🌹D𝙚𝙚𝙗𝙞𝙞 𝙢𝙪𝙚𝙞𝙡𝙞𝙢𝙀𝙩𝙖𝙖 𝙛𝙞 𝙥𝙝𝙚𝙚𝙣𝙭𝙚𝙚⛈⛈⛈⛈⛈
2.6K subscribers
54 photos
3 videos
10 files
117 links
“Iyyesuus, ‘Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

ኢዚሱስም ኚፈሪሳውያንና ኚሰዱቃውያን እርሟ ተጠንቀቁና ተጠበቁ፡ አላ቞ው። (ማ቎ዎስ 16:6)
Download Telegram
🅱 kutaa-87-ffªª 👇👇
       🫵 gaaffii fi Deebi
        🐀Musiliimota
----------------------
✍gaaffii isaanii akkasii ture
❶➛ dhagaa guddaan tokko bolla awwaala irraa turee.
Yeroo Dubartoonni achii gahan sana eessaa dhaqee ❓jedhuu
✍ Ragaa isaanii immoo👇
❶.Yohaannis 20:1
Maariyaam Magdalaan guyyaa jalqaba torban sanaatti ganama barii utuu lafti hin ifin, gara awwaalichaa dhuftee
#dhagichi_awwaalicha_irraa #kaafamuu_isaa_argite.
❷.Maarqoos 16:4
Yommuu oli jedhanii ilaalan garuu,
#dhagichi akka malee guddaa taÊŒus, #afaan_awwaalichaa_irraa
#gangalfamee_ture.
❞.Luqaas 24:2
HaataÊŒu malee,
#dhagichi_awwaala_sana_irraa #garagalfamee_argan
❹.Maatewos 28:2
Kunoo Ergamaan waaqayyo samii irraa waan gadii buÊŒeef kirkirri lafaa guddaan ni taÊŒe; Ergamaan sunis dhufee
#dhagicha_gangalchee_irra taaÊŒe.
▬▬▬▬▬▬▬
📍Deebi keenya👇
👉hundi isaanii iyyuu sirriidha.
Dhagaan suni boolla awwaala irraa kaafamu isaatti.

⓵➛💐 akka
#Yohaannis ibsaa jirtutti #Dubartii_tokko irratti hundae dubbate wanta ta’e sana, Innis dhagichi awwaalicha irraa kaafamuu isaa argitee(Yohaannis 20:1)

⓶➛💐akka
#Maarqoos ibsa jirutti immoo #dubartoota_sadii ,irratti hundae, jedhe Innis dhagichi afaanii awaalichaa irraa kafamu isaatti.(Maarqoos 16:4)
➩Jechi afaanii awwaalicha irraa gangalfame turee jedhuu wanta darbee ibsa jira
📍Maarqoos 16:1👇
Sanbatni erga darbee boodas,
#Maariyaam_Magdalaa, #Maariyaam_haati_Yaaqoobii fi #Saloomeen dhaqanii reeffa isaa dibuuf urgooftuu bitan.

⓷➛💐akka
#Luqaas ibsa jirutti immoo #dubartoota_sadii kani argan dubbatee kunis Maarqoos wajjiin yaada tokko qaba (Luqaas 24:2)
➩Jechi awaalichaa irraa gangalfame
#ture jedhuu wanta darbee ibsa.
🍃dubartoonni suni sadii ta'u ibsaa , Sababiin isaa baayinna ibsa, akkasumas immoo urgooftuu jedha, wanta kana wajjiin wali fakkatu immoo Maarqoos wani ibseef
📍Luqaas 23:55-56👇
#Dubartoonni warri #Galiilaadhaa jalqabee isaa wajjin dhufanis duukaa buÊŒanii reeffi isaa #awwaalicha_keessa #akkamitti akka kaaÊŒame #ilaalan;  achiis #urgooftuu fi dibata urgaaÊŒu qopheessuuf deebiÊŒanii deeman. Haa taÊŒu malee, akka seerichi ajajutti guyyaa Sanbataa ni boqotan
➩Dubartoonni Galiilaadhaa dhufan immoo Maarqoos sirriitti ibseera ,Luqaas illee ibsee jira.

📍Maarqoos 15:47👇
#Maariyaam_Magdalaa fi #Maariyaam_haati_Yoseef garuu, #reeffa isaa #eessa akka kaaÊŒan #ilaalu_turan.
📍Luqaas 8:2👇
#dubartoonni_hafuurota hamoo fi dhukkuba adda addaa irraa fayyan tokko tokkos isaa wajjin turan. Isaanis, #Maariyaam Magdalaa ishii jinniiwwan torba keessaa baÊŒan,
📍Luqaas 24:1👇
Guyyaa jalqaba torban sanaatti garuu
#dubartoonni sun #urgooftuu qopheessan sana fidanii ganama bariidhaan gara awwaalichaa dhufan.


ⓞ➛💐akka
#Maatewoos ibsa jirtutti immoo #dubartoota #lamaa qofa jecha jira kana immoo dubartoonni suni osoo ergamaan dhagicha gangalcha jiruu argan jedha.
Kuni immoo wanta amma ta'a jiruu ibsaa. Kanaafuu dubartoonni laman kuni ijaan arganii jiru.
📍Maatewoos 28:1👇
Sanbatni erga darbee booda guyyaa jalqaba torban sanaatti,
#Maariyaam_Magdalaa fi #Maariyaam ishiin kaan awwaalicha ilaaluu dhufan.
▬▬▬▬▬▬▬▬
Xumura irratti.
❶.Kani
#Maatewoosi ibsee #jalqabaa.wanta ta’e ibsa
❷.Kani
#Maarqoos fi #Luqaas #lamaffaa irratti wanta ta’e ibsa
❞.Kani
#Yohaannis #sadaffaa irratti wanta ta’e ibsa.
▬▬▬▬
Link kan xuqi👇👇
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
🅰 kutaa-88-ffªª 🌟🌟👇
       ▪ gaaffii fi deebi
       ▪  Muslimoota
▬▬▬▬▬▬▬▬
➛Akkasii jedhuu.
❶➛yeroo dubartoonni suni iddoo awwaalaa deeman sana wanti ta’e maalidha.
⓵ Yohaannis 20:2
gara Simoon Pheexirosii fi barataa kan biraa isa Iyyaasuus jaallatu sanaatti fiigdee dhuftee, Gooftaa
#awwaalcha keessaa #fudhataniiru; eessa akka isa kaaÊŒanis hin beeknu” isaaniin jette.

⓶ Maarqoos 16:5
Yommuu gara
#awwaalichaatti seenanis #dargaggeessi uffata #adii uffate #tokko karaa mirgaa yommuu taaÊŒu arganii naÊŒan.

