🅰 kutaa-100-ffaa🕹
➻gaafi fi deebi Musiliimota
✍Yohannis 1:14
sagalichi #foon_taʼee nu gidduu jiraate. Nus ulfina isaa, ulfina Ilma Tokkicha ayyaanaa(gaarummaa) fi dhugaadhaan guutamee Abbaa biraa dhufe sanaa argineerra.
1➧gaaffii isaanii Kiristoos kani #tolfamee kani Uumamee jedhuu ❓
👉Ragaa isaanii
Ibroota10:5
#inni gara addunyaa yeroo dhufetti akkana jedhe: Ati aarsaa fi kennaa hin barbaanne, kanaa mannaa #dhaqna_Anaaf #qopheessite.
Farfannaa 74:16
Guyyaan kan kee ti; halkanis keetuma;
ati #aduu, #ifa #qopheessite jirta
=jecha qopheesse jedhuu Muslimoonni tolche(Uumee )jechuuti hikuu sababa Kanaaf Kiristoos kani tolfamee ,kani qopheesse ,kani Uumamee jedhuu❓
▬▬▬▬▬
🌷Deebi Keenya❓
Lakkii Kiristoos Waaqa addunyaa dura turee.
Kutaa-98👈dubbisi
kutaa -99👈dubbisi
✍amma Ibroota 10:5 irraa kani dhagna naaf qopheessite jedhee = #dhagna jechuun #foonii jedhudha.
🌹kuni immoo barumsa #ortodoksii keessatti sirriitti beekamaadha foonii Kiristoos Uumama akka ta’e ni Amana Fakkeenyaaf akkasii jennee Gooftaan keenya #foonii fi #lubbuu_Maariyaami fudhate jennee =Kanaafuu fooni fi lubbuu Maariyaami immoo #Uumamadha
👆iddoo kanati immoo
Ibroota 10:5 irratti akkasii jedhee « #inni_gara_addunyaa #yeroo dhufetti akkana jedhe »
👇Jechi #inni jedhuu Kiristoos ibsaa
👉 inni suni gara addunyaa osoo hin dhufin dura foonii akka hin qabnee sirriitti ibsee jira Kanaafuu inni suni eessaa ture ree jalqabaa ❓deebii isaa abbaa bira.
➊➻Yohaannis 6:46
#Isa Waaqayyo #biraa_dhufe sana malee #namni tokko iyyuu #Abbaa hin argine; isa #qofatu Abbaa arge.
➻ kanafuu Kiristoos kuni jalqabaa osoo foonii nama kana hin uffatanii Abbaa bira turee.
➻yeroo Abbaa bira gara addunyaa dhufee immoo foonii Maariyaami fudhate dhalatee.
Kunis Kiristoos sagalee ta’e dhufe foonii nama fudhatee
👉akkamitti sagaleen suni foonii nama uffata isaa jedhuufi immoo kani namni tokko iyyuu beeku hin dandeenye,afuura Qulqulluun
➋➻Maatewos 1:18
#Dhalachuun_Iyyaasus Kiristoos akkana ture: Haati isaa #Maariyaam kaadhima Yoosef turte; isheenis utuu Yoosef wajjin wal bira hin gaʼin #Hafuura_Qulqulluudhaan ulfooftee argamte.
✍ Kanaafuu Kiristoos Addunyaa duraa Abbaa wajjiin ture ,yeroo nama fayyisuu garuu sababii foonii nama fudhachuu qabuuf foonii nana suni qopheefi. ❝ kuni Akkuma Seexanni qaama Foonii bofa keessa seenee Adaami fi Hewwaani cubbuun ajjeesee , Kiristoos immoo immoo dhufee foonii nama kaninni fayyinaa fidee.❞.
➌➻Ibroota 2:14-15👇
#ijoolleen sun #foonii fi #dhiiga qabaniif,#Iyyaasusis duʼa ofii isaatiin #diiyaabiloos isa duʼa irratti humna qabu sana #balleessuuf jedhee #namummaa isaanii #qoodate innis warra bara jireenya isaanii hunda garbummaa sodaa duʼaatiin hidhamanii turan #bilisa baasuuf jedhee waan kana godhe
➧jecha #qootatee jechuun foonii namoota irratti #hiraamte yookaan #fudhatee (garuu Kiristoos jalqabuuma jira).
➍➻Filiphisiiyus 2:6-7
#Inni utuma bifa Waaqaatiin jiruu wal qixxummaa Waaqa wajjin qabu akka waan irraa fudhatameetti hin lakkoofne; qooda kanaa #inni_bifa_garbaa #uffatee fakkaattii namaa fudhachuudhaan duwwaa of godheera .
➻iddoo kanatti inni Waaqayyo wajjin qixxee yookaan Abbaa wajjiin qixe ture jedhe jira kanafuu Kiristoos osoo fooni nama kanaa hin fudhatin dura abbaa wajjiin qixxee turee.
➻amma immoo duwwaa ofii godhee bifaa garbummaa fudhatee jedhe , =bifa garbummaa kani jedhamee foonii namatti .
▬▬▬▬
Farfannaa Daawit 74:16 irraa kani jiruu immoo biiftuu fi ifa qopheesse inni jedhuu Uumee jechudha kana jechuun wangeela Yohaannis 1:14 fi Ibroota 10:5 wajjiin wanti walitti fiduu gonkumaa hin jiru
➧Sababiin isaa « jalqabaa sagalee ture jedha malee jalqabaa biiftuu ifa ture hin jedhuu ❌
➧inni suni yeroo gara addunyaa dhufuu ,foonii nama ni qopheeffamefi jedhee ,biiftuu fi Ifnii yeroo gara addunyaa dhufanii foonii nama qopheeffamef hin jedhu❌
▬▬▬▬▬
𝙭𝙪𝙢𝙪𝙧𝙖 𝙞𝙧𝙧𝙖𝙖𝙩𝙞

𝙙𝙪𝙗𝙗𝙞𝙨𝙖 𝙠𝙚𝙚 𝙞𝙩𝙩𝙞 𝙭𝙪𝙢𝙪𝙧𝙞 𝙖𝙙𝙙𝙖𝙣 𝙘𝙞𝙩𝙚𝙚👇
👉𝑓𝑜𝑜𝑛𝑖 𝑘𝑖𝑟𝑖𝑠𝑡𝑜𝑜𝑠 𝑛𝑎𝑚𝑎 𝑖𝑟𝑟𝑎 𝑓𝑢𝑑ℎ𝑎𝑡𝑒 𝑘𝑢𝑛𝑖 𝑢𝑢𝑚𝑎𝑚𝑎𝑑ℎ𝑎 .
👉𝑘𝑖𝑟𝑖𝑠𝑡𝑜𝑜𝑠 𝑖𝑚𝑚𝑜𝑜 𝑜𝑠𝑜𝑜 𝑓𝑜𝑜𝑛𝑖 𝑛𝑎𝑚𝑎 ℎ𝑖𝑛 𝑓𝑢𝑑ℎ𝑎𝑡𝑖𝑛 𝑎𝑏𝑏𝑎 𝑏𝑖𝑟𝑎 𝑗𝑖𝑟𝑎𝑐ℎ𝑎 𝑖𝑠𝑎𝑎.
