🌹D𝙚𝙚𝙗𝙞𝙞 𝙢𝙪𝙚𝙞𝙡𝙞𝙢𝙀𝙩𝙖𝙖 𝙛𝙞 𝙥𝙝𝙚𝙚𝙣𝙭𝙚𝙚⛈⛈⛈⛈⛈
2.58K subscribers
54 photos
2 videos
10 files
117 links
“Iyyesuus, ‘Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

ኢዚሱስም ኚፈሪሳውያንና ኚሰዱቃውያን እርሟ ተጠንቀቁና ተጠበቁ፡ አላ቞ው። (ማ቎ዎስ 16:6)
Download Telegram
Audio
🅰 orthodoksi fi pheenxee.
= #orthodoksi irraa Gutema Gelana

= #pheenxee irraa paasterii mangistuu yookiin Tolasa
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
➩mata dura waliin dubbii keenya isa kana ture 👇👇
🅟mootummaa Waaqayyo kani galuu eenyuu ❓
Pheenxee #wangeela_guutuu moo❓
pheenxee makanna iyyasus moo❓
Pheenxee gosa isa kami❓
▲Deebi isaa👇
Kani mootummaa Waaqayyo galuu gonkumaa hin beekamuu kani jedhuun .kanafuu pheenxee #rakkoo qaba jedhamee jira=ok
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
➩maaloo namoonni dukkana keessa jirtanii pheenxee keessa dafa baha deema❓❓❓
Audio
🌺 Mormii Guddaa Tokkoo
=Orthodoksi fi pheenxee jidduutti ta’e.
🅰
#Orthodoksi irraa #Gutema Gelana
🅟
#pheenxee irraa paasterii #Baayisaa
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
➩pheenxee kuni
#waldaa #Haawariyati isaa jedhamu hordofa.
    🅱
#dogoggora_pheenxee kana ilaala kuno👇👇
⓵➩kanafuu erga Phaawuloos
Roome 1:3
Inni waa'ee
#ilma isaa isa #akka_fooniitti_sanyii Daawit keessaa #dhalatee dubbate
=pheenxe kuni dubbii Waaqayyo mitii jedhe😁.
⓶➩cuphaan lubbuu qofaa fayyada jedha.fooniifi hin fayyaduu jedha😁
⓷➩Kiristoos foonii nama mitii samii irraa foonii fide dhufe jedha 😁
â“žâž©Adaa yihudoota gonkuma hin beekuu.😁
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
▲sagalee dhageeffadhaa.
Audio
🅱 ortodoksii fi pheenxee
👉 
#orthodoksi(Gutema)
👉
#pheenxee (Baqala)
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
1➩dhuguma nama kabajaa fi jalatama obboolleessa keenya Baqala baay'ee jalana.
2➩dhuga jiruu himma malee gonkumaa sobaa hin beekuu
3➩isaa qofa namni samuu fayya, kana dhuga barbaduu.
4➩Baqalan yeroo dhiyoo keessatti gara dhugaa deemuuf kani ofii qopheessedha.
5➩Waaqayyo sii, fana Haata’u.
Dafi gara obboloota Qulqulloota Orthodoksi tti gali.
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬.
2 Qorontos 6:1 -2
Kana malees, isaa wajjin waan hojjennuuf gaarummaa Waaqayyoo isa guddaa fudhattanii
#kaayyoo isaa irraa akka hin #jalÊŒanne isin gorsina. 

Sababiin isaas inni, “Ani yeroo fudhatama qabutti si dhagaÊŒeera, guyyaa fayyinaattis si gargaareera” jedha. Kunoo, yeroon
#caalaatti fudhatama qabu amma. Kunoo, #guyyaan #fayyinaa_amma.
2 ቆሮንቶስ 6:1-2
አብሚንም እዚሠራን ዚእግዚአብሔርን ጾጋ በኚንቱ እንዳትቀበሉ ደግሞ እንለምናለንፀ
በተወደደ
#ሰዓት ሰማሁህ፡ በመዳንም ቀን ሚዳሁህ፡
ይላልናፀ እነሆ፥
#ዹተወደደው ሰዓት አሁን ነውፀ እነሆ፥ #ዚመዳን_ቀን አሁን ነው
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
Jabadhuu.
Audio
🌹 Orthodoksi fi Muslimaa
➻mataduree mormi
Maqaa Kiristiyaanaa  jedhuu irratti.
➾hoji-duka-buota 11:26
Erga isa argee boodas, gara Anxokiyaatti isa fide. Achiis waggaa tokko guutuu isaanii wajjin walda(gumii )keessatti walitti qabaman; namoota hedduus ni barsiisan; barattoonnis yeroo jalqabaatiif Anxokiyaa keessatti
#Kiristiyaanota” jedhaman

🌹Luqaas 11:28
Inni garuu
#Lakki_gammadoon
illee
#namoota_dubbii Waaqayyoo #dhagaanii_hojii irra oolchani dha jedhe.
❀kanafuu nutti Qajelfama Waaqayyo dhageenye dubbii Waaqayyo hojji irraa olchine ,dubbii suni immoo akka nutti Kiristiyaanaa jedhamnu Waaqayyo biraa nuuf dhufe, kanafuu nuuti isaa dhageenye hojii irraa olchine.

👉 koota na,duuka bu'aa jedhe Kiristoos ,kanafuu Kiristiyaanaa ta’a fakkeenya kiyyaa hordofa jedhu isaatti.

Maatewos 5:19
#Kottaa_na_duukaa buaa; ani immoo namoota kan qabdan isin nan godha” isaaniin jedhe.
▱▱▱▱▱▱▱▱▱▱
1➻
#orthodoksi irraa
     Gutema Gelana
2➻
#Muslimaa irraa
     Abbuu.
⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌||⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌
🌺 kutaa-77-ffªª.🌺
        ðŸ¥¥.gaafii fi deebi
        ðŸ¥¥.Muslimoota
✍Yohaannis 17:14
#Ani_dubbii kee isaaniif kenneera; taÊŒus akkuma ani kutaa addunyaa hin taane, isaanis kutaa addunyaa waan hin taaneef addunyaan isaan #jibbe.
-----------------------
📍gaaffii isaanii.
1➪ Dubbiin kani Kiristoos mitii , inni Abba irraa fudhee dubbata jedhuu.❓
===========
Deebi keenya👇
Lakkii dubbii Kiristoos
illee jira kani jedhuu ta’a.
❶➛Yohaannis 8:51
Dhuguma dhuguman isiniin jedha, namni
#dubbii_koo eegu hundi matumaa hin duÊŒu (Mat7:26)👈dubbisi.
✍ kanafi Jechi dubbii koo, jedhuu kani Kiristoos ta'u ibsa guutuummaatti =(my word)
jechi Afaani Girikki jalqaba kitabani kuni ittin bareeffame iyyuu akkasi jedha (ጐΌ᜞Μ λόγοΜ)    
#ጐΌός_λόγος.
▣▣▣▣▣▣▣▣▣▣▣▣▣
🌺 gaaffii Tokko Muslimoota gaafana " erga dubbii hundi kani Kiristoos miti jettanii dubbii kuni kani eenyutti 👇
❷➛Maatewoos 27:46
Gara saÊŒaatii sagaliitti Iyyaasuu Kiristoos sagalee guddaadhaan,“Eelii (אֵל֎֣י) Eelii(אֵל֎֣י) laamaa(ל֞מ֣֞ה) saabaaqtaanii?” jedhee iyye; hiikni isaas “Yaa Waaqa ko, yaa Waaqa ko maaliif na dhiiste?” jechuu dha.
👉 dubbii kuni kani eenyutti kani Abba moo❓kani Kiristoos❓
🌺lakki kani Abbati yoo, jeete Abbaan yoomi dubbatee fannoo irratti.❓😁
▣➪kani Kiristoos yoo,jeete immoo dubbii Kiristoos akka ta’e hubbate jirta.
➪➪➪➪➪➪➪
Eli Eli  jechuun Afaanii Ibraayisxiitti אֵל֎֣י  אֵל֎֣י