⓷ Luqaas 24:4
Utuma haalli kun bitaa isaanitti taÊŒee jiruus, kunoo
#namoonni #lama_uffata calaqqisu uffatanii isaan bira dhaabatan.
⓾ Maatewos 28:2
Kunoo
#Ergamaan/maleekaan waaqayo samii irraa waan gadi buÊŒeef kirkirri lafaa guddaan ni taÊŒe; #Ergamaan/maleekaan sunis dhufee dhagicha gangalchee irra taaÊŒe.
▬▬▬▬▬▬
deebii keenya « hundi isaa iyyuu sirriidha kani jedhuu ta'a »

✍ kana
#Yohaannis irraa jiruu dubartii tokko qofaan wanta ta’e ibse jira ,akkuma jalqabaa dhufteen booda keessa Kiristoos dhabdee. Isaa booda barattoota isaatti himite (Pheexiroos fi Yohaannisitti jechuudhaa).

➻ Haata’u malee ishiin illee ergamoota lama wajjiin dubbate jirti.
❶➻Yohaannis 20:12
achiis Ergamooni/maleekonni uffata
#adii uffatan #lama bakka reeffi Iyyaasus kaaÊŒame, tokko karaa #mataa isaa, tokko immoo karaa #miilla isaa taaÊŒanii argite.

✍ inni
#Maarqoos jedhee immoo wanta dubartoota sadiin ta’e ibseera. * dubartootaani sadan kunis yeroo lamaa gara awwaala dhufanii jiruu.
✍kani yeroo jalqabaa Isaanii dhufanii ergama tokko qofaa arganii jiru.
❷➻Maarqoos 16:5
Yommuu gara awwaalichaatti seenanis dargaggeessi uffata adii uffate
#tokko karaa mirgaa yommuu taaÊŒu arganii naÊŒan.

✍ innii
#Luqaasi ibsee kuni kani dubartoota sadiitti, kunis dubartoonni sadan #yeroo_lamaffaa iddoo awwaala akka dhufanii ibsee, yeroo kanati Ergamoota lama arganii jiruu.
❞➻Luqaas 24:4.
Utuma haalli kun bitaa isaanitti taÊŒee jiruus, kunoo
#namoonni_lama uffata calaqqisu uffatanii isaan bira dhaabatan.

✍ kani
#Maatewos ibsaa jiru immoo wanta dubartoota #lamaa qofaan ta’e ibse jira.
Dubartoonni lamaan kuni immoo ergama tokko qofaa arganii jiruu.
❹➻Maatewos 28:2
Kunoo Ergaman/maleekaan waaqayyo samii irraa waan gad buÊŒeef kirkirri lafaa guddaan ni taÊŒe; maleekaan sunis dhufee dhagicha gangalchee irra taaÊŒe.
▬▬▬▬▬▬▬
➻ xumura irratti. Kani jalqabaa dhufuu qabuu.
1-Maatewos -Ergama-1
#Dubartoota_2
2-Maarqoos-Ergama-1
#Dubartoota_3
3-Luqaas-Ergama-2
#Dubartoota_3
4-Yohaannis-Ergama-2
#Dubartii_1
▬▬▬▬▬▬
➻Jechi #Dargaggeessa/Namoonni= jedhuu kani ibsuu maqaan dargaggeessa fi maqaan namoonni jedhuu kani namni ittiin ibsamuu yookiin ittiin wamudha.
🌺 Haata’u malee iddoo kanatti dargaggeessa fi #namoonni kani jedhee #Ergamoota/Malakoota Waaqayyoti.
❺➻Luqaas 24:22-23
nu keessaa #dubartoonni tokko tokko nu ajaaÊŒibsiisan; ganama bariidhaan gara #awwaalichaa dhaqanii turan; haataÊŒu malee #reeffa isaa hin arganne; dhufaniis #Ergamoonni/maleekonni #dinqiidhaan isaanitti #mulÊŒatanii inni lubbuudhaan akka jiru akka itti himan dubbatan

❻➻Raajii_Daani'el 9:21
utuu ani amma illee kadhannaa irra jiruu, #GabriÊŒeel_namichi ani mulÊŒata koo duraa keessatti arge sun, yeroo aarsaa galgalaatti ariitiidhaan barrisaa gara koo dhufe
▬▬▬▬
link waldaa kana👇👇

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha

🌺 kutaa-86-Dubbisaa👇

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/749
🌺 Deebi isaa kuno👇

👉Namoonni tokko tokko warri orthodoksi sirri mitti jedhu « kunis warri Amanta orthodoksi maalif balbala mana Amanta dhugaatuu afaani isaanittin nuun jedhu❓❓❓
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🌹nuuti sababa lama gurguddoo qabnaa.
❶➻Tokkoffaa balbala keenyaa dibata Qulqulluu ni dibana. Waaqayyo immoo akkasii jedhe jira 👇

Seera Bau 30:29
Hundumaa caalaa qulqulluu akka taÊŒaniif ati isaan ni qulqulleessita.
#Namni isaan tuqu kam iyyuu qulqulluu taÊŒuu qaba.

1Yohaannis 2:20
Isin isa
#qulqulluu sanaan #dibamtaniittu, hundi keessanis beekumsa qabdu.
➻ iddoo kanati kitaaba Musee fi Kitaabni Yohaannis jecha tokko fayyadamni jiru .
Kani Musee 👇
και ΑαρώΜ τους υιούς αυτού
#χρίσεις και αγιάσεις αυτούς ιερατεύειΜ Όοι

Kani Yohannis 👇
κα᜶ ᜑΌεῖς
#χρίσΌα ጔχετε ጀπ᜞ τοῊ ጁγίου· οጎΎατε πάΜτες.
➻ jechi Musee ➻
#χρίσεις
➻jechi Yohannis➻
#χρίσΌα
✍kanafuu nuuti balbala fi mana Kiristiyaanaa kani dhuganu Qulqulluu ta’u fi beekumsa argachufi.

❷ lamaffaan immo balballi dhugan
#Kiristoos wani ta’ef
Yohanis 10:9👇
Ani balbalicha
🌺 kutaa-89-itti fufaa.
✍ seena Muhammadi kani warra Musiliimaa.
✍ kutaa-2-ffaa 👇

🌺
#Muhammadi foonii #farda nyaata
👉Muhammadi guyyaa tokko akkasii jedhee namoota gorsee.
#Foonii_harree hin nyaatinaa , #Foonni_farda nyaachuu dandeessu jedhee gorsee.
👇 👇👇👇👇👇👇

حَدَّثَنَا سُلَيْمَانُ ؚْنُ حَرٍؚْ، حَدَّثَنَا حَمَّادُ Øš زَيْدٍ، عَنْ عَمْرٍو، عَنْ مُحَمَّدِ ؚْنِ عَلِيٍّ، عَنْ جَاؚِرِ ؚْنِ عَؚْدِ اللَّهِ ـ رضى الله عنهما ـ قَالَ نَهَى رَسُولُ اللَّهِ صلى الله عليه وسلم يَوْمَ خَيَؚْرَ عَنْ لُحُومِ الْحُمُرِ، وَرَخَّصَ فِي الْخَيْلِ‏.‏
✍ Kanafuu
#Muslimoonni hundi #oromo miti.
Sababiin isaa Oromoon foonii farda hin nyaatuu.
✍ inni biraa immoo Amantaa Muslimaa foonii farda nyaadha jedhee barsiisuu isaatti.
Erga namootaani nyaadha jedhee immoo muhammadi foonii fardaa nyaata.

