Murtii qajeelaa kennaa malee, #bifa_qofa ilaaltanii hin murteessinaa.
Yohannis 7:24
Yohannis 7:24
🕹Dhimma anaaf barreessitan sana ilaalchisee, dhiirri tokko dubartii utuu hin tuqu taʼee #gaarii dha
(1Q𝚘𝚛𝚘𝚗𝚝𝚘𝚜 7:1).
🕹Kana akka gootu nan amana; wantan siin jedhe #caalaa iyyuu akka gootu waanan beekuuf kana siif barreesseera.
Kana malees, kadhannaa isin anaaf gootaniin gara keessanitti akkan deebiʼu waanan abdadhuuf #bakkan itti #boqodhu naa qopheessi
(Filmoon 1:21-22)
🕹 kunis #iccitii_qulqulluu sirnoota darbanii fi dhaloota darban jalaa dhokatee ture dha. Amma garuu warra qulqulloota isaa taʼaniif #ifa taʼeera
(Qolosaayis 1:26)

🌷kuta-1-ffaa 👇
Gaafi fi deebi Musiliimota
➧ Wangeela Maarqoosi irraa
✍Maarqoos 1:1
#jalqaba #wangeela Iyyaasus Kiristoos Ilma Waaqayyoo
➻gaafii Muslimoota Lakki kana miti waangeeli Kiristoos, wangeela kana kani bareesse Maarqoos malee Kiristoos mitii ,kunis ergaa Kiristoos oli bahe jedhu.👆❓
kuni #seenaa dha malee wangeela miti jedhuu ❌
▬▬▬▬
➧ Deebii keenya👇
Wangeelli Kiristoos kanuma.
-jechii wangeela jedhu afaanii Giriikii irraa yeroo dhufuu #εὐαγγελίου ( #Inaggeliion) yomuu ta'u Ingiliffaan immoo #gospel (Gosipiil) jedhama hiika isaa misiraachoo ykn dubbii gaarii jechudha. Dubbii waee Kiristoos ibsu jedhama.
✍ amma gara qabxii keenyatti kottaa waangeela Kiristoos yeroo jedhamuu wantoota heduu ofii keessa qaba.
1.➧waa'ee Kiristoos
2.➧waee Namoota
3.➧waa'ee Ergamoota
4.➧waa'ee wanta samii fi lafa irratti ni dubbata.
✍erga waa'ee wantoota kana dubbate maalif wangeela Kiristoos qofaa jedha ree❓wangeela samii ykn wangeela lafaa maalif jedhamuu didee isaa jedhuufi ❓
🅰 deebii isaa kanaa turee
Nama,lafa ,qilleensa ,muka , samii hunda kani Uumme Kiristoos wani taeefi.
Yohaannis 1:3.
Wanni hundinuu isaan taʼe; waan taʼe hunda keessaas wanni isa malee taʼe tokko iyyuu hin jiru.
➻ musiliimonni lakkii yoo jedhan Qur’aanaa fi Hadiisaani ,waee lafa ,samii ,nama. Ni dubbata inni maalif Qur’aanaa Allaattii jedhamuu didee jennee gaafanna.❓😜
➧ Maarqoos waa'ee Kiristoos dubbachuu eenyu dhorkaa❗️ Yeroo kamiyyuu yoo waangeela bareesse eenyu dhorkaa❗️
🅱 Musiliimoonni lakki erga Kiristoos oli bahe bareesse yoo jedhan immoo " muhammad immoo Qur’aanaa keessatti erga Musee du'e ,erga Abrahaam du’e eessa fidee dhiyeenya kana bareesee ❓😜