Lama Sabaqatani jechuun Afaani Aramic fi Afaan Ibraayisxiitti wajjiin tokko
ל֞מ֣֞ה שְׁבֻ֕קו֌
➪Afaanii Giriikiitiin immoo.
ጚλ᜶ ጠλ᜶ λεΌᜰ  σαβαχΞάΜι
Kanafi yeroo dubbisa eloye eloye lama sabaqatan
*
Walumaagalatti dubbii kee,kennafi inni jedhu irratti.
Kiristoos dubbii isaa kami kennafi isaa jedhuu ❓beekuu qabna.
📍dubbii Abbaa kani jedhamee.
1👉 Abbaan Kiristoos ergu isa beeku
2👉 Kiristoos ilma Abba ta'u
beekuu.fi amanu
3👉 Kiristoos nama fayyisuu isa beekuu dha.
✍ isaanii sadan sanii dubbi abbaa kani jedhamee.
⚛ ragaa keenya
❾➛Yohaannis 17:8
Ani
#dubbii ati anaaf kennite isaaniif kenneera; isaanis kana #fudhataniiru; Ani #sii bira akkan #dhufes sirriitti #beekaniiru; akkasumas akka ati na ergite #amananiiru.
❹➛Yohaannis 6:69
 
#Nuti ati #Ilma Waaqayyoo Isa Qulqulluu akka taate #amanneerra; #beekneerras.”
❺➛Yohaannis 6:38-40
#Ani_samii irraa kanan dhufe, #fedhii isa na erge sanaa raawwachuuf malee, fedhii ofii koo raawwachuuf miti. Fedhiin isa na ergee immoo, warra inni natti kenne hunda guyyaa dhumaatti akka ani #duÊŒaa kaasuuf malee, isaan keessaa tokko illee akka na jalaa baduuf miti.  #Sababiin isaas fedhiin #Abbaa koo namni Ilma #beekee isatti #amanu hundi jireenya bara baraa akka qabaatuufi; anis guyyaa dhumaatti duÊŒaa isa nan kaasa.”
❻➛Yohaannis 11:27
Ishiinis, “Eeyyee, yaa Gooftaa, ati Kiristoos, Ilma Waaqayyoo isa gara addunyaa dhufu sana akka taate nan amana” jetteen.
❌➛Yohaannis 16:29-31
barattoonni isaa akkana jedhan: “Kunoo, ati amma fakkeenyaan utuu hin taÊŒin ifatti dubbachaa jirta.  Ati wanta hunda akka beektuu fi eenyu illee si gaafachuun akka isa hin barbaachisne amma
#beekneerra. Kanaanis ati Waaqayyo #biraa_akka dhufte #amanneerra.” Iyyasus,Kiristoos deebisee akkana isaaniin jedhe: “Amma #amantaniif?
◉◉◉◉◉◉◉◉◉◉◉◉◉◉
▪➛ namoonni gowwaan tokko tokko Kiristoos dubbii Abba yoo, jedhuu wanta bira godhanii oddeesaa ooluu.
📍Haata’u malee osuma ta’e iyyuu Abbaan ilmaan deemi namoota fayyisi malee wani bira maali jechuun danda'a. Kiristoos immoo Tole deeme nan fayyise jedhee dhufee.
➑➛Yohaannis 3:35
 Abbaan Ilma ni jaallata, wanta
#hundumaas_harka isaatti dabarsee kenneera.
➒➛Yohaannis 10:28
#Ani_jireenya bara baraa isaaniif nan kenna; isaan matumaa hin balleeffaman; eenyu illee #harka_koo
keessaa isaan hin butatu.
🅟 amma iddoo kanatti Kiristoos afaani isaatin harka kiyyaa keessa hoomtuu hin basu jedhee jira. ❝ kanafuu Kiristoos Waaqa ❞ Sababiin
isa👇
➓➛Iyyoobi 12:9-10
#Harki_Waaqayyo kana akka hojjete,Wantoota kana hundumaa gidduudhaa kan hin beekne eenyu?  #Jireenyi_uumama jiraataa hundumaa, Hafuurri nama hundumaas #harka isaa_keessa jira
🍂🍂🍂🍂🍂🍂🍂🍂🍂
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌||⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌
Audio
🍇 Orthodoksi fi Musiliimaa
👉orthodoksi ➛Gutema
👉Musiliimaa ➛Amin
⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌
👇Mataduree mormii.
1➝Adaam ,Nohi, Abraham Amantii isaani dhuguma Muslimaa kani jedhuu irraa😁
⁌siila Adaami Afaani isaatiin Ani Muslimaa ofiin hin jenne ❓ati immoo akkamitti Muslimaa Adaam jechuun dandeesa😁❓

🌺 muhammad raji sobduu ta’u isaa ❓😁
🌺 dubartii Muslimaa saree fi mixii ta'u ishii❓😁
⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌
👍 dhifama wajjiin kolfaa dhageefadha ,😂
Audio
🥊🩞Orthodoksi fi Musiliimaa
➛Orthodoksi=Gutema
➛Musiliimaa =Amin
===============
kutaa-2-ffªª.
===========
👉Namni yeroo
#dhaltuu "dhuguma Muslimaa ❓
✍ erga namni yeroo dhaltuu Musiliimaa ta’e " kani dhaltuu namaa qofa miti.bineensota fi bineeldoota ,Alattiwwani ni dhaltuu kanafuu isaan illee
#Musiliimaa jechudha
1➛warabessi ni dhalta innis Muslimaa ta'u qaba🐅🐆🊓
2➛Fardi irree Muslimaa 🐎
3➛Kuni illee Muslimaa 🊏
4➛Kunis Muslimaa 🊬
5➛Ree'ee Musiliimaa 🐐
6➛Kunis Muslimaa 🊌
7➛Boyyee Muslimaa 🐖
8➛Horii Muslimaa 🐄
9➛Sattawwan Muslimaa 🊒
10➛Kunis Muslimaa 🊘
11➛sareen Muslimaa 🐕‍🊺
12➛Holla Muslimaa 🐏🐑
➛🊫🐿🊝🊡🊚🊝
⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌
Kuni kana siif waaya kaa😁

🅟🅟🅟🅟🅟🅟🅟🅟🅟
Kani waliin dubbii yeroo darbee argachuu yoo,barbaada #link kan xuqaa 👇👇👇
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌
🌺Hundi isaani ❝ Ortodooksi❞ dha
1⁌
#Adaami Ortodooksii moo❓miti ❓
2⁌
#Abrahaamii Orthodooksi moo❓miti
3⁌ Pheexiroos Ortodoksii moo❓mitii
====================
✍ Tiitoo 1:15
Namoota
#qulqulluu taÊŒaniif wanti hundi qulqulluu dha; namoonni #xuraaÊŒoo taÊŒanii fi amantii hin qabne garuu, sammuun isaaniis taÊŒe qalbiin isaanii xuraaÊŒaa waan taÊŒeef, isaaniif wanti qulqulluu taÊŒe hin jiru.

