๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.58K subscribers
54 photos
2 videos
10 files
117 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
โŒ isin Kitaabota
Qulqulluu dhaan jireenya bara baraa arganna jettanii waan yaaddaniif kitaabota sana qorattu; kitaabonni kunis
waa'ee dhuma koo
dhugaa ba'u.
แŠฅแŠ“แŠ•แ‰ฐ แ‰ แˆ˜แŒปแˆ•แแ‰ต แ‹จแ‹˜แˆ‹แˆˆแˆ แˆ•แ‹ญแ‹ˆแ‰ต แŠฅแŠ•แ‹ณแˆ‹แ‰ฝแˆ แ‹ญแˆ˜แˆตแˆ‹แ‰ฝแŠ‹แˆแŠ“ แŠฅแŠแˆญแˆฑแŠ• แ‰ตแˆ˜แˆจแˆแˆซแˆ‹แ‰ฝแˆแค แŠฅแŠแˆญแˆฑแˆ แˆตแˆˆ แŠฅแŠ” แ‹จแˆšแˆ˜แˆฐแŠญแˆฉ แŠ“แ‰ธแ‹
โž›Yohaannis 5:39
โž›แ‹ฎแˆแŠ•แˆต 5 :39

โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ—‰ Jechi kitaabota jechuu
Kitaaba kaaku dura yoo, taโ€™e
Male yeroo sana Kitaabni
Kaaku haaraa gonkumaa
Hin jiruu.
โž›kanafuu Kitaabni kaaku
Dura immoo
Fakkeenyaaf
โœkan Muse:๐Ÿ‘Kan Iyyaasuu
โœKan Daawi:๐Ÿ‘Kan isaayaas
โœKan Dani'eel:๐Ÿ‘mikiyaas.

๐Ÿ—ž๐Ÿ“šKitaabni kaaku dura ergaa
Wa'ee isaa dubbachaa ture
Bara durii kan namoota dubbachaa kan ture kiristoos jechudha. Maalif yoo, jenne kitabni qofati akkamitti jirachu danda'a reeโ“, Oso qaamni tokko hin jire
๐Ÿ…พyeroo tokko kan Dubbisaโš›.

โœAni qofti waa'ee ofii koo yoon
dhugaa bae
, waan ani dhugaa bau dhugaa hin tau.

๐ŸŒพHaatau malee, waa'ee koo kan dhugaa bau kan biraan jira,anis wanti inni waaee koo dhugaa bau sun dhugaa akka tae beeka

๐ŸŒพisin gara Yohaannisitti namoota ergitanii turtan; innis waa'ee waa'ee dhugaa sanaa dhugaa ba'eera,
Haatau malee, ani namni
akka dhugaa anaaf bau hin barbaadu;
wantoota kana kan ani dubbadhu garuu akka isin fayyitaniifi.

๐ŸŒพYohaannis ibsaa bobaee ifa kennu ture; isinis yeroo xinnoodhaaf ifa isaatti baayee gammaduudhaaf fedhii qabdu turtan.

๐ŸŒพAni garuu Yohaannis caalaa dhugaa kan anaaf ba'u qaba sababiin isaas hojiiwwan
akka ani hojjedhu Abbaan koo natti kenne, jechuunis hojiiwwan ani hojjechaa jiru kun, akka Abbaan na erge mirkaneessu.


๐ŸŒพKana malees, Abbaan inni na erge ofii isaatii waa'ee koo dhugaa ba'eera. Isin matumaa sagalee isaa hin dhageenye, bifa isaas hin argine

๐ŸŒพakkasumas isin isa inni erge waan hin amanneef, dubbiin isaa isin keessa hin jiraatu.

๐ŸŒพisin Kitaabota Qulqulluudhaan jireenya bara baraa arganna jettanii waan yaaddaniif kitaabota sana qorattu kitaabonni kunis waaeedhuma koo dhugaa ba'u.

๐ŸŒพTaus, isin jireenya argachuuf
gara koo dhufuu hin barbaaddan. Ani nama irraa ulfina argachuu hin barbaadu taus, akka isin jaalala Waaqayyoo of keessaa hin
qabne akka gaariitti nan beeka

๐ŸŒพAni maqaa Abbaa kootiin nan dhufe; isin garuu na hin simanne Namni kan biraan maqaa ofii isaatiin yoo dhufe garuu isa ni simattu.

