โปโปYohaannis 8:39
Isaanis deebisanii, โAbbaan keenya #Abrahaamiโ jedhaniin. #Iyyaasuus akkana isaaniin jedhe: โ #Isin_ijoollee Abrahaam utuu taatanii, #hojii Abrahaam hojjettu turtan.
โผโปMaatewos 9:9
Sana booda #Iyyaasus bakka sanaa kaสผee utuu deemaa jiruu, namicha #Maatewos jedhamu tokko #bakka_qaraxni itti sassaabamu utuu taaสผuu argee, #Duuka_buutuu koo taสผi!โ isaan jedhe. #Yeroo kanatti inni kaสผee isa #duukaa_buสผe.
โค๏ธKanaafuu namni tokko michuu Waaqayyo ta'uf hojii Abrahaam hojachuu qaba.
โค๏ธwarri qaraxa sassaaban yaaka dhisanii ijoollee Abrahaam taโanii jiruu sababa kanaafi ยซ isaani michuu Kiristoos taaniยป.
๐ฅฅ akkuma #bara durii namni Waaqayyof michuu tauu.
๐ฅฅHaaluma wali fakkaata namoonni Kiristoosif michuu ta'u.
==========
โปWaaqayyof namni akkamitti ilma ta'a kani jedhuu itti fufa.
๐ง ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha

Telegram
๐นD๐๐๐๐๐ ๐ข๐ช๐จ๐๐ก๐๐ข๐ค๐ฉ๐๐ ๐๐ ๐ฅ๐๐๐๐ฃ๐ญ๐๐โโโโโ
โIyyesuus, โBeekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ isaaniin jedhe.โ (Maat.16:6).
แขแจแฑแตแ แจแแชแณแแซแแ แจแฐแฑแแแซแ แฅแญแพ แฐแ แแแแ แฐแ แ แแก แ แแธแแข (แแดแแต 16:6)

๐บ ๐๐ก๐ข๐โปNamni akkamitti ilma waaqayyoo jedhama...โ
๐ณ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐ข๐ ๐๐๐๐๐๐,
โป๐ ๐๐๐๐๐ข๐ข๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐,๐๐๐๐๐๐๐,
โป๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐
โป๐๐๐๐ ๐ข๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐, ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐
โฌโฌโฌโฌ
โถโปRaaji-Ermiyaas 31:20
Efreem #ilma koo #jaallatamaa,
mucaa ani itti #gammadu mitii?
Ani yeroo baayสผee yoon isaan morme iyyuu amma illee isa nan yaadadha.
Kanaafuu #garaan koo isaaf ni yaada; garaas nan #laafaafโ
jedha Waaqayyo.
โปiddoo kanatti Efreem ilma Waaqayyo karaa ittiin jedhamee ibsee jira ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐ข๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐.
โทโปSera.Uumama 41:51-52
#Yoosefis, โWaaqni rakkina koo hundaa fi mana abbaa koo hunda na irraanfachiiseeraโ jedhee maqaa ilma isaa hangaftichaa #Minaasee jedhee moggaase. โWaaqni biyya ani itti rakkadhe keessatti na baayสผiseeraโ jedhee ilma isaa isa lammaffaa immoo #Efreem jedhee moggaase
โธโปSera.Lakkoofsa 26:28
Ilmaan #Yoseef akka #maatii maatii isaaniitti kanneen kana turan: #Minaasee fi #Efreem.
โนโปKitaaba iyasu 16:4
#sanyii_Yoseef kan taสผan Minaasee fi Efreem biyya isaanii #dhaalaan ni fudhatan.
โบโปLuqaas 3:38
ilma Enoos,ilma Seeti, ilma #Addaam_ilma_Waaqaa.
โปโปIbroota 12:5-7
isa akka #ilmaaniitti akkana jedhee isin gorsu sana guutummaatti irraanfattaniittu: โYaa ilma koo, adaba waqayyoo akka laayyootti hin ilaalin, yeroo inni sirreeffama sii kennus abdii hin kutatin #waqayyoon warra #jaallatu ni adaba, #nama akka #ilma isaatti fudhatu hundas ni garafa.โ Jabaattanii dhaabbachuun keessan karaa adaba itti argattan keessaa tokko akka taสผetti ilaalaa. #Waaqayyo akka #ilmaan isaatti #isin ilaala. Ilmi abbaan isaa isa hin adabne eenyu?
๐ณ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐,๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐ข๐ข๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐ข๐ข๐๐๐ #๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐
๐ณ Kiristoosif nutti yaaka keenya irraa deebinee yoo, jirane, akkasumas gara Isaatii yoo,deemne ilma isaa ni jedhamna.
โผโปMaatewoos 9:2
#nama lamshaaสผee #siree irra ciise tokko gara isaatti fidan. #Iyyaasus amantii namoota kanaa ilaalee, #namicha lamshaaสผe sanaan โ jabaadhu #ilma_koo! Cubbuun kee siif dhiifameeraโ jedhe โ.
๐ณ ๐ญ๐ช๐ข๐ช๐ง๐ ๐๐ง๐ง๐๐๐ฉ๐.