✍ kutaa-3-ffaa itti fufaa seenaan muhammadi.
🌺 kutaa-89-ffaa.👇
   ➻gaafii fi deebii
   ➻Muslimoota
✍ gaaffii isaanii akkasii jedha «
Maariyaam Magdalawitti Iyyaasus isa duÊŒaa kaÊŒe wajjin yeroo jalqabaatiif yoomi wali argite❓
A))➻Wangeelaa Yohaannis irratti kophaa ishi.
Yohaannis 20:16
Iyyaasuus “Maariyaam!” jedheen. Isheenis isatti gara galtee afaan Ibraayisxiitiin, “Rabbuunii!” jetteen. Hiikkaan isaas “Barsiisaa” jechuu dha

B))➻Wangeelii Maatewos immoo kophaa osoo hin tanee dubartoota bira wajjiin jedha.
Maatewos 28:9
Yeruma sana kunoo Iyyaasus isaanitti dhufee, nagaa
#isaan gaafate. Isaanis isatti dhiÊŒaatanii #miilla isaa qabatanii sagadaniif.
▬▬▬▬▬▬
✍ Deebii keenyaa.
Jalqabaa duraa Maariyaami magdalawitti wajjiin kani wali argan ,yeroo ishiin dubartoota hedduu wajjiin jirtu sana dha yookaan immoo akka maatewos ibsee sana.
👇kutaa-88-dubbisa.👈
👇kutaa-87-dubbisa👈
➻akka dubbisaa kitaaba maatewos fi galumsa isatti fi (adverb and tense) isaati jalqaba dhufa.

⓵➻Maatewos 28:1.
Kunoo maleekaan(Ergaman) waaqayyo samii irraa waan gadi buÊŒeef kirkirri lafaa guddaan ni taÊŒe; maleekaan sunis dhufee dhagicha gangalchee irra taaÊŒe.
✍ kuni taate yeroo jalqabaa ibsaa ,Sababiin kirkirri lafaa yeroo ta'u sana , akkasumas yeroo ergamaan samii irraa gadi bu'uu arga jiruu wani ta’ef.
➻wangelonni kuni garuu ergamoonni iddoo awwaala sanatti dursanii dubartoota Egaa turanii jedha, kuni immoo erga samii irraa gadi bu'ani jalqabee akka taeedha.
Fakkeenyaaf.
⓶➻Maarqoos 16:4
Yommuu ol jedhanii ilaalan garuu, dhagichi akka malee guddaa taÊŒus, afaan awwaalichaa irraa gangalfamee
#ture.
⓷➻Luqaas 24:2
HaataÊŒu malee, dhagichi awwaala sana irraa garagalfamee
#argan
ⓞ➻Yohaannis 20:1
Maariyaam Magdalaan guyyaa jalqaba torban sanaatti ganama barii utuu lafti hin ifin, gara awwaalichaa dhuftee dhagichi awwaalicha irraa
#kaafamuu isaa argite.

🌺xumura irratti.
Wangeloonni sadan akka dubbachaa jiranitti erga awwali banamee ta'u ibsaa.
🌺 kani maatewos garuu yeroo jalqabaa banamuu ibsa.
✍erga kanaa mirkaneessine immoo Maariyaami magdalan yeroo lama akka Kiristoos argitee ibsina ❝ inni jalqabaa kani maatewos irraa jiru, inni lammaffaa immoo kan Yohaannis irra jiruu ❞.
----------------
❶-Maatewos
❷-Yohaannis
▬▬▬▬▬▬▬
👇link kana xuqaa
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha.
=======//======
Audio
🍇 Mormii Guddaa Tokko👆👆
🅰
#Orthodoks irra =
   
#Gutema-Gelana

🅱
#pheenxee irra=
    
#paasterii #Milkiyaas
▬▬▬▬▬▬
#Soba paasterii pheenxee kana ilaala❓❓❓😜😜😜
▬▬▬▬▬

❶➻
#Mataduree_Tokkoffaa
✍waee
#mana_Qulqulluuma irraatti ,mani Qulqulluummaa ni barbaachisaa moo❓hin barbaachisu ❓
👉Maatewoos 21:13
👉Yohaannis 2:20*4:22
👉maatewos 16:18
👉hojii-duka-buota 11:26
👉 1phex 2:5-8
👉 Yohaannis 21:10-17
👉 Hoji duka buota 2:14
👉hoji duka buota 1:15
▬▬▬▬▬
❷➻
#maataduree_lamaffaa
✍
#Maariyaamin maali deessee.❓
👉Raji-isayaas 9:6
👉Mul’ata Yohaannis 19:13
👉Yohaannis 1:1*14
👉Roome 1:3
▬▬▬
❞➻
#mataduree_sadaffaa.
✍
#Maqaan Waaqayyo inni #yahawe kitaaba Qulqulluu iddoo kami jalqabaa ❓
👉seera.Uumama 2:4
👉 seera.Bau 6:3
▬▬▬
❹➻
#mataduree_arfaffaa
✍
#Kiristoos guyyaa kami #fannifamee guyyaa #Roobi moo❓#jimataa.❓
👉Marqoos 15:42
👉 Yohannis 19:31
👉 Luqaas 22:1
▬▬▬▬
❺➻ Matadure-shanaffa
✍ dibata Qulqullu kani jedhame kami...❓
Dibata Qulqullu fi afura Qulqullun maali❓
▬▬▬▬▬▬▬
link kana xuqaa hordofa👇👇