๐ŸŒพIsin walii keessaniif ulfina
kan kennitan, ulfina isa Waaqa tokkicha biraa dhufu garuu kan hin barbaadne erga taatanii, akkamitti amanuu dandeessu reeโ“

๐ŸŒพAni Abbaa duratti waanan isin himadhu isinitti hin fakkaatin; kan isin himatu tokko jira,innis Musee isa isin abdattan sana dha.
Dhugaadha, Museen waa'ee koo waan barreesseef, utuu isatti amantaniittu ta'ee, anattis ni amantu turtan

๐ŸŒพHaatau malee wanta Museen barreesse hin amantan erga taee, wanta ani dubbadhu akkamitti amantu reeโ“
๐ŸŒธ(Yohaannis 5:31-47).
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ˜˜hiriyoota keessan biraan
Gaha sagalee kan
โ€ผ๏ธ
โž›Link kan fayyadama
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
Torbee_7 ffaa.pdf
824.3 KB
๐ŸŒนkitaaba kana Dubbisu
Ni dandeessu.
โž›Torbe_7ffยชยช
โž› Yohaannis 3:1-20
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โœYohaannis 3:12๐Ÿ‘‡
Wantoota lafa irraatti isinitti himnaan erga hin amantan ta'ee, wantoota samii irraa yoon isinitti hime
akkamitti amantuโ“

โœฆแ‹ฎแˆแŠ•แˆต 3 :12
แˆตแˆˆ แˆแ‹ตแˆซแ‹Š แŠแŒˆแˆญ แ‰ แŠแŒˆแˆญแŠ‹แ‰ฝแˆ แŒŠแ‹œ แŠซแˆ‹แˆ˜แŠ“แ‰ฝแˆแฅ แˆตแˆˆ แˆฐแˆ›แ‹ซแ‹Š แŠแŒˆแˆญ แ‰ฅแŠแŒแˆซแ‰ฝแˆ แŠฅแŠ•แ‹ดแ‰ต แ‰ณแˆแŠ“แˆ‹แ‰ฝแˆโ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
ฮ‘ฮฝ ฮดฮตฮฝ ฮผฮต ฯ€ฮนฯƒฯ„ฮตฯฮตฯ„ฮต ฯŒฯ„ฮฑฮฝ ฯƒฮฑฯ‚ ฮผฮนฮปฮฌฯ‰ ฮณฮนฮฑ ฯ€ฯฮฌฮณฮผฮฑฯ„ฮฑ ฯ€ฮฟฯ… ฯƒฯ…ฮผฮฒฮฑฮฏฮฝฮฟฯ…ฮฝ ฯƒฯ„ฮท ฮณฮท, ฯ€ฯŽฯ‚ ฮธฮฑ ฮผฮต ฯ€ฮนฯƒฯ„ฮญฯˆฮตฯ„ฮต ฮฑฮฝ ฯƒฮฑฯ‚ ฯ€ฯ‰ ฮณฮนฮฑ ฯ€ฯฮฌฮณฮผฮฑฯ„ฮฑ ฯ€ฮฟฯ… ฯƒฯ…ฮผฮฒฮฑฮฏฮฝฮฟฯ…ฮฝ ฯƒฯ„ฮฟฮฝ ฮฟฯ…ฯฮฑฮฝฯŒ
๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ
๐Ÿƒ๐ŸŒธ kutaa-13 ffaa ๐ŸŒป
Gaafi =Musiliimoota

โ—ˆ jecha wangeela Yohaannis.irraa
jiruu irratti

โœYohaannis 6:11๐Ÿ‘‡
Iyyaasuus buddeena sana fuudhee erga galateeffatee booda warra achi tataaaniif hire

Qurxummii sanas akkasuma hamma isaan barbaadan isaaniif kenne.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
Gaafin isaanii Iyyaasuus ni galateeffate,โ“osoo Waaqayyo
Ta'e eenyu galateffata ree โ“siila Inni mataan isaa iyyuu Waaqayyo
Garuu Iyyaasuus Waaqayyo mitti kanaaf galateeffate jedhuu.... โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒนDeebi keenya

Lakki galateeffachuun isaa iyyuu Waaqayyo ta'u ibsa.

jalqabaa kitaaba kana
Dubbisa mee...๐Ÿ‘‡

๐ŸŒนYohaannis 6:1-11๐Ÿ‘‡
Iyyaasuus Galaana Galiilaa
isa Xibiriyaados jedhamu
gamatti ce'e. Namoonni hedduunis, dinqii inni warra dhukkubsatan fayyisuudhaan hojjete waan arganiif
isa duukaa buan

Kanaaf, Iyyaasuus gaara tokkotti oli ba'ee barattoota
isaa wajjin achi taa'e
. Yeroo sanatti ayyaanni Yihudootaa, Faasikaan dhihaatee ture.
๐Ÿ‘‰Iyyaasuus namoonni hedduun gara isaa yommuu dhufan oli jedhee ilaalee Filiphoosiin, โ€œbuddeena namoonni kun nyaatan eessaa yoo
bitne wayya
โ“โ€ jedhe.
Taus kana kan dubbate,

๐Ÿ‘‰Filiphoosiin qoruuf malee waan gochuuf yaade beeka ture. Filiphoosis, โ€œTokkoon tokkoon isaaniitiif xinnoo xinnoo kennuuf illee, buddeena dinaaree 200 iyyuu hin ga'uโ€ jedhee
deebiseef

Barattoota isaa keessaa
tokko kan ta'e Indiriyaas, obboleessi Simoon Pheexiros akkana jedheen: โ€œGurbaa xinnoon budeeena
garbuu shani
i fi qurxummii xixinnoo lama qabu
tokko asii jira.