👉𝑠𝑎𝑏𝑎𝑏𝑎 𝑖𝑛𝑛𝑖 𝑓𝑜𝑜𝑛𝑖 𝑛𝑎𝑚𝑎 𝑢𝑓𝑓𝑎𝑡𝑒 𝑖𝑚𝑚𝑜 (𝑖𝑏𝑟 2:14-15 𝑓𝑖 1𝑦𝑜ℎ 3:8)👈𝑑𝑢𝑏𝑏𝑖𝑠𝑎.
👉 𝑠𝑎𝑔𝑎𝑙𝑒𝑒𝑛 𝑓𝑜𝑜𝑛𝑖 𝑡𝑎𝑒 𝑗𝑒𝑐ℎ𝑢𝑛 ,𝑠𝑎𝑔𝑎𝑙𝑒𝑒𝑛 𝑏𝑖𝑓𝑎 𝑔𝑎𝑟𝑏𝑢𝑚𝑎 𝑦𝑜𝑜𝑘𝑖𝑛 𝑓𝑜𝑜𝑛𝑖 𝑛𝑎𝑚𝑎 𝑢𝑓𝑓𝑎𝑐ℎ𝑢 𝑖𝑠𝑎👇
➎➻Mulata Yohanis 19:13
#Innis_uffata dhiiga keessa cuuphame tokko uffata; maqaan isaas #sagalee Waaqayyo jedhama
🌹Kiristoos osoo foonii nama hin uffatanii duraa yookaan addunyaa dura jirachuu isaa.
➏➻Ibroota 13:8
Iyyaasus Kiristoos kaleessa, harʼa, bara baraanis sanuma.
➐➻Yohaannis 6:62
utuu #Ilmi Namaa #iddoo_dur turetti oli baʼuu argitan akkam taʼinna ree?
➑➻Yohaannis 3:31
#Inni_gubbaadhaa dhufe warra kaan hundumaatii oli dha. Inni lafaa immoo kan lafaa ti, wantoota lafaas ni dubbata. Inni #samii irraa dhufe warra kaan hundumaatii oli dha.
𝚐𝚊𝚛𝚊 𝚝𝚎𝚕𝚎𝚐𝚛𝚊𝚖𝚊 𝚔𝚘𝚝𝚊👇
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha

Telegram
🌹D𝙚𝙚𝙗𝙞𝙞 𝙢𝙪𝙨𝙞𝙡𝙞𝙢𝙤𝙩𝙖𝙖 𝙛𝙞 𝙥𝙝𝙚𝙚𝙣𝙭𝙚𝙚⛈⛈⛈⛈⛈
“Iyyesuus, ‘Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).
ኢየሱስም ከፈሪሳውያንና ከሰዱቃውያን እርሾ ተጠንቀቁና ተጠበቁ፡ አላቸው። (ማቴዎስ 16:6)

🅰 kutaa-101-ffaa👇
➻Gaafi fi Deebi Muslimoota
✍Yohaannis 1:18
Yeroo kamitti iyyuu #namni #Waaqayyoon arge hin jiru #ilma tokkicha isa taʼee fi Abbaa bira jirutu waaʼee Isaa ibse.
1=gaaffii isaanii silaa namni Waaqayyo argee hin jiru jedha Ilmi isaa akkamitti argee
jedhuu ❓
Ragaa isaanii.
1ximotewos 6:16
kan hin #duune isa qofa dha; ifa itti dhihaatamuu hin dandaʼamne keessa jiraata; #namni tokko illee isa argee hin beeku, isa arguus hin dandaʼu. Isaaf ulfinnii fi jabinni bara baraa haa taʼu. Ameen.
Seera.Bau 33:20
namni fuula koo argee jiraachuu hin dandeenyeef ati fuula koo arguu hin dandeessu.
▬▬▬
👋 Deebi keenya👇
Namni Waaqayyo argeesi jira kani jedhuu ta'a.
Fakkeenyaaf
➻Abrahaam
➻Isayaas
➻Iyyoobi
➻Yohaannis
➊➻Abrahaami
seera.Uumama 18:1
Utuma #Abrahaam guyyaa saafaadhaan qilxuu Mamree bira balbala dunkaana isaa dura taaʼee jiruu #Waaqayyo isatti #mulʼate.
➋➻Isaayaas
Raajii isaayaas 6:1
Bara Uziyaan Mootichi duʼe keessa, ani utuu #Gooftaan teessoo oli dheeraa fi ulfina qabeessa irra taaʼee, handaarri uffata isaa mana qulqullummaa guutee jiruu nan #arge
▬▬▬▬▬
👉Amma gara mataa Duree keenya kootu.
=Kiristoos Akkamitti argee siila hoomtuu Abbaa hin argine isaa jedhuuf « jalqabaa dura Kiristoos isaa Waaqa ta’e dhisii Namoonni Qulqulluu fi Ergamaan iyyuu arganii jiruu kani jedhuu ta'a » .
✍ Kiristoos Maata isaa iyyuu ifa hoomtuu itti dhiyatamu hin dandeenyeef keessa jirachuu isaa kunooti 👇
➊➻Raajii Hisqi'el 1:26-27
Wanta diriiraa mataa isaaniitii olitti argamu sana gubbaa wanti akka dhagaa safiroos taʼe tokko jira ture; innis teessoo fakkaata ture. Teessoo ol gubbaa jiru sana irras #bifti isaa #nama kan fakkaatu tokko taaʼee ture.
Wanta mudhii isaa fakkaatuu fi sanaa olitti argamu irraa wanta akka sibiila calaqqisuu taʼee fi akka #ibiddaa_ifu tokko nan arge; mudhii isaatii gadittis wanta ibidda fakkaatu tokko nan arge. #Ifni_guddaan tokko isatti marsee jira ture;
➻❤Nama kani fakkatu inni Tessoo irraa ta’e #Kiristoos
➋➻Raajii Daani'el 7:9_10
Anis hamma #teessoowwan kaaʼamanitti ilaaluu koo ittan fufe; Inni Bara Dheeraa Jiraate ni taaʼe. #Uffanni isaa akkuma #cabbii_adii ture; #rifeensi mataa isaas suufii adii fakkaata ture. Teessoon isaa #labooba_ibiddaa ture; geengoowwan teessoo isaas ibidda bobaʼaa jiru turan.
➻❤uffaanni isa Adii akka cabbii jedhee.
➌➻Maatewos 17:2
Achiis inni isaan duratti ni jijjiirame; fuulli isaa akka aduu ife; #uffanni isaas akka ifaa calaqqise.
➻❤️ #rifeensi+mataa isaas #suufii_adii fakkaata ture
➍➻Mul’ata 1:14-18
#Mataan isaa fi #rifeensi isaa akka #suufii_adii fi akka cabbii addaata ture; ijji isaa labooba ibiddaa fakkaata ture; miilli isaa sibiila diimaa baʼeessa iddoo ibiddaa keessatti diimeffame fakkaata ture; sagaleen isaa immoo akka sagalee bishaanota hedduu ture. Harka isaa mirgaa keessaa urjiilee torba qaba; afaan isaa keessaa goraadee qaramaan dheeraa taʼee fi karaa lamaan qara qabu ni baʼe, #fuulli isaa akka #aduu humna guutuudhaan #ifuu ture.