Yoo nuu ilma jedhamnee Waaqayyo immoo Abbaa Hafuuraa nuufi ta'a.
โฝโปIbrootaa 12:9-10
Kana malees nu hundinuu #abbootii_foonii kanneen nu adaban qabna turre; isaan kabajnas turre. Yoos #Abbaa_Hafuuraatiifi immoo hammam caalaa ajajamnee jiraachuu qabna ree! Abbootiin keenya akkuma isaanitti gaarii fakkaatetti yeroo gabaabaaf nu adabaa turan; #Waaqni garuu akka nu qulqullummaa isaa keessatti hirmaannuuf faayidaa keenyaaf jedhee nu adaba.
โปiddoo kanatti Abbaa hafuuraa kani jedhamee ยซ #Waaqayyo ยป
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐gฮฑัฮฑ ััโัgัฮฑะผฮฑ๐
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
๐ฃ๐๐ข๐ฃ๐ ๐ฌ๐๐๐ฆ๐๐ฎ๐ฎ๐ค๐ #๐๐๐ค๐ค๐ก๐ก๐๐ ๐๐ ๐ ๐๐ข๐๐ฉ๐ฉ๐ ๐๐๐๐๐๐ข๐ ๐ ๐๐ฃ๐ ๐๐๐๐๐ช ๐๐ข๐ข๐ค๐ค ๐๐๐๐ ๐๐๐๐.....

๐ณ Bagaa geesaan
#Boqonnaa_Qulqulloota
โ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ก๐๐๐๐ #๐๐๐๐๐
โถโปpheexiros- #ฮ ฮญฯฯฮฟฯ
kunis jecha #Giriikiiti
Hiika isaa =kaataa
โทโปkeefa- #ฮฮทฯแพถฯ-
kunis jecha #Aramikitti.
Hiika isaa =kaataa
โธโปSimoon -ืฉึดืืึฐืขึฝืึนื#
kuni jecha #Ibraayisxiitti
Hiika isaa = ni dhaga'a Waaqayyo jedhudha.
โ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ #๐๐๐๐๐
โถโปPhaawuloos #ฮ ฮฑแฟฆฮปฮฟฯ
kunis afaanii #Giriikiiti
Hiikaa isaa = xiqqaa
โทโปsaool- ืฉึธืืืึผืึ#
kunis afaanii #Ibraayisxiitti.
Hiika isaa = gaafadhu.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ณ ๐๐๐ข๐ข๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐ข๐ข๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐.
๐ณแดแดษดษช #แดสแดแดxษชสแดs
1 ๐๐๐๐ก 2:14
akkuma #Gooftaan keenya Iyyaasus Kiristoos anaaf ibsetti, #yeroo_dhihootti dunkaana kana #dhiisee akkan deemu beeka.
๐ณแดแดษดษช #แดสแดแดกแดสแดs.
2 ๐ฅ๐๐๐๐ก๐๐ 4:8
Ammaa jalqabee #gonfoon qajeelinaa, Gooftaan inni abbaa murtii qajeelaa taสผe guyyaa sana akka badhaasaatti kennu naaf qophaaสผeera; taสผus warra mulสผachuu isaa #hawwiidhaan eeggatan hundumaatiif malee anaaf qofa miti.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โEebbi isaanii dachaa 2 nuuf Haataโu
๐๐๐๐๐๐ T๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
https://t.me/+FURINwJs2KpmZDU0

โ Baga Geessan.
Abrahaami akkasii jedhe
ยซ #Biyya kana keessa Waaqayyoon sodaachuun akka hin jirre beekamaa dha; sababii haadha manaa tiyyaanis na ajjeesuโ jedhee waanan yaadeefi.
sera.Uumama 20:11
โฌโฌโฌ
Eebbi,Abrahaam dachaa laman nuuf baayatu.

๐น๐๐๐ค๐ค๐ก๐ก๐๐ ๐
#Namni akkamitti ijoollee Waaqayyo ta'u danda'a.โ
โตโป #๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐ข๐๐ ๐๐๐๐๐
โถโป ๐ ๐๐๐๐ ๐ข๐๐ #๐๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐ข๐๐ ๐๐๐๐
โทโป #๐ ๐๐๐๐๐ข๐ ๐ ๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐
โธโป #๐๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐ข๐ ๐ข๐๐ ๐๐๐๐๐๐
โนโป๐๐๐๐ ๐๐๐ #๐๐๐๐๐ ๐ข๐๐ ๐๐๐๐
โบโป ๐ ๐๐๐๐๐ข๐ #๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐ข๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐.
โปโป #๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ข๐๐ ๐๐๐๐๐๐.
๐น๐echi #ijoollee jedhuu afaanii Giriikiitiin #ฯฮญฮบฮฝฮฑ (Tekna) jedhama.
โถโปYohaannis 1:12
Warra isa simatan hundumaatiif, isaan #maqaa isaatti waan #amananiif, #ijoollee_Waaqayyoo akka taสผaniif aangoo isaaniif kenne.
โทโปRaajii-Isayaas 63:8
#innis, โIsaan dhugumaan saba koo ti #ijoollee hin sobnee dhaโ jedhe; kanaafuu inni Fayyisaa isaanii taสผe.