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
🌺kuta-90-ffaa 👇👇👇
      ➻gaafi fi Deebi
      ➻Musiliimota
📍Gaaffii isaanii akkasii jedha.
⓵➻Dubartii magdala(magdalawit)Maariyaam kani jedhamtu « erga jalqabaa  Kiristoos argitee lamaaffaa maalif barbadi jedhuu.❓
Maatewos 28:9
Yeroo kanatti
#Iyyasuus isaanitti dhufee, “Nagaan isiniif haataÊŒu!” jedhe. Isaanis isatti dhihaatanii #miilla isaa qabatanii isaaf sagadan.
Yohaannis 20:15
#Iyyaasuus,“Dubartii nana maaliif #boossa? Eenyuun barbaadda?” jedheen. Ishiinis #nama_ashaakiltii #eeggu waan ishiitti fakkaateef, “Yaa gooftaa, situ fudhate yoo taÊŒe, ani akkan isa fudhadhuuf eessa akka isa keesse natti himi” jetteen.
==========
✍Deebii keenya👇
Sababa ishii Kiristoos jalqabaa argitee booda immoo yeroo lamaffaa barbaduufi.
➻jalqabaa dura kani maatewos irraa jiru osoo dubartoonni karaa deemaa jirani karaatti itti dhufe nagaa gaafatee. Isaa booda isaani miilla isaa qabani sagadaanif. garuuu Kiristoos akkasii jedhanii👇
❶➻Maatewos 28:10
Achiis Iyyaasus “Hin sodaatinaa! Gara Galiilaa dhaqanii achitti akka na
#argan obboloota kootti himaa” isaaniin jedhe.
➻Haata’u malee isaanii yaada kana barattootatti himanii jiruu.
❷➻Maatewos 28:16
Barattoonni isaa 11 garuu, gara gaara Galiilaa Iyyaasuus achitti wal-argina isaaniin jedhe sanaa
#dhaqan.
✍ hanga yeroo kanatti Kiristoos Gaaliila hin dhaqnee.Sababiin isaa namoonni tokko tokko wanta kana kani hin Amanee wani jiraniif.
❞➻Yohaannis 20:8
HaataÊŒu malee,
#isaan wanta #Kitaabni Qulqulluun inni duÊŒaa kaÊŒuu akka qabu dubbatu amma iyyuu #hin_hubanne turan.
❹➻Maarqoos 9:32
#Isaan garuu wanta inni dubbate hin hubanne; isa #gaafachuus ni sodaatan.
❺➻Maatewos 26:32
HaataÊŒu malee,
#ergan_duaa kaÊŒee booda, isin #dursee gara #Galiilaa nan dhaqa.”
✍Ergamoonni(Malakooni) kanuma jedhanii turani.
❻➻Maatewos 28:7
Kanaaf
#dafaa dhaqaatii, ‘Inni duÊŒaa kaÊŒeera, isin #dursee gara #Galiilaa ni dhaqa, isin achitti isa ni argitu’ jedhaa barattoota isaatti himaa. Wanta ani isiniin jedhe kana hin #irraanfatinaa.”
❌➻Maarqoos 16:7
Kanaa mannaa dhaqaatii,
#Inni isin dursee gara Galiilaa ni dhaqa. #Akkuma inni isinitti himee #tures, isin achitti isa ni argitu’ jedhaa barattoota isaa fi Pheexirositti himaa.”
➑➻Luqaas 24:6-7
Inni duÊŒaa kaÊŒeera, as hin jiru.
#Yommuu_Galiilaa turetti wanta inni isinitti dubbate yaadadhaa;  #Ilmi namaa cubbamootatti dabarfamee kennamuu, Fannoo jirratti fannifamuu fi guyyaa #sadaffaattis duÊŒaa kaÊŒuu akka qabu isinitti himee ture.”
🍇 Walumaagalatti.
Dubartiin tunni jecha Kiristoos fi kani ergamoota sana hin fudhanne . Akkuma Kitaabni jedhuu wanti kuni jala dhokatee ture. Jecha.
➒➻Luqaas 9:44-45
Wanta ani isinitti himuuf jedhu kana xiyyeeffannaadhaan dhaggeeffadhaa, akkasumas yaadadhaa; Ilmi namaa harka namootaatti
#dabarfamee ni kennama.”  #Isaan garuu wanta inni dubbachaa ture hin hubanne. #Dubbiin kun isaan jalaa waan #dhokateef, hubachuu hin dandeenye; waaÊŒee dubbii kanaas isa gaafachuu ni sodaatan.
🌺 dubartiin tuniis yeroo afurii deddeebitee jirti.Kiristoos jalqabaa dura karaa irratti argitee yeroo biraa immoo iddoo awaala deemtee osoo ishiin bo'aa jirtu, nama biqiltuu eeggu itti fakkatee Sababiin isaa yeroo kunis ganama wanii ta’ef, « akkuma eeggan tokko halkanii guutuu wanta isaa eeguu kuni iddoo kamittiyyuu irraa guddaan isaa haatuun halkanii wani haattuuf halkanii baay'ee ni eeggama, ture, ishin dubartiin sunis yaanni ishii iddoo biqiltuu wani jiruuf nama biqiltuu eeggu kana itti fakkatee Kanaafi,  sababa ishiin Kiristoos walate isaa kana turee.
➓➻Yohaannis 20:14
Erga kana dubbattee booda, duubatti garagaltee Iyyaasus akka achi dhaabate argite; haa taÊŒu malee ishiin inni Iyyaasus taÊŒuu isaa
#hin_hubanne.
11➛Yohaannis 20:15
Iyyaasus immoo, “Dubartii nana, maaliif boossa? Eenyuun barbaadda?” jedhee ishee gaafate; isheen illee, kun
#eegduu dha jettee, waan #yaadeef, “Gooftaa ko, ati asii fuutee iddoo tokkotti isa geessiteetta yoo ta'e, eessa akka isa keesse anatti himi, ani dhaqee isa nan fida” ittiin jette
🌺 kuni rakkoo hubbanna ishee malee wanta biraa miti Eeyyee Kiristoos yeroo lama argitee jirti.
========
link waldaa xuqaa👇
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
🅰 kutaa-91-ffªª.
🥥gaaffii fi deebii
🍳Musiliimota.
𝖌𝖆𝖆𝖋𝖎𝖎 𝚊𝚔𝚔𝚊𝚜𝚒 𝚝𝚞𝚛𝚎
❶➩𝚔𝚒𝚛𝚒𝚜𝚝𝚘𝚘𝚜 𝚠𝚊𝚊𝚚𝚊𝚢𝚢𝚘 𝚚𝚊𝚋𝚊 𝚓𝚎𝚍𝚑𝚞
✍Yohaannis 20:17
#Iyyaasuus “Ani amma iyyuu #gara_Abbaatti waanan oli hin baaneef, naa hin qabin. Kanaa mannaa dhaqiitii #obboloota kootiin, ‘Ani gara #Abbaa_koo fi gara Abbaa keessanitti, gara #Waaqa_koo fi gara Waaqa keessanitti oli nan baÊŒa’ jedhii isaanitti himi” jedheen.
➩Kanaafuu Iyyaasuus Waaqa qaba jedhuu❓
▬▬▬▬▬
🥝.Deebii keenya.