Anis yommuun isa argu, akka nama duʼee taʼeen miila isaa jalatti kufe. Innis harka isaa mirgaa ana irra kaaʼee akkana naan jedhe: “Hin sodaatin. Ani Isa Jalqabaa fi Isa Dhumaa ti,
isa jiraatu dhas 👉#dueen ture; garuu kunoo, baraa hamma bara baraatti nan jiraadha, #furtuuwwan duʼaa fi Awwaalaa qaba.
➻❤ dhuguma duee kani ture Kiristoos kanafuu rifeensi isa adii Suufii suni Kiristoos.
➻❤ Kanaafuu Kiristoos maata isaa iyyuu ifa hoomtuu itti dhiyachuu hin dandeenya keessa jirata inni jedhamee kanuma.
🌹kani Phaawuloos ibsee nuu illee Kiristoos.
➎➻1 ximotewos 6:16
inni gammadaanii fi kophaa isaa Bulchaa taʼe sun yeroo isaaf murteeffametti of mulʼisa. Inni #Mootii_moototaa fi #Gooftaa_gooftotaa ti;
kan hin duune isa qofa dha; ifa itti dhihaachuun hin dandaʼamne keessa jiraata; namni tokko illee isa argee hin beeku, isa arguus hin dandaʼu. Ulfinnii fi jabinni bara baraa isaaf haa taʼu. Ameen.

➻❤Phaawuloos yeroo jalqabuu mootii Mootota ,Gooftaa Gooftota jedhe inni suni illee Kiristoos
➏➻Mul’ata 17:14
Isaan #Hoolichaa wajjin wal lolu; taʼus Hoolichi #Gooftaa_gooftotaa fi #Mootii_moototaa waan taʼeef isaan injifata. Warri isaa wajjin jiran, jechuunis warri waamaman, filatamanii fi amanamoo taʼanis ni injifatu.”
▬▬▬▬
𝙭𝙪𝙢𝙪𝙧𝙖 𝙞𝙧𝙧𝙖𝙖𝙩𝙞
➻𝚊𝚔𝚔𝚞𝚖𝚊 𝚊𝚋𝚋𝚊𝚊𝚗 𝚒𝚏𝚊𝚊 𝚌𝚒𝚖𝚊 𝚔𝚎𝚎𝚜𝚜𝚊 𝚓𝚒𝚛𝚝𝚞 𝚔𝚒𝚛𝚒𝚜𝚝𝚘𝚘𝚜 𝚒𝚕𝚕𝚎𝚎 𝚒𝚏𝚊 𝚌𝚒𝚖𝚊𝚊 𝚔𝚎𝚎𝚜𝚜𝚊 𝚓𝚒𝚛𝚊𝚝𝚊.
➻𝚔𝚊𝚗𝚊𝚊𝚏𝚒 𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 𝚒𝚕𝚖𝚊 𝚊𝚋𝚋𝚊 𝚋𝚒𝚛𝚊 𝚓𝚒𝚛𝚞 𝚚𝚘𝚏𝚊 𝚔𝚊𝚗𝚒 𝚒𝚋𝚜𝚎 𝚖𝚊𝚕𝚎𝚎 𝚊𝚋𝚋𝚊 𝚑𝚘𝚘𝚖𝚝𝚞 𝚑𝚒𝚗 𝚊𝚛𝚐𝚒𝚗𝚎 𝚓𝚎𝚍𝚑𝚎.
➐➻ 𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 12:45
#namni na argu hundi, isa na erge sanas ni arga.
➑➻Ibroota 1:3
Inni #ulfina_Waaqayyoo #calaqqisa_eenyummaa isaas sirriitti #bakka buʼa; akkasumas humna dubbii isaatiin waan hundumaa jiraachisa. Inni cubbuu keenya erga qulqulleessee booda, mirga isa Ulfina Qabeessa sanaa, iddoo ol aanaa taaʼe.
❾➻Filiphisiiyus 2:6
Inni utuma bifa Waaqaatiin jiruu,
wal qixxummaa Waaqa wajjin qabu
akka waan irraa fudhatameetti hin lakkoofne
𝙖𝙠𝙠𝙖𝙢𝙞𝙩𝙩𝙞 𝙞𝙢𝙢𝙤𝙤 𝙨𝙞𝙡𝙖 𝙖𝙗𝙗𝙖𝙖 𝙝𝙤𝙤𝙢𝙩𝙪 𝙝𝙞𝙣 𝙖𝙧𝙜𝙞𝙣𝙚 𝙠𝙞𝙧𝙞𝙨𝙩𝙤𝙤𝙨 𝙞𝙨𝙖𝙖 𝙗𝙚𝙚𝙠𝙨𝙞𝙨𝙚 𝙠𝙖𝙣𝙞 𝙖𝙗𝙗𝙖 𝙖𝙧𝙜𝙚 𝙠𝙞𝙧𝙞𝙨𝙩𝙤𝙤𝙨 𝙦𝙤𝙛𝙖 𝙬𝙖𝙖𝙣𝙞 𝙩𝙖𝙚𝙛.
➻𝚔𝚊𝚗 𝚒𝚛𝚛𝚊𝚊𝚝𝚒 𝚍𝚎𝚎𝚋𝚒 𝚒𝚜𝚊𝚊👇
❿➻𝚖𝚊𝚊𝚝𝚎𝚠𝚘𝚜 11:27
Abbaan koo waan hunda dabarsee natti kenneera #Abbaa malee #namni tokko iyyuu #Ilma hin beeku #Ilmaa fi nama Ilmi isa itti mulʼisuu fedhu malee namni tokko iyyuu Abbaa hin beeku.
➻𝙖𝙗𝙗𝙖𝙣 𝙞𝙛𝙖
➻𝙞𝙡𝙢𝙞𝙨 𝙞𝙛𝙖
➻𝙠𝙖𝙣𝙖𝙖𝙛𝙞,𝙖𝙗𝙗𝙖 𝙢𝙖𝙡𝙚 𝙞𝙡𝙢𝙖 𝙝𝙤𝙤𝙢𝙩𝙪 𝙝𝙞𝙣 𝙗𝙚𝙚𝙠𝙪 𝙟𝙚𝙙𝙝𝙖,𝙖𝙠𝙠𝙖𝙨𝙪𝙢𝙖𝙨 𝙞𝙡𝙢𝙖,𝙢𝙖𝙡𝙚 𝙖𝙗𝙗𝙖 𝙝𝙤𝙤𝙢𝙩𝙪 𝙝𝙞𝙣 𝙗𝙚𝙚𝙠𝙪 𝙟𝙚𝙙𝙝𝙖 «𝙨𝙖𝙗𝙖𝙗𝙞𝙣 𝙞𝙨𝙖𝙖 #𝙡𝙖𝙢𝙖𝙣𝙪 𝙞𝙛𝙖 𝙬𝙖𝙣𝙞 𝙩𝙖'𝙖𝙣𝙞𝙛 »
𝚐𝚊𝚛𝚊 𝚝𝚎𝚕𝚎𝚐𝚛𝚊𝚖𝚊 𝚔𝚘𝚝𝚊
👇https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
➏➻Mul’ata 17:14
Isaan #Hoolichaa wajjin wal lolu; taʼus Hoolichi #Gooftaa_gooftotaa fi #Mootii_moototaa waan taʼeef isaan injifata. Warri isaa wajjin jiran, jechuunis warri waamaman, filatamanii fi amanamoo taʼanis ni injifatu.”
