🌹D𝙚𝙚𝙗𝙞𝙞 𝙢𝙪𝙚𝙞𝙡𝙞𝙢𝙀𝙩𝙖𝙖 𝙛𝙞 𝙥𝙝𝙚𝙚𝙣𝙭𝙚𝙚⛈⛈⛈⛈⛈
2.41K subscribers
54 photos
2 videos
9 files
113 links
“Iyyesuus, ‘Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

ኢዚሱስም ኚፈሪሳውያንና ኚሰዱቃውያን እርሟ ተጠንቀቁና ተጠበቁ፡ አላ቞ው። (ማ቎ዎስ 16:6)
Download Telegram
🅱 kutaa-92-ffaa👇
🪷 Gaaffii fi Deebi
🪷 Muslimoota
▬▬▬▬▬
𝑔𝑎𝑎𝑓𝑖 isaanii akkasii jedha siila Kiristoosiin Waaqa jettu, #Waaqni immoo #Obboloota qaba jedhuu ❓
Yohaannis 20:17
#Iyyaasuus “Ani amma iyyuu gara Abbaatti waanan ol hin baaneef, na hin qabin. Kanaa mannaa dhaqiitii #obboloota_kootiin, ‘Ani gara Abbaa koo fi gara Abbaa keessanitti, gara Waaqa koo fi gara Waaqa keessanitti oli nan baÊŒa’ jedhii isaanitti himi” jedheen.
▬▬▬▬
🪷 Deebi keenya👇
Eeyyee Waaqni Obboloota qaba.
Yookaan Kiristoos Obboloota qaba.
👉jalqabaa dura Kiristoos Waaqa jedhame wamamu isaa hubadhu.
Yohaannis 20:28
Toomaasis deebisee, “Gooftaa ko, #Waaqa ko ” jedheen.
✍ 𝙖𝙢𝙢𝙖 𝙜𝙖𝙧𝙖 𝙢𝙖𝙩𝙖-𝙙𝙪𝙧𝙚𝙚 𝙠𝙚𝙚𝙣𝙮𝙖𝙖𝙩𝙞 𝙙𝙚𝙚𝙗𝙞𝙣𝙖.
𝑘𝑖𝑟𝑖𝑠𝑡𝑜𝑜𝑠 « 𝑜𝑏𝑏𝑜𝑙𝑜𝑡𝑎 𝑞𝑎𝑏𝑎 » 𝑗𝑒𝑟𝑜𝑜 𝑗𝑒𝑛𝑛𝑢, ℎ𝑖𝑖𝑘𝑎 𝑚𝑎𝑎𝑡𝑎 𝑖𝑠𝑎𝑎 𝑞𝑎𝑏𝑎.
Namni Waaqayyof wanta hedduu jedhamanii ni waamamu.
1➻michuu
2➻ilma
3➻ijoollee
4➻Garbicha
5➻obboloota
𝑞𝑎𝑎𝑏𝑥𝑖𝑀𝑀𝑎𝑎𝑛 𝑠ℎ𝑎𝑛𝑖(5) 𝑘𝑎𝑛𝑎 𝑥𝑖𝑞𝑞𝑜𝑜 𝑛𝑖 𝑖𝑏𝑠𝑖𝑛𝑎.
A).𝙢𝙞𝙘𝙝𝙪𝙪.
Namni akkamitti Waaqayyof michuu ta'u danda'a isaa jedhuufi.(wanta waqayyo isaa ajajee fudhatee yoo Amanee michuu jedhama).
❶➻Yohaannis 15:14
#Wanta Ani isin #ajaju yoo raawwattan, isin #michoota koo ti.
❷➻Yaaqoobi 2:23
yaadni Kitaabota Qulqulluu inni, “Abrahaam Waaqayyotti #amane, kunis qajeelummaatti isaaf lakkaaÊŒame” jedhus ni raawwatame; inni #michuu #waaqayyo jedhamee waamameera.

❞➻Isaayaas 41:8
“Yaa IsraaÊŒel, ati garuu tajaajilaa koo ti, Yaa Yaaqoob, ati isa ani filadhe dha, Ati sanyii Abrahaam isa #michuu koo taÊŒe sanaa ti,
➻Iddoo kanatti Abrahaami yaada Waaqayyof wani fudhatee michu jedhame

❹➻Maatewos 11:19
#Ilmi_namaa immoo nyaachaa fi dhugaa dhufe; namoonni garuu, ‘Kunoo nama albaadhessaa fi nama wayiniidhaaf bule, #michuu warra #qaraxa_sassaabanii fi cubbamootaa’ jedhaniin. Kanas taÊŒe sana, ogummaan qajeelaa taÊŒuun ishii hojii ishiitiin mirkaneeffameera.”
➻iddoo kanatti ilma nama kani jedhame Kiristoos; inni immoo michuu namoota cubbamoota jedhamu isaatti « 𝑘𝑢𝑛𝑖𝑠 𝑐𝑢𝑏𝑏𝑎𝑚𝑜𝑜𝑛𝑛𝑖 𝑊𝑎𝑎𝑑𝑎 𝑘𝑖𝑟𝑖𝑠𝑡𝑜𝑜𝑠 𝑓𝑢𝑑ℎ𝑎𝑡𝑎𝑛𝑖 𝑊𝑎𝑎𝑘𝑎 𝑀𝑎𝑎𝑛𝑖 𝑑ℎ𝑖𝑠𝑎𝑎𝑛𝑖𝑓,𝑊𝑒𝑟𝑜𝑜 𝑊𝑎𝑘𝑘𝑎 𝑖𝑠𝑎𝑎𝑛𝑖 𝑖𝑟𝑟𝑎𝑎 𝑑𝑒𝑒𝑏𝑖𝑛𝑎𝑛𝑖 𝑖𝑚𝑚𝑜𝑜 𝑚𝑖𝑐ℎ𝑢𝑢 𝑘𝑖𝑟𝑖𝑠𝑡𝑜𝑜𝑠 𝑗𝑒𝑑ℎ𝑎𝑚𝑢.».
Fakkeenyaaf namichi 𝙯𝙖𝙖𝙠𝙚𝙬𝙀𝙀𝙚𝙞 jedhamu hojjataa qaraxa ture , Kiristoos gara isaa dhaqee jira yeroo kana,𝙯𝙖𝙖𝙠𝙚𝙬𝙀𝙀𝙚𝙞 𝙖𝙗𝙧𝙖𝙝𝙖𝙢𝙖 𝙬𝙖𝙟𝙟𝙞𝙣 𝙩𝙀𝙠𝙠𝙀 𝙩𝙖𝙚 𝙞𝙡𝙢𝙖 𝙖𝙗𝙧𝙖𝙝𝙖𝙢𝙞 𝙟𝙚𝙙𝙝𝙖𝙢𝙚.𝚜𝚊𝚋𝚊𝚋𝚊 𝚔𝚊𝚗𝚊𝚊𝚏𝚒 𝙯𝙖𝙠𝙚𝙬𝙀𝙀𝙚=𝚊𝚋𝚛𝚊𝚑𝚊𝚖𝚒 𝚠𝚊𝚕𝚒𝚚𝚒𝚡𝚊. 𝚊𝚔𝚔𝚞𝚖𝚊 𝚔𝚒𝚝𝚊𝚋𝚗𝚒 𝚓𝚎𝚍𝚑𝚞 ❝𝑜𝑠𝑜 𝑖𝑗𝑜𝑜𝑙𝑒𝑒 𝑎𝑏𝑟𝑎ℎ𝑎𝑚𝑖 𝑡𝑎𝑡𝑎𝑛𝑖 ℎ𝑜𝑜𝑗𝑖 𝑎𝑏𝑟𝑎ℎ𝑎𝑚𝑖 ℎ𝑜𝑗𝑗𝑎𝑡𝑢 𝑗𝑒𝑑ℎ𝑎❞ 𝙮𝙚𝙧𝙀 𝙝𝙀𝙟𝙟𝙞 𝙖𝙗𝙧𝙖𝙝𝙖𝙢𝙞 𝙝𝙀𝙟𝙖𝙩𝙚 𝙞𝙢𝙢𝙀𝙀 𝙖𝙩𝙞 𝙖𝙗𝙧𝙖𝙝𝙖𝙢 𝙬𝙖𝙟𝙟𝙞𝙣 𝙬𝙖𝙡𝙞𝙊𝙞𝙭𝙖.

