Forwarded from FBC Afanoromo
Godina Arsii Bulchiinsa Magaalaa Guddattuu Dheeraatti balaa tiraafikaa konkolaataa ummataa mudateen namoota 6 irra miidhaa cimaan gahe
Finfinnee, Muddee 12, 2013 (FBC) – Godina Arsii Bulchiinsa Magaalaa Guddattuu Dheeraatti balaa tiraafikaa konkolaataa ummataa mudateen namoota 6 irra miidhaa cimaan gahe. Godina Arsii Bulchiinsa Magaalaa guddattuu Dheeraatti balaa tiraafikaa konkolaataa deddeebisa ummataa gara Magaalaa Hurutaa deemaa turee fi konkolaataa dhuunfaa ‘pick Up’ gara Adaamaa deemaa ture walitti bu’uun miidhaan namaa fi qabeenya irra…
https://www.fanabc.com/afaanoromoo/godina-arsii-bulchiinsa-magaalaa-guddattuu-dheeraatti-balaa-tiraafikaa-konkolaataa-ummataa-mudateen-namoota-6-irra-miidhaa-cimaan-gahe/

Yaa’ii ariifachiisan hoggantootaa IGAD 38ffaan murtoo garaagaraa dabarsuun xumurame
Finfinnee, Muddee 12, 2013 (FBC) – Yaa’ii ariifachiisaan hoggantoota Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa 38ffaa Jibuutiitti gaggeeffamaa ture murtoo garaagaraa dabarsuun xumurameera. Yaa’ichi dhimmoota Siyaasaa, Hawaasummaa fi Diinagdee biyyoota miseensa dhaabbatichaa irratti kallattii kaa’eera. Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad duula olaantummaa seeraa kabachiisuu naannoo Tigraayitti gaggeeffamaa ture ilaalchisee yaa’ichaaf ibsa taasiisaniiru. Duulichi…
https://www.fanabc.com/afaanoromoo/yaaii-ariifachiisan-hoggantootaa-igad-38ffaan-murtoo-garaagaraa-dabarsuun-xumurame/

Jiilli I/G W/ra Geejjiba Godinaa Obbo Mashuu Baqqalaatiin Durfamu Leenjii Tarsimoo Badhaadhina maatii Sadarkaa Gandaatti kennamaa jiru Daawwatee jira.
Badhaadhina maatii gama Hundaan Milkeessuuf Leenjiin Dandeettii fi Gahumsa Qonnaan Bulaa Cimsu Kennuun Murteessaadha!
( WDHKMAG Muddee 13/2013) Aanaa Geeraa gandoota hunda keessatti Leenjiin Tarsimoo Badhaadhina Maatii Qonnaan Bultootaa kennamaa jiru Bifa ho'aadhaan itti fufee jira.
Leenjii kana irrattis Itti Gaafatamaan w/ra Geejjiba Godinaa Obbo Mashuu Baqqalaa fi I/G W/ra Paartii Badhaadhinaa Aanaa Geeraa Obbo Haawwii Sayid Ganda W/Qarsaa,Q/Andaraachaa,G/Caallaa fi G/Naasootti Argamuun Yaada Kennaniin Badhaadhinni Jechaan Osoo Hin Taane Hojii Dhaan Dhogoomsuu qabna Jechuun Dubbatanii jiru.
Hirmaattonni Woltajii kana irratti argaman tokko tokkos Yaada kennaniin Mootummaan Nageenya Biyya Keenyaa Dhugoomsuun Tarsimoo Badhaadhina Maatii irratti Hoggantoota olaanoo Naannootiin Bifa kanaan Leenjii nuu kennamaa jiru irraa hubannoo ga'aa argataa akka jiran Dubbatanii jiru.
Maatii Badhaadhe Horachuun Badhaadhina Biyyaa Dhugoomsina!

Mariin siyaasaa sadarkaa olaanaa dhimmoota daangaa Ityoo-Sudaan 2ffaa Sudaan Kaartuumitti har’a ni eegala
Finfinnee, Muddee 13, 2013 (FBC) -Mariin siyaasaa sadarkaa olaanaa dhimmoota daangaa Ityoo-Sudaan 2ffaa Sudaan Kaartuumitti har’a ni eegala. Mariin siyaasaa sadarkaa olaanaa dhimmoota daangaa Ityoo-Sudaan 2ffaa Sudaan Kaartuumitti guyyaa har’a ni eegala. Lammiileen lamaan waloon dhimmoota waqtaawaa naannoo daangaa ilaalchisuun ni mari’atu. Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa. Karaa…
https://www.fanabc.com/afaanoromoo/mariin-siyaasaa-sadarkaa-olaanaa-dhimmoota-daangaa-ityoo-sudaan-2ffaa-sudaan-kaartuumitti-hara-ni-eegala/