▬▬▬▬
𝙭𝙪𝙢𝙪𝙧𝙖 𝙞𝙧𝙧𝙖𝙖𝙩𝙞
➻𝚊𝚔𝚔𝚞𝚖𝚊 𝚊𝚋𝚋𝚊𝚊𝚗 𝚒𝚏𝚊𝚊 𝚌𝚒𝚖𝚊 𝚔𝚎𝚎𝚜𝚜𝚊 𝚓𝚒𝚛𝚝𝚞 𝚔𝚒𝚛𝚒𝚜𝚝𝚘𝚘𝚜 𝚒𝚕𝚕𝚎𝚎 𝚒𝚏𝚊 𝚌𝚒𝚖𝚊𝚊 𝚔𝚎𝚎𝚜𝚜𝚊 𝚓𝚒𝚛𝚊𝚝𝚊.
➻𝚔𝚊𝚗𝚊𝚊𝚏𝚒 𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 𝚒𝚕𝚖𝚊 𝚊𝚋𝚋𝚊 𝚋𝚒𝚛𝚊 𝚓𝚒𝚛𝚞 𝚚𝚘𝚏𝚊 𝚔𝚊𝚗𝚒 𝚒𝚋𝚜𝚎 𝚖𝚊𝚕𝚎𝚎 𝚊𝚋𝚋𝚊 𝚑𝚘𝚘𝚖𝚝𝚞 𝚑𝚒𝚗 𝚊𝚛𝚐𝚒𝚗𝚎 𝚓𝚎𝚍𝚑𝚎.
➐➻ 𝚢𝚘𝚑𝚊𝚗𝚗𝚒𝚜 12:45
#namni na argu hundi, isa na erge sanas ni arga.
➑➻Ibroota 1:3
Inni #ulfina_Waaqayyoo #calaqqisa_eenyummaa isaas sirriitti #bakka buʼa; akkasumas humna dubbii isaatiin waan hundumaa jiraachisa. Inni cubbuu keenya erga qulqulleessee booda, mirga isa Ulfina Qabeessa sanaa, iddoo ol aanaa taaʼe.
❾➻Filiphisiiyus 2:6
Inni utuma bifa Waaqaatiin jiruu,
wal qixxummaa Waaqa wajjin qabu
akka waan irraa fudhatameetti hin lakkoofne
𝙖𝙠𝙠𝙖𝙢𝙞𝙩𝙩𝙞 𝙞𝙢𝙢𝙤𝙤 𝙨𝙞𝙡𝙖 𝙖𝙗𝙗𝙖𝙖 𝙝𝙤𝙤𝙢𝙩𝙪 𝙝𝙞𝙣 𝙖𝙧𝙜𝙞𝙣𝙚 𝙠𝙞𝙧𝙞𝙨𝙩𝙤𝙤𝙨 𝙞𝙨𝙖𝙖 𝙗𝙚𝙚𝙠𝙨𝙞𝙨𝙚 𝙠𝙖𝙣𝙞 𝙖𝙗𝙗𝙖 𝙖𝙧𝙜𝙚 𝙠𝙞𝙧𝙞𝙨𝙩𝙤𝙤𝙨 𝙦𝙤𝙛𝙖 𝙬𝙖𝙖𝙣𝙞 𝙩𝙖𝙚𝙛.
➻𝚔𝚊𝚗 𝚒𝚛𝚛𝚊𝚊𝚝𝚒 𝚍𝚎𝚎𝚋𝚒 𝚒𝚜𝚊𝚊👇
❿➻𝚖𝚊𝚊𝚝𝚎𝚠𝚘𝚜 11:27
Abbaan koo waan hunda dabarsee natti kenneera #Abbaa malee #namni tokko iyyuu #Ilma hin beeku #Ilmaa fi nama Ilmi isa itti mulʼisuu fedhu malee namni tokko iyyuu Abbaa hin beeku.
➻𝙖𝙗𝙗𝙖𝙣 𝙞𝙛𝙖
➻𝙞𝙡𝙢𝙞𝙨 𝙞𝙛𝙖
➻𝙠𝙖𝙣𝙖𝙖𝙛𝙞,𝙖𝙗𝙗𝙖 𝙢𝙖𝙡𝙚 𝙞𝙡𝙢𝙖 𝙝𝙤𝙤𝙢𝙩𝙪 𝙝𝙞𝙣 𝙗𝙚𝙚𝙠𝙪 𝙟𝙚𝙙𝙝𝙖,𝙖𝙠𝙠𝙖𝙨𝙪𝙢𝙖𝙨 𝙞𝙡𝙢𝙖,𝙢𝙖𝙡𝙚 𝙖𝙗𝙗𝙖 𝙝𝙤𝙤𝙢𝙩𝙪 𝙝𝙞𝙣 𝙗𝙚𝙚𝙠𝙪 𝙟𝙚𝙙𝙝𝙖 «𝙨𝙖𝙗𝙖𝙗𝙞𝙣 𝙞𝙨𝙖𝙖 #𝙡𝙖𝙢𝙖𝙣𝙪 𝙞𝙛𝙖 𝙬𝙖𝙣𝙞 𝙩𝙖'𝙖𝙣𝙞𝙛 »
𝚐𝚊𝚛𝚊 𝚝𝚎𝚕𝚎𝚐𝚛𝚊𝚖𝚊 𝚔𝚘𝚝𝚊
👇https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
Telegram
🌹D𝙚𝙚𝙗𝙞𝙞 𝙢𝙪𝙨𝙞𝙡𝙞𝙢𝙤𝙩𝙖𝙖 𝙛𝙞 𝙥𝙝𝙚𝙚𝙣𝙭𝙚𝙚⛈⛈⛈⛈⛈
“Iyyesuus, ‘Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).
ኢየሱስም ከፈሪሳውያንና ከሰዱቃውያን እርሾ ተጠንቀቁና ተጠበቁ፡ አላቸው። (ማቴዎስ 16:6)
ኢየሱስም ከፈሪሳውያንና ከሰዱቃውያን እርሾ ተጠንቀቁና ተጠበቁ፡ አላቸው። (ማቴዎስ 16:6)
Audio
🌹Mormi Ortodoksi fi phenxe jidduti ta’e.
➊➻Ortodoksi irra=Gutema
➋➻phenxe irra=pasteri #Kuma
✍Mata Dure falmi« Ergamonni Waqayyo Goftaa ni jedhamu hin jedhamani kani jedhu irrati.
➻Nuti Ortodoksi ni jena raga kenya kitaba kaku Mofa fi hara irra
➊➻Sera.Uum 19:2.
