βΌοΈBaay'ee sodatanii
turanii
π α₯α αα ααα°α αα α
β¦=Mat 17:6
β¦=αα΄αα΅ 17:6
β¬β¬β¬β¬β¬β¬
=kutaa 4 ffaa
Baay'ee sodaan kan
jedhuu irraa Kan
sodaatee Barattoota
3 turee
1βPheexiroos..
2βYohaannis.
3βYaaqoobi
Sababiin sodatan
immoo yeroo Tokko
keessatti wanti sadi
ni rawwatamee
1=Abbaan saami irraa
ilmi koo,kan itti
gammaduu isa,dhaga
2=dummeessi jaban
sagalee qabu dhufee
isaan hagugu isaa
dumeessa kan jedhame #Affuurra,Qulqulluudha
akkuma lagaa Yordaanos tti bifa gugeen dhufee, amma immoo bifaa dumeesaan
dhufee jira
3=ilmi fuulli isaa fi
huccuun isaa,ifudha
=Haataβu malee
β Saduma kan ibsuu
βabbaa
βilma
βAffuurra,Qulqulluu
β=Tokkumaa kan ibsu
πbarattoonni sodachun, sodaan waaqa tokko
qofa,akka ta'e ibsuf
sodachuu isaani,
π barattoonni isaan fuula durati lafatti gadi sagaduu isaatiin tokkummaa isaan
ibsa sagadaa tokko qofaan
π Abbaa,Ilmi, Affuurri Qulqulluun yeroo Tokko argamuu isaanii tokko
isaan godhaa
πΉGooftaan keenya ifa
qaama Foonni malee
osoo ifaa Waaqummaa taβe Namoota,achi jiran yaa,hafti lafti saami fuula isaa dura ni badu turee.
π»Ragaa kitaaba
Qulqulluu irraaπ
βRakkina guyyoota
sanaa booda battaluma
sanatti, aduun ni
dukkanoofti addeessis
ifa ishii hin kennitu
urjiiwwan samii irraa ni
harcau humnoonni
samiis ni raafamu
Yeroo sanatti mallattoon
#Ilma namaa samii irratti
ni mulata saboonni addunyaa hundinuu gaddaan qoma
isaanii rurrukutu isaanis
Ilmi namaa #humnaa fi ulfina guddaadhaan duumessa samiitiin yommuu
dhufu ni argu
βΉ=Mat 24:29-30
Kanaafuu yaannii
kuni ifa Aangoo
Waaqummaa hoomtuu
fuula isa,duratti hin arguu
πΌ α¨αα«α½ αα«α΅α αα¨α«
α αα αα²α«α #ααα
αα¨ααα α¨α¨αα
α₯ααααα α α΅α°α₯α
α¨ααα₯α΅α α¨α°αα
ααα΅αα
α¨α°αα«α΅α αααα΅ αααα£α
α αα«α ααα #α¨α°α αα
αααα΅ α α°αα αα³α«α
α αα«α ααα α¨αα΅α αααα½
αα #αα αα ααα
α¨α°α αα αα #α αααα
α α₯α αα₯α α α°αα α°αα
α²αα£ α«α©α³α
=αα΄αα΅ 24:29-30
π»=ragaa 2 ffaa
Dammaqaa eegaa
akkasumas wantoota
tauun isaanii hin oolle
kana hunda jalaa
bauu fi #Ilma namaa
dura dhaabachuu akka dandeessaniif yeroo
#hunda wawwaannaa dhiheessaa.β
β΄=Luq 21:36
α₯ααα²α ααα£ α«αα
α¨αα αα ααααα₯
#α α°α αα α αα΅ αααα
α₯αα΅α΅α½α #α΅α΅αΈαα© αα
αα α΅α
β΄=ααα΅ 21 :36
πilma Nama kan
jedhamee Kiristoos
ββββββ
amma gara mataa
duree keenya yaa
deebinuu
1=β¨Pheexiroos
2=β¨οΈYaaqoob
3=β¨οΈYohaannis
4=β¨οΈMusee.
5=β¨οΈEliyaas.
=namoota 5 kan keessa.
β¦namni lama #haadha
manaa qaba
1=βMuse
Seera.Bau 2:4
akka haadhaa
mana qabu
2=βPheexiroos
=1Qor 9:5
akka haada mana
qabuu ni dubbata
β¦namni 3 haadha
mana hin qaban
1=βEliyaas
2Mot 2:11
akka haadha mana
hin qabnee gara
samiirratti olii
ni dubbatan
2=βYaaqoobi
HDB 12:1
3=βYohaannis
Yoh 21:23.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬
Fakkeenyaa dukaa
bu'oota 3
π1=ijoollee #Nohii
sadan ni fakkeeffamu
βseemi
βkaami
βyaafeti
Seera.Uummama 6:10
=akkuma sanyii nama kamiyyuu ijjoollee
Noohi sadan sana ala
hin jiruu Kiristoos
hundumaa keessan
faani dhufee jechuu
isaan 3 fudhee olii
bahee
2π fakkeenya kan bira
β Jaalala,
β Amanti
βAbdi
ni fakkeeffaman
akkuma Phaawuloos
jechuu yeroo hundaa
wantoonni kuni adda
hin bahan jedha
=1Qor 13:13
3π ragaan kan dhiyaatu
seera oritti keessatti
raga 3 dha
β¦seera keesa,deebi 17:6
β¦seera keesa,deebi 19:15
βMat 18:16
β2 Qor 13:1
β1 xim 5:19
βIbr 10:28
=akkuma inni jedhee isin raagoota kooti jedhee jira
πΌ Nama namoota
duratti dhugaa anaaf
bau hundumaatiif
#Ani immoo Abbaa koo
isa samii duratti dhugaa
nan baaaf.
Nama namoota duratti
na ganu hunda garuu
anis Abbaa koo isa samii duratti isa nan gana
=Mat 10:32-33
=α΅ααα #α α°α αα΅
αααα°αααα αα α₯α
α°αα α α°αα«α΅ α£αα
α α α£α΄ αα΅ α₯αα°αααα³αα
#α α°α αα΅α α¨ααα°αα
αα α₯α α°αα α α°αα«α΅
α£αα α α α£α΄ αα΅ α₯αα°ααα
=αα΄αα΅ 10:32-33
4π duuka bu'oota
iccitii wanii ta'anif
βicciitti isaan argaman
Yero Kiristoos namoota
du'a kasu
yeroo kadhannaadha
yeroo dubbi gara fulaa
dura dubbate
βmar 5:37
βmar 13:3
βMat 17:1
βmar 9:2
βmar 14:13
βLuq 8:51
5π barattoota jalqabaa Kiristoos duuka bu'an
keessa isaan 3 kun
tokko ture
BARATOOTA Galiilaa
naannoo Beetasiyida
βmar 1:16-19
===============
Qabxiwwaan 5 kanaa
malee sababa biraa
hedduun jira
βTulluu Tabor mana Kiristiyaanaa keenyaa ni fakkeeffama akkuma
Daawit dubatee
"Kunoo, inni Israa'elin #eegu,matumaa hin
mugu, hin rafus
=Far _Daawit 121:4
turanii
π α₯α αα ααα°α αα α
β¦=Mat 17:6
β¦=αα΄αα΅ 17:6
β¬β¬β¬β¬β¬β¬
=kutaa 4 ffaa
Baay'ee sodaan kan
jedhuu irraa Kan
sodaatee Barattoota
3 turee
1βPheexiroos..
2βYohaannis.
3βYaaqoobi
Sababiin sodatan
immoo yeroo Tokko
keessatti wanti sadi
ni rawwatamee
1=Abbaan saami irraa
ilmi koo,kan itti
gammaduu isa,dhaga
2=dummeessi jaban
sagalee qabu dhufee
isaan hagugu isaa
dumeessa kan jedhame #Affuurra,Qulqulluudha
akkuma lagaa Yordaanos tti bifa gugeen dhufee, amma immoo bifaa dumeesaan
dhufee jira
3=ilmi fuulli isaa fi
huccuun isaa,ifudha
=Haataβu malee
β Saduma kan ibsuu
βabbaa
βilma
βAffuurra,Qulqulluu
β=Tokkumaa kan ibsu
πbarattoonni sodachun, sodaan waaqa tokko
qofa,akka ta'e ibsuf
sodachuu isaani,
π barattoonni isaan fuula durati lafatti gadi sagaduu isaatiin tokkummaa isaan
ibsa sagadaa tokko qofaan
π Abbaa,Ilmi, Affuurri Qulqulluun yeroo Tokko argamuu isaanii tokko
isaan godhaa
πΉGooftaan keenya ifa
qaama Foonni malee
osoo ifaa Waaqummaa taβe Namoota,achi jiran yaa,hafti lafti saami fuula isaa dura ni badu turee.
π»Ragaa kitaaba
Qulqulluu irraaπ
βRakkina guyyoota
sanaa booda battaluma
sanatti, aduun ni
dukkanoofti addeessis
ifa ishii hin kennitu
urjiiwwan samii irraa ni
harcau humnoonni
samiis ni raafamu
Yeroo sanatti mallattoon
#Ilma namaa samii irratti
ni mulata saboonni addunyaa hundinuu gaddaan qoma
isaanii rurrukutu isaanis
Ilmi namaa #humnaa fi ulfina guddaadhaan duumessa samiitiin yommuu
dhufu ni argu
βΉ=Mat 24:29-30
Kanaafuu yaannii
kuni ifa Aangoo
Waaqummaa hoomtuu
fuula isa,duratti hin arguu
πΌ α¨αα«α½ αα«α΅α αα¨α«
α αα αα²α«α #ααα
αα¨ααα α¨α¨αα
α₯ααααα α α΅α°α₯α
α¨ααα₯α΅α α¨α°αα
ααα΅αα
α¨α°αα«α΅α αααα΅ αααα£α
α αα«α ααα #α¨α°α αα
αααα΅ α α°αα αα³α«α
α αα«α ααα α¨αα΅α αααα½
αα #αα αα ααα
α¨α°α αα αα #α αααα
α α₯α αα₯α α α°αα α°αα
α²αα£ α«α©α³α
=αα΄αα΅ 24:29-30
π»=ragaa 2 ffaa
Dammaqaa eegaa
akkasumas wantoota
tauun isaanii hin oolle
kana hunda jalaa
bauu fi #Ilma namaa
dura dhaabachuu akka dandeessaniif yeroo
#hunda wawwaannaa dhiheessaa.β
β΄=Luq 21:36
α₯ααα²α ααα£ α«αα
α¨αα αα ααααα₯
#α α°α αα α αα΅ αααα
α₯αα΅α΅α½α #α΅α΅αΈαα© αα
αα α΅α
β΄=ααα΅ 21 :36
πilma Nama kan
jedhamee Kiristoos
ββββββ
amma gara mataa
duree keenya yaa
deebinuu
1=β¨Pheexiroos
2=β¨οΈYaaqoob
3=β¨οΈYohaannis
4=β¨οΈMusee.
5=β¨οΈEliyaas.
=namoota 5 kan keessa.
β¦namni lama #haadha
manaa qaba
1=βMuse
Seera.Bau 2:4
akka haadhaa
mana qabu
2=βPheexiroos
=1Qor 9:5
akka haada mana
qabuu ni dubbata
β¦namni 3 haadha
mana hin qaban
1=βEliyaas
2Mot 2:11
akka haadha mana
hin qabnee gara
samiirratti olii
ni dubbatan
2=βYaaqoobi
HDB 12:1
3=βYohaannis
Yoh 21:23.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬
Fakkeenyaa dukaa
bu'oota 3
π1=ijoollee #Nohii
sadan ni fakkeeffamu
βseemi
βkaami
βyaafeti
Seera.Uummama 6:10
=akkuma sanyii nama kamiyyuu ijjoollee
Noohi sadan sana ala
hin jiruu Kiristoos
hundumaa keessan
faani dhufee jechuu
isaan 3 fudhee olii
bahee
2π fakkeenya kan bira
β Jaalala,
β Amanti
βAbdi
ni fakkeeffaman
akkuma Phaawuloos
jechuu yeroo hundaa
wantoonni kuni adda
hin bahan jedha
=1Qor 13:13
3π ragaan kan dhiyaatu
seera oritti keessatti
raga 3 dha
β¦seera keesa,deebi 17:6
β¦seera keesa,deebi 19:15
βMat 18:16
β2 Qor 13:1
β1 xim 5:19
βIbr 10:28
=akkuma inni jedhee isin raagoota kooti jedhee jira
πΌ Nama namoota
duratti dhugaa anaaf
bau hundumaatiif
#Ani immoo Abbaa koo
isa samii duratti dhugaa
nan baaaf.
Nama namoota duratti
na ganu hunda garuu
anis Abbaa koo isa samii duratti isa nan gana
=Mat 10:32-33
=α΅ααα #α α°α αα΅
αααα°αααα αα α₯α
α°αα α α°αα«α΅ α£αα
α α α£α΄ αα΅ α₯αα°αααα³αα
#α α°α αα΅α α¨ααα°αα
αα α₯α α°αα α α°αα«α΅
α£αα α α α£α΄ αα΅ α₯αα°ααα
=αα΄αα΅ 10:32-33
4π duuka bu'oota
iccitii wanii ta'anif
βicciitti isaan argaman
Yero Kiristoos namoota
du'a kasu
yeroo kadhannaadha
yeroo dubbi gara fulaa
dura dubbate
βmar 5:37
βmar 13:3
βMat 17:1
βmar 9:2
βmar 14:13
βLuq 8:51
5π barattoota jalqabaa Kiristoos duuka bu'an
keessa isaan 3 kun
tokko ture
BARATOOTA Galiilaa
naannoo Beetasiyida
βmar 1:16-19
===============
Qabxiwwaan 5 kanaa
malee sababa biraa
hedduun jira
βTulluu Tabor mana Kiristiyaanaa keenyaa ni fakkeeffama akkuma
Daawit dubatee
"Kunoo, inni Israa'elin #eegu,matumaa hin
mugu, hin rafus
=Far _Daawit 121:4