๐Ÿ‘‰Garuu kun nama hamma
kanaaf akkamitti ga'a
โ“โ€

Iyyaasuus, โ€œNamoota tetessisaaโ€ jedhe. Bakka
sana margi hedduun waan tureef namoonni sun
achi tataaan; namoota
kana keessaa gara 5,000 kan ta'an dhiirota turan.

Iyyaasuus buddeena sana fuudhee erga galateeffatee booda warra achi tataaaniif
hire; qurxummii sanas akkasuma hamma isaan barbaadan isaaniif kenne.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
Jalqaba dura Yaada kan Kani
Murteesse Eenyu..... โ“
Deebin =Kiristoos dha

๐ŸŒน๐Ÿ‚akkka bareeffama kanatti garuu Kiristoos wanta gochuuf
Jedhe,yaadee, booda wa'ee buddeena duubachu jalqabee
๐Ÿ‚

๐Ÿƒโž›jalqabaa wanta tokkoo gochuuf murteessuu kan danda'u Waaqayyo qofaa
Kanaafuu Kiristoos Waaqa
Ta'u ibsaa.
โ—ˆragaa kitaaba๐Ÿ‘‡
=1=๐ŸŒนYohaannis 6:6๐Ÿ‘‡
kana kan dubbate, Filiphoosiin qoruuf malee waan gochuuf yaade beeka ture.๐Ÿ’ฏ

=2=๐ŸŒนRoome 11:33
Badhaadhummaan, ogummaanii fi beekumsi Waaqayyoo akkami gadi fagoo dhaโ—๏ธ Murtiin isaa matumaa qoramuu hin dandau, karaan isaas bira gaamuu hin dandau

=3=๐ŸŒนRaji-Isaayyaas 14:24
Waaqayyo Gooftaan Raayyaa akkana jedhee kakateera: Akkuman yaade ni ta'a,
Akkuman murteessettis ni
raawwatama.


โคfakkeenya biraa dubaroo Maariyaamin Qaanaa Galiilaa keessatti jalqaba duraa wayinii hin qabni jeette Kiristoos kadhatee malee,, erga innii tolee jedhee booda immoo namoonni kan bishaanii ganiwwanitti Guuta jeette,

Kana,jechuun Maariyaamin
Fedhi ilma ergaa taโ€™e booda
Namootati himmite, kanafuu Ishe Waaqayyo gadi ta'u ibsa
Dubbiin kuni


๐ŸŒปYohaannis 2:3-7
Yommuu daadhiin wayinii dhumu haati Iyyaasuus โ€œDaadhiin wayinii isaan jalaa dhumeeraโ€ jetteen.
Iyyaasuus garuu, โ€œDubartii nana, ani siira maalin qaba Sa'aatiin koo amma iyyuu
hin geenyeโ€ jedheen.

Haati isaas, warra keessumsiisan sanaan, โ€œWanta inni isinitti himu hunda godhaaโ€ jetteen. Yeroo kanatti akka
seera Qulqulleeffamuu Yihudootaatti gaaniiwwan dhagaa, ja'a(6) achi kaaamanii turan. Iyyaasuus,
โ€œGaaniiwwan kana bishaan itti guutaaโ€ isaaniin jedhe. Isaanis hamma afaan isaaniitti bishaan itti guutan.


๐ŸƒGaruu amma Kiristoos jalqabaa ofuma isaa wanta barchisuu murteessee, Barattooti hime
Kanafuu Aangoo jalqabaa
Wanta tokko murteessuu kan
Qabu Waaqayyo qofaa
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
Kiristoos ergaa Waaqayyo
Ta'e sababa maalif galateeffate isaa jedhuufi...
โ“

Nyaata kenuufi dura Kiristoos gara samii olii ilaalee jedha๐Ÿ‘‡

maatewos 14:19๐Ÿ‘‡
namoonni sun marga irra
akka tataaan isaan ajaje
Buddena shananii fi Qurxummii lamaan sana fuudhee gara samii ilaalaa eebbise
Buddena sana erga caccabsee boodas barattoota isaatti kenne; barattoonni isaas
namoota sanaaf kennan jedha

๐Ÿ…ฐ sababiin isa Kiristoos
Kopha osoo hin tanne Abbaa isaa, isa wajjin akka eebbisuuf
Gara Sami olii jedhee
๐Ÿ‚๐Ÿ‚๐Ÿ‚๐Ÿ‚๐Ÿ‚๐Ÿ‚๐Ÿ‚๐Ÿ‚๐Ÿ‚๐Ÿ‚
yeroo kamiyyuu Kiristoos kophaa isa,qofa miti
Ragaa kitaaba

=1โœ=Yohaannis 8:15-16๐Ÿ‘‡
isin akka ilaalcha fooniitti murteessitu; ani garuu matumaa eenyutti iyyuu
hin murteessu.