❺➻Luqaas 19:1-9
#Iyyaasus gara Yerikootti seenee achi keessa darbaa ture. Yeroo kanatti namichi #Zakkewoos jedhamu tokko achi kan ture siÊŒa taÊŒu, inni geggeessaa warra #qaraxa sassaabanii fi sooressa ture. Zakkewoos, namni Iyyaasus
jedhamu kun eenyu akka taÊŒe ilaaluuf yaalii gochaa ture; garuu gabaabaa waan taÊŒee fi namoonni hedduun achi waan turaniif isa arguu hin dandeenye. Iyyaasus karaa sana irra darbuuf waan jedhuuf, isa ilaaluuf dursee fiigee muka harbuu tokko irra ol baÊŒe.
Iyyaasus yommuu bakka sana gaÊŒu, ol jedhee isa ilaalee, “Zakkewoos, ,#Ani harÊŒa mana kee waanan ooluuf dafii gad buÊŒi” jedheen. Innis dafee gad buÊŒee gammachuudhaan keessummummaa isa simate. #Namoonni sun hundis yommuu kana argan, “Inni keessummaa taÊŒee gara mana #cubbamaa kanaa adeeme” jedhanii gunguman. #Zakkewoos garuu kaÊŒee dhaabatee Gooftaadhaan, “Yaa Gooftaa kunoo, qabeenya koo keessaa #walakkaa isaa hiyyeeyyiidhaaf nan kenna; ani eenyu irraa iyyuu saamee kanan fudhadhe hundumaas dachaa afur godhee nan deebisa” jedhe. Yeroo kanatti #Iyyaasus akkana jedheen: “Innis #ilma_Abrahaam waan taÊŒeef, harÊŒa mana kanaaf #fayyinni_dhufeera Sababiin isaas #Ilmi_namaa kan bade barbaaduuf, akkasumas #fayyisuuf dhufeera.”
❻➻Yohaannis 8:39
Isaanis deebisanii, “Abbaan keenya #Abrahaami” jedhaniin. #Iyyaasuus akkana isaaniin jedhe: “ #Isin_ijoollee Abrahaam utuu taatanii, #hojii Abrahaam hojjettu turtan.

❌➻Maatewos 9:9
Sana booda #Iyyaasus bakka sanaa kaÊŒee utuu deemaa jiruu, namicha #Maatewos jedhamu tokko #bakka_qaraxni itti sassaabamu utuu taaÊŒuu argee, #Duuka_buutuu koo taÊŒi!” isaan jedhe. #Yeroo kanatti inni kaÊŒee isa #duukaa_buÊŒe.

❀Kanaafuu namni tokko michuu Waaqayyo ta'uf hojii Abrahaam hojachuu qaba.
❀warri qaraxa sassaaban yaaka dhisanii ijoollee Abrahaam ta’anii jiruu sababa kanaafi « isaani michuu Kiristoos taani».
🥥 akkuma #bara durii namni Waaqayyof michuu tauu.

🥥Haaluma wali fakkaata namoonni Kiristoosif michuu ta'u.
==========
➻Waaqayyof namni akkamitti ilma ta'a kani jedhuu itti fufa.

🧅𝚐𝚊𝚛𝚊 𝚝𝚎𝚕𝚎𝚐𝚛𝚊𝚖𝚊👇👇
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
🌺 𝙞𝙡𝙢𝙖➻Namni akkamitti ilma waaqayyoo jedhama...❓
🍳𝚗𝚊𝚖𝚗𝚒 𝚒𝚕𝚖𝚊 𝚠𝚊𝚊𝚚𝚊𝚢𝚘 𝚓𝚎𝚗𝚗𝚞𝚞,
➻𝚠𝚊𝚊𝚚𝚊𝚢𝚢𝚘𝚘 𝚔𝚊𝚗𝚒 𝚜𝚒𝚒,𝚓𝚊𝚕𝚊𝚝𝚞𝚞,
➻𝚔𝚊𝚗𝚒 𝚐𝚊𝚛𝚊𝚊 𝚜𝚒𝚒𝚏 𝚕𝚊𝚊𝚏𝚞𝚞
➻𝚔𝚊𝚗𝚒 𝚢𝚊𝚊𝚔𝚊 𝚒𝚛𝚛𝚊𝚊 𝚜𝚒𝚒, 𝚍𝚎𝚎𝚋𝚒𝚜𝚞𝚞 𝚠𝚊𝚗𝚒 𝚝𝚊𝚎𝚏
▬▬▬▬
❶➻Raaji-Ermiyaas 31:20
Efreem
#ilma koo #jaallatamaa,
mucaa ani itti
#gammadu mitii?
Ani yeroo baayÊŒee yoon isaan morme iyyuu amma illee isa nan yaadadha.
Kanaafuu
#garaan koo isaaf ni yaada; garaas nan #laafaaf”
jedha Waaqayyo.
➻iddoo kanatti Efreem ilma Waaqayyo karaa ittiin jedhamee ibsee jira 𝚑𝚊𝚊𝚝𝚊𝚞 𝚖𝚊𝚕𝚎𝚎 𝚎𝚏𝚛𝚎𝚎𝚖𝚒 𝚒𝚕𝚖𝚊 𝚢𝚘𝚜𝚎𝚎𝚏𝚒 𝚝𝚞𝚛𝚎.
❷➻Sera.Uumama 41:51-52
#Yoosefis, “Waaqni rakkina koo hundaa fi mana abbaa koo hunda na irraanfachiiseera” jedhee maqaa ilma isaa hangaftichaa #Minaasee jedhee moggaase. “Waaqni biyya ani itti rakkadhe keessatti na baayÊŒiseera” jedhee ilma isaa isa lammaffaa immoo #Efreem jedhee moggaase
❞➻Sera.Lakkoofsa 26:28
Ilmaan
#Yoseef akka #maatii maatii isaaniitti kanneen kana turan: #Minaasee fi #Efreem.

