๐นBaga Gesaan.
#Fannoo jechun afani Ibrayisxitin (ืึทืขึฒืึนึืจ) Labori jedhama Afani Girikitin immo ( #ฯฯฮฑฯ ฯแฟท) staurowsi) jedhama
โ.Farfannaa 60:4
Akka isaan Futtisa jalaa gara isaatti baqataniif,
ati warra si sodataniif #mallattoo kenniterta.
โ.1.Tasalonqe 4:8
#Namni_gorsa kana tuffatu Waaqa Afuura isaa Qulqulluu isinii kennu sana #tuffata malee nama hin tuffatu.
โ.Isayaas 7:11
#Qilee akka malee gad fagoo keessatti yookaan #samii akka malee ol fagoo keessatti, Waaqayon Waaqa kee #mallattoo gafadhu.
โ.Qolasiyas 1:20
dhiiga isaa kan #fannoo irratti dhangalaสผe sanaanis nagaa buusuudhaan waan #lafa irra jiru yookan waan #samii keessa jiru hunda karaa isatiin ofitti ararseeraatii
โ.Galatiya 6:14
#Fannoo Gooftaa keenya Iyyaasuus Kiristoos kan ittiin addunyan naaf fannifame, kan anis ittiin addunyaf fannifame sana male waan biratiin of jajun narraa haa fagatu
๐๐๐ฃ๐ฃ๐ค๐ค ๐๐๐๐๐ ๐ฅ๐๐๐ฌ๐ช๐ก๐ค๐จ ๐ข๐๐ก๐ ๐ ๐๐ง๐๐จ๐ฉ๐ค๐จ ๐๐๐ฃ ๐๐๐ฃ๐ฃ๐.
๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐โ
๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐โ
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha

๐นkutaa-103-ffaa๐
๐นGaafii fi Deebii pheenxee fi Muslimaa.
โYohaannis 3:13
#Ilma_Namaa isa samii irraa #gadi buสผe malee eenyu iyyuu samiitti #olii hin baane
๐น๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ก๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐ค๐๐๐๐ #๐โ๐๐๐๐ฅ๐ ยซ ๐๐๐๐๐ ๐ก๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐โ๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ โ๐๐๐๐ก๐ข โ๐๐ ๐๐๐๐ข ๐๐๐โ๐ข.โ
๐น๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ก๐ ๐๐๐๐๐ ๐ค๐๐๐๐ #๐๐ข๐ ๐๐๐๐๐ ยซ ๐๐๐๐๐ ๐ก๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐ โ๐๐ ๐ก๐๐๐๐ #๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐โ๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐ก๐๐๐๐ ๐๐ข๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐โ๐ขโ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐ฃ๐ฎ๐:
๐นjalqabaa duraa samii irraa gadi bue, oli kani bahee Kiristoos qofaa miti.โ
Fakkeenyaaf Hafuurri Qulqulluun yeroo hundumaa samii irraa gadi bu'aa olii illee ni deebii'a
โ.Maatewos 3:16
#Iyyaasuus erga cuuphamee booda, battaluma sanatti bishaanicha keessaa baสผe; yeroo kanatti #samiiwwan ni banaman; #hafuurri Waaqayyoos akka gugeetti #gadi_buee utuu isa irra qubatuu arge.
๐๐๐๐๐ ๐ข๐๐ #๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐ข'๐ ๐๐๐ก๐๐๐๐ ๐๐ข๐ ๐๐ ๐๐ ๐๐๐ ๐.
โ.seera.Uumama 18:3
Innis akkana jedheen #Gooftaa ko, yoo ani si duratti fudhatama argadhe, tajajila(garbicha) kee bira hin darbin.โ
โป #G๐๐๐๐ก๐๐ ๐๐ข๐๐ ๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐ข'๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐ฆ๐ฆ๐ข โ๐๐ ๐โ๐ข๐๐๐,๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐โ๐ข๐๐ ๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐ก๐ก๐ #๐๐๐ ๐๐โ๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ โ๐๐ ๐๐๐๐๐ข.
โฌโฌโฌโฌ
A๐โamma immoo #dogoggora warra #pheenxee ilaala๐๐
-akka warri pheenxee odeessaa jiran kanatti kani oli bahee Kiristoos qofaa jedhuu ,namni oli bahee hin jiru jedhuu ,garuu kuni sobaa Fakkeenyaaf #Henok #Eliyaasii oli bahanii jiruu.
โ.Sera.Uumama 5:24
Henook Waaqa wajjin deddeebiสผe; waan Waaqni isa #fudhateef inni deebiสผee hin argamne.(Ibrota 11:5)dubbisi๐
โ.2Mootota 2:1
Yommuu Waaqayyon #Eeliyaasiin obomboleettiidhaan gara #samiitti olii fudhachuuf jedhutti, Eeliyaasii fi Eelsaaสผi Gilgaal keessaa baสผanii deemuu jalqaban. (2Mot 2:11).
๐น๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐ #๐๐๐๐๐๐ ๐๐ #๐๐๐๐ข๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐.ยซ ๐๐๐๐ ๐๐ข๐ข๐๐ #๐๐๐๐_๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ข๐,๐๐๐๐๐ #๐๐๐๐๐๐ก๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐a ๐
โ. 2 Qorontos 5:1
Yoo dunkaanni #lafa irraa kan nu keessa jiraannu kun diigame #mana_Waaqni_ijaare, mana bara baraa kan harka namaatiin hin ijaaramin #samii irraa akka qabnu beekna.
โ. Yohaannis 14:2
#Mana Abbaa koo keessa iddoo jireenyaa baayสผeetu jira; utuu akkana taสผuu baatee silaa isinittin hima ture. #Ani iddoo isinii qopheessuuf achin dhaqaatii.
โฌโฌโฌโฌโฌ
B๐โปAmma immoo #Dogoggora #Muslimoota ilaala.๐๐
โป samii irraa gadi bu'ee ,gara samiitti kani deebi'ee Eeyyee Kiristoos , Muslimooni immoo jecha kani jiranii namoonni gara samii olii bahee jiruu jedhuu.
โป kayyoo Muslimaa immoo Kiristoos akkuma namoota kani lafa irraa dhufee wani Amananifi, kuni immoo soba isaanitti ,
Mee Fakkeenyaaf Muslimoonni Henok ,Eliyaasii oli bahee jedhu,
Kiristoos wajjiin wali qixeessufi akkasii jedhuu.
๐น๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐ข๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐ข๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐'๐๐ ๐๐๐โ๐โ
โป๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐ข๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐'๐, ๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐
โ.Yohaannis 6:62
Yoos yoo utuu #Ilmi_Namaa iddoo #dur turetti #ol baสผuu argitan akkam taสผinna ree?
โปkanafuu Henok fi Eliyaasii jalqabaa samii irraa teessoo qabu ree yaa Muslimaa โ
๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ข๐๐ โ๐๐ ๐๐๐๐๐๐.

C)๐โป๐นamma immoo gara #hikaa #sirriitti koota mee๐
Ergan Abbaan illee samii irraa bahee oli deebi'ee, akkasumas hafuuri Qulqulluun irree samii irraa bu'ee ,oli deebi'ee. Kiristoos maalif Ana qofaa sami irraa gadi bu'ee oli deebii'ee jedhe reeโ
=kunis wangeela Yohaannis 3:13 ergaa akkasii sababii isaa lakkoofsa 3:14-15 ๐๐ ๐๐ ๐๐
โ. ๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐ก๐๐๐ ๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐ข'๐ ๐๐๐๐๐ ๐ก๐ข๐๐...โ
โ.๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐ก๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐ก๐ก๐ ๐๐๐ ๐๐โ๐ โ๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐ก๐ข๐๐.โ
๐นsababii inni samii irraa gadi bu'ee lubuu isaa kenne namoota fayyisuu
โพ.Yohaannis 3:13-15
#Ilma_Namaa isa samii irraa gad buสผe malee eenyu iyyuu samiitti ol hin baane. #Akkuma Museen gammoojjii keessatti bofa fannise sana Ilmi Namaas #fannifamuu qaba. Kunis akka #namni isatti #amanu hundi #jireenya bara baraa qabaatuuf
โป๐๐๐๐ข๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐.
โฟ.Yohaannis 12:32
#Ani garuu yeroon #lafa irraa ol fuudhamutti #nama_hunda ofitti nan harkisa.
๐นamma immoo kayyoo innii gara samii olii bahee Kiristoos afaanii isaatiin akkasi jedhee.
โโ.Yohaannis 14:3
Anis yoon dhaqee iddoo isinii qopheesse, akka isinis iddoo #ani jiru #jiraattaniif deebiสผee dhufeen ofitti isin fudhadha.
โโ.Efesoon 4:7-10
akkuma #safara kennaa #Kiristoositti tokkoo tokkoo keenyaaf ayyaanni kennameera. Kanaafuu ยซ #inni yommuu #olii gubbaa baสผetti #boojuu boojiสผe;
namootaafis kennaa kenneโ jedha.Maarree jechi #gara_oliitti baสผeโ jedhu, #gadi buสผeera, jechuunis gara lafaatti gad buสผeera jechuu malee maal jechuu taสผa? #Inni_gad buสผe sun isuma waan #hunda guutuuf jedhee #samiiwwan_hundaa #olitti_olii_baee dha.
โโ.Farfannaa 68:18
Ati yommuu #oli gubbaa baatetti #boojuu baayสผee fudhate yaa #Waaqayyo, yaa #Waaqi, ati achi #jiraachuuf jettee, namoota irraa, finciltoota irraas kennaa fudhatte
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โป๐ญ๐ช๐ข๐ช๐ง๐๐ ๐๐ง๐ง๐๐๐ฉ๐ฉ๐.
#๐๐๐ฆ๐ฆ๐๐ ๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐
#๐๐๐๐๐๐ #๐๐๐ข๐ข๐๐๐ ๐๐ข๐๐๐ข๐๐๐ข๐ข๐ ๐๐๐๐ ๐๐ข'๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐, ๐๐๐๐ #๐๐๐๐๐ ๐ก๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐.
๐๐๐๐๐ ๐ก๐๐๐ ๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐ข'๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ก๐ ๐๐๐ฆ๐ฆ๐๐ ๐ข,
๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐ก๐ก๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐โ๐๐ ๐๐๐๐๐๐ก๐ โ๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐ฅ๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐ ๐ ๐๐ข๐โ๐๐ก๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ข๐ข๐๐.
๐๐๐๐๐๐๐ข๐ข ๐ฆ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ก๐ ๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐โ๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ยซ #Ilma Namaa isa #samii irraa gad buสผe malee eenyu iyyuu #samiitti oli hin baane ยป inni jedhuu (yoh 3:13) kanuma ibsaa.
โปHenok, Eliyaas ,eenyuu iyyuu yoomu gara samii oli bahu akkasi hin goonne โ
โฌโฌโฌโฌ
๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐

Telegram
๐นD๐๐๐๐๐ ๐ข๐ช๐จ๐๐ก๐๐ข๐ค๐ฉ๐๐ ๐๐ ๐ฅ๐๐๐๐ฃ๐ญ๐๐โโโโโ
โIyyesuus, โBeekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ isaaniin jedhe.โ (Maat.16:6).
แขแจแฑแตแ แจแแชแณแแซแแ แจแฐแฑแแแซแ แฅแญแพ แฐแ แแแแ แฐแ แ แแก แ แแธแแข (แแดแแต 16:6)