Haatau malee, Abbaan inni na erge anaa wajjin waan jiruu fi ani kophaa koo waanan hin taaneef, utuma ani murteessee illee murtiin koo dhugaa dha.

=2=โœYohaannis 16:30-33
Ati wanta hunda akka beektuu fi eenyu illee si gaafachuun akka isa hin barbaachisne amma beekneerra

ati Waaqayyo biraa akka dhufte amanneerra Iyyaasuus deebisee akkana isaaniin jedhe: โ€œAmma amantaniiโ“

Kunoo sa'aatiin hundi
keessan kophaatti na, dhiistanii
gara mana mana keessaniitti itti
faffacaatan dhufaa jira ammuma iyyuu kunoo ga'eera. Ta'us Abbaan anaa wajjin waan jiruuf, ani kophaa koo miti

isin karaa koo nagaa
akka argattaniif, ani wantoota kana isinitti himeera
Addunyaa keessatti rakkinni
isin irra ga'a, garuu jabaadhaa Ani addunyaa mo'eera.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ

๐Ÿ…ฐ Kiristoos maalif ergee murteesse Ofuma isaa gochuu didee barattoota isaatti wantaa kan Itti dubbatee inni jedhuu immoo

โœDubbiin raajii akka rawwatamuuf.

=1=โœRaji Amoos 3:7๐Ÿ‘‡
Waaqayyo Gooftaa Oli Aanaan iccitii isaa raajota
warra tajaajiltoota isaa
taanitti utuu hin mulisin
Waan tokko illee hin raawwatu
๐ŸŒผ kanafi Kiristoos wanti gochuuf jedhe itti himee.

โ—ˆ Inni bira murtii Kiristoos
Namni kamiyyuu jalaqaba
Akka hin beekne ibsuuf
Booda immoo barattoota isaa
Yaada isaa hubbachise
.
๐ŸŒนRaji-Isaayyaas 55:8-9
yaanni koo
yaada keessanii wajjin,
Daandiin koos daandii
keessanii wajjin tokko mitiโ€ jedha Waaqayyo
โ€œAkkuma samiin lafa irraa oli
fagaatu,
Daandiin koo daandii
keessan irraa,
Yaanni koos yaada keessan
irraa fagoo dha.

๐ŸŒนโž›Raaji isayaas 40:13-14
Affuura Waaqayyo kan safare eenyuโ“ Gorsaa isaa ta'ee isa barsiisuu kan dandau
hoo eenyuโ“

Inni hubannaa argachuuf
eenyuu wajjin mariateโ“
Yookiin daandii haqaa kan
isa barsiisu Yookiin beekumsa kan isaaf kennu
Yookiin daandii hubannaa
dhugaa kan isatti argisiisu
eenyuโ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
Kanaafi baratoonni isaa yaada
Kiristoos beeku hin dandeenye
Akkamit buddeenni 5 fi qurxummii 2, gaha, akkasumas
Dinnara 200,yoo, bitame hin
Gahu jedhani........
Kanaafuu Kiristoos Waaqayyo
Tau ibsa

๐Ÿ‚๐Ÿ‚๐Ÿ‚๐Ÿ‚๐Ÿ‚๐Ÿ‚๐Ÿ‚๐Ÿ‚
sababii inni nyaataa sana
Kan galateeffatee inni biraa
Namooni yeroo nyaataa argatan
Waaqayyo galateeffamu
Akka hubbatanif hubbaatanif
Fi akka baratani maalif yeroo
Jennu Kiristoos barsiisa dhugaa jedhamee kan Dhufe
Namoota wanta gaarii taโ€™e hundumaa barsiisuu Dhufe
Malee, seeraa tokko barsisee
Seera tokoo dhisuuf hin dhufnee erga barsisa ta'u hundumaa barsisuu qaba...

โ–ถ๏ธRaajii Ermiyaas 31:33-34
โ€œGuyyoota sana booda
kakuun ani mana Israaelii wajjin galu isa kana
Ani seera koo isaan keessa
nan ka'aa,garaa
isaanii keessattis nan barreessa
Ani Waaqa isaanii nan taa,
isaanis saba koo ni tauโ€ jedha
Waaqayyo

Waaqayyo akkana jedha:
Sana booda isaan keessaa eenyu iyyuu, waqayyo beeki
jedhee nama kan biraas tae obboleessa isaa hin barsiisu sababiin isaas, isa xinnaadhaa
hamma isa guddaatti hundi isaanii iyyuu na beeku.