❹➻Kitaaba iyasu 16:4 
#sanyii_Yoseef kan taÊŒan Minaasee fi Efreem biyya isaanii #dhaalaan ni fudhatan.
❺➻Luqaas 3:38
ilma Enoos,ilma Seeti, ilma
#Addaam_ilma_Waaqaa.
❻➻Ibroota 12:5-7
isa akka
#ilmaaniitti akkana jedhee isin gorsu sana guutummaatti irraanfattaniittu: “Yaa ilma koo, adaba waqayyoo akka laayyootti hin ilaalin, yeroo inni sirreeffama sii kennus abdii hin kutatin #waqayyoon warra #jaallatu ni adaba, #nama akka #ilma isaatti fudhatu hundas ni garafa.” Jabaattanii dhaabbachuun keessan karaa adaba itti argattan keessaa tokko akka taÊŒetti ilaalaa. #Waaqayyo akka #ilmaan isaatti #isin ilaala. Ilmi abbaan isaa isa hin adabne eenyu?
🍳𝚔𝚊𝚗𝚊𝚊𝚏𝚞𝚞 𝚑𝚊𝚊𝚕𝚊 𝚔𝚊𝚗𝚊,𝚋𝚊𝚛𝚊 𝚍𝚞𝚛𝚛𝚒 𝚠𝚊𝚊𝚚𝚊𝚢𝚢𝚘𝚘 𝚒𝚛𝚛𝚊𝚊 𝚓𝚊𝚕𝚚𝚊𝚋𝚎 𝚗𝚊𝚖𝚗𝚒 𝚠𝚊𝚊𝚚𝚊𝚢𝚢𝚘𝚘𝚏
#𝚒𝚕𝚖𝚊 𝚑𝚊𝚊𝚕𝚊 𝚔𝚊𝚗𝚒 𝚓𝚎𝚍𝚑𝚊𝚖𝚊
🍳  Kiristoosif nutti yaaka keenya irraa deebinee yoo, jirane, akkasumas gara Isaatii yoo,deemne  ilma isaa ni jedhamna.
❌➻Maatewoos 9:2
#nama lamshaaÊŒee #siree irra ciise tokko gara isaatti fidan. #Iyyaasus  amantii namoota kanaa ilaalee,  #namicha lamshaaÊŒe sanaan ❝ jabaadhu #ilma_koo! Cubbuun kee siif dhiifameera” jedhe ❞.

🍳 𝙭𝙪𝙢𝙪𝙧𝙖 𝙞𝙧𝙧𝙖𝙖𝙩𝙞.
Yoo nuu ilma jedhamnee Waaqayyo immoo Abbaa Hafuuraa nuufi ta'a.
❜➻Ibrootaa 12:9-10
Kana malees nu hundinuu
#abbootii_foonii kanneen nu adaban qabna turre; isaan kabajnas turre. Yoos #Abbaa_Hafuuraatiifi immoo hammam caalaa ajajamnee jiraachuu qabna ree! Abbootiin keenya akkuma isaanitti gaarii fakkaatetti yeroo gabaabaaf nu adabaa turan;  #Waaqni garuu akka nu qulqullummaa isaa keessatti hirmaannuuf faayidaa keenyaaf jedhee nu adaba.
➻iddoo kanatti Abbaa hafuuraa kani jedhamee «
#Waaqayyo »
   ▬▬▬▬▬▬
👇gαяα тєℓєgяαЌα👇
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha

𝙣𝙖𝙢𝙣𝙞 𝙬𝙖𝙖𝙊𝙖𝙮𝙮𝙀𝙛
#𝙞𝙟𝙀𝙀𝙡𝙡𝙚𝙚 𝙖𝙠𝙠𝙖𝙢𝙞𝙩𝙩𝙞 𝙟𝙚𝙙𝙝𝙖𝙢𝙖 𝙠𝙖𝙣𝙞 𝙟𝙚𝙙𝙝𝙪 𝙞𝙢𝙢𝙀𝙀 𝚒𝚝𝚝𝚒 𝚏𝚞𝚏𝚊.....
🍳 Bagaa geesaan
#Boqonnaa_Qulqulloota
✍𝚖𝚊𝚊𝚚𝚊 𝚙𝚑𝚎𝚎𝚡𝚒𝚛𝚘𝚜
#𝚜𝚊𝚍𝚊𝚗
❶➻pheexiros-
#Πέτρος
kunis jecha
#Giriikiiti
Hiika isaa =kaataa
❷➻keefa-
#Κηφ៶ς-
kunis jecha
#Aramikitti.
Hiika isaa =kaataa
❞➻Simoon -ש֎ׁמְע֜וֹן# 
kuni jecha
#Ibraayisxiitti
Hiika isaa = ni dhaga'a Waaqayyo jedhudha.

  ✍𝚖𝚊𝚊𝚚𝚊 𝚙𝚑𝚊𝚠𝚞𝚕𝚘𝚜
#𝚕𝚊𝚖𝚊𝚗
❶➻Phaawuloos
#ΠαῊλος
kunis afaanii
#Giriikiiti
Hiikaa isaa = xiqqaa
❷➻saool-  שׁ֞או֌ל֙#
kunis afaanii
#Ibraayisxiitti.
Hiika isaa = gaafadhu.
▬▬▬▬▬▬
🍳 𝚐𝚞𝚢𝚢𝚊𝚊 𝚒𝚝𝚝𝚒 𝚋𝚘𝚚𝚘𝚝𝚊𝚊𝚗𝚗𝚒 𝚕𝚊𝚖𝚊𝚊𝚗𝚒 𝚒𝚜𝚊𝚊𝚗𝚒 𝚒𝚢𝚢𝚞𝚞 𝚋𝚎𝚎𝚔𝚊𝚗𝚒 𝚓𝚒𝚛𝚞.
   🍳ᎋᎀɎɪ 
#᎘ʜᎇᎇxɪʀᎏs
1 𝚙𝚑𝚎𝚡 2:14
akkuma
#Gooftaan keenya Iyyaasus Kiristoos anaaf ibsetti, #yeroo_dhihootti dunkaana kana #dhiisee akkan deemu beeka.