Filannoon biyyaalessaa marsaa 6ffaan Caamsaa 28,2013 akka gaggeeffamu Boordiin Filannoo yaada dhiyaase
Muddee 16, 2013 Guyyaan Filannoo biyyaalessaa marsaa 6ffaan itti gaggeeffamu Caamsaa 28, 2013 akka ta’u Boordiin Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa yaada dhiyaase.
Boordichi sagantaa duraa har’a ifoomseen guyyaan sagaleen itti laatamu Caamsaa 28, 2013, guyyaan bu’aan waliigalaa itti ifoomu Caamsaa 29, 2013 hanga Waxabajjii 21, 2013 akka ta’u yaada dhiyeessera.
Boordichi sagantaa gabatee yeroo filannoo marsaa 6ffaa biyyaalessaa haala armaan gadiin ifoomseera.
Muddee 16, 2013 hanga Amajjii 16,2013 yeroo biiroowwan filannoo naannolee banuu.
Amajjii 24, 2013 hanga Gurraandhala 21, 2013 filannoo raawwachiiftootaf leenjii laachuu fi galmee filattoota.
Amajjii 17, 2013 hanga Gurraandhala 21, 2013 filattootaaf hubannoo laachuu fi galmee kadhimamtootaa.
Amajjii 22, 2013 hanga Gurraandha 6, 2013 paartileen siyaasaa mallattoo filannoo galchuu fi murtoo.
Gurraandhala 8 -21, 2013 galmee kaadhimamtootaa
Gurraandhala 8, 2013 hanga Caamsaa 23, 2013 duula filannoo gaggeessuu.
Amajjii 24, 2013 hanga Eebila 1, 2013 galmee filattoota.
Gurraandhala 3, 2013 guyyaa buufataaleen filannoo itti ifoomu.
Gurraandhala 22, 2013 hanga Bitootessa 21, 2013 galmee filattootaa.
Bitootessa 22, 2013 hanga Eebila 1, 2013 guyyaa galmeen filattootaa itti ifoomu.
Bitootessa 19 – 21, 2013 carraa tartiiba waraqaa sagaleen itti laatamu.
Bitootessa 22 -23, 2013 guyyaa kaadhimatoonni itti ifooman.
Bitootessa 21, 2013 hanga Caamsaa 10, 2013 guyyaa waraqaan sagalee itti laatamu maxxanfamu.
Eebila 16, 2013 hanga Waxabajjii 3, 2013 haala sagalee laachuu ilaalchisee filattootaf hubannoo kennuu.
Caamsaa 24 - 27, 2013 guyyaa duulli na filadhaa itti dhaabbatu.
Caamsaa 28, 2013 guyyaa sagaleen itti laatamu.
Caamsaa 28, 2013 guyyaa Ummattoonni Kibbaa Lixa Ityoophiyaa sagalee murtoo laatan.
Waxabajjii 5, 2013 guyyaa bulchiinsoonni magaalaa Finfinnee fi Dirree Dawaa sagalee itti laatan.
Caamsaa 28 -29, 2013 guyyaa sadarkaa buufatalee filannootti bu’aan filannoo akka biyyaatti itti ifoomu.
Waxabajjii 5 - 6, 2013 guyyaa sadarkaa buufatalee filannootti
bu’aan filannoo magaalaa Finfinnee fi Dirree Dawaa itti ifoomu.
Caamsaa 29, 2013 hanga Waxabajjii 3, 2013 guyyaa sadarkaa buufata filannoo naannootti bu’aan filannoo itti ifoomu.
Waxabajjii 6 -11, 2013 guyyaa sadarkaa buufatalee naannootti bu’aan filannoo magaalaa Finfinnee fi Dirree Dawaa itti ifoomu.
Caamsaa 29, 2013 hanga Waxabajjii 21, 2013 guyyaa Boordiin filannoo biyyaalessaa bu’aa filannoo xumuraa itti ifoomsu.

Ityoophiyaa fi Baankiin Addunyaa waliigaltee liqaa Doolaara miiliyoona 100 mallatteessan
Muddee 15, 2013 Ityoophiyaa fi Baankiin Addunyaa waliigaltee liqaa Doolaara miiliyoona 100 mallatteessaniiru.
Waliigalticha Ministirri Deettaa Ministeera Maallaqaa Yaasmiin Wahabireebii fi Baankii Addunyaatti bakka bu’aan Afrikaa bahaa Oosmaan Diyoon mallateessaniiru.
Waliigaltichi dubartoota hojii kalaqaa damee IMX irratti bobba’aniif kan ooludha.
Dabalataanis, dhaabbilee teekniikaa fi oogummaa fi biroowwan daldala IMXf deeggarsa teekniikaa taasisuuf ni oola.

