🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.59K subscribers
54 photos
2 videos
10 files
114 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
✍Baga Geessan :
❢➻Yohaannis 1:30
inni ani, Β« Namni na duubaan dhufu na #caala; inni na #dura tureetii’ jedhee waaΚΌee isaa dubbadhe sun isa kana

=π‘˜π‘–π‘Ÿπ‘–π‘ π‘‘π‘œπ‘œπ‘  π‘€π‘Žπ‘Žπ‘žπ‘’π‘šπ‘šπ‘Ž π‘–π‘ π‘Žπ‘Žπ‘› 𝑒𝑒𝑛𝑦𝑒𝑒 𝑖𝑦𝑦𝑒𝑒 π‘‘π‘’π‘Ÿπ‘Ž π‘‘π‘’π‘Ÿπ‘’.

✍garuu immoo foonii nama uffatteef ,barii lakkaa’ame waggaa 30tti cuuphame.

βž‹βž»Luqaas 3:23
#Iyyaasuus yeroo tajaajila isaa jalqabetti umuriin isaa gara waggaa soddomaa ture. Innis akka waan ilma Yoosef tureetti yaadamaa ture:
ilma Eelii

π‘”π‘Žπ‘Ÿπ‘’π‘’ π‘˜π‘–π‘Ÿπ‘–π‘ π‘‘π‘œπ‘œπ‘  π‘ π‘Žπ‘Žπ‘šπ‘– π‘–π‘Ÿπ‘Ÿπ‘Žπ‘Ž π‘‘β„Žπ‘’π‘“π‘’:
➌➻Yohaannis 6:62
Yoos yoo utuu #Ilmi Namaa #iddoo_dur_turetti ol baΚΌuu argitan akkam taΚΌinna ree?

➍➻Yohaannis 6:38
Ani fedhii isa na erge sanaa guutuuf malee, fedhii koo guutachuuf #samii irraa #gad hin buuneetii.


π‘Žπ‘¦π‘¦π‘Žπ‘Žπ‘›π‘Ž π‘”π‘Žπ‘Žπ‘Ÿπ‘– 𝑖𝑠𝑖𝑛𝑖𝑓 β„Žπ‘Žπ‘Žπ‘‘π‘Ž'𝑒.