โธโปYohaannis 11:52
kan #duus_ijoollee Waaqayyoo warra bittinnaaสผanii jiran walitti qabee #tokko gochuuf malee sabichaaf qofa miti.
โนโป Luqaas 13:34
Yaa Iyerusaalem, yaa Iyerusaalem, raajota kan ajjeestu, warra gara keetti ergamanis dhagaadhaan kan tumtu, akkuma #lukkuun cuucota ishii qoochoo ishii jalatti walitti qabdu #ijoollee kee siสผa meeqan walitti qabuu barbaade! Isin garuu hin barbaanne.
โบโปRoome 8:16.
#Nuti_ijoollee Waaqayyoo taสผuu keenya #hafuurichi hafuura keenyaa wajjin taสผee dhugaa baสผa.
โปโปRaaji Isaayaas 44:3
Ani lafa dheebote irratti bishaan,lafa gogaa irratti burqaa nan dhangalaasaatii;
ani #ijoollee kee irratti #Hafuura koo,sanyii kee irratti immoo eebba koo nan dhangalaasa.
โผโปRoome 8:21
kunis, uumamni mataan isaas garbummaa tortoruu jalaa bilisa baสผee, #bilisummaa_ijoollee Waaqayyoo isa ulfina qabeessa akka argatuufi.
โฝโปRoome 9:8
Kanaafuu, warri akka fooniitti ijoollee taสผan dhuguma ijoollee Waaqayyoo miti; kanaa mannaa, akka sanyii isaatti kan lakkaaสผaman warra akka #waadaa sanaatti #ijoollee isaa taสผani dha.
โพโป1Yohaannis 3:1
#Nuti_ijoollee Waaqayyoo jedhamnee akka waamamnuuf #Abbaan_jaalala guddaa akkamii akka nutti argisiise ilaalaa! Dhuguma iyyuu nuti ijoollee isaa ti. Addunyaan Waaqayyoon hin beeku; nuunis kan hin beekne kanaafi.
โฟโป1Yohaannis 5:2
Waaqayyoon yommuu #jaallannuu fi #ajajawwan isaa yommuu raawwannu #ijoollee_Waaqayyoo akka jaallannu kanaan ni beekna.
๐๐๐๐๐ T๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ก๐ข๐
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
#Namni akkamitti ijoollee Waaqayyo ta'u danda'a.โ
โตโป #๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐ข๐๐ ๐๐๐๐๐
โถโป ๐ ๐๐๐๐ ๐ข๐๐ #๐๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐ข๐๐ ๐๐๐๐
โทโป #๐ ๐๐๐๐๐ข๐ ๐ ๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐
โธโป #๐๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐ข๐ ๐ข๐๐ ๐๐๐๐๐๐
โนโป๐๐๐๐ ๐๐๐ #๐๐๐๐๐ ๐ข๐๐ ๐๐๐๐
โบโป ๐ ๐๐๐๐๐ข๐ #๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐ข๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐.
โปโป #๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ข๐๐ ๐๐๐๐๐๐.
๐น๐echi #ijoollee jedhuu afaanii Giriikiitiin #ฯฮญฮบฮฝฮฑ (Tekna) jedhama.
โถโปYohaannis 1:12
Warra isa simatan hundumaatiif, isaan #maqaa isaatti waan #amananiif, #ijoollee_Waaqayyoo akka taสผaniif aangoo isaaniif kenne.
โทโปRaajii-Isayaas 63:8
#innis, โIsaan dhugumaan saba koo ti #ijoollee hin sobnee dhaโ jedhe; kanaafuu inni Fayyisaa isaanii taสผe.
โธโปYohaannis 11:52
kan #duus_ijoollee Waaqayyoo warra bittinnaaสผanii jiran walitti qabee #tokko gochuuf malee sabichaaf qofa miti.
โนโป Luqaas 13:34
Yaa Iyerusaalem, yaa Iyerusaalem, raajota kan ajjeestu, warra gara keetti ergamanis dhagaadhaan kan tumtu, akkuma #lukkuun cuucota ishii qoochoo ishii jalatti walitti qabdu #ijoollee kee siสผa meeqan walitti qabuu barbaade! Isin garuu hin barbaanne.
โบโปRoome 8:16.
#Nuti_ijoollee Waaqayyoo taสผuu keenya #hafuurichi hafuura keenyaa wajjin taสผee dhugaa baสผa.
โปโปRaaji Isaayaas 44:3
Ani lafa dheebote irratti bishaan,lafa gogaa irratti burqaa nan dhangalaasaatii;
ani #ijoollee kee irratti #Hafuura koo,sanyii kee irratti immoo eebba koo nan dhangalaasa.
โผโปRoome 8:21
kunis, uumamni mataan isaas garbummaa tortoruu jalaa bilisa baสผee, #bilisummaa_ijoollee Waaqayyoo isa ulfina qabeessa akka argatuufi.
โฝโปRoome 9:8
Kanaafuu, warri akka fooniitti ijoollee taสผan dhuguma ijoollee Waaqayyoo miti; kanaa mannaa, akka sanyii isaatti kan lakkaaสผaman warra akka #waadaa sanaatti #ijoollee isaa taสผani dha.