#_Baga_Gammaddan_Baga_Gammanne.
================================
Gaaffiin Ummata Aanaa Geeraa Hoggansa Badhaadhinaatiin Deebii argateera.
Mootummaan Xiyyeeffannaa Guddaa hojii Misoomaaf kennee hojjataa jiruun Daandii Geeraa,Gommaaf naanoo kibba keesaa Aanaa Meddaabboo wol qunnamsiisu km 100 qarshii Biliyoona 3.7 Waggota Afran itti aanan keessatti ijaaramee xumuramuuf Dhaabbanni Raamaa konistiraakshinii fi ATD Federaalaa muddee 22/2013 Wolii galtee mallatteesanii jiru.
Imalli keenya Ida'amuu,Galmi Keenya Badhaadhina.

(WDHKMAG Amajjii 22/2013) Aanaa Geeraatti Gamaggamni Raawwii hojii Mootummaa fi Paartii ji'oottan jahan darbanii gaggeeffamaa jira.
=============================
Gamaaggama kanaan hojiiwwan Ji'oottan jahan darban keessatti gama mootummaa fi paartii akkasumas hojii guyyaa 15 keessa raawwatamaa turan ilaaluun ciminaa fi hanqinoota mul'atan adda baasuun kan irratti mari'atamu dha.
Marii kana irratti argamuun haasawa Baniinsaa kan godhan I/G ATG Godina Jimmaa Obbo Mashuu Baqqalaa fi Bulchaan bulchiinsa aanaa Geeraa Obbo Xaahir A/Firaa Hojiiwwan Ji'oota jahan Darban keessa Sochii hojii Aanaa keenya keessatti taasifamaa ture Daran Cimsuun Fedhii Hawaasa keenyaa Dhugoomsuun Karoora bara kanaa milkeessuuf Raawwii hojiiwwan keenyaa madaaluun Ciminaa fi Hanqina Jiran adda baasuun Xiyyeeffannaa addaatiin hojjachuun murteessaa akka ta'e dubbatanii jiru.
Gamaaggama raawwii hojii kana irrattis Gabaasni raawwii hojiiwwanii Seektaroota Hundaa,Gabaasni Hojii Paartii fi Hojii Guyyaa 15 dhiyaataa kan jira.

Aanaa Geeraatti Daawwannaan Hojii Misoomaa Taasifame.
===========================================
(WDHKMAG Gurraandhala 02/2013) Jiilli Ministeera Qonnaa Obbo Umar Huseeniin Durfamu Hojiiwwan misoomaa Aanaa Geeraa keessatti hojjatamaa jiran Daawwatee jira.
Mootummaan Xiyyeeffannoo Guddaa Fayyadamummaa Ummataa Guddisuuf kennee hojjataa jiruun Hojiiwwan Misoomaa Qonnaan Bultootni Hojjataa jiran hanga gandaatti gadi bu'uun Daawwannaa taasisaa jiruun Aantummaa fi Quuqama Hawaasa keenyaaf qabu gochaan agarsiisaa jira.
Jiilli kun Egaa Guyyaa harraa Aanaa geeraatti hojiiwwan Misoomaa Aanichatti Xiyyeeffannaa Guddaan itti kennamee hojjataamaa jiran kunneen keessaa
Hojii Buna Dulloomee gamashuu Hektr,kuma 1,387 fi Buna Goge Buqqisuu hekt,kuma 1,054 fi Hojii Misooma Bunaa Qonnaan Bultoota 240'n Hektaara 120 irratti kilaastera 6'n ijaaramee hojjatamaa jiru akkasumas Dhaabbii Bunaa Ganna Dhufuuf Biqiltuu Bunaa Mil.1,068,560 buufata biqiltuu shan keessatti hojjatamaa jiru fi Biqiltuu Ogiyoo kuma 71,963 Buufata biqiltuu shan keessatti biqilfamaa jiruu fi Biqilaa Avokaadoo akkasumas Maashina Ammayyaa Buna Muluqsu kan woldaa Qonna maraa Naannoo Caallaa Daawwatamee jira.
Hojii Misooma Bunaa Hojjatamaa jiruu Milkeessuufis Ministeerri Qonna Federaalaa obbo umar Huseen Hojii Waajjirichaa saffisiisuuf Deeggarsa Mootora lamaa akka taasisan waadaa galanii jiru.
Sagantaa kana irratti Hoggansi Federaalaa Ministeera Qonnaa,Daayayirikteera Bunaa fi Shaayii Fedeeraalaa fi Woldaa hojii gamtaa federaalaa irraa argamuun Sirni daawwannaa kun Gaggeeffamee jira.
===================================