✍Muslimoonni waangeeli Maarqoos seena Kiristoos malee wangeela miti jedhuu ❌
Muhammad Qur’aanaa fi Hadiisaa keessaatti seenaa maalif bareesse ree❓😜
👉Walumaagalatti Muslimoonni gowwadha yaaduma samuu ofi dhukkubsuu.
▬▬▬▬▬▬▬
❤ akka barumsa orthodoksitti Maarqoos kitaaba kani wani barreesefi kitaaba kani irraa adda baasuuf wangeela Maarqoos jedhame ,akkuma kitaaba Musee ,kitaaba Dani'eel jennuu sanadha. Malee wanta biraf miti.
Waangeela bareessuuf dubbachuu hoomtuu Maarqoos hin dhorkuu.
➊.Hoji.duka buota 4:20
Nu waan #arginee fi waan #dhageenye dubbachuu dhiisuu hin #dandeenyuutii
❤️Maarqoos Kiristoos wangeela Kiristoos jedhee(Mar1:1)
➋.1Qorontoos 9:12
Erga warri kaan mirga gargaarsaa kana isin irraa qabaattanii, nu immoo kan caalu hin qabaannuu ree?
Nu garuu mirga kanatti hin fayyadamne. Nu #wangeela_Kiristoositti gufuu taʼuu mannaa waanuma hunda obsuu qabna
➌.2 Qorontos 11:7
#Wangeela_Waaqayyoo gatii malee isinitti lallabuudhaan akka isin ol ol jettaniif ani gad of qabuun koo cubbuu turee?
➻Kana jechuun Phawuloos #Kiristoos_Waaqayyo ta'u ibsee jira
▬▬▬▬▬
🌷soba Muslimoota Kitaabni Qulqulluun seenaa dha malee jecha Waaqayyo miti jedhu mee Qur’aanaa keessa seenaa(history) yoo jiratee akkamitti tain laata❓
➊.Suura.2:127
بِسْمِ اللّٰهِ الرَّحْمٰنِ الرَّحِيْمِ
وَاِذۡ يَرۡفَعُ اِبۡرٰهٖمُ الۡقَوَاعِدَ مِنَ الۡبَيۡتِ وَاِسۡمٰعِيۡلُؕ رَبَّنَا تَقَبَّلۡ مِنَّا ؕ اِنَّكَ اَنۡتَ السَّمِيۡعُ الۡعَلِيۡمُ
#when Abraham was raising the foundations of the House and [with him] Ishmael, [saying], "Our Lord, accept [this] from us. Indeed You are the Hearing, the Knowing.
➧Yeroo Abrahaam mana Kaabaa keessatti dhabee ture ilma isaa ismaeel wajjiin akkasii jedhee « gooftaa keenya nuu irraa dhaga'a fi beeka » jedhee
🐐akka jecha kanatti dubbii kana kani dubbatee Abrahaami Kanaafuu Qur’aanni jecha Allahati jedhuu ,Kanaafuu Abrahaamii Allaha jechudha😜
Wanti kuni erga kani Abrahaam tae, #Abrahaam erga du'ee turee ,Kanaafuu #seenaa (History) Abrahaam kunoo dubbachaa hin jiruu seenaa Abrahaam akkamitti #jecha allaha ta’e ree😜
✍Allaha ofi keessa base osoo hin tanne #yaada Abrahaam fudhatee dubbii kiyya jecha jira 😁 yaa Muslimaa amma maali siif waaya ree❓❓❓❓❓
▬▬▬▬▬▬▬
❤️ #sagalee ( #voice)gara gadi sirriitti dhageeffadha
+𝑔𝑎𝑟𝑎 𝑡𝑒𝑙𝑒𝑔𝑟𝑎𝑚𝑎 𝑘𝑜𝑡𝑎 👇
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha

Telegram
🌹D𝙚𝙚𝙗𝙞𝙞 𝙢𝙪𝙨𝙞𝙡𝙞𝙢𝙤𝙩𝙖𝙖 𝙛𝙞 𝙥𝙝𝙚𝙚𝙣𝙭𝙚𝙚⛈⛈⛈⛈⛈
“Iyyesuus, ‘Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).
ኢየሱስም ከፈሪሳውያንና ከሰዱቃውያን እርሾ ተጠንቀቁና ተጠበቁ፡ አላቸው። (ማቴዎስ 16:6)

🌹 #boqonnaan_Sanbataa saba Waaqaatiif kaaʼameera; namni boqonnaa Waaqaatti galu kam iyyuu akkuma Waaqni hojii isaa irraa boqote sana, innis #hojiin isaa irraa ni boqota.
(ibroota 4:9-10)
🌹 #Lafti_bokkaa yeroo baayʼee irratti roobu dhugdee warra ishee qotataniif #midhaan fayyadu kennitu #eebba Waaqayyoo argatti
- #Lafti_Qoree fi #sokorruu biqilchitu garuu faayidaa hin qabdu; abaaramuus geesseerti. #Dhumni ishees gubamuu dha.
(Ibroota 6:7-8).
🕹𝚔𝚞𝚗𝚒 𝚏𝚊𝚔𝚔𝚎𝚎𝚗𝚢𝚊.
➊➻ 𝙡𝙖𝙛𝙖 𝙠𝙖𝙣𝙞 𝙟𝙚𝙙𝙝𝙖𝙢𝙚 #𝙣𝙖𝙢𝙖, #𝙧𝙤𝙤𝙗𝙣𝙞 𝙞𝙧𝙧𝙖𝙖𝙩𝙩𝙞 𝙧𝙤𝙤𝙗𝙚𝙚 𝙞𝙢𝙢𝙤𝙤 #𝙙𝙪𝙗𝙗𝙞𝙞_𝙬𝙖𝙖𝙦𝙖𝙮𝙮𝙤𝙤𝙩𝙞. 𝙢𝙞𝙙𝙝𝙖𝙖𝙣𝙞 𝙠𝙖𝙣𝙞 𝙟𝙚𝙙𝙝𝙖𝙢𝙚 𝙞𝙢𝙢𝙤𝙤 #𝙖𝙢𝙖𝙣𝙩𝙞 𝙛𝙞 #𝙝𝙤𝙟𝙟𝙞 𝙜𝙖𝙖𝙧𝙞𝙙𝙝𝙖. 𝑛𝑎𝑚𝑜𝑜𝑛𝑖 𝑘𝑢𝑛𝑖 𝑏𝑜𝑞𝑎𝑛𝑛𝑎 𝑛𝑖 𝑎𝑟𝑔𝑎𝑎𝑡𝑢.
➋➻ 𝑙𝑎𝑓𝑎 #𝙦𝙤𝙧𝙚𝙚 𝙛𝙞 #𝙨𝙤𝙠𝙠𝙤𝙧𝙪𝙪 𝙠𝙖𝙣 𝙟𝙚𝙙𝙝𝙖𝙢𝙚 𝙣𝙖𝙢𝙖 𝙙𝙪𝙗𝙗𝙞 #𝙧𝙖𝙟𝙤𝙤𝙩𝙖 𝙨𝙤𝙗𝙙𝙪 𝙛𝙞 𝙙𝙪𝙗𝙗𝙞 #𝙨𝙚𝙚𝙭𝙖𝙣𝙖 𝙝𝙤𝙧𝙙𝙤𝙛𝙪𝙪, 𝑖𝑠𝑎𝑎𝑛 𝑘𝑢𝑛𝑖 𝑏𝑜𝑞𝑎𝑛𝑎 ℎ𝑖𝑛 𝑎𝑟𝑔𝑎𝑡𝑎𝑛𝑖.
----𝑠𝑎𝑛𝑏𝑎𝑡𝑎 𝑔𝑎𝑎𝑟𝑖 𝑖𝑠𝑖𝑛𝑖𝑓 ℎ𝑎𝑎𝑡𝑎𝑢----

Kuno Muslimoota mallattoo tokko Addeessa keessa godhanii jiru inni hoo maalidha laata ❓❓❓
Addeessa waaqeessu maaltu fidee ❓❓❓
Bakka mallattoo tokko jiruu Ergamaan Gabreel hin seenu jedhee jira ❓😁😁
Kanaafuu Gabraeel masjida akka seenee dhorkuuf yaa Muslimoota ❓❓❓
✍ haaluu addeessa gosa kami fayyadamuu irraa fayyada.
A➻Dima❓
B➻gurraacha❓
C➻Adii❓
D➻magaarisa❓
E➻kelloo❓

Audio
🌹Mormii Muslimaa fi Orthodoksi.
➊➻Orthodoksi irraa( #Gutema.
➋➻Musiliima irra sheka #Mohammed Ahmed.
✍ Mataduree falmii.
#Addeessi ☪ 👈 Samii irra akka #cabee #lafaa jiru #muhammad_rajichi dubbate jira ,Adeessi Amma samii irraa jiruu kuni Eessa dhufee ❓😁
➻ #Raajoota durii keessa eenyutu adeessi cabee jedhe beeka mee ❓😁
➛Dubbii akka afaanii Amantii Muslimaa sirriidha jedhanii sana miti ❌😜😜😜
Kutaa-1-ffaa .dhageefadha mee.❓❓