Waaqa kani jedhamee iddoo kanatti eenyu ,❓
=Deebii isaa Abbadha. Ok.
✍ Kanaafuu Iyyaasuus Waaqa qaba jechuun isaa Hiikni isaa
«
#Iyyaasuus_Abbaa_qaba » jechudha.
👉 Kiristoos
#jalqabaa dura Abbaa jedhee isa booda immoo maalif #waaqa jedhe❓
=deebii isaa 👇
✍,
#jecha Waaqa jedhuu warri yihudootati yeroo hunda ni fayyadamu ,jecha,Abba jedhuu immoo xiqqoo fayyadamu
❶➻Raaji milkiyaas 2:10
#Hundi keenya iyyuu #abbaa tokko qabna mitii? Kan nu uumes #Waaqa tokkicha mitii? Maarree, kakuu abbootii keenyaa xureessuudhaan maaliif gocha gantummaa wal irratti raawwanna?
((🍳Raji-milkiyaas 1:6)) dubisi
✍sababaa Kanaafi akka isaanii sirriitti beekaniif waaqa ittii himee.
❷➻Yohaannis 8:54
#Iyyaasuus deebisee akkana jedhe: “Ani yoon ulfina ofiif kenne, ulfinni koo gatii hin qabu. Inni ulfina anaaf kennu, #Abbaa koo #isa_isin #Waaqa_keenya jettan sana dha.
➩iddoo kanatti sirriitti ifa godhe Fakkeenyaaf jechi ❝ isa isin ❞ Waaqa keenyaa jettanii sun yeroo jedhuu akka yihudootati waaqa jedhanii beekuu Kanaafi.
▬▬▬▬▬▬
🌻 Amma Kiristoos Waaqa inni isaani jedhanii -
#Hiikni isaa #Kiristoos_Abbaa qaba
jechudha_💯.
⚜ Kiristoos 𝚊𝚋𝚋𝚊 𝚔𝚘𝚘 𝚋𝚒𝚛𝚊 𝚍𝚑𝚞𝚏𝚎 𝚓𝚎𝚍𝚑𝚎 𝚍𝚞𝚋𝚋𝚊𝚝𝚎 ❓
➩jalqabumaa Kiristoos Abbaa bira ture osoo gara addunyaa kana hin dhufin dura.
❞➻Yohaannis 6:62
Yoos,
#Ilmi_namaa bakka #dura turetti utuu #oli baÊŒuu yoo argitan maal jettu ree?
❹➻Yohaannis 8:38
#Ani waanan Abbaa koo #biratti argen dubbadha; isinis waanuma abbaa keessan irraa dhageessan hojjettu.
❺➻Yohaannis 8:42
Iyyaasus akkana isaaniin jedhe; “ isin utuu
#Waaqni abbaa keessan taÊŒee silaa na jaallattu turtan; ,#Ani Waaqa #biraa #baÊŒeen_dhufeetii. Isatu na erge malee ani ofii kootiin hin dhufne.
❻➻Yohaannis 8:14
Iyyaasus deebisee akkana isaaniin jedhe: “
#Ani_eessaa akkan #dhufee fi eessa akkan #dhaqu waanan beekuuf, waaÊŒee ofii koo yoon dhugaa baÊŒe illee, dhugaa baÊŒiinsi koo dhugaa dha. Isin garuu eessaa akkan dhufee fi eessa akkan dhaqu hin beektan.
❌➻Yohaannis 7:29
#Ani garuu sababiin #isa_biraa dhufee fi sababii inni na ergeef isa nan beeka
❜➻Yohaannis 8:23
Innis akkana isaaniin jedhe: “
#isin_gadi irraa ti; #Ani garuu #oli irraa ti. Isin addunyaa kana irraa ti; ani garuu addunyaa kana irraa miti.
❟➻Yohaannis 6:38
Ani fedhii isa na erge sanaa guutuuf malee, fedhii koo guutachuuf
#samii_irraa_gadi hin buuneetii.
❿➻Yohaannis 6:46
#isa_Abbaa_biraa dhufe sana malee #namni tokko illee Abbaa #hin argine; Abbaa kan arge isa qofa dha.
🥝 ragaa dabalataa
Yohaannis 3:13,31.
▬▬▬▬▬
❀Kani
#Muslimooni Kiristoos Waaqa qaba jedhanii suni hiikni isaa kiristoos Abbaa qaba jechuuti hiikate.
✍Abbaa fi Kiristoos
-𝑘𝑎𝑏𝑎𝑗𝑎 𝑀𝑎𝑙𝑖-𝑞𝑖𝑥𝑎 𝑞𝑎𝑏𝑢.
-𝑠𝑎𝑔𝑎𝑑𝑎 𝑀𝑎𝑎𝑞𝑢𝑚𝑚𝑎 𝑀𝑎𝑙𝑖-𝑞𝑖𝑥𝑎 𝑞𝑎𝑏𝑢
-𝑢𝑙𝑓𝑖𝑛𝑎 𝑀𝑎𝑙𝑖-𝑞𝑖𝑥𝑎 𝑞𝑎𝑏𝑢.
-𝑔𝑎𝑙𝑎𝑎𝑡𝑎,𝑀𝑎𝑙𝑖-𝑞𝑖𝑥𝑎 𝑞𝑎𝑏𝑢.
-ℎ𝑢𝑚𝑛𝑎 𝑀𝑎𝑙𝑖-𝑞𝑖𝑥𝑎 𝑞𝑎𝑏𝑢
⓵➻Yohaannis 5:23
#Namni hundi akkuma #Abbaadhaaf #ulfina kennu, #Ilmaafis #ulfina akka kennuufi. Namni Ilmaaf ulfina hin kennine, Abbaa isa isa ergeefis ulfina hin kennu.
⓶➻Mul’ata Yohaannis 5:13-14
#Uumamni_samii keessa, #lafa_irra, lafa #jala, #galaanaa fi wantoonni isaan keessa jiran #hundi, “ #Isa_teessoo irra taaÊŒe Sanaa fi #Hoolichaaf #galaanni #kabajni, #ulfinnii fi #humni baraa hamma bara baraatti haa taÊŒu” yommuu jedhan nan dhagaÊŒe. #Uumamawwan jiraatoon arfan, “Ameen!” jedhan, jaarsoliin sunis kufanii waaqeffatan(sagadan).
🥥 𝑔𝑎𝑟𝑎 link waldaa👇
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
🅱 kutaa-92-ffaa👇
🪷 Gaaffii fi Deebi
🪷 Muslimoota
▬▬▬▬▬
𝑔𝑎𝑎𝑓𝑖 isaanii akkasii jedha siila Kiristoosiin Waaqa jettu, #Waaqni immoo #Obboloota qaba jedhuu ❓
Yohaannis 20:17
#Iyyaasuus “Ani amma iyyuu gara Abbaatti waanan ol hin baaneef, na hin qabin. Kanaa mannaa dhaqiitii #obboloota_kootiin, ‘Ani gara Abbaa koo fi gara Abbaa keessanitti, gara Waaqa koo fi gara Waaqa keessanitti oli nan baÊŒa’ jedhii isaanitti himi” jedheen.
▬▬▬▬
🪷 Deebi keenya👇
Eeyyee Waaqni Obboloota qaba.
Yookaan Kiristoos Obboloota qaba.
👉jalqabaa dura Kiristoos Waaqa jedhame wamamu isaa hubadhu.
Yohaannis 20:28
Toomaasis deebisee, “Gooftaa ko, #Waaqa ko ” jedheen.
✍ 𝙖𝙢𝙢𝙖 𝙜𝙖𝙧𝙖 𝙢𝙖𝙩𝙖-𝙙𝙪𝙧𝙚𝙚 𝙠𝙚𝙚𝙣𝙮𝙖𝙖𝙩𝙞 𝙙𝙚𝙚𝙗𝙞𝙣𝙖.
𝑘𝑖𝑟𝑖𝑠𝑡𝑜𝑜𝑠 « 𝑜𝑏𝑏𝑜𝑙𝑜𝑡𝑎 𝑞𝑎𝑏𝑎 » 𝑗𝑒𝑟𝑜𝑜 𝑗𝑒𝑛𝑛𝑢, ℎ𝑖𝑖𝑘𝑎 𝑚𝑎𝑎𝑡𝑎 𝑖𝑠𝑎𝑎 𝑞𝑎𝑏𝑎.
Namni Waaqayyof wanta hedduu jedhamanii ni waamamu.
1➻michuu
2➻ilma
3➻ijoollee
4➻Garbicha
5➻obboloota
𝑞𝑎𝑎𝑏𝑥𝑖𝑀𝑀𝑎𝑎𝑛 𝑠ℎ𝑎𝑛𝑖(5) 𝑘𝑎𝑛𝑎 𝑥𝑖𝑞𝑞𝑜𝑜 𝑛𝑖 𝑖𝑏𝑠𝑖𝑛𝑎.
A).𝙢𝙞𝙘𝙝𝙪𝙪.
Namni akkamitti Waaqayyof michuu ta'u danda'a isaa jedhuufi.(wanta waqayyo isaa ajajee fudhatee yoo Amanee michuu jedhama).
❶➻Yohaannis 15:14
#Wanta Ani isin #ajaju yoo raawwattan, isin #michoota koo ti.
❷➻Yaaqoobi 2:23
yaadni Kitaabota Qulqulluu inni, “Abrahaam Waaqayyotti #amane, kunis qajeelummaatti isaaf lakkaaÊŒame” jedhus ni raawwatame; inni #michuu #waaqayyo jedhamee waamameera.

❞➻Isaayaas 41:8
“Yaa IsraaÊŒel, ati garuu tajaajilaa koo ti, Yaa Yaaqoob, ati isa ani filadhe dha, Ati sanyii Abrahaam isa #michuu koo taÊŒe sanaa ti,
➻Iddoo kanatti Abrahaami yaada Waaqayyof wani fudhatee michu jedhame

❹➻Maatewos 11:19
#Ilmi_namaa immoo nyaachaa fi dhugaa dhufe; namoonni garuu, ‘Kunoo nama albaadhessaa fi nama wayiniidhaaf bule, #michuu warra #qaraxa_sassaabanii fi cubbamootaa’ jedhaniin. Kanas taÊŒe sana, ogummaan qajeelaa taÊŒuun ishii hojii ishiitiin mirkaneeffameera.”
➻iddoo kanatti ilma nama kani jedhame Kiristoos; inni immoo michuu namoota cubbamoota jedhamu isaatti « 𝑘𝑢𝑛𝑖𝑠 𝑐𝑢𝑏𝑏𝑎𝑚𝑜𝑜𝑛𝑛𝑖 𝑊𝑎𝑎𝑑𝑎 𝑘𝑖𝑟𝑖𝑠𝑡𝑜𝑜𝑠 𝑓𝑢𝑑ℎ𝑎𝑡𝑎𝑛𝑖 𝑊𝑎𝑎𝑘𝑎 𝑀𝑎𝑎𝑛𝑖 𝑑ℎ𝑖𝑠𝑎𝑎𝑛𝑖𝑓,𝑊𝑒𝑟𝑜𝑜 𝑊𝑎𝑘𝑘𝑎 𝑖𝑠𝑎𝑎𝑛𝑖 𝑖𝑟𝑟𝑎𝑎 𝑑𝑒𝑒𝑏𝑖𝑛𝑎𝑛𝑖 𝑖𝑚𝑚𝑜𝑜 𝑚𝑖𝑐ℎ𝑢𝑢 𝑘𝑖𝑟𝑖𝑠𝑡𝑜𝑜𝑠 𝑗𝑒𝑑ℎ𝑎𝑚𝑢.».
Fakkeenyaaf namichi 𝙯𝙖𝙖𝙠𝙚𝙬𝙀𝙀𝙚𝙞 jedhamu hojjataa qaraxa ture , Kiristoos gara isaa dhaqee jira yeroo kana,𝙯𝙖𝙖𝙠𝙚𝙬𝙀𝙀𝙚𝙞 𝙖𝙗𝙧𝙖𝙝𝙖𝙢𝙖 𝙬𝙖𝙟𝙟𝙞𝙣 𝙩𝙀𝙠𝙠𝙀 𝙩𝙖𝙚 𝙞𝙡𝙢𝙖 𝙖𝙗𝙧𝙖𝙝𝙖𝙢𝙞 𝙟𝙚𝙙𝙝𝙖𝙢𝙚.𝚜𝚊𝚋𝚊𝚋𝚊 𝚔𝚊𝚗𝚊𝚊𝚏𝚒 𝙯𝙖𝙠𝙚𝙬𝙀𝙀𝙚=𝚊𝚋𝚛𝚊𝚑𝚊𝚖𝚒 𝚠𝚊𝚕𝚒𝚚𝚒𝚡𝚊. 𝚊𝚔𝚔𝚞𝚖𝚊 𝚔𝚒𝚝𝚊𝚋𝚗𝚒 𝚓𝚎𝚍𝚑𝚞 ❝𝑜𝑠𝑜 𝑖𝑗𝑜𝑜𝑙𝑒𝑒 𝑎𝑏𝑟𝑎ℎ𝑎𝑚𝑖 𝑡𝑎𝑡𝑎𝑛𝑖 ℎ𝑜𝑜𝑗𝑖 𝑎𝑏𝑟𝑎ℎ𝑎𝑚𝑖 ℎ𝑜𝑗𝑗𝑎𝑡𝑢 𝑗𝑒𝑑ℎ𝑎❞ 𝙮𝙚𝙧𝙀 𝙝𝙀𝙟𝙟𝙞 𝙖𝙗𝙧𝙖𝙝𝙖𝙢𝙞 𝙝𝙀𝙟𝙖𝙩𝙚 𝙞𝙢𝙢𝙀𝙀 𝙖𝙩𝙞 𝙖𝙗𝙧𝙖𝙝𝙖𝙢 𝙬𝙖𝙟𝙟𝙞𝙣 𝙬𝙖𝙡𝙞𝙊𝙞𝙭𝙖.