Ani balleessaa isaanii isaaniif nan dhiisa, cubbuu isaaniis sana booda hin yaadadhu.โ€

โ–ถ๏ธYohaannis 6:45
Raajonni, โ€˜Hundi isaanii
warra Waaqayyo irraa
baratan ni tauโ€™
jedhanii barreessani
iru. Namni Abbaa dhagaee fi kan isa irraa barate hundi gara koo ni dhufa.

โ–ถ๏ธFarfannaa-Daawit 4:6
Namoonni baay'een, โ€œEenyutu waan gaarii nutti argisiisaโ“
in jedhu; yaa Waaqayyo, ati ifa fuula keetii nuti argisi.

โฉYohaannis 13:13
isin โ€˜Barsiisaaโ€™ fi โ€˜Gooftaaโ€™ jettanii na waamtu; anis akkuma sana
waanan taeef kana jechuun keessan sirrii dha
.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒนLink kana fayyadama
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
=====||=====
๐ŸŒนKuta_14ffยชยช..... hordofaa
โ—ˆGaafi=Muslimoota

โœYohaannis 6:14๐Ÿ‘‡
Namoonni sun dinqii
Iyyaasuus hojjete yommuu argan, โ€œKun dhuguma iyyuu #Raajicha isa gara #addunyaa akka dhufu dubbatame sana
dhaโ€ jedhan.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โž›Gaafin Muslimaa kana
irratti dha Kiristoos
Raajicha
jedhu.....โ“
======//=====//====
โ—ˆDeebi=keenya ๐Ÿ‘‡
Kiristoos Raajidha yeroo jennuu
Akka raajota bira sana mitti
โ—ˆkutaa 5ffยชยช Dubbisa๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ
( ๐ŸŒน https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/156

๐Ÿƒ https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/158))

โœ fakkeeenyaf Waaqayyo mataan isaa Raajicha.

๐Ÿ‚Raajiicha isayaas 45:21
๐Ÿ‘‰Gabaasa keessan
dhiheessaa, dhimma
keessan dhiheeffadhaa
Isaan tokkummaadhaan
waliin haa mariatan.
Bara dheeraa dura kana kan
dubbate, Yeroo darbe irraa kaasees kana kan labse
eenyuโ“Ana Waaqayyo mitiiโ“
Ana malee Waaqni kan biraan hin jiru; Ana malee Waaqni
Qulqulluunnis tae Fayyisaan
hin jiru.

โ—ˆkanafuu wanta gara fuulduraatti kan dubbatuu Waaqayyo mataa isaatti, wanti akkasi immoo raajicha isaa jechisiisa .

โ—ˆkan Nama fayyisuu isaa mataa isaatii,kanafuu Kiristoos
Adduunya
kanaa fayyisee jira
Kiristoos Male Fayyisaan
biraa Hin jiru.

๐ŸŒนmatewoos 1:21
ishiin ilma ni deessi;
atis maqaa isaa
Iyyaasuus jettee moggaasta
inni namoota cubbuu isaanii irraa ni fayyisa.

๐Ÿ‚Luqaas 2:10-11
Maleekaan sun garuu
akkana isaaniin jedhe
Hin sodaatinaa! Kunoo, ani
misiraachoo namoota
hundaaf
gammachuu
guddaa argamsiisu
isinitti nan hima.
Hara magaalaa Daawit keessatti fayyisaan isiniif dhalateera; innis Kiristoos Goofticha dha

โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ‘‰dinqii=Kiristoos raawatame immoo Nyaata namoota
hedduu nyaachisu dha..
Kunis Kiristoos Waaqa
Ta'u ibsaa.


๐Ÿ‚Farfannaa_Daawit 40:5๐Ÿ‘‡
Yaa Waaqa koo,Waaqayyo
Ati wantoota dinqisiisoo
hedduu nuuf gooteetta,

Yaadawwan nuuf qabdus
hedduu dha.Kan siin gitu
tokko illee hin jiru
Ani waa'ee wantoota
kanaa himuu fi dubbachuuf
utuun yaalee, Lakkoofsi
isaanii lakkawwamu hin danda'u.

โ—ˆ Yohaannis 21:25
Wantoonni Iyyaasuus hojjete kan biraa hedduunis jiru
hundi isaanii tokko tokkoon utuu barreeffamaniiru ta'ee, addunyaan iyyuu bakka
kitaabni maramaan isaan
irratti barreeffaman kaaamu
kan qabaatu natti hin
fakkaatu. ๐Ÿ‘Œ๐Ÿ‘Œ๐Ÿ‘Œ

โœ kana Daawit dubbatee
Gonkumaa lakkamu hin dandamu jedhee
โœ kan Yohaannis jedhee
Hiika kan wajjiin walii fakkaata
Iddoo Kitaabni kahamu hin jiruu
Jedhe, kanafuu Kiristoos Waaqa
Ta'u ibsa.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
hiika biraa isaa gara
AddunyaDhufe jedhuu
Maali ibsaa..
. โ“
Kiristoos samii irraa
dhufuu ibsaa dhala
nama keessa raajiin
Sami irraa Dhufe jiraโ“,gonkumaa hin jiruu

โœ Kanaafuu Kiristoos Ani
Sami irraa Dhufe jedhee jira
โ—ˆ erga akkasii taโ€™e akkamitti
Raajoota biraa wajjin walii fakkeesuu dandama...

