๐Yohaannis 17:10.
wanti kan koo tae hundi kan kee ti; wanti kan kee tae hundis kan koo ti; anis isaan gidduutti ulfina argadhee
โkanafuu namoonni kuni Abbaatti ykn ilmatti yoo ,Amananii rakkoo tokko hin qabuu *sababa kanafi Kiristoos Abbaati Amana jedhe.
โธ=๐Yohaannis 12:45
namni na argu #hundi, isa na erge Sanas ni arga.
แฅแแแ แจแแซแญ แจแแจแแ แซแซแ
(แฎแแแต 12:45))
โก๏ธ kana jechuun Abbaa fi ilmi tokkummaa wani ta'aniif akkasii jedhe ,ati Abbaa ati amantee jechuun ilmatti illee Amantee jedhu ta'a.
๐บ lakkoofsa gara gadi irratti immoo Kiristoos maali
jedheeโ
โน=๐Yohaannis 12:46
Namni anatti #amanu hundi #dukkana keessa akka hin jiraanneef, ani ifa taee gara addunyaa dhufeera.
๐ณYaadaa xumura๐ณ
โบ๐1Yohaannis 5:12-13
Namni #Ilma sana qabu jireenya kana qaba; namni Ilma Waaqayyoo hin qabne jireenya
kana hin qabu.
Ani wantoota kana kanan isiniif barreessu, isin warri maqaa
Ilma Waaqayyootti #amantan jireenya bara baraa qabaachuu keessan akka beektaniifi.
#แแ แซแแ แแญแแต แ แแ แจแฅแแแ แฅแแญ แแ แจแแแ แแญแแต แจแแแ แจแแแแ แแญแแต แฅแแณแแฝแ แณแแ แแแต แ แฅแแแ แฅแแญ แแ แตแ แแแณแแ แญแ แ แฝแแแฝแแแ(1แฎแแแต 5:12-13))
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐บlink waldaa kani kunoo
Namni barbaduu hundaaf๐
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ

๐บโก๏ธ kutaa _54 ffaa ๐บ๐บ๐น
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐Gaaffii fi Deebii
๐musiliimota๐
โYohaannis 13:13
isin #Barsiisaaโ fi #Gooftaaโ jettanii na waamtu; anis akkuma sana waanan taeef kana jechuun keessan sirrii dha.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐บ Gaaffii isaanii
1=Kiristoos qofa miti, Gooftaan #namoota baay'eedha, kanafuu Kiristoos sababa Gooftaa jedhamef Waaqayyo yoo, taโe namoonni hundi Waaqayyo ta'u qabuu jedhuu.....โ
โ๏ธRagaa isaanii immoo
A)).#Abrahaami_gooftaa jedhama jedhuu
.1Pheexiroos 3:6)
B)). #Museen_Gooftaa jedhama jedhuu
.seraa.Bau 32:22)
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐Deebii keenya
๐ฅ Abrahaami fi Musee qofa dhisii #addunyaa kuni hundi Gooftaa osoo taโe iyyuu baay'ee nuuti tola. (akkasumas nu hin dinqisiisu.๐ซฒ
๐นkanafuu Jechi Gooftaa jedhuu dhuguma hundi wali qixa jechu yoo, ta'e. Muslimoonni dogoggora keessa jiruu
โFakkeenyaaf Waaqayyo #Gooftaa jedhamee jira
๐น๐Seera Bau 34:23๐
Dhiironni kee hundinuu waggaatti si'a sadii ana Waaqayyo #gooftaa, Waaqayyo isa kan Israa'el duratti haa argaman
*Thrice in the year shall all your men children appear before the #Lord_GOD, the God of Israel (Exodus 34:23).
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
isaa kani akkamii gootu erga jecha Gooftaa jedhu qofa ilaalani murteessuu taโe Waaqayyo gooftaa yoo, jedhamuu fi Abrahaami fi museen gooftaa yoo,jedhamu tokko jechudha โโjennee musiliimota gaafachuu qabna.