ቲቶ 1:15
ሁሉ
#ለንጹሖቜ ንጹሕ ነውፀ #ለርኵሳንና ለማያምኑ ግን ንጹሕ ዹሆነ ምንም ዚለም፥ ነገር ግን አእምሮአ቞ውም ሕሊናቾውም ሚክሶአል።

Hoji duka buota 4:31
Erga kadhannaa dhiheessanii boodas, bakki isaan itti wal gaÊŒan sun
#ni_sochoÊŒe; #hundi isaanii iyyuu #Afuura_Qulqulluudhaan guutamanii #dubbii_Waaqayyoo ija jabinaan dubbachuu jalqaban.
ሐዋ. ሥራ 4:31
ኚጞለዩም በኋላ ተሰብስበው ዚነበሩበት ስፍራ
#ተናወጠ፥  #በሁሉም
#መንፈስ_ቅዱስ ሞላባ቞ው፥ ዚእግዚአብሔርንም ቃል በግልጥ ተናገሩ።
👉kanafu
#hundi isaan erga jedhee isaani ortodoksiidha afuurri Qulqulluun daandii sirrii irraa sii, qajeelchaa
Barattoonni Kiristoos hundi orthodoksi dha haala kanani.
Orthodoksi=Daandii sirrii
👇👇👇
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
🅰 #Adaami Kiristiyaanaa moo❓
Miti❓
◉➛ #Abrahaam Kiristiyaanaa
▣➛ #Raajonni hundi isaanii Kiristiyaanaa
⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌
Luqaas 3:23-38
1.Adami ilma Waqayyo
2.Seti
3.Enoshi
4.Qaayinan
5.Mahalile
6.Yaaredi
7.Henok
8.Matusala
9.Lameek
10.Nohi
11.Seemi
12.Arfaksaadi
13.Qaayina
14.Sheela
15.Ebeer
16.Feeleg
17.Re'uu
18.Seruug
19.Naahor
20.Taara
21.Abrahaam
22.Yisihaq
23.Yaqoob
24.Yihudaa
25.Faares
26.Hesroo
27.Ariin
28.Aminadaba
29.Na'aasoo
30.Salmoo
31.Bo'aaz
32.Yoobeed
33.Issey
34.Daawit
35.Naataa
36.Maxaat
37.Meenaa
38.Meleya
39.Eliyaqim
40.Yoonaam
41.Yoseef
42.Yihudaa
43.Simoon
44.Leewii
45.Mataat
46.Yoorim
47.Eliiezar
48.Iyyaasu (yosa)
49.Eer
50.Elmadam
51.Qosaam
52.Adii
53.Malki
54.Neerii
55.Salaatieel
56.Zarubaabel
57.Resaa
58.Yo'anaa
59.Yoodaa
60.Yooseek
61.Seemee
62.Mataatiya
63.Maa'at
64.Nagee
65.Eslii
66.Nahoom
67.Amoos
68.Matiyaas
69.Yoseef
70.Yanaay
71.Malki
72.Leewii
73 Mataat
74.Eeli
75.Yoseef
=Kiristoos👈

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
🅟 kutaa-78-ffaa.🌺
     ➛gaafi fi deebi
     ➛Musiliimaa
     ➛pheenxee
✍ Yohaannis 17:15
“Ani isa
#hamaa sana irraa akka isaan eegduuf malee, addunyaa keessaa akka isaan baastu si hin #kadhadhu.
▣▣▣▣▣▣▣▣
gaaffii isaanii
1➛warrii Musiliimaa Kiristoos Waaqayyo miti ni kadhaata jedhuu
2➛warri pheenxee immoo Kiristoos nuuf kadhata jedhuu.
===============
👉deebi keenyaa.
Lamaan isaanii iyyuu dogoggoraani jiruu kani jedhuu ta'a.
📍Sababiin duukaa buoonni hundinuu Waaqayyo kadhatan malee ,Kiristoos nuuf kadhata jedhanii calisani hin beekanii , yeroo wanta ❝hamma❞ irraa gahee ni kadhatuu turee.

❶➛Hoji duuka buota 4:24
Isaan yommuu kana dhagaÊŒan tokkummaadhaan sagalee isaanii ol kaasanii akkana jedhanii
#Waaqayyoon_kadhatan: “Yaa Gooftaa Oli Aanaa, ati samii, lafa, galaanaa fi wantoota isaan keessa jiran hunda uumteetta.
⚛ Kanaafuu iddoo kanatti wanti hama yeroo isaanii irraa gahee Waaqayyo kadhatanii jiruu ,malee Kiristoos nuuf kadhata jedhanii hin dhifnee.
⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌
✍ gara maata duraa keenyaa yeroo deebinnuu immoo wanta hamma irraa kani nama dhorkuu Abba qofa moo❓Kiristoos hoo ni dhorkaa laata ❓,deebii isaa Eeyyee ni dhorkaa.

❷➛1Yohaannis 5:18
Namni Waaqayyo irraa dhalate kam iyyuu cubbuu hojjechuu akka hin amaleeffanne beekna;
#inni Waaqayyo irraa #dhalate #sun_isa_eega, inni #hamaan sun homaa isa gochuu hin dandaÊŒu.
▣➛iddoo kanatti Waaqayyo irraa kani dhaltee inni jedhu Abbaa irraa kani dhalee Kiristoos