➋➻Raji Dani'el 10:16-19
➌➻Raji Zakariyas 4:4
➍➻kitaba murti 6:13
➎➻Mul’ata Yoh 7:14
➏➻Hoji.duka.buota 10:4
😜garu #pasterii kuni #Ergamonni_Goftaa hin jedhamu jedhe morme kitaba irraa raga tokko iyyu fidu hin dandenye.❓
▬▬▬▬▬▬
➻gaaffi tokko gafadhe gonkuma debii natti himu dide😁
Luqaas 12:8-9➧ Ani isinitti nan hima, nama namota duratti dhuga anaaf baʼu hundumatif, Ilmi nama immoo #maleekota Waqayyo duratti dhuga isaaf ni baʼa. Namni namota durati na ganu kam iyyu garu maleekota Waqayyoo duratti ni ganama
=iddo kanatti Ergamoonni maalif barbachisani ❓❓
▬▬
#Kiristos wanni kessa nama hin bekneef Ergamoni nama bira olu kanaf jedhe pasterii kuni😂😁😂
Kitabni immoo Kiristoos kessa nama sirriitti beka jedha
Yohanis 2:25
👇

🌹Ana,wajjin falmii namni gochuu barbaduu pheenxee fi Muslimaa keessa yoo jiratee.
➻link kana xuqaa na dubbisaa 👇👇👇👇
@Gutema122
👆👆👆
➻link kana xuqaa na dubbisaa 👇👇👇👇
@Gutema122
👆👆👆
🌹kutaa-102-ffaa.👈
➻Gaaffii fi Deebii Muslimoota.
✍Yohaannis 1:25
isaan “Ati #Kiristoos yookiin #Eeliyaas yookiin #Raajicha miti taanaan, maaliif #cuuphxa ree?” jedhanii isa gaafatan.
1=➻ #Gaafi isaanii #Raajicha kani jedhamee kuni #Muhammadi jedhuu😂❓
➧sababa isaa immoo waee #Namoota_sadanii kuni kaaku #Moofaa keessatti gara fuulduraatti ni dhufu jedhamee wani bareffamefi. Isaanii keessa 👇
➊➧ #Kiristoos dhufee jira💯
➋➧ #Eeliyaas dhufee jira yookiin bakka Eeliyaas #Yohaannis #Cuuphan dhufe jira jedhu💯
Maatewoos 17:12-13
Ani isinitti nan hima, #Eeliyaas #dhufeera; isaan garuu wanta barbaadan isa irratti raawwatan malee isa hin beekne. Ilmi namaa-sa'aa akkasumaan harka isaaniitti dhiphachuuf jedha.” Yeroo kanatti #barattoonni isaa kan inni dubbachaa ture #waaeeguu_Yohaannis_Cuuphaa taʼuu isaa hubatan
➧kanafuu Eeliyaas ni dhufa kani jedhee Yohaannis cuuphaadhaa.
🙋♀ kanafu Eeliyaas dhufee jechuun Yohaannis cuphaan dhufe jechudha (Mat 11:14) dubbisi 👈
➌➻ #Raajicha kani jedhamee immoo #muhammadi jedhuu❌
▬▬▬▬
🌷Deebii keenya👇
➊➻Eeyyee dhuguma #Kiristoosiin dhufee jira❣️
➋➻Eeyyee #Eeliyaas ni dhufa jedhame bakka isa #Yohaannis Cuuphaan dhufee jira❣️
➌➻Eeyyee #Raajichi ni dhufa jedhame dhufee jira inni suni #muhammadi osoo hin tanne #Kiristoos ❣️
🌷 #Mataa_Duree falmii keenya #Raajicha kani jedhama #Kiristoos Moo❓ Muhammadi kani jedhuu irratti❓
✍ #Qabxiwwan_Tokkoffaan
➻ #Namoonni kuni sadanuu iyyuu #sirna_cuuphaa raawachuu qabani « Fariisonni Yohaannis cuphaani akkasii jedhanii Ati erga Kiristoos yookaan Eeliyaas yookiin Raajicha hin tanne #maalif #cuuphada ree jedhanii (Yoh 1:25),dubbisi 👈
🌹Kanaafuu Namoonni sadan kuni #diraama cuuphaa cuphuu qabuu. warri dhufu kuni
➊➻Kiristoos cuuphaa cuuphee jira
A)📍#Maatewos 3:11
Ani yaada waan geddarattaniif bishaaniin isin nan cuupha; inni ana booda dhufu garuu ana caalaa jabaa dha; ani kophee isaa illee isa irraa baasuuf gaʼumsa hin qabu. Inni #hafuura qulqulluu fi #ibiddaan isin #cuupha
➻inni hafuura fi ibiddaan cuuphu immoo Kiristoos Kanaaf Kiristoos cuuphee jira
➋➻ bakka Eeliyaas bue kani dhufee immoo Yohaannis Cuuphaan cuuphee jira.
B)📍#Luqaas 3:7
#Yohaannis namoota hedduu harka isaatiin cuuphamuuf gara isaa dhufaniin akkana jedhe: “Isin ijoollee buutii nana, dheekkamsa isa dhufaa jiru jalaa akka baqattan eenyutu isin akeekkachiise?
➌➻Raaji #Muhammadi yoomi cuuphee ❌ yookaan matan isaa iyyuu hin cuuphamne ❌
😳 kanaafu dubbii suni isaaf hin dubbatamnee =ok👌
▬▬▬
✍#Qabxiiwwan_lammaffaan
❣️Kanaafu " Raajicha " kani jedhame Kiristoos.
➻Fakkeenyaaf #Kiristoos ni dhufa jedhamee kaaku #Moofaa keessatti iddoo itti dubbatamee (Raaji Daani'el 9:25)
➋➻ Eeliyaas yookiin Yohaannis Cuuphaan ni dhufa jedhamee kaakuu Moofaa keessatti iddoo itti dubbatame
(Raajii Isayaas 40:3 fi Raaji milkiyaas 3:1, 4:5 )
=Maaliif immoo Yohaannis Cuuphaan bakka Eeliyaas dhufe isaa jedhuuf immoo «Afuuri Eeliyaas Yohaannis cuuphaa irraa wanii jiruuf.👇
C)📍#Luqaas 1:17
#inni garaa abbootii gara ijoolleetti, namoota hin ajajamnes gara ogummaa qajeelotaatti deebisuuf #hafuuraa fi humna #Eeliyaasiin fuula isaa dura ni deema; kunis namoota Waaqayyof qopheessuufi.
➌➻Kani #Raajicha ni dhufa jedhame dubbatame immoo kaaku Moofaa keessatti iddoo kanaa👇
D)📍#Sera_kesa_Debi 18:15
Waaqayyo Waaqni kee #obboloota kee keessaa #raajii_akka_kootii tokko siif kaasa. Atis isa dhagaʼuu qabda.
👆👉 dubbii kuni Kiristoosif jedhamee kitaaba irratti dubbatame jira.
1➻Tokkoffaa Kiristoos maatan isaa Musee waee kiyya dubbate jechuu isaa.