#_Hirmaattonni koonfaransii Paartii Kunis guyyaa harraa Ijaarsa Gamoo Paartii Badhaadhinaa Aanaa Geeraatiif Qarshii 124,470 Waada Galanii jiru.
leenjiin Jijjiirama Hunda Galeessaa fi Haala Qabatamaa Paablik Sarviisii irratti Hojjattoota Mootummaaf kennamaa jira.
==========================
(WDHKMAG,Gurraandhala 08/2013) Leenjiin kun kenna tajaajilaa saffisiisuu fi jijjiirama akka biyyaatti argame karaa milkaa'ina qabuun itti fufsiisuun jijjiirama itti aanuuf of qopheesssuu jedhu irratti hojjattoota mootummaaf kennamaa jira .
Bulchaan Aanaa Geeraa obbo Xaahir A/Firaa Haasaa Saaqiinsaa taasisaniin Paablik sarvaantii cimaa Miira Tajaajiltummaa Goonfate uumuun,kenna Tajaajilaa Fooyyessuun itti Quufiinsa maamilaa fiduuf Murteessaadha jedhan.
Jijjiirama hunda galeessaa fi Haala Qabatamaa Paablik Sarviisii irratti kan xiyeeffatu yemmuu ta'u,Guyyootabsadan itti aananiif leenjiin kun kan itti fufu ta'uun ibsamee jira.

Forwarded from AGARO DISH📡AND TECH.INFO/አጋሮ ዲሽና ቴክ መረጃ
Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokonnin Imbaasii Ityoophiyaa Ankaaritti ijaarame eebbisan
Finfinnee, Gurraandhala 8, 2013 (FBC)- Imbaasiin Ityoophiyaa Tuurki Ankaaraatti ijaarame guyyaa har’aa ebbifameera. Sirna eebbaa kanarratti Itti Aanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokonninii fi Ministirri Dhimma Alaa Tuurki Meevuuluut Kaavuusoogiluu argamaniiru. Imbaasichi dhagaan bu’uura isaa preezdaantii duraanii Mulaatuu Tashoomaan kaa’amee waggoota arfan darbaniif ijaarsa irra ture. Ministirri Dhimma Alaa Tuurki Meevuuluut…
https://www.fanabc.com/afaanoromoo/ministirri-dhimma-alaa-obbo-dammaqaa-mokonnin-imbaasii-ityoophiyaa-ankaaritti-ijaarame-eebbisan/

Godina Jimmaatti dhaabbiilee fayyaa hawwataa fi miidhagaa taasisuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 13, 2013 (FBC)- Godina Jimmaatti dhaabbiilee fayyaa hawwataa fi miidhagaa taasisuuf hojjetamaa jira Godinichatti hojiin dhaabbilee fayyaa miidhagsuu bara darbe buufatalee fayyaa 63 fi hospitaaloota 4 keessaatti hojjetamu kan eegale. Hojichi bu’a qabeessa ta’uu isaatiin walqabatee yeroo ammaa aanolee godichaa 21 keessatti buufatalee fayyaa 121 fi hospitaaloota 8 keessatti hojjetamaa jiraachuu isaati kan…
https://www.fanabc.com/afaanoromoo/godina-jimmaatti-dhaabbiilee-fayyaa-hawwataa-fi-miidhagaa-taasisuuf-hojjetamaa-jira/

Dooktar Abiy Ahimad sagantaan ‘Maaddii Biyyaa’ bifa egziibiishinii akka dhiyaatuuf qaamolee tumsa taasisaan galateeffatan
Finfinnee, Gurraandhala 13, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad sagantaa ‘Maaddii Biyyaa’ har’a gaggeeffamuuf qaamolee ibsa ga’umsaalee 3 bifa egziibiishinii akka dhiyaatuuf tumsa taasisaan galateeffataniiru. Dooktar Abiy fuula Feesbuukii isaaniitin akka ibsanitti, yeroo dheeraaf hawwiin eegamaa kan tureefi har’a kan gaggeeffamuu sagantaan ‘Maaddi Biyyaa’ qaamolee bifa egziibiishinii akka dhiyaatuuf tumsa taasisaan galateeffataniiru. Heddummina…
https://www.fanabc.com/afaanoromoo/dooktar-abiy-ahimad-sagantaan-maaddii-biyyaa-bifa-egziibiishinii-akka-dhiyaatuuf-qaamolee-tumsa-taasisaan-galateeffatan/