โพโป1Yohaannis 3:1
#Nuti_ijoollee Waaqayyoo jedhamnee akka waamamnuuf #Abbaan_jaalala guddaa akkamii akka nutti argisiise ilaalaa! Dhuguma iyyuu nuti ijoollee isaa ti. Addunyaan Waaqayyoon hin beeku; nuunis kan hin beekne kanaafi.
โฟโป1Yohaannis 5:2
Waaqayyoon yommuu #jaallannuu fi #ajajawwan isaa yommuu raawwannu #ijoollee_Waaqayyoo akka jaallannu kanaan ni beekna.
๐๐๐๐๐ T๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ก๐ข๐
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
Telegram
๐นD๐๐๐๐๐ ๐ข๐ช๐จ๐๐ก๐๐ข๐ค๐ฉ๐๐ ๐๐ ๐ฅ๐๐๐๐ฃ๐ญ๐๐โโโโโ
โIyyesuus, โBeekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ isaaniin jedhe.โ (Maat.16:6).
แขแจแฑแตแ แจแแชแณแแซแแ แจแฐแฑแแแซแ แฅแญแพ แฐแ แแแแ แฐแ แ แแก แ แแธแแข (แแดแแต 16:6)
แขแจแฑแตแ แจแแชแณแแซแแ แจแฐแฑแแแซแ แฅแญแพ แฐแ แแแแ แฐแ แ แแก แ แแธแแข (แแดแแต 16:6)
๐ ๐๐๐ง๐๐๐๐๐ (๐ฆ๐๐) ๐ฉ๐๐๐๐๐๐๐ก๐๐
โTajaajila yookiin Garbicha jechuun Afaanii Giriikiitiin #ฮดฮฟฯฮปฮฟฯ ฯ (Duulosi) jedhama.
Yeroo tokko tokko immoo #ฯฮฑฮฏฮดฮฌ (paiidaa) jedhama.
โป amma garuu ฮดฮฟฯฮปฮฟฯ ฯ/ฮดฮฟแฟฆฮปฮฟฯ fayyadamna.
๐บ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ก๐ก๐ #๐๐๐๐๐๐โ๐๐ ๐ฆ๐๐๐๐๐ #๐ก๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ค๐๐๐๐๐ฆ๐ฆ๐๐ ๐๐๐โ๐๐๐....โโ
โตโป #๐ ๐๐๐๐๐ข๐ข๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ #๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐ข๐๐ ๐๐๐.
โถโป #๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐ข๐ข๐ ๐๐๐๐ #๐๐๐๐๐๐.
โทโป #๐๐๐๐๐ ๐๐ #๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐ข๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐
โธโป #๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐ข๐ข๐ ๐๐๐๐๐๐
โถโปIsayaas 44:21
Ati #tajaajilaa(Garbicha) koo waan taateef Yaa Yaaqoob, yaa Israaสผel, wantoota kana yaadadhu Ani si #tolcheera, ati tajaajilaa(garbicha) koo ti Yaa Israaสผel, ani si hin irraanfadhu.
โทโปSera.Uumama 26:24
Halkan sana waaqayyo isatti mulสผatee, โAni Waaqa abbaa kee Abrahaami. Ani sii wajjin waanan jiruuf hin sodaatin; #Abrahaam_tajaajilaa(garbicha) kootiif jedhee sin eebbisa, sanyii kees nan baayสผisaโ isaan jedhe.
โธโปSeera.Lakkoofsa 12:8
Ani fuulaa fuulatti, karaa namaaf hin galleen utuu hin taสผin ifatti isatti nan dubbadha; inni fuula waaqayo ni arga. Maarree isin #tajaajilaa(garbicha) koo #Musee mormitanii dubbachuu kan hin sodaanne maaliifi?โ
โนโปSera.lakkoofsa,14:24
#Tajaajilaan koo #Kaaleb garuu ilaalcha adda taสผe waan qabuuf, akkasumas garaa guutuudhaan ana duukaa waan buสผeef, ani dhugumaan biyya inni dhaqee ture sanatti isa nan galcha; sanyiin isaas ishii ni dhaalu.
โบโป2 Samuel 7:5
Dhaqi #tajaajilaa(Garbicha)koo #Daawitiin akkana jedhi Waaqayo akkana jedha: โAti mana ani keessa jiraadhu naaf ijaaruu qabdaa?
โปโปisaayaas 43:10
Waaqayyoo akkana jedha: โIsin dhugaa baatota koo ti, Eeyyee, #tajaajilaa koo #isan filadhe dha; Kunis, isin akka beektanii fi akka natti #amantaniif, Ani isuma taสผuu koos akka hubattaniifi. Ana dura Waaqni bira hin jiru Ana boodas hin jiru.
โผโปMaatewos 25:23
Gooftaan isaas #Garbicha(Tajaajila)gaarii fi amanamaa nana, baสผeessa goote! Ati wantoota muraasa irratti amanamaa taateetta. Ani immoo wantoota hedduu irratti sin muuda. Gara gammachuu gooftaa keetti seeniโ isaan jedhe.