Forwarded from Orthodox Promotion
Channel ’ootni mimmiidhagoo armaan gadii kunneen, barumsa mana Kiristiyaana Ortodoksii Tewaahidoo, Seeraa fi Dambii ishee haala eeggateen sagalee Waaayyoo lallabuu fi barsiisuu irratti argamu.
Channel ’oota kanneen keessatti: Lallaba, Koorsii, Faarfannaa, Walaloo, Jechoota Abbootaa, Seena qulqullootaa guyyaa guyyaadhaan Mana Kiristiyaanaa keenya keessatti yaadatamanii, Gaaffilee mana kiristiyaanaa keenya irratti gaafataniif deebii, Gorsa Abbootaa, PDF ykn Kitaabota afuuraa kan Ortodoksii Tewaahidoo, kkf argattu.
Channel ’oota kanneen keessa seennan mee maal dhabdu? Yoo akka barbaaddanitti dhabdanis waan barbaaddan kamillee gaafattanii argattu! Kanaafuu, itti goraatii Channel ’oota kanneen hundumaa tokko tokkoon “Join/Subscribe” taasifadhaa; irraas fayyadamaa; baradhaa!

🌹Gaaffii tokko Muslimoonni akkasii jedhanii naa gaafatanii
#Maariyaami kani #ajjeesee Iyyaasuus #Kiristoos , kanaafu Kiristoos akkamitti #haadha isaa ajjeesaa kuni #safuudha nani jedhanii ❓❓😁
➻ yeroo kana ani immoo gaafii tokko gaafadhee Raaji #muhammadi Kani #ajjeesee eenyu jedhee gaafadhee #Allaha nan jedhee.
➻erga akkasii ta’e kana hunda Allaha muhammadi tti fayyadama ture maalif ajjeese ,Allahan maaliif #garaa itti jabate kuni #safuu dha jedhanii ❓😁😁😜
Yeroo kana #deebii fidu didee caalise 😁
🌹gaaruu ani wanta tokko isinitti nan himma yaa ijoollee #orthodoksi.
Du’aa jechuun #boqonnaa dha , Waaqayyo immoo namni yeroo boqachuu qabatu nama boqachisaa.
Kanaafuu Waaqayyo boqonnaa namaaf yoo kenne kuni akkamii safuu ta'a mee,❓akkamitti boqonnaa cubbuu ta'a ❓
🌹yaa Muslimaa akkanumaan ofii keessatti hin fincaanii jennani.

🕹Namoonni dhimma qabdan keessa iyyuu hordofa #Muslimaa fi #pheenxee kani ta’e yoo jiratee.
Falmii ykn mormii gochuuf Namni fedhii qabuu yoo jiratee.
Link kana xuqa na dubbisa👇
👉 @Gutema123 👈
👆👆👆

🌷Seena #Addeessa fi #urjii
Kani warra Muslimaa Masjida irratti hidhaan dubbisa.
= #instant_view gara gadi,xuqa👇👇👇
https://graph.org/Addeessa-fi-Urjii-Masjida-gubbaatti-hidhuun-dhorkaa-dha-10-27

Telegraph
Addeessa fi Urjii Masjida gubbaatti hidhuun dhorkaa dha❌
✍Addeessa ☪ " Akka barumsaa Muslimootati Addeessi iddoo lamatti Cabee lafaa jira malee samii irraa hin jiruu " 𝙜𝙖𝙧𝙪𝙪 𝙠𝙪𝙣𝙞 𝙨𝙤𝙗𝙖 𝙢𝙪𝙨𝙡𝙞𝙢𝙖𝙖 𝙢𝙖𝙡𝙚𝙚 𝙬𝙖𝙣𝙩𝙖 𝙗𝙞𝙧𝙖 𝙢𝙞𝙩𝙩𝙞 𝙠𝙪𝙣𝙤 𝙖𝙙𝙙𝙚𝙚𝙨𝙨𝙞 𝙖𝙢𝙢𝙖 𝙩𝙖𝙣𝙖 𝙨𝙖𝙢𝙞 𝙞𝙧𝙧𝙖𝙖 𝙟𝙞𝙧𝙖.👌 Ragaa isaa immoo 👇 👉Sahih-Muslim 2800c 👉Kitaaba-52,Hadiisaa…