❾➛2,Tasaloonqee 3:3
#Gooftaan amanamaa dha; inni #isin_cimsa, isa #hamaa sana irraas isin eega.
👉iddoo kanati Gooftaa kani jedhamee Kiristoos
📍kanafuu wanta hamma irraa kani nama eeggu
#Abbaa fi #ilma jechudha.
⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌
Erga maatan isaa iyyuu wanta hamma irra nuu, eega ta’e Kiristoos maalif isiniif nan kadha jedhee ree.❓
1➪Duubi raajicha raawachuuf kana jedhee.
❹➛Isaayaas 53:12
Kanaan kan kaÊŒes, namoota hedduu gidduutti gaÊŒee isaaf nan kenna, Innis namoota jajjaboo wajjin boojuu ni hirata, Sababiin isaas, inni lubbuu isaa hamma duÊŒaatti illee dabarsee kenneera, Yakkamtootaa wajjinis lakkaaÊŒameera; Cubbuu namoota hedduu ni baate,
#Yakkamtootaafis ni #kadhate.
2➪ Abbaaf ulfina kennuuf.kuni immoo inni gadi ofii qabuu Kiristoos guutummaatti mulisa.
❺➛Yohaannis 8:49
Iyyasus Kiristoos deebisee akkana jedhe: “
#Ani Abbaa kootiifan #ulfina kenna malee, jinniin na keessa hin jiru; isin immoo na salphistu.
❻➛Yohaannis 17:4-5
Ani hojii akkan hojjedhu anaaf kennite xumuree
#lafa irratti #ulfina siif kenneera.  Kanaafuu, yaa #Abbaa, #ulfina ani addunyaan uumamuu isaa dura si biratti qabu sanaan, of biratti ulfina #anaaf kenni.
3➪nuuf fakkeenya ta'uf
❌➛Filiphisiiyus 2:5
#Ilaalcha Kiristoos Iyyasus qabu kana qabaadhaa
➑➛Yohaannis 13:15
➪Akkuma
#Ani isiniif godhe, isinis akkanuma akka gootan ani #fakkeenya isiniif taÊŒeera.
🌺 inni biraa immoo waee kadhannaa iddoo kana irratti.
Ni ibsaa sababa isaa wajjin.
➒➛Yohaannis 17:20-21
 â€œAni warra kanaaf
#qofa utuu hin taÊŒin, warra dubbii isaanii dhagaÊŒanii #anatti amananiifis nan #kadhadha;
Isaanis
#tokko haata'aniif, yaa abbaa, akka ati ana keessa jirtu anis si keessa akkan jiru, isaanis nu keessa haa jiraataniif, biyyi lafaas ati akka na ergite haa beekuuf #kadhachuu koo ti
✍ warra Anati Amanani hundaaf nan kadhadha jechuu isaatti. Kunis Yohaannis 17:15 wajjiin tokko , Haata’u malee kadhadha inni jedhamee iddoo kanatti iddoo
#ani jirachuu akka jirataniif. (Yoh 17:20-25) dubbisi
➓➛Yohaannis 14:2
#Mana Abbaa koo keessa #iddoon jireenyaa hedduun jira. Kun utuu taÊŒuu baatee isinitti nan himan ture; sababiin isaas, ani iddoo isiniif qopheessuun deema.
⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌
🅰 Kutaa ~76~Dubbisaa👇

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/676
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
🌻 kutaa-79-ffaa 🌻
  ▣➛ gaaffii fi deebii
  ▣➛ Muslimoota
  ▣➛ skakitota bira irraa
◉◉◉◉◉◉◉◉◉◉◉◉◉◉◉◉
🪹 Gaafii isaanii
👉❝ isaa kami sirriidha
jedhuu ❞ ❓❓
Iyyaasus Kiristoos barattoota isaa wajjin iddoo kami dhaqee jedhuu. Kitaabani wangeelaa walitti bu'ee jedhuu
#A)).Maatewos irratti akkasii jeche ~Getesemaanee
✍Maatewos 26:36👇
Sana booda Iyyaasus kiristoos
#isaanii wajjin gara bakka #Getesemaanee jedhamu dhufe; barattoota isaatiinis, “Hamma ani achi dhaqee kadhadhutti isin asuma taaÊŒaa” jedhe.

#B )).Luqaas irratti akkasii jedhee ~Tulluu Ejersa jedhee
✍Luqaas 22:39👇
Achii baÊŒees akkuma amala isaa gara
#Gaara_Ejersaa deeme; barattoonni isaas isa duukaa buÊŒan.

#C)).Yohaannis irratti immoo akkasii jedhee ~ sululaa Qedroon jedhee
✍Yohaannis 18:1👇
Iyyaasus Kiristoos wantoota kana erga dubbatee booda,
#barattoota isaa wajjin bakka #ashaakiltii_Sulula_Qedroon gama jiru tokkoo dhaqe; innii fi barattoonni isaas achi keessa seenan.
=================
⚛ Deebii keenyaa.
👉hundi isaanii siriidhaa
Akkuma Kiristoos dubbate.
🪺 Maatewos 22:29
Iyyaasus Kiristoos deebisee akkana isaaniin jedhe:  " isin
#Kitaabota_Qulqulluus taÊŒe #humna_Waaqayyoo waan hin beekneef ni #dogoggortu.❌

📍gara mataa duree keenya yeroo deebinuu.
Kitaabni sadan isaan iyyuu tartiiba iddoo kuni itti argamuu ibsuuf
Fakkeenyaaf daandii tokko irratti iddoon wanti tokko argaman ibsuuf
👉fakki kana ilala👇
Ejersa➛Getesamane➛Qedroon

🌲 kanaafu
#Luqaas Kiristoos iddoo inni jalqabaa(-1ffªª) dhaqee Tulluu ejersaa jedhe

🌲
#Maatewoos immoo iddoo inni lamaffaa(-2ffªª) dhaqee ibsee ,geetesemaanii jedhe

🌲
#Yohaannis immoo iddoo sadaffa(-3ffªª) ibse Kiristoos Tulluu ejersaa keessa darbee ,ammaa getesemaani keessa darbee ,sulula Qedroon dhaqee jedhe.
▣▣▣▣▣▣▣▣▣▣▣▣▣▣
🅟 hiika jechoota ilaala

🥀
#Tuluu_Ejersaa🥀
👉
#Tulluu jechuun lafa oli ka'a ,jechudha Afaan Giriikiitiin
Oros jedhama(ᜄρος).
Ejersaa jechuun muka Ejersaa kani lafa biqiluu dha afaanii Giriikiitiin immoo Eliwoon jedhama (ጘλαιῶΜ)
➛Afaanii Ingiliffaatiin immoo
Olive tree jedhama
Fakkeenyaaf jedha
#olive jedhuu kana irraa qubee -ve yoo irraa kune jecha #oli jedhamuu argana.
📍jechi oli jedhuu immoo zayitii jechudha.
➛kanafi Tulluu Ejersaa jechuun Tulluu zayitii jechudha.
👉 yookiin immoo afaani Giriikiitiin
Ejersaa jechun➛
#ጘλαιῶΜ
zayiti jechun➛
#ጔλαιοΜ
Qubee👉 ῶ➛ο👈
Qubee ❝ ῶ❞ yoo itti galchitee jecha ejersaa jedhuu argata
Qubee ❝ο❞ kana yoo itti galchite immo zayitii argata.
📍Jechi zayitii jechuu immoo jalqabaa jecha
#Ibraayisxiitti irraa argamee shamani(שֶׁמֶן)  kani jedhuu irra
🌹ragaa kitaaba Qulqulluu
❶.Luqaas 22:39
❷.Luqaas 16:6
❞.seera.Bau 29:40