E).📍#Yohaannis 5:46
Utuu #Musee amantanii silaa anas ni amantu ture; inni #waaee_koo_barreesseetii
F)📍 #Luqaas 24:27
Innis #Musee fi #raajota hunda irraa jalqabee waan Katabbiiwwan #Qulqulluu hunda keessatti #waaʼee isaae #dubbatame isaaniif ibse.
2➻lamaaffan #Filiphoos museen kitaaba isaa keessatti wae Kiristoos dubbatee jedhee jira.
G)📍 #Yohaannis 1:45
#Fiiliphoos Naatnaaʼelin argee, “Isa #Museen_kitaaba Seeraa keessatti waaʼee isaa barreessee fi isa #raajonnis waaʼee isaa barreessan, ilma Yoosef, #Iyyaasus nama Naazreeti arganneerra” jedheen.

➌➻ Sadaffaan inni suni kiristoos jedhe jira #Pheexiroos
H)📍#Hoji_Duka_buota 3:20-22
kunis akka inni #Kiristoos isiniif filatame sana jechuunis #Iyyaasus erguuf. Innis hamma yeroon Waaqni itti waan hunda iddootti deebisu sun gaʼutti #samii_irra_turuu_qaba; Waaqnis bara dheeraadhaan dura karaa #raajota isaa #qulqullootaatiin waan kana dubbatee ture.
#Museen akkana jedheeraatii; ‘Waaqni keessan Gooftaan #sabuma keessan keessaa #raajii akka #kootii tokko isinii kaasa; isinis waan inni isinitti himu hunda dhagaʼaa.
➍➻afuraffaa immoo inni suni Kiristoos jedhee #Isxifaanos
I)📍 #Hoji_Duka_Buota 7:37
#Museen kun isuma saba Israaʼeliitiin, ‘Waaqni sabuma keessan keessaa raajii akka kootii tokko isinii kaasa’ jedhe sanaa dha.
❣️hanga ammatti dhimmi kuni Kiristoosif akka ta’e hubbanne jira raajicha kani jedhame Kiristoos.💯💯💯
🔈 kuni hundii isaa waee muhammadi osoo hin tanne waa'ee Kiristoos akka ta’e ifa
▬▬▬▬▬▬
🔺amma immoo #soba_Muslimoota isaanii ni saaxila🔖🛥👇
1= #Muhammadi iddoo sanatti Musee anaafi dubbate hin jennee ❌⚠️
2= #Namoonni yeroo muhammad keessa jiraatan illee Musee waee muhammad dubbate iddoo kanatti hin jennee ❌⚠️
3= #Kitaabni Musee iyyuu badee hin jiruu jedhanii *amma immoo kitaaba keenyaa fudhatan akkamitti akkasii jedhama❌⚠️
4= #Allaha maatan isaa iyyuu muhammadin Musee waee kee siif bareesse hin jennee ❌⚠️
5=muhammadi eenyu #cuuphe beeka yookiin yoomi cuuphame mee ❌⚠️
▬▬▬▬▬▬
𝙭𝙪𝙢𝙪𝙧𝙖 𝙞𝙧𝙧𝙖𝙖𝙩𝙞
𝚔𝚒𝚛𝚒𝚜𝚝𝚘𝚘𝚜 𝚒𝚖𝚖𝚘𝚘 𝚛𝚊𝚊𝚓𝚒𝚍𝚑𝚊 𝚓𝚎𝚌𝚑𝚞𝚞𝚗 𝚊𝚔𝚔𝚞𝚖𝚊 𝚛𝚊𝚊𝚓𝚘𝚘𝚝𝚊 𝚔𝚊𝚗𝚒 𝚜𝚊𝚗𝚊 𝚖𝚒𝚝𝚝𝚒.
➊➻𝚔𝚒𝚛𝚒𝚜𝚝𝚘𝚘𝚜 #𝚊𝚍𝚍𝚞𝚗𝚢𝚊 𝚍𝚞𝚛𝚊 𝚝𝚞𝚛𝚎 (𝚢𝚘𝚑 17:5). Kanaafuu rajooni bira kami addunyaa duraa kani ture ❓
➋➻𝚔𝚒𝚛𝚒𝚜𝚝𝚘𝚘𝚜 #𝚜𝚊𝚊𝚖𝚒 𝚒𝚛𝚛𝚊 𝚍𝚑𝚞𝚏𝚎 (𝚢𝚘𝚑 6:62)
Raajoota keesaa kami samii irraa kani dhufee ❓
➌➻𝚔𝚒𝚛𝚒𝚜𝚝𝚘𝚘𝚜 𝚠𝚊𝚗𝚝𝚊 𝚑𝚞𝚗𝚍𝚞𝚖𝚊 #𝚞𝚞𝚖𝚖𝚎𝚎 𝚓𝚒𝚛𝚊 (𝚢𝚘𝚑 1:10)
Raajoota keessa eenyu hunda kani Uumee ❓
➍➻Kiristoos #Alfa fi omegadha (Mul’ata 22:13)
Raajoota keessa eenyu alfa fi omega kani jedhamee ❓
❝ 𝙠𝙞𝙧𝙞𝙨𝙩𝙤𝙤𝙨 𝙧𝙖𝙖𝙟𝙞𝙙𝙝𝙖 𝙟𝙚𝙘𝙝𝙪𝙪𝙣 𝙛𝙖𝙠𝙠𝙚𝙚𝙣𝙮𝙖 𝙢𝙪𝙨𝙚𝙚 ,𝙙𝙖𝙖𝙣𝙞𝙚𝙡.. 𝙧𝙖𝙖𝙟𝙞 𝙠𝙖𝙣𝙞 𝙙𝙪𝙗𝙗𝙞𝙨𝙪 𝙞𝙨𝙖𝙖 𝙮𝙤𝙤𝙠𝙞𝙣 #𝙗𝙪𝙧𝙦𝙖𝙖 𝙧𝙖𝙖𝙟𝙞 𝙞𝙮𝙮𝙪𝙪 𝙠𝙞𝙧𝙞𝙨𝙩𝙤𝙤𝙨 𝙟𝙚𝙘𝙝𝙪𝙪𝙙𝙝𝙖.
𝑔𝑎𝑟𝑎 #𝑡𝑒𝑙𝑒𝑔𝑟𝑎𝑚𝑎 𝑘𝑜𝑡𝑎👇
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
H)📍#Hoji_Duka_buota 3:20-22
kunis akka inni #Kiristoos isiniif filatame sana jechuunis #Iyyaasus erguuf. Innis hamma yeroon Waaqni itti waan hunda iddootti deebisu sun gaʼutti #samii_irra_turuu_qaba; Waaqnis bara dheeraadhaan dura karaa #raajota isaa #qulqullootaatiin waan kana dubbatee ture.
#Museen akkana jedheeraatii; ‘Waaqni keessan Gooftaan #sabuma keessan keessaa #raajii akka #kootii tokko isinii kaasa; isinis waan inni isinitti himu hunda dhagaʼaa.