🍳ᎋᎀɎɪ
#᎘ʜᎀᎡ᎜ʟᎏs.
2 𝑥𝑖𝑚𝑖𝑡𝑜𝑠 4:8
Ammaa jalqabee
#gonfoon qajeelinaa, Gooftaan inni abbaa murtii qajeelaa taÊŒe guyyaa sana akka badhaasaatti kennu naaf qophaaÊŒeera; taÊŒus warra mulÊŒachuu isaa #hawwiidhaan eeggatan hundumaatiif malee anaaf qofa miti.
▬▬▬▬▬▬▬
✍Eebbi isaanii dachaa 2 nuuf Haata’u

👇👇𝖌𝖆𝖗𝖆 T𝑒𝑙𝑒𝑔𝑟𝑎𝑚𝑎𝑎👇👇
https://t.me/+FURINwJs2KpmZDU0
✍ Baga Geessan.
Abrahaami akkasii jedhe
« 
#Biyya kana keessa Waaqayyoon sodaachuun akka hin jirre beekamaa dha; sababii haadha manaa tiyyaanis na ajjeesu’ jedhee waanan yaadeefi.
sera.Uumama 20:11
▬▬▬
Eebbi,Abrahaam dachaa laman nuuf baayatu.
🌹𝙞𝙟𝙀𝙀𝙡𝙡𝙚𝙚 👇
#Namni akkamitti ijoollee Waaqayyo ta'u danda'a.❓
⓵➻
#𝚖𝚊𝚊𝚚𝚊 𝚒𝚜𝚊𝚊𝚝𝚒 𝚢𝚘𝚘 𝚊𝚖𝚊𝚗𝚎
⓶➻ 𝚠𝚊𝚊𝚚𝚊 𝚢𝚘𝚘
#𝚓𝚊𝚕𝚊𝚗𝚎 𝚏𝚒 𝚊𝚓𝚊𝚓𝚊 𝚒𝚜𝚊𝚊 𝚢𝚘𝚘 𝚎𝚐𝚗𝚎
⓷➻
#𝚠𝚊𝚊𝚚𝚊𝚢𝚘 𝚠𝚊𝚗𝚒 𝚗𝚞𝚞 𝚓𝚊𝚕𝚊𝚝𝚞𝚞𝚏𝚒
â“žâž»
#𝚊𝚏𝚞𝚞𝚛𝚛𝚒 𝚠𝚊𝚊𝚚𝚊𝚢𝚘 𝚢𝚘𝚘 𝚚𝚊𝚋𝚊𝚝𝚎
⓹➻𝚔𝚊𝚗𝚒 𝚑𝚒𝚗
#𝚜𝚘𝚋𝚗𝚎 𝚢𝚘𝚘 𝚝𝚊𝚗𝚎
⓺➻ 𝚠𝚊𝚊𝚚𝚊𝚢𝚘
#𝚠𝚊𝚕𝚒𝚝𝚝𝚒 𝚢𝚘𝚘 𝚗𝚞𝚞 𝚚𝚊𝚋𝚎.
⓻➻
#𝚋𝚒𝚕𝚒𝚜𝚞𝚖𝚊𝚊 𝚢𝚘𝚘 𝚚𝚊𝚋𝚊𝚗𝚎.

🌹𝚓echi
#ijoollee jedhuu afaanii Giriikiitiin #τέκΜα (Tekna) jedhama.

❶➻Yohaannis 1:12
Warra isa simatan hundumaatiif, isaan
#maqaa isaatti waan #amananiif, #ijoollee_Waaqayyoo akka taÊŒaniif aangoo isaaniif kenne.
❷➻Raajii-Isayaas 63:8
#innis, “Isaan dhugumaan saba koo ti #ijoollee hin sobnee dha” jedhe; kanaafuu inni Fayyisaa isaanii taÊŒe.
❞➻Yohaannis 11:52
kan
#duus_ijoollee Waaqayyoo warra bittinnaaÊŒanii jiran walitti qabee #tokko gochuuf malee sabichaaf qofa miti.

❹➻ Luqaas 13:34
Yaa Iyerusaalem, yaa Iyerusaalem, raajota kan ajjeestu, warra gara keetti ergamanis dhagaadhaan kan tumtu, akkuma
#lukkuun cuucota ishii qoochoo ishii jalatti walitti qabdu #ijoollee kee siÊŒa meeqan walitti qabuu barbaade! Isin garuu hin barbaanne.
❺➻Roome 8:16.
#Nuti_ijoollee Waaqayyoo taÊŒuu keenya #hafuurichi hafuura keenyaa wajjin taÊŒee dhugaa baÊŒa.
❻➻Raaji Isaayaas 44:3
Ani lafa dheebote irratti bishaan,lafa gogaa irratti burqaa nan dhangalaasaatii;
ani
#ijoollee kee irratti #Hafuura koo,sanyii kee irratti immoo eebba koo nan dhangalaasa.

❌➻Roome 8:21
kunis, uumamni mataan isaas garbummaa tortoruu jalaa bilisa baÊŒee,
#bilisummaa_ijoollee Waaqayyoo isa ulfina qabeessa akka argatuufi.
❜➻Roome 9:8
Kanaafuu, warri akka fooniitti ijoollee taÊŒan dhuguma ijoollee Waaqayyoo miti; kanaa mannaa, akka sanyii isaatti kan lakkaaÊŒaman warra akka
#waadaa sanaatti #ijoollee isaa taÊŒani dha.

❟➻1Yohaannis 3:1
#Nuti_ijoollee Waaqayyoo jedhamnee akka waamamnuuf #Abbaan_jaalala guddaa akkamii akka nutti argisiise ilaalaa! Dhuguma iyyuu nuti ijoollee isaa ti. Addunyaan Waaqayyoon hin beeku; nuunis kan hin beekne kanaafi.
❿➻1Yohaannis 5:2
Waaqayyoon yommuu
#jaallannuu fi #ajajawwan isaa yommuu raawwannu #ijoollee_Waaqayyoo akka jaallannu kanaan ni beekna.