๐ŸŒนYohaannis 3:13๐Ÿ‘‡
ilma namaa isa samii
irraa gadi bu'ea malee,
namni gara samiitti oli
bae tokko illee hin jiru.
โœ Jechi ilma Jechu
Kiristoos Ibsa
๐ŸคŒ hundi isaa iyyuu Kiristoos
Waaqa ta'u ibsaa, ๐Ÿค
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒผLink kan fayyadama๐Ÿ‘‡

@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ
โ˜๏ธ======||============๐Ÿค
Akkami nagaa jirtu maatii Waaqayyo
Hundi keessan iyyuu
โ—ˆ1=Torbe dhukkubi kana keessaa, Kitaabni Yohaannis barreesse akka isiniif dubbifamu ni barbaduu...? โž›Namni barbaduu Qube " A" filadha โž›Namni hin barbaanne Qube "B" filadhaa
Anonymous Poll
96%
"A"................?
4%
"B"..............?
๐ŸŒผ๐Ÿ…ฐ๐Ÿ…ฐ๐Ÿ…ฐ๐Ÿ…ฐ๐Ÿ…ฐ๐Ÿ…ฐ๐Ÿ…ฐ๐Ÿ…ฐ๐Ÿ‘‡๐Ÿƒ๐ŸŒผ
โœmaatewos 27:51
โœkitaaba Luqaas 23:44
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
1=Biiftuun maalif dukannofteโ“

2=urjii fi Addeessi
maalif diimate โ“

3=lafti maalif sochateโ“

4=namoonni du'anii turanโ“
Maalif awwaala keessa
bahani โ“

5=erga awwaala keessa
bahanii Eessa jirtan โ“
isaa booda du'an moo,
hin dunee โ“

โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ—ˆNamooni ibsa isaa
Barbadaan =liinkii
๐Ÿ‘‡
Kan xuqaa,
@Gutema123
=====//=====
๐ŸŒน=1=biiftuun maalif
dukkaanofteโ“
=deebi isaa (4)
โž›1โž›
#kabajaa Kiristoos ibsuuf Ture,biiftuun qaama Kiristoos hin mul'isne, yihudoonni garuu uffaata Kiristoos carraa godhani fudhatan
โœ Far 19:1
#Samiiwwan ulfina Waaqayyoo ni dubbatu #Hawaan hojii harka
isaa ni lallaba.
โž›แˆ˜แ‹แˆ™แˆญ 19:1
#แˆฐแˆ›แ‹ซแ‰ต แ‹จแŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญแŠ• #แŠญแ‰ฅแˆญ แ‹ญแŠ“แŒˆแˆซแˆ‰แฅ แ‹จแˆฐแˆ›แ‹ญแˆ #แŒ แˆแˆญ แ‹จแŠฅแŒแŠ• แˆฅแˆซ แ‹ซแ‹ˆแˆซแˆ

2=fakkeenyi biiftuu
#Dubaro
#Maariyaamidha, akkuma biiftuun dukkanoofte, gadi Maariyaami baay'ee cimaa
Ta'u ibsaa..
โœser.Uum 37:9-10
#Yooseef abjuu tokko arge; achiis, โ€œAni #abjuu kan biraas argeera. Yeroo kanatti
#aduun, #addeessii fi
#urjiileen 11 anaaf ni sagadanโ€jedhee obboloota isaatti hime.

Achiis abjuu kana
#abbaa
isaa fi obboloota isaatti hime;
abbaan isaas isatti dheekkamee,
โ€œHiikni abjuu kee kanaa maali
dhaโ“
#Anii fi #haati tee, akkasumas #obboloonni kee dhugumadhufnee lafatti gombifamnee
siif sagaduuf jennaaโ“โ€ isaan jedhe.
โ—ˆ
#fakkeenyi Aduu(biiftuu) #Yaaqoobi ta'e Akkuma kan dubaro #Maariyaami Aduun ni fakkeessina.
โž›Fakkeenyi
#addeessa "Raahel"
โž›Fakkeenyi
#urjii ijoollee Yaaqoobi
โž›fakkeenyi
#yoseefii Kiristoos
โœLuq 2:34-35
#Simioon isaan eebbise; #Maariyaam haadha mucichaatiinis akkana jedhe: โ€œKunoo, mucaan kun #Israael keessatti #kufaatiif fi
#kaumsa_namoota hedduutiif sababa ta'a;akkasumas mallattootuffatamu ni taa

eeyyee,sii,immoo
#goraadee(seefi) dheeraan si keessani darba kunis kan tau, yaadni garaa namoota hedduu keessa jiru ifatti akka bauufi.โ€
๐ŸƒJechi goraadee jedhuu
Gadi guddaan sii,irraa gaha Jechu isatti

=3= inni bira dubbiin
#rajoota akkaRaawatamuufi
#Biiftun dukkanoofte
โœRaaji-Isaayyaas 24:22-23
Akkuma
#hidhamtoonni
#boolla keessatti walitti qabamanitti,
Isaanis walitti ni qabamu,
#Mana_hidhaa keessattis
isaan irratti ni
#cufama;
#Guyyoota hedduu boodas
#xiyyeeffannaan isaaniif ni
kennama.