โฝโปYohaannis 15:20.
Wantan isinitti hime kana yaadadhaa #Garbichi tokko gooftaa isaa hin caalu. Isaan na ariสผataniiru yoo taสผe, isiniinis ni ariสผatu; dubbii koo eeganiiru yoo taสผe, dubbii keessanis ni eegu.
โพโปYaaqoob 1:1
Yaaqoob isa #garbicha_Waaqayyoo fi #garbicha_Gooftaa Iyyaasus Kiristoos taสผe irraa, gosoota 12n warra bakka adda addaatti bittinnaaสผaniif: Nagaan isiniif haa taสผu!
โฟโปSera.Uumama 18:3
Achiis akkana jedhe: โYaa waaqayyo, si duratti fudhatama argadheera yoon taสผe, maaloo, ana #tajaajilaa kee bira hin darbin.
โถโถโปKitaba-Nahimiya 9:14
Sanbata kee isa qulqulluu isaanitti ni beeksiste; karaa #tajaajilaa kee #Musees #ajajawwan, #dambiiwwanii fi #seera isaaniif ni kennite.
๐๐ค๐๐ฏ๐ T๐ข๐ฉ๐ข๐ค๐ฏ๐๐ช๐ช๐ K๐๐๐ก๐๐

๐ฅฅ ๐ค๐๐๐ค๐ก๐ค๐ค๐ฉ๐ ๐ฅฅ๐
Obboloota jechuun Afaanii Giriikiitiin #ฮฑฮดฮตฮปฯฮฟฮฏฯ (Adelfoiis) jedhama.
๐๐๐๐๐ ๐ข๐ช๐จ๐๐ก๐๐ข๐ค๐ค๐ฉ๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐จ๐๐ ๐ ๐ช๐ฃ๐ค๐
Muslimoonni akkasi jedhuu silaa Kiristoosiin Waaqa jettu Waaqni immoo obboloota qaba jedhu....โ
๐ณ Yohaannis 20:17
Iyyaasuus Ani amma iyyuu gara Abbaatti waanan ol hin baaneef, na hin qabin. Kanaa mannaa dhaqiitii #obboloota_kootiin, โAni gara Abbaa koo fi gara Abbaa keessanitti, gara Waaqa koo fi gara Waaqa keessanitti ol nan baสผaโ jedhii isaanitti himiโ ishiidhaan jedhe.
๐ฅฅ ๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐ฃ๐ฎ๐๐
๐ ๐๐ง๐๐จ๐ฉ๐ค๐ค๐จ ๐จ๐๐๐๐๐ ๐ข๐๐๐ก๐๐ฉ๐๐ ๐ค๐๐๐ค๐ก๐ก๐ค๐ฉ๐ ๐ ๐ค๐ค ๐๐๐๐๐ ๐ข๐โโ
โตโป #๐๐๐๐๐๐_๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐๐
โถโป๐๐๐๐ #๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐
โทโป #๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐น#T๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ข๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐.
โถโปSera.Keesa.Deebi 18:15.
#Waaqni kee Waaqayyo #obboloota kee gidduudhaa raajii akka kootii siif ni kaasa. Isinis isa dhagaสผuu qabdu.
โทโปFaarfannaa,Daawit 22:22
Ani maqaa kee #obboloota_kootti nan beeksisa; Gumii gidduuttis sin jajadha.
๐น #L๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ #๐๐๐๐_๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐ข๐(๐๐๐๐๐)๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ยซ kana ibsuuf akkasii jedhee ยป
โธโปIbroota 2:14
ijoolleenโ sun #foonii fi #dhiiga waan taสผaniif, #innis_foonii fi dhiiga taสผe; kanas kan godhe, duสผa isaatiin Diyaabilos isa duสผa fiduuf humna qabu sana balleessuuf
โนโปIbroota 2:17
inni wantoota Waaqayyoo wajjin wal qabatan hundumaa irratti luba ol aanaa gara laafessaa fi amanamaa taสผuudhaan, aarsaa araaraa cubbuu namootaatiif dhiifama argamsiisu dhiheessuuf, #gama hundumaatiin #obbolootaโ isaa #fakkaachuun isa barbaachiseera.
โบโปMulโata Yohaannis 22:16.
Ani Iyyaasuus faayidaa gumiiwwaniitiif jedhee waaสผee wantoota kanaa isiniif dhugaa baสผuuf Ergamaa koo ergeera. Ani #hiddaa fi #sanyii Daawiti; akkasumas bakkalcha ifa guddaa qabu dha
โปโปRoome 1:3
waaสผee #Ilma isaa isa #karaa #foonii sanyii Daawit keessaa dhufe sanaa kan ibsu dha.
โผโป1 Pheexiroos 4:1
#Kiristoos yeroo #fooniin turetti rakkinni waan isa irra gaสผeef, isinis yaada Kiristoos qabaachuuf of qopheessaa; sababiin isaas, namni rakkinni isa irra gaสผe cubbuu hojjechuu dhiiseera;
โฝโปRoome 8:29
sababiin isaas, #Ilmi isaa #obboloota hedduu gidduudhaa angafa akka taสผuuf, Waaqayyo warra jalqaba beekamtii isaaniif kenne dursee murteessuudhaan fakkaattii Ilma isaa akka qabaatan godheera.