👇𝖌𝖆𝖗𝖆 T𝑒𝑙𝑒𝑔𝑟𝑎𝑚𝑎𝑎 𝑘𝑜𝑡𝑢👇
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
🍇 𝙜𝙖𝙧𝙗𝙞𝙘𝙝𝙖 (𝑊𝑘𝑛) 𝙩𝙖𝙟𝙖𝙖𝙟𝙞𝙡𝙖👇
✍Tajaajila yookiin Garbicha jechuun Afaanii Giriikiitiin
#Ύούλους (Duulosi) jedhama.
Yeroo tokko tokko immoo
#παίΎά (paiidaa) jedhama.
➻ amma garuu Ύούλους/ΎοῊλος fayyadamna.
🌺 𝑛𝑎𝑚𝑛𝑖 𝑎𝑘𝑘𝑎𝑚𝑖𝑡𝑡𝑖
#𝑔𝑎𝑟𝑏𝑖𝑐ℎ𝑎𝑎 𝑊𝑜𝑜𝑘𝑖𝑛 #𝑡𝑎𝑗𝑎𝑎𝑗𝑖𝑙𝑎 𝑀𝑎𝑎𝑞𝑎𝑊𝑊𝑜𝑜 𝑗𝑒𝑑ℎ𝑎𝑚𝑎....❓❓
⓵➻
#𝚠𝚊𝚊𝚚𝚊𝚢𝚢𝚘 𝚊𝚔𝚔𝚊 𝚒𝚜𝚊𝚊 #𝚞𝚞𝚖𝚎𝚎 𝚔𝚊𝚗𝚒 𝚊𝚖𝚊𝚗𝚞𝚞 𝚢𝚘𝚘 𝚝𝚊𝚎.
⓶➻
#𝚐𝚊𝚛𝚊𝚊 𝚐𝚞𝚞𝚝𝚞𝚞 𝚠𝚊𝚊𝚚𝚊𝚢𝚢𝚘 𝚔𝚊𝚗𝚒 #𝚓𝚊𝚕𝚊𝚝𝚞.
⓷➻
#𝚍𝚞𝚋𝚋𝚒 𝚏𝚒 #𝚊𝚓𝚊𝚓𝚊 𝚠𝚊𝚊𝚚𝚊𝚢𝚘 𝚔𝚊𝚗𝚒 𝚎𝚎𝚐𝚐𝚞𝚞
â“žâž»
#𝚏𝚞𝚍𝚑𝚊𝚝𝚊𝚖𝚊 𝚔𝚊𝚗𝚒 𝚚𝚊𝚋𝚞 𝚠𝚊𝚊𝚚𝚊𝚢𝚢𝚘 𝚋𝚒𝚛𝚊𝚝𝚒

❶➻Isayaas 44:21
Ati
#tajaajilaa(Garbicha) koo waan taateef Yaa Yaaqoob, yaa IsraaÊŒel, wantoota kana yaadadhu Ani si #tolcheera, ati tajaajilaa(garbicha) koo ti Yaa IsraaÊŒel, ani si hin irraanfadhu.

❷➻Sera.Uumama 26:24
Halkan sana waaqayyo isatti mulÊŒatee, “Ani Waaqa abbaa kee Abrahaami. Ani sii wajjin waanan jiruuf hin sodaatin;
#Abrahaam_tajaajilaa(garbicha) kootiif jedhee sin eebbisa, sanyii kees nan baayÊŒisa” isaan jedhe.

❞➻Seera.Lakkoofsa 12:8
Ani fuulaa fuulatti, karaa namaaf hin galleen utuu hin taÊŒin ifatti isatti nan dubbadha; inni fuula waaqayo ni arga. Maarree isin
#tajaajilaa(garbicha) koo #Musee mormitanii dubbachuu kan hin sodaanne maaliifi?”

❹➻Sera.lakkoofsa,14:24
#Tajaajilaan koo #Kaaleb garuu ilaalcha adda taÊŒe waan qabuuf, akkasumas garaa guutuudhaan ana duukaa waan buÊŒeef, ani dhugumaan biyya inni dhaqee ture sanatti isa nan galcha; sanyiin isaas ishii ni dhaalu.

❺➻2 Samuel 7:5
Dhaqi
#tajaajilaa(Garbicha)koo #Daawitiin akkana jedhi Waaqayo akkana jedha: “Ati mana ani keessa jiraadhu naaf ijaaruu qabdaa?

❻➻isaayaas 43:10
Waaqayyoo akkana jedha: “Isin dhugaa baatota koo ti, Eeyyee,
#tajaajilaa koo #isan filadhe dha; Kunis, isin akka beektanii fi akka natti #amantaniif, Ani isuma taÊŒuu koos akka hubattaniifi. Ana dura Waaqni bira hin jiru Ana boodas hin jiru.

❌➻Maatewos 25:23
Gooftaan isaas
#Garbicha(Tajaajila)gaarii fi amanamaa nana, baÊŒeessa goote! Ati wantoota muraasa irratti amanamaa taateetta. Ani immoo wantoota hedduu irratti sin muuda. Gara gammachuu gooftaa keetti seeni’ isaan jedhe.

❜➻Yohaannis 15:20.
Wantan isinitti hime kana yaadadhaa
#Garbichi tokko gooftaa isaa hin caalu. Isaan na ariÊŒataniiru yoo taÊŒe, isiniinis ni ariÊŒatu; dubbii koo eeganiiru yoo taÊŒe, dubbii keessanis ni eegu.

❟➻Yaaqoob 1:1
Yaaqoob isa
#garbicha_Waaqayyoo fi #garbicha_Gooftaa Iyyaasus Kiristoos taÊŒe irraa, gosoota 12n warra bakka adda addaatti bittinnaaÊŒaniif: Nagaan isiniif haa taÊŒu!

❿➻Sera.Uumama 18:3
Achiis akkana jedhe: “Yaa waaqayyo, si duratti fudhatama argadheera yoon taÊŒe, maaloo, ana
#tajaajilaa kee bira hin darbin.