#Addeessi guutuun hin kennitu
#Aduun iftus ni salphatti,
Sababiin isaas, Waaqayyo
Gooftaan Raayyaa Gaara
#Tsiyoon irrattii fi #iyerusaalemi keessatti #Mootii ta'eera, Maanguddoota saba isaa durattis #ulfina
qabeessa taeera.
โœRaaji Amos 8:9
#Waaqayyo Gooftaa Oli Aanaan akkana jedha:
#Guyyaa sanatti #aduun guyyaa #saafaa(sa'aati 6 tti) akka lixxu nan godha,
Utuma ifni guyyaa jiruus
#biyyattii nan dukkaneessa.

=4=Kiristoos yeroo
#lamaffaa
Yero dhufu
#biiftuun akka dukkanooftuu ibsuuf ammas
Akkasi godhee.
โœMat 24:29-30
#Rakkina guyyoota sanaa
booda yeruma sana
#aduun nidukkanoofti,
#addeessis ifa ishii
hin kennitu,
#urjiileen samii irraa ni kukkufu, #humnoonni samiis ni raafamu.
Yeroo sanatti
#mallattoon #Ilma namaasamii irratti ni mulata; #gosoonni lafa irraa hundi gaddaanqoma isaanii ni rurrukutu;isaan Ilmi namaa humnaa fi ulfina guddaadhaan #duumessa samiitiin yommuu dhufu ni argu.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒนGaafi 2 ffaa
2=Addeessi fi urjiin maalif dimmateโ“
๐Ÿƒ=deebi isaa
Jalqaba akkuma biiftuu
Addeesi fi urjiin diimachu isanii
#kabaja Kiristoos ibsuuf
Far 19:1
๐ŸŒผโž›Fakkeenyi biraa
#addeessi fi urjii, fakkeenya #Qulqulloota Yoomu ta'u, Qulqulloota Yoomu jennuu immoo #duukaa bu'oota Kiristoos fi kan biraa
โž›isaan guyyaa sana bayee
Akka akka
#Gadaan ibsaa #ija isaani keessa, hanga #dhigni bahuuti boo'uu ibsuufi
โž›kan akka
#Yohaannis, Pheexiroos, #Henok, Eliyaas, Muse fa'a. Jechudha.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒนgaafi 3ffaa
3โž›laftii Maalif sochateโ“
โž›jalqabaa dura
#Kiristoos #Waaqayyo Ishe ta'u ibsuu
-yihudaani wa'ee Kiristoos hin beeknee Ture, amma garuu
Lafi ni beektee ni
#dubbatee
โœ iyoob 12:9-10
#Lafatti dubbadhu! innis si #barsiisa; yookiis #qurxummiin galaanaa akka sitti himu godhi!
#Harki Waaqayyoo akka isaan tolche, isaan kana #hundumaa keessaa eenyutu waaqayyo hin beeknee ree โ“

๐ŸŒน lafti sochate inni jedhamee
#Namoota_cubbadhan
Jiraatan Kiristoos bilisa basuu fi garummaa Kiristoos lafaa irratti baay'achuu ibsa
โž›lafatti fakkeenya
#namatti
(Mat 13:1-7)

โœRaaji Hagee 2:6-7
#Waaqayyo Gooftaan akkana jedha: โ€˜ #Yeroo_muraasa booda #al_tokko dabalee #samiiwwanii fi#lafa, akkasumas galaanaa fi lafa
isa
#gogaa nan #sochoosa
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โœLink kan xuqaa hordofa๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ

#Ani saboota #hundumaa
nan
#sochoosa; wantoonni
gatii guddaa qabanis saboota hundumaa keessaa ni dhufu mana kanas ulfinaan nan guutaโ€™ jedha
#Waaqayyo Gooftaan Raayyaa.
โœ Ibroota 12:25-26
#Iyyaasuus isa arsaa kakuu #haaraa tae, akkasumas #dhiiga facaafame isa karaa
#dhiiga Abeel irra aaluun dubbatuttil dhihaattaniittu.

