πΉkutaa-8-ffaa:
πgaaffii fi deebii Muslimoota.
β=gaaffii isaanii akkasii ture Β« Kiristoos barattoota isaa Pheexiroos, Indiriyaas, Yohaannis fi Yaaqoob iddoo kami waamee.β
AπGaliilaa..β
BπGeensereex..β
CπBeetisayidaa... β
βMaarqoos 1:16
Iyyaasuus utuu qarqara Galaana #Galiilaa irra deemaa jiruu #Simoonii fi obboleessa isaa #Indiriiyaas utuu isaan kiyyoo galaanatti darbachaa jiranuu arge; isaan qurxummii qabdoota turaniitii.
βMaarqoos 1:19
Iyyaasuus takka adeemee, #Yaaqoobii fi #Yohannisin ilmaan Zabdewos, bidiruu isaanii keessa taa'anii kiyyoota isaanii utuu tottolfatanii arge.
[Maatewos 4:18-22] dubbisaΒ« kani #Maarqoos wajjiin tokkummaa Β»
βLuqaas 5:1
Gaaf tokko Iyyaasus utuu Haroo #Geensereex bira dhaabatee jiruu, utuu namoonnis isatti naannaΚΌanii dubbii Waaqayyoo dhagaΚΌaa jiranuu
βLuqaas 5:10
ilmaan Zabdewoos warri michoota #Simoon turan jechuunis #Yaaqoobii fi #Yohannis akkasuma dinqisiifatan.
Iyyaasus SimΚΌooniin, βHin sodaatin; ati ammaa jalqabdee qabduu namootaa ni taataaβ jedhe.
βYohaannis 1 :44
Fiiliphoosis akkuma #Indiriiyaasii fi #Phexros nama magaalaa #Beetisayidaa ture
π·=Deebi keenya=π
baratootanni 4n kuni namoota Magaalaa Beetisayidaatti.
Beetisayida jechuun immoo hikaa isaa Β« Mana Qurxummii Β»jechudha, sababi mana Qurxummii jedhameef Qurxummii nannoo sanatti ni bittaa, ni gurguramaa kanaafi.
β haroo #Gaalilaa jechuu fi haroo #Geensereex jechuun tokkummaa.
maqaan bara durii haroo Gaalilaa ittin wamama turee Geensereex jedhama.
geensereex jechun immoo baganaa Farfannaa jechudha
ππͺπ’πͺπ§π ππ§π§πππ©π
Kitaabni walitti bu'ee ykn wali falleessa isaa jedhufi. deebi gara olii sirriitti ilaali.
Kiristoos barattoota jalqabaa kani argee Magaalaa beetisayidati.(Yohaannis 1:44)
#lamaffaa immoo haroo Gaalilaati. (Maarqoos 1:19)
#sadaffa immoo ammasi (Geenerseex) Luqaas 5:1
baratoonni guutummaatti Kiristoos wajjiin kani deemanii iddoo kani isaa booda gara mana isaanitti hin deebine.
Luqaas 5:8
Simoon Phexrosis yommuu waan kana argetti jilba Iyyaasuusiti kufee, βYaa Gooftaa, ani nama cubbamaa dha; narraa fagaadhu!β jedhe.
Luqaas 5:10-11
ilmaan Zabdewoos warri michoota Simoon turan jechuunis Yaaqoobii fi Yohannis akkasuma dinqisiifatan.
Iyyaasuus SimΚΌooniin, βHin sodaatin; #ati_ammaa #jalqabdee qabduu namootaa ni taataaβ jedhe. Isaanis bidiruuwwan isaanii gara qarqaraatti ol baasanii waan #hunda_dhiisanii isa duukaa buΚΌan. [Mat 4:22,Marq 1:20]
βπππβπ ππππ ππππππππ πππβπ’ ππ
βπ€ππ βπ’πππ πβππ ππππ πππβπ’ Β« π‘πππππ ππππ : πππππππππ πππππ ππ'π ππππ.
πΉ=Kanaafuu Kiristoos barattoota isaa kana jiratoota magaalaa beetsayida kani ta'ani fi namoota Qurxummii hojjatan Haroo nannoo magaalaa isaanii jiruu Gaalilaa(geenresex) irraa waamee. (hundu sirriidha).
link telegramaπ
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha

Telegram
πΉDπππππ π’πͺπ¨ππ‘ππ’π€π©ππ ππ π₯ππππ£πππβββββ
βIyyesuus, βBeekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!β isaaniin jedhe.β (Maat.16:6).
α’α¨α±α΅α α¨ααͺα³αα«αα α¨α°α±ααα«α α₯ααΎ α°α αααα α°α α αα‘ α ααΈαα’ (αα΄αα΅ 16:6)