❺➻Luqaas 19:1-9
#Iyyaasus gara Yerikootti seenee achi keessa darbaa ture. Yeroo kanatti namichi #Zakkewoos jedhamu tokko achi kan ture siÊŒa taÊŒu, inni geggeessaa warra #qaraxa sassaabanii fi sooressa ture. Zakkewoos, namni Iyyaasus
jedhamu kun eenyu akka taÊŒe ilaaluuf yaalii gochaa ture; garuu gabaabaa waan taÊŒee fi namoonni hedduun achi waan turaniif isa arguu hin dandeenye. Iyyaasus karaa sana irra darbuuf waan jedhuuf, isa ilaaluuf dursee fiigee muka harbuu tokko irra ol baÊŒe.
Iyyaasus yommuu bakka sana gaÊŒu, ol jedhee isa ilaalee, “Zakkewoos, ,#Ani harÊŒa mana kee waanan ooluuf dafii gad buÊŒi” jedheen. Innis dafee gad buÊŒee gammachuudhaan keessummummaa isa simate. #Namoonni sun hundis yommuu kana argan, “Inni keessummaa taÊŒee gara mana #cubbamaa kanaa adeeme” jedhanii gunguman. #Zakkewoos garuu kaÊŒee dhaabatee Gooftaadhaan, “Yaa Gooftaa kunoo, qabeenya koo keessaa #walakkaa isaa hiyyeeyyiidhaaf nan kenna; ani eenyu irraa iyyuu saamee kanan fudhadhe hundumaas dachaa afur godhee nan deebisa” jedhe. Yeroo kanatti #Iyyaasus akkana jedheen: “Innis #ilma_Abrahaam waan taÊŒeef, harÊŒa mana kanaaf #fayyinni_dhufeera Sababiin isaas #Ilmi_namaa kan bade barbaaduuf, akkasumas #fayyisuuf dhufeera.”
❻➻Yohaannis 8:39
Isaanis deebisanii, “Abbaan keenya #Abrahaami” jedhaniin. #Iyyaasuus akkana isaaniin jedhe: “ #Isin_ijoollee Abrahaam utuu taatanii, #hojii Abrahaam hojjettu turtan.

❌➻Maatewos 9:9
Sana booda #Iyyaasus bakka sanaa kaÊŒee utuu deemaa jiruu, namicha #Maatewos jedhamu tokko #bakka_qaraxni itti sassaabamu utuu taaÊŒuu argee, #Duuka_buutuu koo taÊŒi!” isaan jedhe. #Yeroo kanatti inni kaÊŒee isa #duukaa_buÊŒe.

❀Kanaafuu namni tokko michuu Waaqayyo ta'uf hojii Abrahaam hojachuu qaba.
❀warri qaraxa sassaaban yaaka dhisanii ijoollee Abrahaam ta’anii jiruu sababa kanaafi « isaani michuu Kiristoos taani».
🥥 akkuma #bara durii namni Waaqayyof michuu tauu.

🥥Haaluma wali fakkaata namoonni Kiristoosif michuu ta'u.
==========
➻Waaqayyof namni akkamitti ilma ta'a kani jedhuu itti fufa.

🧅𝚐𝚊𝚛𝚊 𝚝𝚎𝚕𝚎𝚐𝚛𝚊𝚖𝚊👇👇
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
🌺 𝙞𝙡𝙢𝙖➻Namni akkamitti ilma waaqayyoo jedhama...❓
🍳𝚗𝚊𝚖𝚗𝚒 𝚒𝚕𝚖𝚊 𝚠𝚊𝚊𝚚𝚊𝚢𝚘 𝚓𝚎𝚗𝚗𝚞𝚞,
➻𝚠𝚊𝚊𝚚𝚊𝚢𝚢𝚘𝚘 𝚔𝚊𝚗𝚒 𝚜𝚒𝚒,𝚓𝚊𝚕𝚊𝚝𝚞𝚞,
➻𝚔𝚊𝚗𝚒 𝚐𝚊𝚛𝚊𝚊 𝚜𝚒𝚒𝚏 𝚕𝚊𝚊𝚏𝚞𝚞
➻𝚔𝚊𝚗𝚒 𝚢𝚊𝚊𝚔𝚊 𝚒𝚛𝚛𝚊𝚊 𝚜𝚒𝚒, 𝚍𝚎𝚎𝚋𝚒𝚜𝚞𝚞 𝚠𝚊𝚗𝚒 𝚝𝚊𝚎𝚏
▬▬▬▬
❶➻Raaji-Ermiyaas 31:20
Efreem
#ilma koo #jaallatamaa,
mucaa ani itti
#gammadu mitii?
Ani yeroo baayÊŒee yoon isaan morme iyyuu amma illee isa nan yaadadha.
Kanaafuu
#garaan koo isaaf ni yaada; garaas nan #laafaaf”
jedha Waaqayyo.
➻iddoo kanatti Efreem ilma Waaqayyo karaa ittiin jedhamee ibsee jira 𝚑𝚊𝚊𝚝𝚊𝚞 𝚖𝚊𝚕𝚎𝚎 𝚎𝚏𝚛𝚎𝚎𝚖𝚒 𝚒𝚕𝚖𝚊 𝚢𝚘𝚜𝚎𝚎𝚏𝚒 𝚝𝚞𝚛𝚎.
❷➻Sera.Uumama 41:51-52
#Yoosefis, “Waaqni rakkina koo hundaa fi mana abbaa koo hunda na irraanfachiiseera” jedhee maqaa ilma isaa hangaftichaa #Minaasee jedhee moggaase. “Waaqni biyya ani itti rakkadhe keessatti na baayÊŒiseera” jedhee ilma isaa isa lammaffaa immoo #Efreem jedhee moggaase
❞➻Sera.Lakkoofsa 26:28
Ilmaan
#Yoseef akka #maatii maatii isaaniitti kanneen kana turan: #Minaasee fi #Efreem.

❹➻Kitaaba iyasu 16:4 
#sanyii_Yoseef kan taÊŒan Minaasee fi Efreem biyya isaanii #dhaalaan ni fudhatan.
❺➻Luqaas 3:38
ilma Enoos,ilma Seeti, ilma
#Addaam_ilma_Waaqaa.
❻➻Ibroota 12:5-7
isa akka
#ilmaaniitti akkana jedhee isin gorsu sana guutummaatti irraanfattaniittu: “Yaa ilma koo, adaba waqayyoo akka laayyootti hin ilaalin, yeroo inni sirreeffama sii kennus abdii hin kutatin #waqayyoon warra #jaallatu ni adaba, #nama akka #ilma isaatti fudhatu hundas ni garafa.” Jabaattanii dhaabbachuun keessan karaa adaba itti argattan keessaa tokko akka taÊŒetti ilaalaa. #Waaqayyo akka #ilmaan isaatti #isin ilaala. Ilmi abbaan isaa isa hin adabne eenyu?
🍳𝚔𝚊𝚗𝚊𝚊𝚏𝚞𝚞 𝚑𝚊𝚊𝚕𝚊 𝚔𝚊𝚗𝚊,𝚋𝚊𝚛𝚊 𝚍𝚞𝚛𝚛𝚒 𝚠𝚊𝚊𝚚𝚊𝚢𝚢𝚘𝚘 𝚒𝚛𝚛𝚊𝚊 𝚓𝚊𝚕𝚚𝚊𝚋𝚎 𝚗𝚊𝚖𝚗𝚒 𝚠𝚊𝚊𝚚𝚊𝚢𝚢𝚘𝚘𝚏
#𝚒𝚕𝚖𝚊 𝚑𝚊𝚊𝚕𝚊 𝚔𝚊𝚗𝚒 𝚓𝚎𝚍𝚑𝚊𝚖𝚊
🍳  Kiristoosif nutti yaaka keenya irraa deebinee yoo, jirane, akkasumas gara Isaatii yoo,deemne  ilma isaa ni jedhamna.
❌➻Maatewoos 9:2
#nama lamshaaÊŒee #siree irra ciise tokko gara isaatti fidan. #Iyyaasus  amantii namoota kanaa ilaalee,  #namicha lamshaaÊŒe sanaan ❝ jabaadhu #ilma_koo! Cubbuun kee siif dhiifameera” jedhe ❞.

🍳 𝙭𝙪𝙢𝙪𝙧𝙖 𝙞𝙧𝙧𝙖𝙖𝙩𝙞.
Yoo nuu ilma jedhamnee Waaqayyo immoo Abbaa Hafuuraa nuufi ta'a.
❜➻Ibrootaa 12:9-10
Kana malees nu hundinuu
#abbootii_foonii kanneen nu adaban qabna turre; isaan kabajnas turre. Yoos #Abbaa_Hafuuraatiifi immoo hammam caalaa ajajamnee jiraachuu qabna ree! Abbootiin keenya akkuma isaanitti gaarii fakkaatetti yeroo gabaabaaf nu adabaa turan;  #Waaqni garuu akka nu qulqullummaa isaa keessatti hirmaannuuf faayidaa keenyaaf jedhee nu adaba.
➻iddoo kanatti Abbaa hafuuraa kani jedhamee «
#Waaqayyo »
   ▬▬▬▬▬▬
👇gαяα тєℓєgяαЌα👇
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha

𝙣𝙖𝙢𝙣𝙞 𝙬𝙖𝙖𝙊𝙖𝙮𝙮𝙀𝙛
#𝙞𝙟𝙀𝙀𝙡𝙡𝙚𝙚 𝙖𝙠𝙠𝙖𝙢𝙞𝙩𝙩𝙞 𝙟𝙚𝙙𝙝𝙖𝙢𝙖 𝙠𝙖𝙣𝙞 𝙟𝙚𝙙𝙝𝙪 𝙞𝙢𝙢𝙀𝙀 𝚒𝚝𝚝𝚒 𝚏𝚞𝚏𝚊.....
🍳 Bagaa geesaan
#Boqonnaa_Qulqulloota
✍𝚖𝚊𝚊𝚚𝚊 𝚙𝚑𝚎𝚎𝚡𝚒𝚛𝚘𝚜
#𝚜𝚊𝚍𝚊𝚗
❶➻pheexiros-
#Πέτρος
kunis jecha
#Giriikiiti
Hiika isaa =kaataa
❷➻keefa-
#Κηφ៶ς-
kunis jecha
#Aramikitti.
Hiika isaa =kaataa
❞➻Simoon -ש֎ׁמְע֜וֹן# 
kuni jecha
#Ibraayisxiitti
Hiika isaa = ni dhaga'a Waaqayyo jedhudha.

  ✍𝚖𝚊𝚊𝚚𝚊 𝚙𝚑𝚊𝚠𝚞𝚕𝚘𝚜
#𝚕𝚊𝚖𝚊𝚗
❶➻Phaawuloos
#ΠαῊλος
kunis afaanii
#Giriikiiti
Hiikaa isaa = xiqqaa
❷➻saool-  שׁ֞או֌ל֙#
kunis afaanii
#Ibraayisxiitti.
Hiika isaa = gaafadhu.
▬▬▬▬▬▬
🍳 𝚐𝚞𝚢𝚢𝚊𝚊 𝚒𝚝𝚝𝚒 𝚋𝚘𝚚𝚘𝚝𝚊𝚊𝚗𝚗𝚒 𝚕𝚊𝚖𝚊𝚊𝚗𝚒 𝚒𝚜𝚊𝚊𝚗𝚒 𝚒𝚢𝚢𝚞𝚞 𝚋𝚎𝚎𝚔𝚊𝚗𝚒 𝚓𝚒𝚛𝚞.
   🍳ᎋᎀɎɪ 
#᎘ʜᎇᎇxɪʀᎏs
1 𝚙𝚑𝚎𝚡 2:14
akkuma
#Gooftaan keenya Iyyaasus Kiristoos anaaf ibsetti, #yeroo_dhihootti dunkaana kana #dhiisee akkan deemu beeka.

🍳ᎋᎀɎɪ
#᎘ʜᎀᎡ᎜ʟᎏs.
2 𝑥𝑖𝑚𝑖𝑡𝑜𝑠 4:8
Ammaa jalqabee
#gonfoon qajeelinaa, Gooftaan inni abbaa murtii qajeelaa taÊŒe guyyaa sana akka badhaasaatti kennu naaf qophaaÊŒeera; taÊŒus warra mulÊŒachuu isaa #hawwiidhaan eeggatan hundumaatiif malee anaaf qofa miti.
▬▬▬▬▬▬▬
✍Eebbi isaanii dachaa 2 nuuf Haata’u

👇👇𝖌𝖆𝖗𝖆 T𝑒𝑙𝑒𝑔𝑟𝑎𝑚𝑎𝑎👇👇
https://t.me/+FURINwJs2KpmZDU0
✍ Baga Geessan.
Abrahaami akkasii jedhe
« 
#Biyya kana keessa Waaqayyoon sodaachuun akka hin jirre beekamaa dha; sababii haadha manaa tiyyaanis na ajjeesu’ jedhee waanan yaadeefi.
sera.Uumama 20:11
▬▬▬
Eebbi,Abrahaam dachaa laman nuuf baayatu.