❶❶➻Kitaba-Nahimiya 9:14
Sanbata kee isa qulqulluu isaanitti ni beeksiste; karaa
#tajaajilaa kee #Musees #ajajawwan, #dambiiwwanii fi #seera isaaniif ni kennite.
👇𝔀𝔞𝔯𝔞 T𝔢𝔩𝔢𝔀𝔯𝔞𝔪𝔪𝔞 K𝑜𝑜𝑡𝑎👇
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
🥥 𝙀𝙗𝙗𝙀𝙡𝙀𝙀𝙩𝙖 🥥👇
Obboloota jechuun Afaanii Giriikiitiin
#αΎελφοίς (Adelfoiis) jedhama.
𝙜𝙖𝙖𝙛𝙞 𝙢𝙪𝙚𝙞𝙡𝙞𝙢𝙀𝙀𝙩𝙖𝙛 𝙙𝙚𝙚𝙗𝙞 𝙞𝙚𝙖𝙖 𝙠𝙪𝙣𝙀👇
Muslimoonni akkasi jedhuu silaa Kiristoosiin Waaqa jettu Waaqni immoo obboloota qaba jedhu....❓
🍳 Yohaannis 20:17
Iyyaasuus Ani amma iyyuu gara Abbaatti waanan ol hin baaneef, na hin qabin. Kanaa mannaa dhaqiitii
#obboloota_kootiin, ‘Ani gara Abbaa koo fi gara Abbaa keessanitti, gara Waaqa koo fi gara Waaqa keessanitti ol nan baÊŒa’ jedhii isaanitti himi” ishiidhaan jedhe.
🥥 𝙙𝙚𝙚𝙗𝙞 𝙠𝙚𝙚𝙣𝙮𝙖👇
𝙠𝙞𝙧𝙞𝙚𝙩𝙀𝙀𝙚 𝙚𝙖𝙗𝙖𝙗𝙖 𝙢𝙖𝙖𝙡𝙞𝙩𝙞𝙛 𝙀𝙗𝙗𝙀𝙡𝙡𝙀𝙩𝙖 𝙠𝙀𝙀 𝙟𝙚𝙙𝙝𝙖 𝙢𝙚❓❓
⓵➻
#𝚍𝚞𝚋𝚋𝚒𝚒_𝚛𝚊𝚊𝚓𝚘𝚘𝚝𝚊 𝚛𝚊𝚊𝚠𝚠𝚊𝚌𝚑𝚞𝚞𝚏
⓶➻𝚐𝚊𝚛𝚊
#𝚏𝚘𝚘𝚗𝚒 𝚠𝚊𝚊𝚊𝚗𝚒 𝚒𝚜𝚊𝚊𝚗 𝚒𝚛𝚛𝚊𝚊 𝚍𝚑𝚊𝚕𝚝𝚎𝚎𝚏𝚒
⓷➻
#𝚋𝚊𝚛𝚞𝚖𝚜𝚊𝚊 𝚒𝚜𝚊𝚊 𝚠𝚊𝚊𝚗𝚒 𝚏𝚞𝚍𝚑𝚊𝚝𝚊𝚗𝚒𝚏

🌹
#T𝚘𝚔𝚔𝚘𝚏𝚏𝚊 𝚍𝚞𝚋𝚋𝚒 𝚛𝚊𝚊𝚓𝚘𝚘𝚝𝚊 𝚛𝚊𝚠𝚠𝚊𝚌𝚑𝚞𝚞𝚏𝚒 𝚛𝚊𝚓𝚘𝚘𝚗𝚒 𝚍𝚞𝚛𝚒 𝚔𝚒𝚛𝚒𝚜𝚝𝚘𝚘𝚜 𝚘𝚋𝚋𝚘𝚕𝚕𝚘𝚝𝚊 𝚔𝚎𝚎𝚗𝚢𝚊 𝚔𝚎𝚎𝚜𝚊 𝚋𝚊𝚑𝚊 𝚓𝚎𝚍𝚑𝚊𝚗𝚒 𝚓𝚒𝚛𝚞.
❶➻Sera.Keesa.Deebi 18:15.
#Waaqni kee Waaqayyo #obboloota kee gidduudhaa raajii akka kootii siif ni kaasa. Isinis isa dhagaÊŒuu qabdu.
❷➻Faarfannaa,Daawit 22:22
Ani maqaa kee
#obboloota_kootti nan beeksisa; Gumii gidduuttis sin jajadha.

🌹
#L𝚊𝚖𝚊𝚊𝚏𝚏𝚊𝚊𝚗 𝚒𝚖𝚖𝚘𝚘 𝚔𝚒𝚛𝚒𝚜𝚝𝚘𝚘𝚜 #𝚐𝚊𝚛𝚊_𝚏𝚘𝚘𝚗𝚗𝚒 𝚠𝚊𝚗𝚒 𝚜𝚊𝚗𝚢𝚒(𝚑𝚒𝚍𝚍𝚊)𝚗𝚊𝚖𝚊 𝚒𝚛𝚛𝚊 𝚍𝚑𝚊𝚕𝚝𝚎𝚎𝚏 « kana  ibsuuf akkasii jedhee »
❞➻Ibroota 2:14
ijoolleen” sun
#foonii fi #dhiiga waan taÊŒaniif, #innis_foonii fi dhiiga taÊŒe; kanas kan godhe, duÊŒa isaatiin Diyaabilos isa duÊŒa fiduuf humna qabu sana balleessuuf
❹➻Ibroota 2:17
inni wantoota Waaqayyoo wajjin wal qabatan hundumaa irratti luba ol aanaa gara laafessaa fi amanamaa taÊŒuudhaan, aarsaa araaraa cubbuu namootaatiif dhiifama argamsiisu dhiheessuuf,
#gama hundumaatiin #obboloota” isaa #fakkaachuun isa barbaachiseera.
❺➻Mul’ata Yohaannis 22:16.
Ani Iyyaasuus faayidaa gumiiwwaniitiif jedhee waaÊŒee wantoota kanaa isiniif dhugaa baÊŒuuf Ergamaa koo ergeera. Ani
#hiddaa fi #sanyii Daawiti; akkasumas bakkalcha ifa guddaa qabu dha
❻➻Roome 1:3
waaÊŒee
#Ilma isaa isa #karaa #foonii sanyii Daawit keessaa dhufe sanaa kan ibsu dha.
❌➻1 Pheexiroos 4:1
#Kiristoos yeroo #fooniin turetti rakkinni waan isa irra gaÊŒeef, isinis yaada Kiristoos qabaachuuf of qopheessaa; sababiin isaas, namni rakkinni isa irra gaÊŒe cubbuu hojjechuu dhiiseera;
❜➻Roome 8:29
sababiin isaas,
#Ilmi isaa #obboloota hedduu gidduudhaa angafa akka taÊŒuuf, Waaqayyo warra jalqaba beekamtii isaaniif kenne dursee murteessuudhaan fakkaattii Ilma isaa akka qabaatan godheera.