🥀
#Geetesemaanii 🍂
Geetesemaani jechuun immoo
Afaanii Aramiki// Ibraayisxiitti irraa argamee innis
#gete fi #shamani kani jedhuu irraa " Hiikni isaa immoo zayitii cufamaa  jechudha.
Yookiin afaanii Ingiliffaatiin ❝
Oli press❞  jedhama
➛iddoon argama geetesemaanii immoo Tulluu ejersaa fi sulula Qedron gidduutti argamatti.
❹.Maatewos 26:36
❺.Maarqoos 14:32
❻.Seera.lewwi 2:7

🥀
#Qedron 🥀
Qedron jechuun immoo.
Afaanii Ibraayisxiitti irraa argame innis keedrooni kani jedhuu irraa. Hiikni isaa immoo qedroon jechuun wanta maka qabuu(bora'ee jiru ) fakkeenya bishaanii fi biyyee walitti yoo ,Bulbulaamee
Yookiin afaanii Ingiliffaatiin (turbid) isaa jedhamuu dha.
❌.Yohaannis 18:1

🅟 Walumaagalatti Tulluu ejersaa ,Geetesemaanii, sulula qedroon, sadan isaanii iyyuu cinaa yookiin naannoo iyarusalemitti argamu.
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
Link waldaa kana argachuu yoo,barbade kana xuqi👇👇

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
◉◉◉◉◉◉◉◉◉◉◉◉◉◉◉
🌹kutaa-80-ffªª.🌟
     ◉➛gaaffii fi deebi
     ◉➛Muslimoota
     ◉➛shakitota bira irraa dhufu.
⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌
👉gaaffii isaanii
⓵➪isaa kami sirriin jedhuu
«
#Yihuudaan Kiristoos #dhungatee moo❓hin dhungane » jedhu❓

#A))➛Akka ~#Yohaannis jedhuutti Yihuudaan Kiristoos dhungachuu fi dhisuu isaa
hin ibsuu
🍇Yohaannis 18:3👇
#Yihudaan garee loltootaa, eegdota mana qulqullummaa warra dura buutota lubootaa fi Fariisota biraa ergaman fidee #dhufe; isaanis guca, ibsaa fi meeshaa waraanaa qabatanii turan.

#B))➛Akka ~#Maatewoos barreessetti immoo yihudaan Kiristoos dhungatee jira.
🍇Maatewoos 26:47-50
Utuma inni kana dubbachaa jiruu, kunoo,
#Yihudaan inni warra Kudha Lamaan keessaa tokko taÊŒe #ni_dhufe; namoonni hedduun dura buutota lubootaa fi maanguddoota sabaa biraa ergaman goraadee fi ulee qabatanii isaa wajjin dhufan. #Yeroo kanatti inni dabarsee isa kennu, “Inni #Ani_dhungadhu isa; isa qabaa” jedhee #mallattoo isaaniif kennee ture.  Innis kallattiidhaan gara Iyyasus Kiristoos dhaqee,  #Rabbii, nagaan siif haa taÊŒu!” jedhee
#isa_dhungate. Iyyaasus Kiristoos garuu, “Yaa michuu ko, #kaayyoo maaliitiif dhufte?” jedheen. Yeroo kanatti namoonni sun gara isaa dhufanii qabanii isa #hidhan.

#C))➛Akka ~#Maarqoos barreessetti Yihuudaan Kiristoos dhungatee jira.
🍇Maarqoos 14:43-45
Yeruma sana utuma inni kana dubbachaa jiruu,
#Yihudaan inni warra Kudha Lamaan keessaa tokko taÊŒe ni dhufe #namoonni hedduun dura buutota lubootaa, barsiisota seeraa fi maanguddoota biraa ergamanis goraadee fi ulee qabatanii isaa wajjin jiru turan.   Inni dabarsee isa kennus, “Inni ani dhungadhu isa dha; qabaatii, of eeggannoodhaan isa geessaa” jedhee mallattoo isaaniif kennee ture. #Kallattiidhaan gara isaa dhufee itti dhihaatee, “Rabbii!” jedhee #isa_dhungate

#D))➛Akka ~#Luqaas barreessetti immoo yihudaan kiristoos ❝ dhunfachuuf itti siqee ❞
🍇Luqaas 22:47-48
Utuma inni kana dubbachaa jiruu, kunoo,
#namoonni hedduun ni dhufan #namichi #Yihudaa jedhamuu fi warra Kudha Lamaan keessaa tokko taÊŒe isaan dura buÊŒee dhufe; innis Iyyaasuus kiristoos #dhungachuuf gara isaatti #siqe. Kiristoos garuu, “Yaa Yihudaa, #Ilma_namaa dhungachuudhaan dabarsitee kennitaa?” jedheen
================
🍇Deebi keenyaa hundi
isaanii iyyuu sirriidha
kani jedhuu.
🍀 Fakkeenyaaf Yohaannis
#gonkumaa yihudaan Kiristoos hin dhunganne osoo jedhee jiratee yaanni musiliimota sirrii turee ," garuu Yohaannis akkasii hin jenne.
⏯ lakki yoo, jedhani immoo raga,nuuf fida❓
inni biraa wangellii maatewos namoota baay'ee jedhee dubbateera garuu Yohaannis hin dubbane.
⏯ loltootu gurri isaa irraa citee wangeeloonni sadan(3) maqaa isaa hin ibsine , garuu Yohaannis maqaa isaa ibsee jira.
🌷Walumaagalatti Amala kitaaba Qulqulluu beekuun
#dirqama.keenyadha.

💐 Wangeeloonni arfan(4n) isaanii iyyuu jalqabaa yihudaan
#dhufee jedhani ibsanii jiruu
Mat 26:47 ⏯ Mar 14:43
Luq 22:47  ⏯ Yoh 18:3