➍➻afuraffaa immoo inni suni Kiristoos jedhee #Isxifaanos
I)📍 #Hoji_Duka_Buota 7:37
#Museen kun isuma saba Israaʼeliitiin, ‘Waaqni sabuma keessan keessaa raajii akka kootii tokko isinii kaasa’ jedhe sanaa dha.
❣️hanga ammatti dhimmi kuni Kiristoosif akka ta’e hubbanne jira raajicha kani jedhame Kiristoos.💯💯💯
🔈 kuni hundii isaa waee muhammadi osoo hin tanne waa'ee Kiristoos akka ta’e ifa
▬▬▬▬▬▬
🔺amma immoo #soba_Muslimoota isaanii ni saaxila🔖🛥👇
1= #Muhammadi iddoo sanatti Musee anaafi dubbate hin jennee ❌⚠️
2= #Namoonni yeroo muhammad keessa jiraatan illee Musee waee muhammad dubbate iddoo kanatti hin jennee ❌⚠️
3= #Kitaabni Musee iyyuu badee hin jiruu jedhanii *amma immoo kitaaba keenyaa fudhatan akkamitti akkasii jedhama❌⚠️
4= #Allaha maatan isaa iyyuu muhammadin Musee waee kee siif bareesse hin jennee ❌⚠️
5=muhammadi eenyu #cuuphe beeka yookiin yoomi cuuphame mee ❌⚠️
▬▬▬▬▬▬
𝙭𝙪𝙢𝙪𝙧𝙖 𝙞𝙧𝙧𝙖𝙖𝙩𝙞
𝚔𝚒𝚛𝚒𝚜𝚝𝚘𝚘𝚜 𝚒𝚖𝚖𝚘𝚘 𝚛𝚊𝚊𝚓𝚒𝚍𝚑𝚊 𝚓𝚎𝚌𝚑𝚞𝚞𝚗 𝚊𝚔𝚔𝚞𝚖𝚊 𝚛𝚊𝚊𝚓𝚘𝚘𝚝𝚊 𝚔𝚊𝚗𝚒 𝚜𝚊𝚗𝚊 𝚖𝚒𝚝𝚝𝚒.
➊➻𝚔𝚒𝚛𝚒𝚜𝚝𝚘𝚘𝚜 #𝚊𝚍𝚍𝚞𝚗𝚢𝚊 𝚍𝚞𝚛𝚊 𝚝𝚞𝚛𝚎 (𝚢𝚘𝚑 17:5). Kanaafuu rajooni bira kami addunyaa duraa kani ture ❓
➋➻𝚔𝚒𝚛𝚒𝚜𝚝𝚘𝚘𝚜 #𝚜𝚊𝚊𝚖𝚒 𝚒𝚛𝚛𝚊 𝚍𝚑𝚞𝚏𝚎 (𝚢𝚘𝚑 6:62)
Raajoota keesaa kami samii irraa kani dhufee ❓
➌➻𝚔𝚒𝚛𝚒𝚜𝚝𝚘𝚘𝚜 𝚠𝚊𝚗𝚝𝚊 𝚑𝚞𝚗𝚍𝚞𝚖𝚊 #𝚞𝚞𝚖𝚖𝚎𝚎 𝚓𝚒𝚛𝚊 (𝚢𝚘𝚑 1:10)
Raajoota keessa eenyu hunda kani Uumee ❓
➍➻Kiristoos #Alfa fi omegadha (Mul’ata 22:13)
Raajoota keessa eenyu alfa fi omega kani jedhamee ❓
❝ 𝙠𝙞𝙧𝙞𝙨𝙩𝙤𝙤𝙨 𝙧𝙖𝙖𝙟𝙞𝙙𝙝𝙖 𝙟𝙚𝙘𝙝𝙪𝙪𝙣 𝙛𝙖𝙠𝙠𝙚𝙚𝙣𝙮𝙖 𝙢𝙪𝙨𝙚𝙚 ,𝙙𝙖𝙖𝙣𝙞𝙚𝙡.. 𝙧𝙖𝙖𝙟𝙞 𝙠𝙖𝙣𝙞 𝙙𝙪𝙗𝙗𝙞𝙨𝙪 𝙞𝙨𝙖𝙖 𝙮𝙤𝙤𝙠𝙞𝙣 #𝙗𝙪𝙧𝙦𝙖𝙖 𝙧𝙖𝙖𝙟𝙞 𝙞𝙮𝙮𝙪𝙪 𝙠𝙞𝙧𝙞𝙨𝙩𝙤𝙤𝙨 𝙟𝙚𝙘𝙝𝙪𝙪𝙙𝙝𝙖.
𝑔𝑎𝑟𝑎 #𝑡𝑒𝑙𝑒𝑔𝑟𝑎𝑚𝑎 𝑘𝑜𝑡𝑎👇
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
Telegram
🌹D𝙚𝙚𝙗𝙞𝙞 𝙢𝙪𝙨𝙞𝙡𝙞𝙢𝙤𝙩𝙖𝙖 𝙛𝙞 𝙥𝙝𝙚𝙚𝙣𝙭𝙚𝙚⛈⛈⛈⛈⛈
“Iyyesuus, ‘Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).
ኢየሱስም ከፈሪሳውያንና ከሰዱቃውያን እርሾ ተጠንቀቁና ተጠበቁ፡ አላቸው። (ማቴዎስ 16:6)
ኢየሱስም ከፈሪሳውያንና ከሰዱቃውያን እርሾ ተጠንቀቁና ተጠበቁ፡ አላቸው። (ማቴዎስ 16:6)
🌹Baga Gessanii 🌷
➊.➧kitaba-Iyyobi 10:5
#Barri kee akka bara #namaatii❓
Yokaan #waggonni kee akka waggotaaf namatii❓
➋.➧2 Phexiros 3:8
Yaa obbolota jallatamo, #Waqayyo biratti guyyan tokko akka #waggaa_kuma tokkoo, waggan kumni tokko immoo akka guyyaa tokko akka taʼe hin dagatinaa.
➌.➧Farfana 102:24
Anis akkanan jedhe: Yaa Waaqa ko, #walakkaa #umurii kotti na hin fudhatin
#waggoni kee dhalotaa hamma dhalota hundatti itti fufu
➍.➧Ibrota 1:12
ati akkuma wayyatti isaan marta isan akkuma #uffatatti geddaramu;
ati garu sanuma
umurin kees gonkuma dhuma hin qabu.
➎.➧Aster 8:16
#Yeron sun Yihudotaf #ifa, gamachu, #ilillee fi yero ulfinaa ture
➏➧Isayas 65:20
Kana boda #daaimni guyyoota murasa qofa jiraatus taʼe #Manguddon umurii utuu hin qufin duʼu achitti hin argamu. Namni umuriin isaa wagga #dhibba taee #duu kam iyyuu akkuma ijollumaan isatti duʼetti ilalama, Namni cubbamanis umuriin isaa wagga dhibba yoo taʼe ille #abarama ni taʼa
❣️Ayyana garii isinif Hata’u

👇kuta-103-itti fufa.👇
#Gorsa tokko Raajii Naahomi
➊Raajii-Naahoom 1:7
Waaqayyo #gaarii dha
yeroo rakkinaattis daʼoo dha.
Inni warra isa amanatan ni beeka
➋Raajii-Naahoom 1:3
Waaqayyo aariidhaaf #suuta kan jedhuu fi humna guddaa kan qabu dha, Taʼus waaqayo adaba barbaachisu kennuu irraa matumaa duubatti hin jedhu. Daandiin isaa bubbee fi obomboleettii badiisa geessisu keessa jira, Duumessoonnis akkuma awwaara miila isaa jala jiruu ti.
➌Raajii-Naahom 3:19
Badiisa si irra gaʼu irraa boqonnaa hin argattu. #Madaan kee fayyuu hin dandaʼu. Namoonni waaʼee kee oduu dhagaʼan hundi harka isaanii walitti rukutu; Sababiin isaas, gara jabina kee isa wal irraa hin cinneen kan hin miidhamne hin jiru.”
👉hanga sanatti dubbisa👆👆

🌹mormii orthodoksi fi pheenxee jidduutti ta’e
➻ #Gutema (orthodoksi) irraa
➻ #paasterii (pheenxee) tokko
Seera Uumama 19:2
Ergamoonni Waaqayyo Gooftolii ni jedhamuu inni kuni #baayinna ibsa ,Afaanii #Ibraayisxiittiin (אֲדֹנַ֗י) #Adoonaayi kani jedhudha
Raajii Dani'eel 10:16
Ergamaan #tokkichi immoo Gooftaa jedhama ,afaanii Ibraayisxiittin (אֲדֹנִ֗י) #adooni jedhama.
𝚐𝚊𝚛𝚊 𝚝𝚎𝚕𝚎𝚐𝚛𝚊𝚖𝚊 𝚔𝚘𝚝𝚊👇
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
➻ #Gutema (orthodoksi) irraa
➻ #paasterii (pheenxee) tokko
Seera Uumama 19:2
Ergamoonni Waaqayyo Gooftolii ni jedhamuu inni kuni #baayinna ibsa ,Afaanii #Ibraayisxiittiin (אֲדֹנַ֗י) #Adoonaayi kani jedhudha
Raajii Dani'eel 10:16
Ergamaan #tokkichi immoo Gooftaa jedhama ,afaanii Ibraayisxiittin (אֲדֹנִ֗י) #adooni jedhama.
𝚐𝚊𝚛𝚊 𝚝𝚎𝚕𝚎𝚐𝚛𝚊𝚖𝚊 𝚔𝚘𝚝𝚊👇
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
🌹Baga Gesaan.
#Fannoo jechun afani Ibrayisxitin (לַעֲבֹ֑ר) Labori jedhama Afani Girikitin immo ( #σταυρῷ) staurowsi) jedhama
➊.Farfannaa 60:4
Akka isaan Futtisa jalaa gara isaatti baqataniif,
ati warra si sodataniif #mallattoo kenniterta.
➋.1.Tasalonqe 4:8
#Namni_gorsa kana tuffatu Waaqa Afuura isaa Qulqulluu isinii kennu sana #tuffata malee nama hin tuffatu.
➌.Isayaas 7:11
#Qilee akka malee gad fagoo keessatti yookaan #samii akka malee ol fagoo keessatti, Waaqayon Waaqa kee #mallattoo gafadhu.
➍.Qolasiyas 1:20
dhiiga isaa kan #fannoo irratti dhangalaʼe sanaanis nagaa buusuudhaan waan #lafa irra jiru yookan waan #samii keessa jiru hunda karaa isatiin ofitti ararseeraatii
➎.Galatiya 6:14
#Fannoo Gooftaa keenya Iyyaasuus Kiristoos kan ittiin addunyan naaf fannifame, kan anis ittiin addunyaf fannifame sana male waan biratiin of jajun narraa haa fagatu
𝙛𝙖𝙣𝙣𝙤𝙤 𝙟𝙚𝙙𝙝𝙚 𝙥𝙝𝙖𝙬𝙪𝙡𝙤𝙨 𝙢𝙖𝙡𝙚 𝙠𝙞𝙧𝙞𝙨𝙩𝙤𝙨 𝙝𝙞𝙣 𝙟𝙚𝙣𝙣𝙚.
𝚖𝚞𝚔𝚊 𝚏𝚊𝚗𝚗𝚘𝚘 𝚜𝚊𝚗𝚊𝚝𝚞 𝚔𝚒𝚛𝚒𝚜𝚝𝚘𝚜 𝚛𝚎𝚎 𝚊𝚖𝚖𝚊❓
𝚕𝚊𝚔𝚔𝚒 𝚏𝚊𝚗𝚗𝚘 𝚏𝚒 𝚔𝚒𝚛𝚒𝚜𝚝𝚘𝚜 𝚝𝚘𝚔𝚔𝚘 𝚖𝚒𝚝𝚒❌

🌺 Mormii orthodoksi fi pheenxee jiddutti taee
➻Gutema(orthodoksi)
➻Darara(pheenxee)
1👉Kiristoosif kani #sagaduu eenyuu ❓❓
2👉 #1335 maali ibsaa ❓
3👉 #maqaan Kiristoos kaku durii keessa jira❓
➊➻Rome 14:10-11
Yos ati maliif obbolessa ketti murtesita? Yokiin malif obbolessa kee tuffatta? Nuti hundi kenya barcuma murtii Waqayoo dura ni dhabanna. Sababiin isas, “‘Akkuma ani jiraataa taʼun koo beekama taʼe’ jedha waqayoon namni hundi akka Ana duratti #jilbenfatuu fi namonni hundi ani Waqayyo taʼuu koo ifatti amananii akka fudhatan bekama dha
➋➻Isayas 45:23
Ani mata kotiin kakadheera;
afan kos akkana jedhee qajelumadhaan
dubbii hin geddaramne dubbateera;
#Jilbi hundi fula koo duratti ni jilbenfata;
arrabni hundis Anan kakata
➌➻Filiphisiyus 2:10
kana kan godhes #jilbi_hundi, jechunis samii keessa kan jiranii fi lafa irra kan jiran, akkasumas lafa jala kan jiran hundi maqaa Iyyasus kiristoosif akka jilbenfataniif
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
~

🌹Deebii isaa kunooti👇
Maariyaami Namaafi ni #kadhaatti 👈
✍ #hiika_sirrii isaa kana👇
➊.Yohaannis 2:4
Iyyaasuus immoo deebisee, #Dubartii nana! Maal godhi naan jetta? Yeroon koo amma illee hin geenye” jedheen.
🌹Afaanii #Giriikii fi afaanii Ingiliffaa iyyuu akkasii jedha
Τί,ἐμοὶ καὶ σοί γύναι
(what to me and to you woman)
✍ #hiika_dogoggora pheenxee immoo kana👇
➋.Yohaannis 2:4
Yesus immoo “Haadhoo, maaliif hojii koo #keessa_lixxa ree? Waa gochuuf yeroon koo amma illee hin geenye” jedhee deebise*. ❌
𝚐𝚊𝚛𝚊 𝚝𝚎𝚕𝚎𝚐𝚛𝚊𝚖𝚊 𝚔𝚘𝚘𝚝𝚊.