🌹
#S𝚊𝚍𝚊𝚏𝚏𝚊𝚗𝚒 𝚔𝚒𝚛𝚒𝚜𝚝𝚘𝚘𝚜 𝚘𝚋𝚋𝚘𝚕𝚕𝚘𝚝𝚊 𝚔𝚊𝚗𝚒 𝚓𝚎𝚍𝚑𝚞 #𝚋𝚊𝚛𝚊𝚝𝚘𝚘𝚗𝚒 𝚏𝚒 𝚗𝚊𝚖𝚘𝚘𝚗𝚒 #𝚋𝚊𝚛𝚞𝚖𝚜𝚊 𝚒𝚜𝚊𝚊 𝚍𝚑𝚊𝚐𝚊𝚗𝚒 𝚑𝚞𝚗𝚍𝚒 𝚒𝚜𝚊𝚊𝚗𝚒 𝚘𝚋𝚋𝚘𝚕𝚕𝚘𝚝𝚊 𝚓𝚎𝚍𝚑𝚊𝚗𝚒.
❟➻Maatewos 12:48-50
#Iyyaasus deebisee namicha isatti hime sanaan, “Haati tiyya eenyu? Obboloonni koo hoo eenyu faÊŒi?” jedhe.  Achiis harka isaa gara #barattoota isaatti diriirsee akkana jedhe: “Kunoo, haati tiyyaa fi #obboloonni koo warra kana!  Namni fedhii Abbaa koo isa samii raawwatu hundi, #obboleessa, #obboleettii fi haadha koo ti.
▬▬▬▬▬
#Kiristoos_Raajidha,yeroo jennu Aangoo maalummaa rajji kani qabuu  ta'u ibsaa Fakkeenyaaf.rajooni kuni lafa irra dhufanii Kiristoos « #samii irraa irra dhufee » kani sami irraa dhufuu immoo #waaqa malee hoomaa miti.
⓵➻Yohaannis 6:62.
#Ilmi namaa #bakka_dura turetti utuu #ol_bauu yoo argitan maal jettu ree?
⓶➻Yohaannis 8:23
#Innis akkana isaaniin jedhe: “ #Isin_gad irraa ti; #Ani garuu #ol_irraa ti. #Isin_addunyaa kana irraa ti;  #Ani garuu #addunyaa kana irraa #miti.

🥥rajoonni hundi isaanii gara lafaa irraa dhufanii
👇𝔀𝔞𝔯𝔞 T𝚎𝚕𝚎𝚐𝚛𝚊𝚖𝚊 𝚔𝚘𝚘𝚝𝚊👇
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
🌺 kutaa-93-ffaa👇
      ➻gaaffii fi deebi
      ➻Musiliimota
✍Yohaannis 1:1
jalqaba Dubbichatu ture Dubbichi Waaqayyo bira ture Dubbichi waaqayyo ture

👇Gaaffii Muslimoota akkanaa ture
1=
#sagalee yookaan #Dubbiin suni kani eenyutu jedhu ❓
▬▬▬▬▬
🍳 Deebi keenya
Sagaleen ykn Dubbiin suni kani
#Abbaatti.
👉sagalee yookiin dubbii jechuun afaanii Giriikii duriitiin
#λόγους(logousi) jedhamee, haaluma wali fakkata jechi kuni wangeela Luqaas 9:26 irratti ilee ni argama.
Giriikii ammaattin immoo
#Λόγος(Logos) jedhamee
Yohaannis 1:1 irrati kani argamu Λόγος(logos)

🥥Hubabachiisa🥥
Jechii sagalee yookaan dubbii jedhuu kuni iddoo hedduutti ni argama « Haata’u malee akkuma iddoo hedduutti argamuu kana hiika inni ittiin hojii irraa oolu irree gargaara »
▬▬▬▬▬▬
🍀amma gara mataa duree keenyaatti
➻dubbii yookiin sagaleen suni kani Abbaatti jennee ture.
✍Ragaa keenya👇
❶➻Mul’ata Yohaannis 19:13
#uffata_dhiigni itti facaafame #uffateera; maqaan isaa #Dubbii_Waaqayyoo jedhama.
➻iddoo kanatti uffata dhiigni itti facaafame kani jedhu irraatti Kiristoos foonii nama uffachuu ibsa.
➻kani uffata uffatee suni sagalee dha
➻ sagaleen immoo kani Abbaatti

❷➻Yohaannis 16:28.
Ani Abbaa biraa baÊŒee gara addunyaa dhufeera; ammas addunyaa dhiisee gara Abbaa nan dhaqa.
➻Ani Abbaa bira baee gara adunyaa dhufee kani jedhee Kiristoos.
➻Abbaa bira kani bae immoo sagalee yookaan dubbii Abbati.

✍ sagalee yookiin Dubbiin yeroo hunda gargaari hin Bau sababa Kanaaf sagalee Abbaa kani ta’e Kiristoos akkasii jedhe «Ani kophaa kiyya miti jedhee »
❞➻Yohaannis 8:16
#Abbaan inni na erge anaa wajjiniin waan jiruu fi #kophaa_koo waanan hin taaneef, utuman murteessee illee murtiin koo dhugaa dha.
▬▬▬▬
ɢᎀʀᎀ ᎛ᎇʟᎇɢʀᎀᎍᎀ ᎋᎏᎏ᎛ᎀ👇
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
✍Bagaa Gessan-19
Maqaan Gabri'el jedhuu afaanii Ibrayisxiittiin גַ֌בְך֎יאֵ֡ל ( #Gabriel) jedhama jechota lamatti irraa walitti dhufeeגַ֌בְך֎👉 👈יאֵ֡ל
Hika isaa immo Nama jabaa//loltuu) Waqayyo jecha.
Maqaan Gabri'el afaanii Giriikiitiin immoo #Γαβριᜎλ (Gabriēl) hiikaa isaa immoo Ergamaa Waaqayyo jedha kani Ibraayisxiitti wajjiin tokkummaa.