❶➛Yihuudaan ni dhufee
  =Yohaannis 18:3
❷➛isaa booda dhungachuuf gara Kiristoos siqee
=Luqaas22:47
❾➛ Yihudaan Raabi nagaan siif Haata’u jedheeni
  =Maatewos 26:49
❹➛Yihuudaan ni dhungatee
    =Maatewos 26:49
❺➛❝ yeroo kana immoo Kiristoos yaa, michuu kiyyaa kaayyoo maalitti dhuftee  jedheen ❓
  =Maatewos 26:50)
❻➛ ilma nama dhungatee kennita jedheen ❞
  =Luqaas 22:48
❌➛ Kiristoos gara fula durati bahe eenyu barbaduu jedheen lolotaani ❓
  =Yohaannis 18:4
➑➛isaanii immoo Iyyaasus nama Naazreeti jedhani
  =Yohaannis 18:5
➒➛Inni Ana isaanii jedhee
   =Yohaannis 18:5
➓➛yeroo kana dubbati kufanii
   =Yohaannis 18:6
➊➊➛yeroo lamaffaa eenyu barbaduu jedhanii
Yohaannis 18:7
❶❷➛Iyyasus namaa Naazireeti jedhanii
=Yohaannis 18:7
➊❾➛inni Ana jedheen turee bari jedheen
=Yohaannis 18:8
➊❹➛ isin Ana barbaduu yoo,  taee isaanii kana dhisa yaa, deemanii jedheeni
  =Yohaannis 18:8
➊❺➛ ....itti fufa...........
⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
🌺Namoonni Kiristoos qaban
« kuni eessaa dhufanii Lataa.❓
Maatewos ,Maarqoos ,Luqaas fi Yohaannis ❝ namoonni heduun suni garee kami keessa akka dhufanii ibsaanii jiruu.
✍Afaan Ingiliffaatiin
#from_the kani jedhamee kanafi yookiin afaani Giriikiitiin #ጀπo_τῶΜ ,Afaan Oromiffaa #bira_dhufanii jedhamee barreefame.
🅰 Maqaan gareewwan
sana immoo👇
⓵👉Garee loltoota (
#σπεῖραΜ
   =Yohaannis 18:3
⓶👉Garee Eegdotaa Mana  Qulqulluummaa (
#ᜑπηρέτας)
  =Yohaannis 18:3
⓷👉Garee Dura Buutota Luboota (
#ጀρχιερέωΜ)
  =Yohaannis 18:3)
ⓞ👉Garee Fariisotaa  (
#ΊαρισαίωΜ)
  =Yohaannis 18:3)
⓹👉Garee Maanguddoota Sabaa  
#πρεσβυτέρωΜ  τοῊ λαοῊ(
  = Maatewos  26:47
=Maarqoos 14:43)
⓺👉Garee Barsiisota Seera  
#γραΌΌατέωΜ)
=Maarqoos 14:43)

🅱 kanafis
#Maatewos #Namoota.baay'ee jedhee lakkoofsa hedduu jedhe “ yookiin afaanii Ingiliffaatiin «great multitude» jedhe, Afaan Giriikiitiin immoo #πολ᜺ς  jedhee.
🅰 Namoonni baay'ee Suni gareen sana qofa irraa namoota ergamaan qofa osoo hin tanne ,warri
#ergaani iyyuu #mataan isaani keessa jiruu.
✍Luqaas 22:52
Yeroo kanatti Iyyaasus kiristoos dura buutota lubootaa fi dura buutota mana qulqullummaa, akkasumas maanguddoota isa
#qabuu_dhufaniin_akkana #jedhe: “Akka nama saamtuu qabuutti goraadee fi ulee qabattanii dhuftanii?
🅟 Kiristoos immoo namoota baay’ee sanaan illee jedhe jira.
✍Maatewos 26:55
SaÊŒaatii sanatti Iyyaasus kiristoos
#Namoota sanaan akkana jedhe: “Akka nama saamtuu qabuutti goraadee fi ulee qabattanii ana qabuu dhuftanii? Guyyuma guyyaadhaan mana qulqullummaa keessa taaÊŒee barsiisaan ture; isin garuu na hin qabne.
🌻 kana jechuun Kiristoos
#qaama_lamaanitti iyyuu dubbatee jira // warra Ergamee fi warra Ergee // «  ,kanafis #Luqaas qaamaa tokko baresse, #Maatewos immoo kani qaama bira bareesee.

⚛ Gareewwan ja'an(6) kuni immoo maali
#harka isaaniitti qabatanii dhufanii laata❓❓
afaanii Oromiffaa fi Afaan Giriikiitiin.ilaali.
➊➛Goraadee
#ΌαχαιρῶΜ
      ~Maatewos 26:47
❷➛ Ulee
#ᜄχλος
       ~Maatewos 26:47
❾➛meshaa waraana
#ᜅπλωΜ)
Yohaannis 18:3
❹➛Ibsa
#λαΌπάΎωΜ (kuni ibsa Zayitaan ifa kennuudhaa
      ~Yohaannis 18:3
❺➛guca
#φαΜῶΜ (ibsa Fanosi isaa jedhamu
      ~Yohaannis 18:3
◉◉◉◉◉◉◉◉◉◉◉◉◉◉◉
Link waldaa kanaa argachuuf kana xuqaa👇👇
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
🌺Orthodoksi qofaa Kiristoosi
Kani Sagadu
⓵➻Rome 14:10-11
Yos ati maliif obbolessa ketti murtesita? Yokiin malif obbolessa kee tuffatta? Nuti hundi kenya barcuma murtii Waqayoo dura ni dhabanna.  Sababiin isas, “‘Akkuma ani jiraataa taÊŒun koo beekama taÊŒe’ jedha waqayoon namni hundi akka Ana duratti jilbenfatuu fi namonni hundi ani Waqayyo taÊŒuu koo ifatti amananii akka fudhatan bekama dha
⓶➻2 Qorontos 5:10
Sababiin isaas, namni hundi yeroo qamaan jirutti wanta gariis taÊŒe wanta gadhee rawwateef akkuma hojii isaatti gatii isaa akka argatuuf, hundi keenya barcuma murtii Kiristoos duratti dhihachuu qabna.
⓷➻Isayas 45:23
Ani mata kotiin kakadheera;
afan kos akkana jedhee qajelumadhaan
dubbii hin geddaramne dubbateera;
Jilbi hundi fula koo duratti ni jilbenfata;
arrabni hundis Anan kakata

ⓞ➻Filiphisiyus 2:10
kana kan godhes jilbi hundi, jechunis samii keessa kan jiranii fi lafa irra kan jiran, akkasumas lafa jala kan jiran hundi maqaa Iyyasus kiristoosif akka jilbenfataniif

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
~
🅟 𝙣𝙖𝙢𝙀𝙀𝙩𝙖 𝙠𝙞𝙧𝙞𝙚𝙩𝙀𝙀𝙚 𝙜𝙀𝙣𝙠𝙪𝙢𝙖 𝙝𝙞𝙣 𝙛𝙖𝙣𝙣𝙞𝙛𝙖𝙢𝙚 𝙟𝙚𝙙𝙝𝙖𝙣𝙞𝙛𝙞 👇❝ 𝙠𝙞𝙧𝙞𝙚𝙩𝙀𝙀𝙚 𝙖𝙛𝙖𝙖𝙣𝙞
𝙞𝙚𝙖𝙖𝙩𝙞𝙣 𝙖𝙣𝙞 𝙞𝙚𝙞𝙣𝙞𝙛 𝙛𝙖𝙣𝙣𝙞𝙛𝙖𝙢𝙚 𝙟𝙞𝙧𝙚𝙣𝙮𝙖 𝙞𝙚𝙞𝙣𝙞𝙛 𝙠𝙚𝙚𝙣𝙖 𝙟𝙚𝙙𝙝𝙚👇❞