Deebii isaanii #lakki gargarummaa qaba jedhuu
Yeroo isaanii akkasii jedhanii immoo Kiristoos #Gooftaa yeroo jennuu adda wani ta'ef
โก๏ธ Kiristoos Gooftaa yeroo jennuu goonkumaa kani isaa kuni adda dha, akkasumas Waaqayyo ta'u ibsa.
๐บ #Ragaa_kitaaba
A.)) ๐Kiristoos Qofaani #Ergamoonni Gooftaa jedhanii.
namni bira gonkumaa hin jiruu.
โตโLuqaas 2:11๐
Hara magaalaa Daawit keessatti fayyisaan isiniif dhalateera; innis Kiristoos #Goofticha dha.
B.))๐ Toomaas Kiristoos qofaan Gooftaa koo,Waaqa koo,jedhee
Toomaas nama biraa gonkumma hin jennee
โถโYohaannis 20:28๐
Toomaasis deebisee, #Gooftaa ko, Waaqa ko!โ jedheen.
C.))๐ cuuphaan tokko #Gooftaan tokko kani jedhee Phawuloos Kiristoosiin qofa
โทโEfesoon 4:5๐
#Gooftaa_tokko, amantii tokkoo fi cuuphaa tokkotu jira;
D.))๐ #gaarummaa fi #nagaan goofta Kiristoos fi Abbaa biraa qofa jedhe Phawuloos malee nama biraan gonkumaa hin jennee.
โธโGalaatiyaa 1:3๐
Waaqayyo #Abbaa keenyaa fi
#Gooftaa Iyyaasuus Kiristoos biraa #gaarummaa guddaanii fi #nagaan isiniif haatau.
E.)) ๐Fayisaa fi Gooftaa samii irraa dhufee Kiristoos qofa jedhee Phawuloos
โนโFiliphisiiyus 3:20๐
Nuti garuu lammiilee samii ti;
#fayyisaa isa achii dhufu, jechuunis #Gooftaa Iyyaasuus Kiristoosiin hawwii guddaadhaan eegganna
F)).๐ Gooftaa tokkicha Kiristoos fi Abbaa tokkicha beeka jedhee jedhee Phawuloos kanafuu Jechi tokko jedhuu maali ibsa
โบโ1Qorontos 8:6๐
nuuf garuu isa wantoonni hundi biraa argamanii fi nutis
kan isaa taane #Waaqa tokkicha Abbaa qofatu jira; akkasumas, #Gooftaa_tokkicha isa wantoonni hundi karaa
isaa argamanii fi nutis karaa isaa argamne Iyyaasuus #Kiristoos qofatu jira
G.)) ๐Lubbuu namoota harka isaa keessa kani jiratuu Gooftaa Kiristoos qofa Isxifaanos Kiristoos qofaan jedhee namaa biraa gonkumaa hin jennee
โปโHoji.duka .buota 7:59๐
Utuma isaan dhagaadhaan isa tumaa jiranii #Isxifaanos, โYaa #Gooftaa Iyyaasus Kiristoos hafuura(lubbu)) koo fudhadhuโ jedhee kadhate.
๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ
Kanafuu yaa, musiliimota maali isin waaya reeโ ammaa ๐๐
๐ณ๐ณ๐ณ๐ณ๐ณ๐ณ๐ณ๐ณ๐ณ
Qaabxiwwaan 7 kana irratti
Musiliimonni ragaa gonkumaa fiduu hin dandani๐
๐๐๐๐๐๐
Erga nuuti Musiliimootan jennu
Kitaaba kana dubbisa
๐ ฐ๐1 Qorontos 12:3
Namni Afuura Waaqayyootiin, #Iyyaasus Kiristoosin abaaramaa dhaโ jedhee dubbatu tokko illee akka hin jirre, akkasumas #namni #Afuura_qulqulluutiin yoo tae malee, #Iyyaasus Kiristoos #Gooftaa dhaโ jechuu dandau tokko illee akka hin jirre akka beektan nan barbaada.
๐ ฑ๐1Qorontos 16:22
#Namni Gooftaa hin #jaallanne kami iyyuu abaaramaa haatau. Yaa #Gooftaa keenya kottu
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐บ waldaa keenyaf fedhii kee,yoo,taโe kootu miseensa tai
yeroo tokko xuqi gadi๐๐
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