✍ #Gabriel Nama baay'ee #jalata
🍳ragaa keenya👇
Raajii-Daani'el 10:18-19
#inni nama fakkaatu sun ammas na tuqee na jabeesse.
Achiis, Yaa #nama baayÊŒee #jaallatamaa taate nana, hin sodaatin. #Nagaan siif haa taÊŒu. Jabaadhu, eeyyee, jabaadhu” naan jedhe. Yommuu inni naa wajjin dubbatu jajjabaadhee, Yaa #gooftaa_koo, ati waan na jabeessiteef dubbadhu” nan jedhe.
➻Ergamonni Waqayyo hanga nama jalatani fi kabajaani argitani
➻Dani'el immo Gabrieli dhan yaa #Gooftaa koo jedhanii.
▬▬
👆jalali kessan Akkuma Gabriel bay'ee isiin jalatu isiin immo Gabriel bay'ee jalatu.
. #jalala_keesan itti fufa...
👁‍🗚 𝑎𝑊𝑊𝑎𝑛𝑛𝑎 𝑔𝑎𝑟𝑖 𝑖𝑠𝑖𝑛𝑖𝑓 ℎ𝑎𝑡𝑎𝑢.
⏭ 𝔀𝔞𝔯𝔞 𝔱𝔢𝔩𝔢𝔀𝔯𝔞𝔪𝔞 ⏏
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
🅰 kutaa-94-ffaa
   📂. Gaafi fi Deebi
   📁.Musiliimota
✍Yohaannis 1:1
Jalqaba sagale(logos) ture Sagaleen Waaqayyo bira ture sagaleen(logos)waaqayyo ture
🍳 gaaffii isaanii sagalee(logos) walin dubbidha malee Waaqayyoo miti jedhuu.
🀙Yohaannis 6:60
Barattoota isaa keessaa hedduun isaanii yommuu kana dhagaÊŒan, 
#Dubbiin kun kan nama suukanneessu dha; eenyutu dhagaÊŒuu dandaÊŒa?” jedhan.
🀙Maatewos 12:37
#dubbii keetiin qajeelaa jedhamta; akkasumas dubbii keetiin sitti murteeffama.”
▬▬▬▬▬
🪵 Deebii keenya.
Sagalee yookaan Dubbii yookiin logos jedhamefi hiika tokko qaba jechu miti hundi isaa iyyuu hikaa ofi dandae qaba.
🥥Yoh 1:1 irraa kani jiru sagaleen suni Waaqayyo jedha.
📌 kani iddoo bira jiruu garuu sagaleen suni Waaqayyo turee hin jedhuu, akkasumas hikaa gargaara qaba Kanaafu Yoh 6:60 fi Maat 12:37 hiika bira qaba malee wangeela Yohaannis 1:1 wajjiin tokko mitii

𝕗𝕒𝕜𝕜𝕖𝕖𝕟𝕪𝕒𝕒 𝕞𝕊𝕣𝕀𝕒𝕒 𝕚𝕝𝕒𝕒𝕝𝕒
➊ ➧Maatewos 7:24
namni
#dubbii koo kana dhagaÊŒee hojii irra oolchu, nama hubataa mana isaa qarsaa irratti ijaarrate fakkaata.
➻dubbii kami dhaganni laata?.
➋ ➧Luqaas 4:36
Yeroo kanatti hundi isaanii dinqisiifatanii, “Kun
#dubbii akkamii ti? Inni #Aangoo fi humnaan hafuurota xuraaÊŒoo ajaja; isaanis ni baÊŒu!” waliin jedhan.
➻dubbii suni maali ture❓

➌ ➧Luqaas 8:11
Hiikni fakkeenyichaa kana dha: Sanyichi
#dubbii Waaqayyoo ti.
➍ ➧Yohaannis 8:37
Ani isin sanyii Abrahaam akka taatan beeka. Haa taÊŒu malee,
#dubbiin koo isin keessatti hundee waan hin godhanneef na ajjeesuu barbaaddu.

➎ ➧Yohaannis 10:19
#Iyyaasus wantoota kana waan #dubbateef ammas Yihudoota gidduutti wal qoqqooduun ni uumame.
➏ ➧Yohaannis 12:38
kunis kan taÊŒe, wanti
#Isaayyaas raajichi, “Yaa waaqayo, wanta nu irraa dhagaÊŒetti kan amane eenyu? Irreen,Waaqayyo hoo eenyutti mulÊŒifame?” jedhee #dubbate akka raawwatamuuf ture.

➐ ➧Hoji.Duka.Buota 12:24
#Dubbiin_Waaqayyo garuu guddachaa fi babalÊŒachaa deeme.
➑ ➧Hoji.Duka.Buota 13:15
Seerichii fi Raajonni uummata duratti erga dubbifamanii booda, geggeessitoonni mana sagadaa sun, “Yaa obbolootaa,
#dubbii uummaticha jajjabeessu yoo qabaattan dubbadhaa” jedhanii isaanitti ergan.

➒ ➧Hoji.Duka.Buota 13:49
#dubbiin Waaqayyo guutummaa biyyattii keessatti babalÊŒate.
➓ ➧Hoji.Duka.Buota 19:20
#dubbiin Waaqayyo caalaatti babalÊŒachaa fi moÊŒaa deeme.

➊➊ ➧Hoji.Duka.Buota 6:7
#dubbiin Waaqayyoo babalÊŒachuu isaa itti fufe, lakkoofsi barattootaa Yerusaalemitti baayÊŒee dabalaa deeme; luboonni hedduunis amantoota taÊŒan.
➊➋ ➧Roome 9:6
#dubbiin Waaqayyoo utuu hin raawwatamin hafeera jechuu miti. Sababiin isaas, IsraaÊŒel irraa kan dhalate hundi dhuguma “IsraaÊŒel” miti.
🥥xumura irratti dubbii yookaan sagalee wani jedhamefi hiikaa tokko hin qabu ragaan gara oli hundi kanuma ibsa.
⛈⛈⛈⛈⛈⛈⛈⛈⛈
Gara Telegramaa kootu👇
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
⛈⛈⛈⛈⛈⛈⛈⛈⛈⛈
🛑Yaa dhabatuu saalqunnamtii wali-fakkaatan🛑
❌Homosexuality stop❌
❣
#Isaayaas 53:1
Wanta nu irraa dhagaÊŒetti kan
#Amane eenyu❓#irreen_Waqayyo hoo eenyutti mulate❓
❣
#Roome1:26-27
#Waaqni dabarsee #hawwii jibbisiisaatti isaan kenne. #Dubartoonni isaaniis karaa ittiin #fedhii_fooniitiif #dhiira wajjin wal bira gaÊŒan isa uumamaan kennameef dhiisanii, gara isa uumamaan isaaniif hin kennaminitti geeddaran
#dhiironnis isa uumamaan isaaniif kenname #dubartootaa wajjin #saalqunnamtii #raawwachuu_dhiisanii, dhiironni dhiirotaa wajjin kajeellaa saalqunnamtiitiin gubatan; wanta qaanessaa hojjechuudhaanis, ofuma isaaniitiin adaba #cubbuu isaaniitiif malu guutummaatti fudhatan.
⛈⛈⛈⛈⛈⛈⛈⛈⛈
-------------------------
➺gara Telegraama👇
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha