๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.54K subscribers
54 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
โž‘๐Ÿ‘‰Yohaannis 12:48-49
Nama Ana
#tuffatuu fi dubbii koo hin fudhannetti kan murteessu tokko jira. Dubbii ani dubbadhetu guyyaa dhumaatti isatti murteessa. Sababiin isaas, wanta Ani jedhuu fi wanta Ani dubbadhu #Abbaa isa Ana erge sanatu na #ajaje malee, ani ofii kootiin kakaสผee hin dubbanne.

E))โžฉSababa shanaffaa(-5ffaa)
gadi ofii qabuu isaa, ibsuuf
โž’๐Ÿ‘‰Yohaannis 8:54
Iyyaasus(kiristoos) deebisee akkana jedhe: โ€œAni yoon
#ulfina ofiif kenne, ulfinni koo gatii hin qabu. Inni ulfina anaaf kennu, #Abbaa koo isa isin Waaqa keenya jettan sana dha.
๐Ÿ‘‰yeroo inni dubbii kuni kani Abbaati jechuu ofi gadi qabe,
Abbaan immoo ilmaf ulfina keenna.
โปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโป
๐Ÿ…พ ๐‘ค๐‘Ž๐‘™๐‘‘๐‘Ž ๐‘˜๐‘’๐‘’๐‘›๐‘ฆ๐‘Ž โ„Ž๐‘œ๐‘Ÿ๐‘‘๐‘œ๐‘“๐‘ข๐‘ข ๐‘ฆ๐‘œ๐‘œ,๐‘๐‘Ž๐‘Ÿ๐‘๐‘Ž๐‘‘๐‘’ ๐‘˜๐‘Ž๐‘›๐‘Ž ๐‘ฅ๐‘ข๐‘ž๐‘–๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ||โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
๐Ÿ…ฐ kutaa-73-ffยชยช .๐Ÿ…ฐ
     ๐Ÿ‘‰ gaaffii fi deebi
     ๐Ÿ‘‰ Musiliimota
โœ Yohaannis 17:3
Jireenya bara baraa argachuu akka dandaสผaniif, si isa
#Waaqa dhugaa #tokkicha taatee fi #Iyyaasuus_Kiristoos isa ati #ergite sana beekuu qabu.
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
gaaffii isaanii ๐Ÿ‘‡
1= Waaqa Tokkicha jira ,Kiristoos immoo Eegamadha jedhuu.โ“
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ//โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
โš› Deebii keenya.
๐ŸŒพ Lakki lamanuu isaanii iyyuu Waaqa kani jedhuu ta'a.
Fakeenyaf Kiristoos iddoo itti waaqa jedhamee. Ilaala.
โ“ตโžงYohaannis 20:28
Toomaasis deebisee, โ€œGooftaa ko,
#Waaqa koo!โ€ jedheen.
๐Ÿ‘‰Abbaan immoo iddoo itti Waaqa jedhamee.
โ“ถโžงYohaannis 8:54
Iyyaasuus Kiristoos deebisee akkana jedhe: โ€œAni yoon ulfina ofiif kenne, ulfinni koo gatii hin qabu. Inni ulfina anaaf kennu,
#Abbaa koo isa isin #Waaqa keenya jettan sana dha.
๐ŸŒบ Kanaafuu Abbaa fi ilmi Waaqa =ok.โ˜‘๏ธ
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
๐Ÿงฃgara mataa duree keenyaatti yeroo deebinuu immoo.
๐Ÿช–
#Hiika Yohaannis 17:3 jecha tokko tokkoon ilaala.

๐Ÿ“A))๐Ÿ‘‰โผJireenya bara baraa argachuu akka dandaสผaniif, si isa
#Waaqa dhugaa #tokkicha taatee fi #Iyyaasuus_Kiristoos isa ati #ergite sana beekuu qabu.
๐Ÿ‘‰ jireenya bara bara kani keenuu eenyu Abbaa mooโ“Kiristoos โ“
Deeebi isaa akka dubbisa kanatti Abbaa fi Kiristoos ibsa Sababiin isaa " waliqabisisuutu
#fi yookiin afaanii Ingiliffaatiin #and * Afaanii Giriikiitiin (ฮบฮฑฮฏ)  seeri afaanii kuni fi yeroo hunda yaada dabalataa ibsuuf fayyada.
โ“ทโžงYohaannis 20:31
Wantoonni kun garuu kan barreeffaman Iyyasus kiristoos dhuguma inni Kiristoosii fi Ilma Waaqayyoo taสผuu isaa akka
#amantaniif, amantaniis karaa #maqaa isaa #jireenya akka argattaniifi.
โ“ธโžงYohaannis 6:40
fedhiin
#Abbaa_koo namni #Ilma_beekee isatti amanu #hundi_jireenya bara baraa akka qabaatuufi; anis guyyaa dhumaatti duสผaa isa nan kaasa.โ€

๐ŸŒบ kanafuu jireenyaa bara bara kani kennuu Abbaa fi ilma,erga taโ€™e ,Abbaa fi Kiristoos Tokko jechudha.๐Ÿ˜

๐Ÿ“B))๐Ÿ‘‰โผ hiika bira immo โ sii, isa
#Waaqa dhugaa #tokkicha taatee โž
๐Ÿ‘‰iddoo kana irratti Waaqa tokkicha kani jedhamee
Eenyuuโ“
=deebi isaa๐Ÿ‘‰ Abbaa dha.
Kanafuu abbaa meeqatu jira Abba tokkicha.
Kitaaba keessatti Abbaan jechuun waaqa isaanii jettanii sani jedhe Kiristoos dubbatee jira
โ“นโžงYohaannis 8:54
Iyyaasuus Kiristoos deebisee akkana jedhe: โ€œAni yoon ulfina ofiif kenne, ulfinni koo gatii hin qabu. Inni ulfina anaaf kennu,
#Abbaa koo isa isin #Waaqa keenya jettan sana dha.
๐ŸŒบ Abbaa=Waaqa jechudha

ยซ kanafuu nuutis Abbaa
#Tokkicha qofa jira jenne
amana ยป ,"akkasumas ilma tokkicha qofatu jira jenne amana",Akkasumas Affuurra Qulqulluu tokkicha qofatu jira jennee Amana.
โ“บโžงYohaannis 3:16
โ€œIsatti kan
#amanu hundi jireenya bara baraa akka qabaatuuf malee akka hin badneef, #Waaqayyo(Abbaan)  #Ilma isaa isa #tokkicha hamma kennuufitti addunyaa kana baayสผee jaallateera.
โ“ปโžง1 Qorontos 12:4
Kennaan garaa garaa jira,
#Afuurichi garuu #tokkichuma sana.
๐Ÿ‘‰ Abbaa
#Tokkicha qofaa
๐Ÿ‘‰ ilma
#Tokkicha qofaa
๐Ÿ‘‰ Affuura Qulqulluu
#tokkicha qofa.
๐ŸŒบ nuuti warri orthodoksi kanitti Amana.

๐Ÿ“C))๐Ÿ‘‰โผ Musiliimoonni Kiristoos ergamadha jedhu. Yeroo kana nutti gaaffii qabna kani ergamee kuni eenyu jennee gaafanaโ“
โผyeroo kana immoo Kiristoos jedhuu ,Kiristoos kuni eenyu jennee gaafana ilmaa Waaqayyo nuun jedhuu.
Kanafuu " kani ergamee dhufe kuni ilma Waaqayyo jedhi amani kaa. Yaa, Muslimaa.
โ“ผโžงYohaannis 11:27
Ishiinis, โ€œEeyyee, yaa Gooftaa, ati
#Kiristoos, #Ilma_Waaqayyoo isa gara #addunyaa dhufu sana akka taate nan amanaโ€ jetteen.

๐Ÿ“D))๐Ÿ‘‰โผ kiristoos maalif abbaa tokkicha fi ilma tokkicha ergamee dhufe beeku qaban jedhee.โ“
โœSababiin isaa Abbaa fi Kiristoos wani hin beekneef, akkasii jedhe,
โ“ฝโžงYohaannis 16:3
isaan wantoota kana kan godhan
#Abbaas taสผe Anaan waan #hin_beekneefi.
โ“พโžงYohaannis 8:19
Isaanis, โ€œ
#Abbaan kee eessa jira?โ€ jedhaniin Iyyaasus Kiristoos โ€œIsin #Anas taสผe #Abbaa koo hin #beektan. Utuu Ana beektaniittu taสผee, Abbaa koos ni beektu turtanโ€ jedhee deebiseef
โœkanafuu jireenyi bara bara kani argamuu Abbaa fi Kiristoos beekuu qabuu jedhe,akkekachisee jira.
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
link kana xuqa hordofuu dandeessu๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ||โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
๐Ÿ…ฑ kutaa-74-ffยชยช.๐Ÿ…ฑ
๐Ÿ‘‰gaafii fi deebi
๐Ÿ‘‰Muslimoota
โœYohaannis 17:8
Ani
#dubbii ati Anaaf #kennite isaaniif kenneera; isaanis kana #fudhataniiru; Ani akkan #sii_bira dhufes sirriitti beekaniiru; akkasumas akka ati na #ergite amananiiru.
แ‹ฎแˆแŠ•แˆต 17:8
แ‹จแˆฐแŒ แŠธแŠแŠ•
#แ‰ƒแˆ แˆฐแŒฅแ‰ปแ‰ธแ‹‹แˆˆแˆแŠ“ แŠฅแŠแˆญแˆฑแˆ แ‰ฐแ‰€แ‰ แˆ‰แ‰ตแฅ #แŠจแŠ แŠ•แ‰ฐแˆ_แ‹˜แŠ•แ‹ต แŠฅแŠ•แ‹ฐ แ‹ˆแŒฃแˆ แ‰ แŠฅแ‹แŠแ‰ต แŠ แ‹ˆแ‰แฅ แŠ แŠ•แ‰ฐแˆ แŠฅแŠ•แ‹ฐ #แˆ‹แŠญแŠธแŠ แŠ แˆ˜แŠ‘.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžฉgaaffii isaanii.
1๐Ÿ‘‰ dubbii Kiristoosi Abbaa irraa fudhatee barattoota isaati keena, inni ofi hin beeku
jedhuu.โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ.
๐Ÿ‘‰ Deebii keenyaa.
Lakkii Kiristoos wanta hunda beeka
โ“ตโžธYohaannis 16:30
Ati wanta
#hunda akka #beektuu fi #eenyu illee si gaafachuun akka isa hin barbaachisne amma beekneerra. Kanaanis ati #Waaqayyo_biraa akka dhufte #amanneerra.โ€
โปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโป
๐Ÿ‘gara hiika jechoota
ilaalaa Yohaannis 17:8 irraa
maali ibsaaโ“
๐Ÿ‡A))๐Ÿ‘‰ dubbii ati naafi keenite Ani isaanii keenera jedha.
=dubbii isaa kami kennefiโ“laata Kiristoos.
๐Ÿ‘‡deebii isaa idduma kanatti ibsee jira Kiristoos, dubbi kani jedhame isaa kana โKiristoos Abbaa bira dhufuu
#beekuu fi Amanuudha, gara biyya lafaa eegame dhufu isaatti"โž
๐Ÿค sababiin isaa Jechi
#Fudhatanii jiru jedhuu kanuma ibsa wani taโ€™ef.
๐Ÿ‘‰kunoo Kiristoos jechoota sani dubbii kee,jedhee malee dubbi bira mitii, โž โŒ
๐Ÿ‘†barattoonni Kiristoos isaa kana
#Amananii fudhatanii jiru jechuudha.
โ“ถโžธYohaannis 17:8
Ani
#dubbii ati Anaaf #kennite isaaniif kenneera; isaanis kana #fudhataniiru; Ani akkan #sii_bira dhufes sirriitti beekaniiru; akkasumas akka ati na #ergite amananiiru.
โžฉRagaa Dabalataa.
โ“ทโžธYohaannis 16:27
isin waan na jaallattanii fi Waaqayyoon bira akkan
#dhufe waan #amantaniif, Abbaan ofii isaatiif iyyuu isin ni jaallata.
โžฉJechi
#Amanuu jedhuu immoo Yoh 17:8 irratti ibsamee jira. Kaayyoo inni *
โ“ธโžธYohaannis 11:27
 Ishiinis, โ€œEeyyee, yaa Gooftaa, Ati Kiristoos,
#Ilma Waaqayyoo isa gara #addunyaa dhufu sana akka taate nan #amanaโ€ jetteen.
โ“นโžธYohaannis 8:24
Ani cubbuu keessaniin ni duutu kanan isiniin jedhes kanumaafi. Sababiin isaas,
#inni dhufu sun ana taสผuu koo hin #amantan taanaan, isin cubbuu keessaniin ni duutu.โ€
โ“บโžธYohaannis 6:68
Nuti ati Ilma Waaqayyoo Isa Qulqulluu akka taate amanneerra; beekneerras.โ€
๐Ÿ‘‰jecha
#beekuu ๐Ÿ‘†jedhu immoo ilma Waaqayyo ta'u beekuudha.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ‡B))โžฉJechi Ani Abbaa biraa dhufee jedhuu hoo,maali ibsaโ“
๐Ÿ‘‰Kuni immoo Kiristoos
#qofti Abba bira jirachuu ibsa.
โ“ปโžธYohaannis 6:46-47
Isa Abbaa biraa dhufe sana malee
#namni_tokko illee Abbaa hin argine; Abbaa kan arge isa #qofa dha.Dhuguma dhuguman isiniin jedha, Anatti kan amanu hundi jireenya bara baraa qaba.
โ“ผโžธYohaannis 1:18
Yeroo kamitti iyyuu namni Waaqayyoon arge hin jiru
#ilma_tokkicha isa taสผee fi #Abbaa_bira jirutu waaสผee Isaa nuu ibse.
๐ŸŒนkanafuu Kiristoos qofti erga Abbaa biraa turee ,inni Kiristoos Waaqa.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ‡C))โžฉKiristoos maalif Ergamee โ“ namoota fayyisuu.
โ“ฝโžธYohaannis 4:42
isaanis dubartii sanaan, โ€œKana booda waan ati dubbatteef qofa amanna miti; nuti ofii keenyaa dhageenyeerra; namni kun dhuguma
#fayyisaa_addunyaa taสผuu isaas #beekneerraโ€ jedhan.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ‡D)โžฉKiristoos erga namoota fayyisee booda hoo, eessa deemaa.
๐Ÿ‘‰kara Tessoo isaa, isaa irratti dhufti deebi'a.
โ“พโžธYohaannis 6:62
#Ilmi namaa bakka #dura turetti utuu oli baสผuu yoo argitan
maal jettu ree?
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ–ฃโ—Š waligaltii dubbii kee, kani jedhamee Kiristoos Abbaa biraa dhufuu isa kani ibsu ta'u,hubbannee jira, fedhiin Abba namoonni akka fayyanii ,akkasumas
#fedhiin_Kiristoos namoonni akka fayyaniif fi du'a jala akka miliqanif.kunis fedhii Kiristoos isaa Kiristoos dhufee hojjin mirkaneenesse jira
๐Ÿ…พ,Yohaannis 6:40
#fedhiin_Abbaa koo namni #Ilma_beekee isatti #amanu hundi jireenya bara baraa akka qabaatuufi; Anis guyyaa dhumaatti duสผaa isa nan kaasa.โ€
โ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃ
โžค link waldaa keenyaa kana xuqaa hordofa๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@haadha_Waaqa_naJaladha
โ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃ
๐Ÿ…ฑ kitaabota kana Waldaa #Goonfoon_Qulqulloota Maariyaamidha jedhuu keessa ni argatuu.
โ—Šโžธkanafuu waldaa kana gara oli xuqaa isaa booda kani isin dhufu.
โžธMedia
โžธ files ๐Ÿ‘ˆ
โžธ links
โžธ music
โžธ voice
โ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃ
xumura irratti #files kani jedhu sana xuqaa, yeroo isaa xuqan kitaabota sana isaa jalatti ni argatuu.
1โžปTorbee 7
2โžปTorbee 5
3โžปTorbee 4
4โžป Torbee 3
5โžธkitaaba Ayyaana
6โžปkitaaba Gizxawee.
โ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃ
โ–นisaa booda bilbila keessan ni bana wani taโ€™ef dubbisa.
โ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑ
โžปwaldaa Kitaabni keessa jiruu barbadani kuno link kan xuqa๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
๐Ÿ…พ kutaa-75-ffยชยช.๐ŸŒบ
       โžป gaaffii fi deebi
       โžป Muslimoota fi
      ๐Ÿ‘‰ pheenxee
โœ Yohaannis 17:9
Ani waaee isaanii sin
#kadhadha kan Ani si kadhadhu waaee #addunyaa utuu hin tain, waaee warra ati Anaaf kennite sanaa ti; sababiin isaas isaan kan kee ti
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
โ—Šโžปgaaffii isaanii.
1= warri Muslimaa akkasii jedhuu erga Kiristoos Waaqayyo taโ€™e maaliif kadhachuu barbaachise jedhuuโ“๐Ÿ˜
2=warri pheenxee akkasii jedhuu Kiristoos nuuf kadhata jedhuuโ“๐Ÿ˜
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
โ—Š Deebi keenyaa.๐Ÿ‘‡
Kiristoos Ani isiniif hin kadhadhu jedhe jira kani jedhuu ta'a.
โ“ตโžธYohaannis 16:26.
Guyyaa sanatti isin
#maqaa kootiin Abbaa #ni_kadhattu; kana jechuun koo garuu #Ani isiniif nan kadhadha jechuu
koo
#miti. โŒ
โ—Šโž› Muslimaa fi pheenxee iddoo kana irratti immoo maali jeetu ree ?siila Kiristoos Ani isiniif hin kadhadhu jedhe jira.
Yaa
#Muslimaa maali siif
waya reโ“
Yaa
#pheenxee maali siif
waya reโ“
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ||โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
โž›Amma immoo hiikaa jechoota sana ilaala (Yoh 17:9) irraa kani jiruu maali ibsaa.

A))โ—Šโž›Ani siin kadhadhaa jedha Kiristoos eenyu kadhata. โ“jennee yeroo gafanu immoo Muslimaa fi pheenxee ,akkasumas amantooni tokkoo tokko Kiristoos Abba kadhata nuun jedhuu.
โž›yeroo akkasii immoo nutti orthodoksooni Abbaan ofii isaa iyyuu hin beekuu kani geena kadhadha barbaduu jennee gaafanaโ“๐Ÿ˜ .
๐Ÿ‘‰ yeroo kana immoo
deebin hin jiru ๐Ÿ™ˆ
โžปamma garuu Kiristoos isiniif nan kadhacha yeroo jedhuu barattoota sanatu cubbuu hojjatee moo? Jenne gaafana Lakki barattoonni(11) Kiristoos gonkumaa cubbuu  hin hojjanne.
โ“ถโžธYohaannis 13:10-11
Iyyasus Kiristoos โ€œNamni qaama isaa dhiqate hundi guutummaatti
#qulqulluu waan
taeef, miilla isaa dhiqachuu qofatu isa barbaachisa.
#Isin qulqulluu dha,garuu #hunda keessan mitiโ€ jedheen Kana kan jedhe, nama dabarsee
isa kennu waan beekuuf ture. โ€œQulqulluu kan tae hunda keessan mitiโ€ kan jedhes kanaaf ture.
โ—Šโž› kanafuu barattoonni Kiristoos Qulqulluu dha, yihudaa Qofti Qulqulluu miti inni cubbuu qaba. Kiristoos darbarse kenne jira wani taโ€™ef.
โ“ทโžปMaatewos 26:24-25
Dhugaa dha, Ilmi namaa
akkuma waaeen isaa barreeffame
ni deema; isa Ilma namaa
#dabarsee kennu sanaaf garuu #wayyoo! Namni sun utuu hin dhalanne taee isaaf
wayya ture.โ€
#Yihudaan inni dabarsee isa kennuuf jedhus deebisee, โ€œRabbii, ana tainnaa laata?โ€ jedheen. Iyyaasusi โ€œAtumti iyyuu jette kaaโ€ jedhee deebiseef.
โ“ธโžปYohaannis 18:11
Iyyasus kirjstoos  โ€œWaaqayyo biraa utuu siif hin kennamne taee, Ana irratti
#Aangoo tokko illee hin qabaattu turte. #Namichi_dabarsee sitti na
kenne,
#cubbuu_guddaa kan qabu kanaafiโ€ jedhee deebiseef
๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ
Walumaagalatti barattoota 12 keessa tokko qofatti cubbuu hojjate jira
โžช barattoonni 11 Qulqulluudha
โžชbarataa 1 immoo Qulqulluu miti.
๐Ÿ‘‰erga akkasii taโ€™e immoo Yohaannis 17:9 Ani isiniif nan kadhadhaa kani jedhanii Kiristoos barattoota 11 malee yihudaa miti. Sababiin isaa yihudaan achi bahee deeme jira.
โ“นโžปYohaannis 13:30
Kanaaf, Yihudaan
#buddeena daabboo cabaa sana erga #fudhatee booda, yeruma sana #gadi_bae.Yeroon isaas halkan ture.
๐Ÿ‘‰ yihudaa erga gadi bahee hin deebinee ,kanafuu Kiristoos barattoota 11 qofaa wajjin dubbachaa akka jiruu ibsa (Yohaannis 17:9) irratti.
๐Ÿ…ฐ amma immoo Kiristoos Ani Qulqullootaaf hin dhufnee cubbamaa fayyisuuf jedhee jira.
Kanafuu Barattoonni isaa immoo 11 Qulqulluudha kadhannaa maali isaanii barbachisaa reeโ“jennee Musiliimota fi pheenxee gaafana.๐Ÿ™ˆ๐Ÿ˜‚
โ“บโžปMatewoos 9:13
Kanaaf dhaqaa, โ€˜Ani aarsaa utuu hin tain gara laafina nan barbaadaโ€™ jechuun maali jechuu akka tae hubadhaa. Sababiin isaas Ani namoota Qulqullota
#utuu hin tain, #cubbamoota
waamuufan dhufe.โ€
โžชkana booda Kiristoos barattoota isa 11 isin Qulqulluudhaa erga jedhee ,Lakki isaan Qulqulluu miti jedhe kani mormuu gonkumaa hin jiruu.=ok.

B))โ—Šโž› amma immoo qabxiiwwan gara oli irraa maali hubbanna ree.โ“
Kadhannaa inni jedhame akka dibbisa kanati cubbuu isaanii dhisii ,jedhu miti ,yookiin Ani Aarsadha jedhu miti.
Haala dubbii Kiristoos fi Abbaa jidduu jiru ibsuuf malee.
โœ Fakkeenyaaf seera Uumama 1:26 irratti akkasii jedha โ koota nama akka bifaa keenyaa fi fakkeenya keenyaatti yaa, Uumanu jedha.
๐Ÿ‘‰ akka jecha kanati qaamni tokko qaamaa biraattin koota yeroo jedhuu , wani qaamni tokkichi suni qaama biraa kadhatuu fakkaata, garuu iddoo kanati kuni kadhannaa irree hin ibsu Sababiin isaa qaamni tokko kadhate, qaamni immoo biraa kadhatama yoo,taโ€™e
Xumuraa irratti nama Aangoo tokkoo ,yoo, uumamni, erga Aangoo isaanii wali qixxee taโ€™e immoo maali kadhachuu hin barbaachisuu " kanafuu jedhi koota jedhuu maali ibsa ree, waliin dubbii qofaa ibsa jenne Amana.

โœ Haaluma wali fakkata Kiristoos immoo ani Abbaa isiniif nan kadhadhaa yeroo jedhuu. Waliin dubbii isaanii qofaa ibsuuf.
Ragaa kitaaba Qulqulluu
kunoo ๐Ÿ‘‡
โ“ปโžปYohaannis 14:13-14
#Abbaan karaa Ilmaa #ulfina akka argatuuf, wanta
isin maqaa kootiin
#kadhattan hunda Nni isiniif nan raawwadha. Wanta akkamii iyyuu #maqaa kootiin yoo
kadhattan ani nan raawwadha.
โž›kanafuu Ani isiniif nan rawwadha jedhe jira ,Qaamni raawatu kuni immoo Waaqa
โ“ผโžปYohaannis 14:16
Ani Abbaa nan
#kadhadha Abbaanis inni bara
baraan akka isinii wajjin jiraatuuf gargaaraa kan biraa isiniif ni kenna.
โžkuni illee waliin dubbii Kiristoos fi Abbaa ibsa Ilmi Abbaan Afuurra Qulqulluu ergi jedhanii
โ“ฝโžปYohaannis 15:7
Anaa wajjin tokkummaadhaan yoo jiraattanii fi
#dubbiin koos isin keessa yoo jiraate,
wanta barbaaddan
#kadhadhaa, innis, isiniif ni raawwatama.

โ“พโžปYohaannis 15:16
Anatu isin filate malee, isin ana hin filanne; ani isin deemtanii firii godhachuu keessan akka itti fuftanii fi firiin keessanis akka jiraatuuf isin muudeera;
kanas kanan godhe, wanta
#maqaa kootiin Abbaa kadhattan hunda inni
akka isinii kennuuf jedheeni.
ยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐ
โœitti fufa......
๐Ÿ‘‰link waldaa keenya kunoo isaa kana xuqaa๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
=========||========
๐ŸŒนkutaa-76-ffยชยช๐Ÿง‰
       ๐Ÿ‘‰gaaffii fi Deebi
       ๐Ÿ‘‰Muslimoota
        ๐Ÿ‘‰ pheenxee
โœYohaannis 17:9
Ani waaee isaanii sin
#kadhadha kan Ani si kadhadhu waaee #addunyaa utuu hin tain, waaee warra ati Anaaf kennite sanaa ti; sababiin isaas isaan kan kee ti
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
๐Ÿ‘‡gaaffii isaanii.
1= Muslimoonni akkasii jedhuu  Kiristoos erga Waaqayyo taโ€™e maaliif kadhachuu isa  barbaachise jedhuuโ“๐Ÿ˜
2= pheenxee akkasii jedhuu Kiristoos nuuf kadhata jedhuuโ“๐Ÿ˜
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
โš› Deebii keenyaa.
๐Ÿ‘‰ Lakki Kiristoos Akkasii jedhee dubbatee โ Ana na kadhadhaa jedhee jira Afaanii isaattin โž.
โถโžชMaatewoos 9:37-38
barattoota isaatiin, โ€œDhuguma iyyuu,
#midhaan sassaabamu baayสผee dha, #hojjettoonni garuu muraasa. Kanaaf #Gooftaan makarichaa, hojjettoota gara makara isaatti akka ergu #kadhadhaaโ€ jedhe.
๐Ÿ‘‡ hiika jechoota kana
1โžปmidhaan sassaabamu kani jedhamee ยซnamoota Addunyaa kanattiยป
2โžปHojjatoota kani jedhamee ยซBarattootaยป isaatti
3โžป Gooftaa makaricha kani jedhamee ยซ Kiristoos ยป
โผโผโผโผโผโผโผโผ*
kanafuu Kiristoos barattoota isaatiin โ Gooftaa makaricha kadhadha hojjatoota akka erguuf jedhee " hiikin isaa Ana kadhadha akka Ani barattoota erguuf jedhee ยปโž

๐Ÿ‘‰ kanafuu Kiristoos Ana kadhadha jedhe jira.
Yaa Musiliimaa maali
siif wayyaโ“
Yaa, pheenxee maali
siif wayaโ“
โ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑ
๐Ÿ‘‰Amma Yoh 17:9 irratti maali hubbachisa laata.
โทโžชYohaannis 17:9-10๐Ÿ‘‡
Ani waaสผee isaanii sin kadhadha; kan ani si
#kadhadhu waaสผee addunyaa utuu hin taสผin, waaสผee warra ati anaaf kennite sanaa ti sababiin isaas isaan kan keeti.
#wanti_kan_koo taสผe hundi kani keeti, #wanti_kan_kee taสผe hundis kan koo ti; anis isaan gidduutti ulfina argadheera.
๐Ÿชท akka dubbisa kanatti Namni kani Eenyuti.
A)) kani Abbaa mooโ“
B)) kani Kiristoos โ“
=Deebii isaa
kani lamaan isaanii iyyuutti.
" Sababiin isaa Kiristoos akkasii jedhee jira ยซ kani kee hundi kani kooti,kani koo hundi immoo kani keetii wani jedheef ยป
๐Ÿ‘†erga immoo namni kani Kiristoos taโ€™e,wanta ofii harka qabuu irratti maaliif kadhachuu barbaachise reeโ“jennee pheenxee fi Muslimaa gaafannaโ“ =deebi hin jiruu ๐Ÿ˜ jedhuu.
โ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑ
โžป Walumaagalatti Kiristoos dhala namaa hunda bilisa basuuf wani dhufeefi " akkuma inni afaanii isaanii Ani bilisa yoo, isin base malee isin Garboota jedhe.
โธโžชYohaannis 8:36
#Ilmi_bilisa yoo isin baase, isin dhuguma bilisa ni taatu.
โนโžชGalatiyaa 5:1
#Kiristoos_bilisa kan nu baase bilisummaa akkasii akka argannuufi. Kanaafuu, jabaadhaa dhaabbadhaa; deebitaniis #waanjoo garbummaa jala of hin galchinaa.
โ–ฃโž› kanafuu bilisa kani sii,basuu Kiristoos erga taโ€™e ,waee Kiristoos immoo isayaas akkasii jedhee inni ba'a isaanii baate kadhatee jedhee jira , kadhannaa kani jedhamee immoo amma bilisa basuu kana Seexanaa jala.
โบโžชRaaji-Isayaas 53:12
namoota hedduu gidduutti gaสผee isaaf nan kenna, Innis namoota jajjaboo wajjin boojuu ni hirata, Sababiin isaas,
#inni_lubbuu isaa hamma duสผaatti illee dabarsee kenneera, #Yakkamtootaa wajjinis lakkaaสผameera #Cubbuu namoota hedduu ni baate, Yakkamtootaafis ni #kadhate.
โ–ฃโž› amma Kiristoos ni kadhate inni jedhuu bakka namoota bu'ee cubbuu namoota bachu isaatti , kunis ofii isaa dhifama godhee rawwate, dhifamni Abba akka beekamuu gochuuf akkasii jedhee malee Kiristoos wanta gochuu barbade ofii isaa iyyuu beeka.
๐Ÿ‘‰ dhiifamni Kiristoos akkamitti beekamaโ“yoo,jedhamee Kiristoos gara namoota dhufuu isaa fedhii isa ibsa.
๐Ÿ‘‰dhiifamni Abbaa akkamitti beekama โ“ilma isa ergu isaatti (Yohaannis 3:16).
๐ŸŒบ yaada bira immoo Kiristoos Abbaa kadhadha jedhee barsisee turee amma immoo akkamitti antu isiniif kadhata jedhu danda'a โ“yaa, Muslimaa ,yaa,pheenxee โ“deebii nutti himma kaa๐Ÿ˜โ“
โ–ฑโ–ฑโ–ฑ
โปโžชMaatewos 6:9
 โ€œEgaa, isin akkana jedhaa
#kadhadhaa: โ€œโ€˜Yaa Abbaa keenya isa samii irra jiraattuu, maqaan kee haa qulqullaaสผu.
โผโžชMaatewos 6:6
#Ati garuu yeroo #kadhattu, gara kutaa kee seeni; balbala kee cufadhuutii Abbaa kee isa iddoo dhoksaa jiru kadhadhu. #Abbaan kee inni dhoksaatti ilaalus gatii kee siif ni deebisa.
โ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃโ–ฃ
link waldaa keenya argachuuf kana xuqaa ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
โ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑโ–ฑ
Audio
๐Ÿ…ฐ orthodoksi fi pheenxee.
           ๐ŸŒบRakkoo pheenxee kana ilaala kuno๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
โ“ตโžฉpheenxee kuni
#maqaa #Kiristoos jedhuu eessaa akka dhufee gonkumaa hin beekani
โ“ถโžฉmaqaa
#Iyyaasus jedhu jecha irraa dhufee gonkumaa hin beekani.
โ“ทโžฉpheenxee kuni kitaaba #66 gonkumaa hooma hin beekuu.
โ“ธโžฉpheenxee maqaan
#Waaqayyo jedhu jalqabaa eessa akka dhufee hin beeknani
โ›‘kanafuu ergaa Kiristoos hin beekne, Waaqayyo hin beekne, kitaaba hin beekne . Maaliif guyyaa guutuu iyyaa oltuu laataa โŒ

โš› nuuti warri
#orthodoksi kunoo akkanatti pheenxee #afaanii ishi cufaan.

#Orthodoksi (Gutema Gelana)
#pheenxe paasterii (Abdi)
..............................
โœpheenxee yaaduma iyyaasus Kiristoos jecha olu malee isaa gonkumaa akka hin beeknee hubbadha.
Audio
๐ŸŒบ sagalee gara oli dhageeffadhaa

๐Ÿ‘‰ waee #sharia irratti
โ–ฒjechi sharia jechu Qurโ€™aanaa fi hadisa keessa jiraโ“moo hin jiru โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ–ฒ Gutema fi kamil walin dubbatani ilaala.

๐ŸŒธ namoonni sagalee kana dhageessan murtii sirrii murteessaa.๐ŸŒธ

โžก๏ธ wali dubbi baay'ee bareda
Amala gaarii dhaan
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ“ #orthodoksi(Gutema)๐Ÿ‘ˆ
๐Ÿ“#Musiliimaa (kamil)๐Ÿ‘ˆ
Audio
๐ŸŒบ 1Qorontoos 8:6
โžฉ Abbaan fi ilmi ,
Waaqayyoo akka taโ€™e ni ibsa moo, hin ibsuu.
โžฉ Guutema abbaa fi ilma uuma,kan jedhu irratti.
โžฉkamil immoo abbaa qofaatu uuma kani jedhuu irratti.

๐Ÿ”ณ๐Ÿ”ณ๐Ÿ”ณ๐Ÿ”ณ๐Ÿ”ณ
Dhifama storage guutee ofuma addan kute jira. Daqiiqaa 60 yoo,ta'u
๐Ÿ“nuuti garuu kani waliin dubbanne daqiiqaa 160 turee

๐Ÿ‘‰ qabxiiwwan hafni garuu maali goona ree.
======
Audio
๐ŸŒบ Gutema ๐Ÿ‘‰ ragaa Kiristoos Waaqayyo ta'u fide irratti

A))= Ibroota 1:3
๐Ÿ‘‰ Kiristoos Waaqayyo ta'u ibsa
B))=isaayaas 6:1-3
irraa kani jiruu ,Gooftaa fi Waaqayyo akka taee
C))=Farfannaa 110:1
=Kiristoos Waaqayyo gooftaa taโ€™u
D))=seera.Bau 20:5-6
=Kiristoos Waaqayyo ta'u
=================
โžฉkamil Muslimaa irraa
Ijaa isaa fi gurra isaanii dhagae jira.
๐Ÿ‘‰ yeroo dhiyoo keessatti Kiristiyaanaa akka ta'u , Hawi isaa fi keenya
Audio
๐ŸŒธ๐Ÿ“ mormii guddaa tokko ilaala.
๐Ÿ‘‰ isaa kamatu sirridhaโ“
A))=Amantaa Kiristiyaanaa moo โ“
B))=Amantaa Muslimaa moo โ“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžฉ #Guteman amanta Kiristiyaanaa ta'u isaa ni mirkaneessa.
โžฉ #Abbuu_Hayyan Amantaa Muslimaa ibsu hin dandeenyee
Kanafuu yaa, Muslimoota dafa dukkana keessa bahaa.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ–ฒdhugaa jiru ilaala isaanii
Murtii itti kennaa.โ“โ“โ“
๐Ÿšท๐Ÿšท๐Ÿšท๐Ÿšท๐Ÿšท๐Ÿšท๐Ÿšท๐Ÿšท๐Ÿšท
Audio
๐ŸŒนmormii guddaa
Orthodoksi fi pheenxee
โžก๏ธ mata duree Fayyisaan eenyu jedhuu โ“
โฌ‡๏ธ kitaaba keessatti kani hin bareeffamne jira, isaa hoo, ni fudhata,moo hin fudhatu โ“
#Orthodoksi(Gutema )
#pheenxee paasterii (iyuel)
๐Ÿ”บsoba pheenxee ilaala kunoo๐Ÿ˜œ๐Ÿ˜œ๐Ÿ˜œ๐Ÿ˜œ๐Ÿ˜œ๐Ÿ˜œ๐Ÿ˜œ
Audio
๐Ÿ…ฐ falmii Kiristiyaanaa fi Musiliimaa gidduutti taโ€™e.
#Orthodoksi irra ๐Ÿ‘‰Gutema
#Musilima irra๐Ÿ‘‰Xaaliburidallah
=========*

โคด๏ธ mata duree falmii
๐Ÿ‘‰Yohaannis 8:21 Irratti
Kiristoos cubbuu keenya irraa nuu fayyisee mooโ“miti kani jedhu irratti โ“
โžก๏ธ Guteman Kiristoos cubbuu keenya irraa nuu, fayyise kani jedhu mirkaneessa 100%
โžก๏ธ xaaliburidallah immoo Kiristoos cubbuu irraa hin fayyisne kana jedhuu mirkaneessa 0%
๐Ÿ“murtii isaa namoota sagalee kana dhaganif dhifnee jira.

  -----kutaa-1-ffยชยช--------