๐น #S๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ #๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ #๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐.
โพโปMaatewos 12:48-50
#Iyyaasus deebisee namicha isatti hime sanaan, โHaati tiyya eenyu? Obboloonni koo hoo eenyu faสผi?โ jedhe. Achiis harka isaa gara #barattoota isaatti diriirsee akkana jedhe: โKunoo, haati tiyyaa fi #obboloonni koo warra kana! Namni fedhii Abbaa koo isa samii raawwatu hundi, #obboleessa, #obboleettii fi haadha koo ti.
โฌโฌโฌโฌโฌ
#Kiristoos_Raajidha,yeroo jennu Aangoo maalummaa rajji kani qabuu ta'u ibsaa Fakkeenyaaf.rajooni kuni lafa irra dhufanii Kiristoos ยซ #samii irraa irra dhufee ยป kani sami irraa dhufuu immoo #waaqa malee hoomaa miti.
โตโปYohaannis 6:62.
#Ilmi namaa #bakka_dura turetti utuu #ol_bauu yoo argitan maal jettu ree?
โถโปYohaannis 8:23
#Innis akkana isaaniin jedhe: โ #Isin_gad irraa ti; #Ani garuu #ol_irraa ti. #Isin_addunyaa kana irraa ti; #Ani garuu #addunyaa kana irraa #miti.
๐ฅฅrajoonni hundi isaanii gara lafaa irraa dhufanii
๐๐ค๐๐ฏ๐ T๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐

โค๏ธBoruu irraa eeggale wangeela Yohaannis 1:1 . irratti gaaffii Muslimoota deebii guutuu itti kennina .
๐บ kutaa-93-ffaa๐
โปgaaffii fi deebi
โปMusiliimota
โYohaannis 1:1
jalqaba Dubbichatu ture Dubbichi Waaqayyo bira ture Dubbichi waaqayyo ture
๐Gaaffii Muslimoota akkanaa ture
1= #sagalee yookaan #Dubbiin suni kani eenyutu jedhu โ
โฌโฌโฌโฌโฌ
๐ณ Deebi keenya
Sagaleen ykn Dubbiin suni kani #Abbaatti.
๐sagalee yookiin dubbii jechuun afaanii Giriikii duriitiin #ฮปฯฮณฮฟฯ ฯ(logousi) jedhamee, haaluma wali fakkata jechi kuni wangeela Luqaas 9:26 irratti ilee ni argama.
Giriikii ammaattin immoo #ฮฯฮณฮฟฯ(Logos) jedhamee
Yohaannis 1:1 irrati kani argamu ฮฯฮณฮฟฯ(logos)
๐ฅฅHubabachiisa๐ฅฅ
Jechii sagalee yookaan dubbii jedhuu kuni iddoo hedduutti ni argama ยซ Haataโu malee akkuma iddoo hedduutti argamuu kana hiika inni ittiin hojii irraa oolu irree gargaara ยป
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐amma gara mataa duree keenyaatti
โปdubbii yookiin sagaleen suni kani Abbaatti jennee ture.
โRagaa keenya๐
โถโปMulโata Yohaannis 19:13
#uffata_dhiigni itti facaafame #uffateera; maqaan isaa #Dubbii_Waaqayyoo jedhama.
โปiddoo kanatti uffata dhiigni itti facaafame kani jedhu irraatti Kiristoos foonii nama uffachuu ibsa.
โปkani uffata uffatee suni sagalee dha
โป sagaleen immoo kani Abbaatti
โทโปYohaannis 16:28.
Ani Abbaa biraa baสผee gara addunyaa dhufeera; ammas addunyaa dhiisee gara Abbaa nan dhaqa.
โปAni Abbaa bira baee gara adunyaa dhufee kani jedhee Kiristoos.
โปAbbaa bira kani bae immoo sagalee yookaan dubbii Abbati.
โ sagalee yookiin Dubbiin yeroo hunda gargaari hin Bau sababa Kanaaf sagalee Abbaa kani taโe Kiristoos akkasii jedhe ยซAni kophaa kiyya miti jedhee ยป
โธโปYohaannis 8:16
#Abbaan inni na erge anaa wajjiniin waan jiruu fi #kophaa_koo waanan hin taaneef, utuman murteessee illee murtiin koo dhugaa dha.
โฌโฌโฌโฌ
ษขแดสแด แดแดสแดษขสแดแดแด แดแดแดแดแด๐

โBagaa Gessan-19
Maqaan Gabri'el jedhuu afaanii Ibrayisxiittiin ืึทึผืึฐืจึดืืึตึกื ( #Gabriel) jedhama jechota lamatti irraa walitti dhufeeืึทึผืึฐืจึด๐ ๐ืืึตึกื
Hika isaa immo Nama jabaa//loltuu) Waqayyo jecha.
Maqaan Gabri'el afaanii Giriikiitiin immoo #ฮฮฑฮฒฯฮนแฝดฮป (Gabriฤl) hiikaa isaa immoo Ergamaa Waaqayyo jedha kani Ibraayisxiitti wajjiin tokkummaa.
โ #Gabriel Nama baay'ee #jalata
๐ณragaa keenya๐
Raajii-Daani'el 10:18-19
#inni nama fakkaatu sun ammas na tuqee na jabeesse.
Achiis, Yaa #nama baayสผee #jaallatamaa taate nana, hin sodaatin. #Nagaan siif haa taสผu. Jabaadhu, eeyyee, jabaadhuโ naan jedhe. Yommuu inni naa wajjin dubbatu jajjabaadhee, Yaa #gooftaa_koo, ati waan na jabeessiteef dubbadhuโ nan jedhe.
โปErgamonni Waqayyo hanga nama jalatani fi kabajaani argitani
โปDani'el immo Gabrieli dhan yaa #Gooftaa koo jedhanii.
โฌโฌ
๐jalali kessan Akkuma Gabriel bay'ee isiin jalatu isiin immo Gabriel bay'ee jalatu.
. #jalala_keesan itti fufa...
๐โ๐จ ๐๐ฆ๐ฆ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐ โ๐๐ก๐๐ข.
โญ ๐ค๐๐ฏ๐ ๐ฑ๐ข๐ฉ๐ข๐ค๐ฏ๐๐ช๐ โ๏ธ

๐
ฐ kutaa-94-ffaa
๐. Gaafi fi Deebi
๐.Musiliimota
โ๏ธYohaannis 1:1
Jalqaba sagale(logos) ture Sagaleen Waaqayyo bira ture sagaleen(logos)waaqayyo ture
๐ณ gaaffii isaanii sagalee(logos) walin dubbidha malee Waaqayyoo miti jedhuu.
๐คYohaannis 6:60
Barattoota isaa keessaa hedduun isaanii yommuu kana dhagaสผan, #Dubbiin kun kan nama suukanneessu dha; eenyutu dhagaสผuu dandaสผa?โ jedhan.
๐คMaatewos 12:37
#dubbii keetiin qajeelaa jedhamta; akkasumas dubbii keetiin sitti murteeffama.โ
โฌโฌโฌโฌโฌ
๐ชต Deebii keenya.
Sagalee yookaan Dubbii yookiin logos jedhamefi hiika tokko qaba jechu miti hundi isaa iyyuu hikaa ofi dandae qaba.
๐ฅฅYoh 1:1 irraa kani jiru sagaleen suni Waaqayyo jedha.
๐ผ kani iddoo bira jiruu garuu sagaleen suni Waaqayyo turee hin jedhuu, akkasumas hikaa gargaara qaba Kanaafu Yoh 6:60 fi Maat 12:37 hiika bira qaba malee wangeela Yohaannis 1:1 wajjiin tokko mitii
๐๐๐๐๐๐๐๐ช๐๐ ๐๐ฆ๐ฃ๐ค๐๐ ๐๐๐๐๐๐
โ โงMaatewos 7:24
namni #dubbii koo kana dhagaสผee hojii irra oolchu, nama hubataa mana isaa qarsaa irratti ijaarrate fakkaata.
โปdubbii kami dhaganni laata?.
โ โงLuqaas 4:36
Yeroo kanatti hundi isaanii dinqisiifatanii, โKun #dubbii akkamii ti? Inni #Aangoo fi humnaan hafuurota xuraaสผoo ajaja; isaanis ni baสผu!โ waliin jedhan.
โปdubbii suni maali tureโ
โ โงLuqaas 8:11
Hiikni fakkeenyichaa kana dha: Sanyichi #dubbii Waaqayyoo ti.
โ โงYohaannis 8:37
Ani isin sanyii Abrahaam akka taatan beeka. Haa taสผu malee, #dubbiin koo isin keessatti hundee waan hin godhanneef na ajjeesuu barbaaddu.
โ โงYohaannis 10:19
#Iyyaasus wantoota kana waan #dubbateef ammas Yihudoota gidduutti wal qoqqooduun ni uumame.
โ โงYohaannis 12:38
kunis kan taสผe, wanti #Isaayyaas raajichi, โYaa waaqayo, wanta nu irraa dhagaสผetti kan amane eenyu? Irreen,Waaqayyo hoo eenyutti mulสผifame?โ jedhee #dubbate akka raawwatamuuf ture.
โ โงHoji.Duka.Buota 12:24
#Dubbiin_Waaqayyo garuu guddachaa fi babalสผachaa deeme.
โ โงHoji.Duka.Buota 13:15
Seerichii fi Raajonni uummata duratti erga dubbifamanii booda, geggeessitoonni mana sagadaa sun, โYaa obbolootaa, #dubbii uummaticha jajjabeessu yoo qabaattan dubbadhaaโ jedhanii isaanitti ergan.
โ โงHoji.Duka.Buota 13:49
#dubbiin Waaqayyo guutummaa biyyattii keessatti babalสผate.
โ โงHoji.Duka.Buota 19:20
#dubbiin Waaqayyo caalaatti babalสผachaa fi moสผaa deeme.