#Isin isa #dubbachaa jiru
sana dhaggeeffachuu akka hin#didne of eeggadhaa. Namoonni isa lafa irratti akeekkachiisa#Waaqayyo
biraa dhufe dubbatu
sana dhaggeeffachuu didan adaba irraa erga hin oollee, nutiisa
#samii irraa dubbatum sana irraa yoo garagalle akkamittiadaba jalaa
ooluu dandeenyaโ“

#Yeroo sanatti #sagaleen isaa#lafa_sochoose,amma garuu, โ€œAl_tokko dabalee lafa #qofa utuuhin tain, samiis nan #sochoosaโ€jedhee #waadaa galeera.
Jechoonni โ€œali tokko dabaleeโ€ jedhan wantoonni hin sochooneakka itti fufaniif, wantoonni sochoan, jechuunis wantoonnitolfaman akka balleeffaman argisiisu. Kanaafuu,
#Mootummaa sochouu hin dandeenye fudhachuuf akka jirru waan beeknuuf, gaarummaa guddaa isa karaa fudhatama qabuun, sodaafi ulfina guddaadhaan #tajaajilaqulqulluu Waaqayyoof dhiheessuu itti dandeenyu fudhachuu

keenya itti haa fufnu. Sababiin isaas, Waaqni keenya
#ibidda gubee balleessu dha.

๐ŸŒน inni bira sababa lafti sochoโ€™aatefi Kiristoos Waani sodaateefi
โœFar 68:8
#Lafti ni kirkirte;
#Waaqayyoon kan kae
#samiin bokkaa roobse;
Siinaan kunis Waaqayyo isa
#Waaqa_Israael ta'een kan
kae ni
#kirkire.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒนGaafi 4ffaa
4=namoonni du'anis turan
Maalif awwaala keessa
bahaniโ“
=Deebi
โ—ˆDubbin Kiristoos akka raawamatufi
โœYohaannis 5:25
#Dhuguma dhuguman isiniin jedha, #sa'aatiin warri #du'an
#sagalee #Ilma_Waaqayyoo ittidhagaan ni dhufa; saa'atiin sunis amma dha; #warri isa dhagaanis ni #jiraatu.

โœYohaannis 5:28
Kana hin
#dinqisiifatinaa; sababiin isaas, sa'aatiin warri #awwaala keessa jiran #hundi #sagalee isaa itti
dhagaan ni dhufa;

โœโž›inni bira Kiristoos
Waaqayyo ta'u isa ibsuuf
Kunis namoonni kuni erga
du'ani ture jira
#qaamni isaani Hundi #biyyee taโ€™e jira
Kanaafu amma biyyee irraa
Qaama isaani tolche du'a
isaan kaasee jira.(Ser.Uum 1:7)

โž›Far 104:29
Yommuu
#fuula kee dhoksitu
ni jeeqamu.
#lubbuu isaanii
yoo fudhatte,
#du'anii_biyyootti deebiu.Yoomu fuula kee,itti qabde immo lubbuu ni argatu
Atis irra lafaa ni haaressita.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐ŸŒนGaafi 5 ffaa
5=erga awwaala keessa
bahanii eessaa jirtanโ“
Isaa booda du'an moo
hin dunneโ“
=deebi
Erga
#awwaala keessa bahanii
Gara
#IYarusalemi deemani
Isaa booda wa'ee
#Kiristoos
Dubbacha turanii'
โœmat 27:53
#Kiristoos erga #du'aa kaee booda, #namoonni awwaala gidduudhaa ba'an
gara
#magaalaa qulqulluutti ni seenan; #namoonni #hedduunis
isaan
#argan.
โ—ˆjechi
#namoota heddunis isaan argan jedhu = #addunyaa kana irratti namoota baay'e #barisiisu isaanii ibsa
แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 27:53
#แŠจแ‰ตแŠ•แˆฃแŠคแ‹แˆ แ‰ แŠ‹แˆ‹ แŠจแˆ˜แ‰ƒแ‰ฅแˆฎแ‰ฝ แ‹ˆแŒฅแ‰ฐแ‹ แ‹ˆแ‹ฐ แ‰…แ‹ตแˆตแ‰ต แŠจแ‰ฐแˆ› #แŒˆแ‰กแŠ“ #แˆˆแ‰ฅแ‹™แ‹Žแ‰ฝ_แ‰ณแ‹ฉ.

๐Ÿƒ
#Baayina namoota kan meeqaYero jennuu immoo
500-600 jidduu ni ta'u
โœ 1Qor 15:6
Achiis ali tokkotti obboloota #500 caalanitti mulate;
#isaan keessaa tokko
tokko
#du'aniiru; #hedduun isaanii #garuu amma iyyuu
nuu
#wajjin jiru.
โž›kanafuu namoonni kunis
Kuni isaanii akkauma
#Alaazaari, du'ani jiruu yookiin
Akkuma
#Muse, akkuma #Abrahaami,du'ani jiruu
Kuni isaani immoo akkuma
#Henok, Eliyaas,gara samii fudhatamni jiruu
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โœ Link kan xuqaa seena๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
===//====//====