ππΈπΈπΈπΈπΌπΌπ
Wanti murtiidhaaf
bu'uura tau kana dha:
#Ifni gara addunyaa dhufeera; namoonni garuu #hojiin isaanii #hamaa waan taeef ifa mannaa dukkana jaallatan.
Wanta hamaa hojjechuu kan #amaleeffate hundi ifa #ni_jibba; hojiin isaa akka hin #saaxilamneef gara
ifaatti hin dhufu.
Wanta #dhugaa kan hojjetu hundi hojiin isaa fedhii Waaqayyoo wajjin kan wal simu tauun isaa akka mulatuuf gara ifaatti dhufa.β
βΌ=Luqaas 17:20-21
#Fariisonni_Mootummaan Waaqayyoo yoomi akka dhufu yommuu
isa gaafatan,
Kiristoos akkana jedhee
isaaniif deebise: βMootummaanWaaqayyoo #karaa nama hundumaatti
mulatuun hin dhufu; namoonnis, βKunoo as jira!β yookiin βAchi jira!β hin jedhan.
#Kunoo, Mootummaan Waaqayyoo #isin_gidduu jira.β
β½=matewoos 1:21
Ishiin ilma ni deessi;
atis maqaa isaa
#Iyyaasus jettee moggaasta; #inni namoota #cubbuu isaanii irraa ni fayyisa.β
--------------------------------
πwalii galatti namni
Kiristoositti hin amanee
Akka cubbuu isatti duue
Hubbachu qaba
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
π link kan xuqaaπ
π @haadha_Waaqa_naJaladha
π @haadha_Waaqa_naJaladha
======///======