โโ โงHoji.Duka.Buota 6:7
#dubbiin Waaqayyoo babalสผachuu isaa itti fufe, lakkoofsi barattootaa Yerusaalemitti baayสผee dabalaa deeme; luboonni hedduunis amantoota taสผan.
โโ โงRoome 9:6
#dubbiin Waaqayyoo utuu hin raawwatamin hafeera jechuu miti. Sababiin isaas, Israaสผel irraa kan dhalate hundi dhuguma โIsraaสผelโ miti.
๐ฅฅxumura irratti dubbii yookaan sagalee wani jedhamefi hiikaa tokko hin qabu ragaan gara oli hundi kanuma ibsa.
โโโโโโโโโ
Gara Telegramaa kootu๐
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
โโโโโโโโโโ

๐Yaa dhabatuu saalqunnamtii wali-fakkaatan๐
โHomosexuality stopโ
โฃ๏ธ#Isaayaas 53:1
Wanta nu irraa dhagaสผetti kan #Amane eenyuโ#irreen_Waqayyo hoo eenyutti mulateโ
โฃ๏ธ#Roome1:26-27
#Waaqni dabarsee #hawwii jibbisiisaatti isaan kenne. #Dubartoonni isaaniis karaa ittiin #fedhii_fooniitiif #dhiira wajjin wal bira gaสผan isa uumamaan kennameef dhiisanii, gara isa uumamaan isaaniif hin kennaminitti geeddaran
#dhiironnis isa uumamaan isaaniif kenname #dubartootaa wajjin #saalqunnamtii #raawwachuu_dhiisanii, dhiironni dhiirotaa wajjin kajeellaa saalqunnamtiitiin gubatan; wanta qaanessaa hojjechuudhaanis, ofuma isaaniitiin adaba #cubbuu isaaniitiif malu guutummaatti fudhatan.
โโโโโโโโโ
-------------------------
โบgara Telegraama๐

Kutaa-95_ffaa itti fufa.
โงhoji-Duka-Buota 13:1-2
mana kiristanna Anxokiyaa keessa #raajonnii fi #barsiisonni jiru turan; isaanis Barnaabaas, Simiสผoon isa Gurraacha jedhamu, Luukiyos isa biyya Qareenaa, Maanaayin isa Heroodis bulchaa koonyaa taสผee wajjin baratee fi Saaสผol turan. Isaan utuma #Goofta #tajaajilaa fi #soomaa jiranii #hafuurri qulqulluun, โBarnaabaasii fi Saaสผoliin adda naaf baasaa; #ani_hojii tokko akka naaf hojjetan isaan filadheeraโ jedhe
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โง,#sooma gaarii isiniif Haataโu
๐ ฐ gara Telegraama koota๐
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
โงhoji-Duka-Buota 13:1-2
mana kiristanna Anxokiyaa keessa #raajonnii fi #barsiisonni jiru turan; isaanis Barnaabaas, Simiสผoon isa Gurraacha jedhamu, Luukiyos isa biyya Qareenaa, Maanaayin isa Heroodis bulchaa koonyaa taสผee wajjin baratee fi Saaสผol turan. Isaan utuma #Goofta #tajaajilaa fi #soomaa jiranii #hafuurri qulqulluun, โBarnaabaasii fi Saaสผoliin adda naaf baasaa; #ani_hojii tokko akka naaf hojjetan isaan filadheeraโ jedhe
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โง,#sooma gaarii isiniif Haataโu
๐ ฐ gara Telegraama koota๐
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
Telegram
๐นD๐๐๐๐๐ ๐ข๐ช๐จ๐๐ก๐๐ข๐ค๐ฉ๐๐ ๐๐ ๐ฅ๐๐๐๐ฃ๐ญ๐๐โโโโโ
โIyyesuus, โBeekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ isaaniin jedhe.โ (Maat.16:6).
แขแจแฑแตแ แจแแชแณแแซแแ แจแฐแฑแแแซแ แฅแญแพ แฐแ แแแแ แฐแ แ แแก แ แแธแแข (แแดแแต 16:6)
แขแจแฑแตแ แจแแชแณแแซแแ แจแฐแฑแแแซแ แฅแญแพ แฐแ แแแแ แฐแ แ แแก แ แแธแแข (แแดแแต 16:6)
๐ Bagaa Geesaan๐
Ayyaana kuni Kiristoos #ilma Abbaa ta'u,fi #Aangoo isaa guyyaa itti ibseedha.
โ. #gaaffii tokko warra #pheenxee fi #Muslimootafi
ยซ maalif yero #Pheexiroos Ati Kiristoos ilma Waaqayyo jirati jedhanii sana Kiristoos immoo Pheexiroos #qofan akkasi jedhe.. kana kani siif ibsee #Abbaa koo isaa samiitti malee #foonii fi #dhiiga miti jedhanii..โ
=yookiin immoo namoonni ati Kiristoos yeroo jedhanii , ykn Iyyaasuus yeroo jedhanii , ykn Gooftaa yeroo jedhanii ykn Waaqa koo yeroo jedhani sana ยป Kiristoos akka Pheexiroosin jedhee sana hin jennee.โโ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ณAyyaana gaarii isiniif Haataโu
๐ณgara Telegraama kota๐