➊➻Luqaas 18:31-33
𝙞𝙮𝙮𝙖𝙖𝙚𝙪𝙚 𝙠𝙞𝙧𝙞𝙚𝙩𝙀𝙀𝙚 warra kudha lamaan kophaatti baasee akkana jedheen Kunoo nu 𝙞𝙮𝙚𝙧𝙪𝙚𝙖𝙖𝙡𝙚𝙢𝙞𝙩𝙩𝙞 𝙀𝙡𝙞 baÊŒaa jirra wanni 𝙧𝙖𝙖𝙟𝙀𝙣𝙣𝙞 waaÊŒee 𝙞𝙡𝙢𝙖 𝙣𝙖𝙢𝙖 𝙠𝙖𝙣𝙞 𝙗𝙖𝙧𝙚𝙚𝙚𝙚𝙖𝙣 𝙝𝙪𝙣𝙙𝙞 𝙣𝙞 𝙧𝙖𝙖𝙬𝙖𝙩𝙖𝙢𝙖 inni dabarfamee Namoota Ormaatti ni kennama. Isaanis isatti 𝙊𝙀𝙀𝙚𝙪,isa 𝙖𝙧𝙧𝙖𝙗𝙚𝙪,isatti 𝙩𝙪𝙛𝙪,isa 𝙜𝙖𝙧𝙖𝙛𝙪,isa 𝙖𝙟𝙟𝙚𝙚𝙚𝙪 Innis guyyaa sadaffaatti duÊŒaa ni kaÊŒa

❷➻Yohaannis 3:14-15
Akkuma 𝙢𝙪𝙚𝙚𝙚𝙣 gammoojjii keessatti,𝙗𝙀𝙛𝙖 𝙛𝙖𝙣𝙣𝙞𝙚𝙚 sana 𝙞𝙡𝙢𝙞 𝙣𝙖𝙢𝙖 𝙛𝙖𝙣𝙣𝙞𝙛𝙖𝙢𝙪 𝙊𝙖𝙗𝙖 Kunis akka 𝙣𝙖𝙢𝙣𝙞 𝙞𝙚𝙖𝙩𝙞 𝙖𝙢𝙖𝙣𝙪 𝙝𝙪𝙣𝙙𝙞 𝙟𝙞𝙧𝙚𝙚𝙣𝙮𝙖 𝙗𝙖𝙧𝙖 𝙗𝙖𝙧𝙖𝙖 𝙖𝙠𝙠𝙖 𝙊𝙖𝙗𝙖𝙖𝙩𝙪𝙪𝙛
◉◉◉◉◉◉◉◉◉◉◉◉
🌻 kunis guyyaa Jimmaa ni raawatame

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
🅰 Guyyaa 3 fi halkanii 3 Kiristoos lafaa keessa hin bulee jedhuu Muslimoonni ❓
➊➻Maatewos 12:40
Akkuma Yoonaas garaa qurxummii guddaa keessa #guyyaa_sadii fi halkan sadii ture, #Ilmi_namaas garaa lafaa keessa guyyaa sadii fi halkan sadii ni tura.
❷➻Maarqoos 15:33
SaÊŒaatii jaÊŒaa jalqabee hanga saÊŒaatii sagaliitti guutummaan lafaa ni dukkanaaÊŒe.
❞➻Luqaas 23:54
Guyyaan sun Guyyaa qophii ture,Sanbannis #seenuu_gaÊŒeera
✍guyya 𝙟𝙞𝙢𝙖𝙖𝙩𝙖 𝙡𝙖𝙛𝙖𝙩𝙞 yeroo tokkotti halkan 1,fi guyyaa 2 kessumiste, ❝ kunis jimataa ganama sa'aatii 12 hanga ja'a guyyaa turee (1), sa'atii ja'a hanga sagalii halkan ture(1),sa'ati sagali hanga 12 guyyaa turee(1)❞
✍ Jimaata galgalaa irraa halkan 1 qabana, guyyaa 𝙊𝙞𝙙𝙖𝙢𝙚𝙚 guyyaa 1 qaban, qidame galgala irraa jalqabee halkanii 1 qaban.
Halkan=1+1+1=3
guyyaa=2+1=3
🌺 laftii guyyaa 3 fi halkanii ergaa lakkoofsite, Kiristoos immoo ishuma keesa bulee sababa kanafi halkanii 3 fi guyyaa sadi jedhe. Kiristoos

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
🌺 Kutaa~81-ffªª 🌻
   ➻gaafi fi deebi
   ➻Musiliimota
🎄❝ 𝑎𝑘𝑘𝑎𝑠𝑖 𝑗𝑒𝑑ℎ𝑢 𝙞𝙮𝙮𝙖𝙖𝙚𝙪𝙚 𝙠𝙞𝙧𝙞𝙚𝙩𝙀𝙀𝙚 kani fannifame Ayyaana Faasikaa duraa
moo❓Booda ❓jedhuu ❞❌
   ➻Raaga isaanii immoo kana turee
➊➻Yohaannis 19:13-16
Achiis Philaaxos kana erga dhagaÊŒee booda 𝙞𝙮𝙮𝙖𝙖𝙚𝙪𝙪𝙚
gadi baasee, barcuma murtii bakka Dhagaa Afamaa isa afaan Ibrootaatiin Gabataa jedhamu keessa jiru taaÊŒe.
𝙜𝙪𝙮𝙮𝙖𝙖𝙣 isaa yeroo 𝙊𝙀𝙥𝙝𝙞,𝙛𝙖𝙖𝙚𝙞𝙠𝙖𝙖 ture; yeroon isaas gara saÊŒaatii jaÊŒaa ture. Innis Yihudootaan, “Ilaa, mootii keessan!” jedhe. Isaan garuu, “Isa balleessi! Isa balleessi! Isa fannisi!” jedhanii iyyan. Philaaxosis, “Mootii keessan fannisuu?” isaaniin jedhe. Dura buutonni lubootaas, “Nuti Qeesaar malee mootii kan biraa hin qabnu” jedhanii deebisan. Philaaxosis, 𝙛𝙖𝙣𝙣𝙀𝙀 irratti akka isa fannisaniif dabarsee isaanitti isa kenne. Kanaaf, isaan 𝙞𝙮𝙮𝙖𝙖𝙚𝙪𝙪𝙚 fuudhanii deeman.
❷➻Maarqoos 14:12-18
𝙜𝙪𝙮𝙮𝙖𝙖 𝙟𝙖𝙡𝙊𝙖𝙗𝙖 𝙖𝙮𝙮𝙖𝙖𝙣𝙖 𝙢𝙖𝙖𝙭𝙞𝙣𝙀𝙀 akkuma barame 𝙮𝙚𝙧𝙀 𝙖𝙖𝙧𝙚𝙖𝙖 𝙛𝙖𝙖𝙚𝙞𝙠𝙖𝙖 dhiheessanitti, barattoonni isaa gara 𝙞𝙮𝙮𝙖𝙖𝙚𝙪𝙚 dhufanii, 𝙛𝙖𝙖𝙚𝙞𝙠𝙖𝙖 𝙖𝙠𝙠𝙖 𝙣𝙮𝙖𝙖𝙩𝙩𝙪 𝙙𝙝𝙖𝙊𝙣𝙚𝙚 𝙚𝙚𝙚𝙚𝙖𝙩𝙩𝙞 akka sii qopheessinu barbaadda?” jedhaniin Innis akkana isaaniin jedhee barattoota isaa lama erge: “Gara magaalaa dhaqaa, namni okkotee bishaanii baate tokko isinitti dhufa. Isa duukaa buÊŒaa mana namichi itti seenu dhaqaatii abbaa manichaatiin, ‘Barsiisaan, “Manni keessummaa iddoon ani barattoota koo wajjin Faasikaa itti nyaadhu eessa?” jedheera’ jedhaa. Innis kutaa balÊŒaa fooqii irraa afamee qophaaÊŒe isinitti argisiisa. Achitti nuuf 𝙊𝙀𝙥𝙝𝙚𝙚𝙚𝙚𝙖𝙖 Kanaaf barattoonni deemanii magaalichatti seenanii, akkuma inni isaaniin jedhe taÊŒee argan, Faasikaas ni qopheessan.Erga dhihee boodas,𝙞𝙮𝙮𝙖𝙖𝙚𝙪𝙚 barattoota isaa Kudha Lamaanii wajjin dhufe 𝙪𝙩𝙪𝙪 𝙢𝙖𝙖𝙙𝙙𝙞𝙞𝙩𝙞 dhihaatanii nyaachaa jiraniis, “Dhuguman isiniin jedha, isin keessaa tokko inni 𝙖𝙣𝙖𝙖 wajjin nyaatu 𝙙𝙖𝙗𝙖𝙧𝙚𝙚𝙚 na kenna” jedhe
⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌
🍃 𝙙𝙚𝙚𝙗𝙞 𝙠𝙚𝙚𝙣𝙮𝙖𝙖 𝙠𝙞𝙩𝙖𝙗𝙖𝙣𝙞 𝙡𝙖𝙢𝙖𝙖𝙣 𝙞𝙚𝙖𝙖𝙣𝙞 𝙞𝙮𝙮𝙪𝙪 𝙚𝙞𝙧𝙧𝙞𝙙𝙝𝙖.
« 𝙠𝙞𝙧𝙞𝙚𝙩𝙀𝙀𝙚 𝙠𝙖𝙣𝙞 𝙛𝙖𝙣𝙣𝙞𝙛𝙖𝙢𝙚 𝙜𝙪𝙮𝙮𝙖𝙖 𝙟𝙞𝙢𝙖𝙖𝙩𝙖» 𝑘𝑎𝑛 𝑗𝑒𝑐ℎ𝑢𝑢𝑛 𝑎𝑊𝑊𝑎𝑎 𝑓𝑎𝑎𝑠𝑖𝑘𝑎𝑎 𝑖𝑠𝑎𝑎 𝑚𝑎𝑎𝑥𝑖𝑛𝑛𝑜𝑜 𝑗𝑒𝑑ℎ𝑎𝑚𝑢 𝙗𝙀𝙀𝙙𝙖 𝑓𝑖 𝑎𝑊𝑊𝑎𝑎𝑛𝑛𝑎 𝑓𝑎𝑎𝑠𝑖𝑘𝑎𝑎 𝑘𝑎𝑛𝑖 𝑔𝑢𝑊𝑊𝑎𝑎 𝑠𝑎𝑛𝑏𝑎𝑡𝑎 𝑥𝑖𝑞𝑞𝑎𝑎 𝙙𝙪𝙧𝙖 𝑗𝑒𝑐ℎ𝑢𝑢𝑑ℎ𝑎.
🍇 𝙖𝙮𝙮𝙖𝙖𝙣𝙣𝙞 𝙛𝙖𝙖𝙚𝙞𝙠𝙖𝙖 𝙠𝙖𝙣𝙞  𝙡𝙖𝙢𝙖𝙩𝙪 𝙟𝙞𝙧𝙖.
➊➻𝑡𝑜𝑘𝑘𝑜𝑓𝑓𝑎𝑎𝑛(-1-𝑓𝑓fªª) ayyaanni #maaxinnoo kuni Faasikaa jedhama. Kunis guyyaa Kamisaa galgala kani kabajamuudha.
❷➻𝑙𝑎𝑚𝑚𝑎𝑓𝑓𝑎𝑎𝑛(-2-𝑓𝑓ªª) ayyaana Faasikaa kani guyyaa #Sanbata xiqqaa kabajamuudha.
⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌
🌺kanafuu Faasikaa gosa #lamaa jira.
➊➻Ayyaanni maxinoo -Faasikaa jedhama.
❷➻Ayyaani Sanbata-Innis Faasikaa jedhama

🍊Ragaa kitaaba Qulqulluu
⓵➻Luqaas 22:1
Yeroo sana #Ayyaanni_Maxinoo inni #Faasikaa jedhamu dhihaatee ture
ሉቃስ22:1
#ፋሲካም ዚሚባለው #ዚቂጣ_በዓል ቀሹበ
🍒Kanaafi Maarqoos ayyaana maxinoo jedhee jalqabaa Maarqoos 14:12➻
Guyyaa jalqaba Ayyaana #Maxinoo akkuma barame yeroo aarsaa #Faasikaa dhiheessanitti, barattoonni isaa gara Iyyaasuus dhufanii, “Faasikaa akka nyaattu dhaqnee eessatti akka sii qopheessinu barbaadda?” jedhaniin.
🥥 kanafuu Maarqoos ayyaana Faasikaa kani inni jedhe ayyaana maxinoo sanani=ok

🍇𝙮𝙀𝙝𝙖𝙖𝙣𝙣𝙞𝙚 𝙞𝙢𝙢𝙀𝙀 𝙖𝙮𝙮𝙖𝙖𝙣𝙖 𝙛𝙖𝙖𝙚𝙞𝙠𝙖 kani 𝙞𝙣𝙣𝙞 𝙟𝙚𝙙𝙝𝙚 𝙠𝙖𝙣𝙞 𝙜𝙪𝙮𝙮𝙖 𝙚𝙖𝙣𝙗𝙖𝙩𝙖 𝙭𝙞𝙊𝙊𝙖𝙖 𝙠𝙖𝙗𝙖𝙟𝙖𝙢𝙪 𝙚𝙖𝙣𝙖 𝙩𝙪𝙧𝙚.
🍊Raaga keenya
⓶➻Yohaannis 18:28
Achiis Iyyaasuus Qayyaafaa biraa gara mana jireenyaa bulchaa sanaatti geessan. Yeroon isaas# ganama_barii ture. Isaan garuu utuu hin #xuraaÊŒin_Faasikaa nyaachuu akka dandaÊŒaniif, ofii isaaniitii mana bulchaa sanaa hin seenne.
⓷➻Yohaannis 19:31
Guyyaan sun guyyaa Qophii ture guyyaan itti aanus #Sanbataa addaa ture. Kanaafuu akka reeffi isaanii Sanbataan fannoo irra hin oolle gochuuf jedhanii akka miilli isaanii cabsamee fannoo irraa gad buufamuuf Yihuudoonni Phiilaaxoosin kadhatan.
⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌⁌
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha