Gadaa Isportii®
19.1K subscribers
9.25K photos
397 videos
410 links
👉 #Gadaan_Bilisummaa_Dha


HATRICK

GADAA SPORT FOR QUBEE GENERATION


.Waa'ee isportii

.Jijiraawwaan addaa addaa 💰💰💰

.Oddeefannoo waltawaa isportii🎾🏀🎱🎳🏆🏇

.Seenaa taphaata 🏆🏆🏆

.Taphoota live

Yadaa qabdan @SUUF70
Download Telegram
Gabatee pirimerliigii Ingilaand torbee 35ffaa booda!!

@Gadaaisport
@Gadaaisport
🚨 Dhimma Saalaa

➡️ Liivarpuul, Mohaammad Saalaan bara dorgommii biraaf akka isaan waliin turu ni amanu. Saalaanis gadhiisuuf fedhii tokkollee hin agarsiifne. Waliigaltichis mariin kan raawwatamu ta’a.

David Ornstein 🏅

@Gadaaisport
@Gadaaisport
🚨 HERE WE GO 🚨

♦️Leenjisaan feeyinoordi Arne Slott gara Liivarpuul dhufeera.

Maddi: Fabrizio Romano🎖

╔════════════╗
[ SHARE ]》@Gadaaisport
[ SHARE ]》@Gadaaisport
╚════════════╝ ⇲
✅️Leenjisaan cimaan Laaligaa baatii kanaa ifoome!

Leenjisaan cimaan ji'a Ebla bara dorgommii 2023/24 Laaligaa Ispeen torbee 33ffaa irra jiru ifoome.

Haaluma kanaan leenjisaan olaanaa Riyaal Maadriid Kaarloo Anchelootiin leenjisaa cimaa ji'a Eblaa Laaligaa Ispeen ta'uun filatame.

Leenjisaan Kaarloo Anchelootiin Riyaal Maadriid dursee taphoota sadan ji'a kana keessa taasisan hunda injifannoo galmeesse.

@Gadaaisport
@Gadaaisport
PSG'n shaampiyoonaa Leage 1 bara dorgommii 2023/24 ta'uu mirkaneffateera.seenaa kilabichaa keessatti yeroo 12ffaaf liigicha dursuun xumuruu danda'eera.
Share
🔥 📶 @Gadaaisport
🔥 📶 @Gadaaisport
🚨 Arsenaal, Liivarpuul fi Maanchistar Yunaayitid taphataa sarara gidduu ganna 20 Biraayitan Kaarlos Baaleebaa kan ganna darbe Liil irraa Yuuroo miliyoona 30n dhufe fudhachuuf fedhii qabu.


(Madda: Caught Offside)

@Gadaaisport
@Gadaaisport
BREAKING

Kilaboonni Pirimer Ligii Ingilaand bara dorgommii 2025/26tti maallaqa kilaboonni jijjiirraadhaaf baasuu danda'an irratti daangaa kaa'uf qajeelfama Pirimer Ligiin baase irratti waliigalaniiru.

Maanchistar Yunaayitid fi Maanchistar Siitiin seera kana kan morman yoo ta'u, Cheelsiin seera kana irraa of qusachuu isaa The Times gabaaseera.

            Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @Gadaaisport
        @Gadaaisport
✅️Victor Osimhen ganna kana Napoli gadhiisee akka deemu Gazzetta dello Sport gabaaseera

PSG taphataan sarara fuulduraa kan iddoo Mbappe buusuf hojjii jalqabee jira ,
Cheelsiins akkasuma hedduu barbaada jira.

@Gadaaisport
@Gadaaisport
Garee cimaa Pirimer Ligii Ingilaand torbee 35ffaa akka Who Scored baasetti.

@Gadaaisport
@Gadaaisport
🗣️ Ardaa Guler: "Taphataa Turkii jalqabaa Chaampiyoonsi Liigii injifate ta'uun barbaada!" 🇹🇷

@Gadaaisport
@Gadaaisport
✅️Vaalverde: "Riyaal Maadriid keessa taphachuun waan guddaadha."

@Gadaaisport
@Gadaaisport
Seenaa Pireemiyeer Liigii Ingilaand keessatti leenjistoota injifannoo 100ffaasaanii galmeessuuf taphoota muraasa isaanitti fudhate.

◎ Pep Guardiola (134)
◎ Jose Mourinho (142)
◎ Jürgen Klopp (159)
◎ Sir Alex Ferguson (162)
◉ Mikel Arteta (169)
◎ Arsene Wenger (179)

📈 Powered by: Squawka

@Gadaaisport
@Gadaaisport
🇪🇺Tapha Champiyoons liigii Awuroppaa Walakkaa xumuraa har'a taasifamu

04:00 | Baayer Muunik, Riyaal Madriid waliin

@Gadaaisport
@Gadaaisport
✅️Kilaboonni hanga ammaatti Shaampiyoonsi Liigii bara dhufuuf darban:

🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 Maanchistar Siitii
🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 Arsenal
🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 Liivarpuul
🇪🇸 Riyaal Maadriid
🇪🇸 Baarseloonaa
🇩🇪 Baayermuunik
🇩🇪 Baayer Leeverkusen
🇮🇹 Intar Miilaan
🇮🇹 Milaan
🇫🇷 Paaris Seent Jarmaniin
🇳🇱 Feyeenoord
🇳🇱 PSV Eindhoven

@Gadaaisport
@Gadaaisport
🚨 Arsenaal taphataa sarara gidduu muuxannoo qabuu jorginhoof kontiraata haaraa kan dhiyeesse yoo ta'u, taphataa lammii Xaaliyaanii kun ni mallatteessa jedhamee eegama.
✍️🇮🇹


(Madda: Deevid Ornstein)

@Gadaaisport
@Gadaaisport
Tapha walakkaa xummuraa Shaampiyoons Liigii Awurooppaa galgala har'aa taphatamu.

04:00 🔰 Baayer Muuniik Riyaal Maadriid waliin


         Tilmaama keessan comment godhaa

Live taphni yoo eegalu wajjiin itti fuufna

Jirtuuuuuuuuum ❤️❤️

@Gadaaisport
@Gadaaisport
⏹️Baayermuunik fi Riyaal Maadriid seenaa keessatti.

• Riyaal Maadriid yeroo 12 injifate
• Baayermuunik yeroo 11 injifate
• Garee lamaan yeroo 3 walqixa bahan

■Riyaal Maadriid Shaampiyoonsi Liigii Awrooppaa yeroo 14 injifateera.
🔴Baayermuunik Shaampiyoonsi Liigii Awrooppaa yeroo 6 injifannoo galmeesse.

●Seenaa keessatti Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaatiin Riyaal Maadriid garee walakkaa xumuraaf, yeroo 33 darbaniidha

🔴 Baayermuunik yeroo 21ffaa gara walakkaa xumuraatti ga'umsa hedduu galmeessisuun sadarkaa lammaffaa irratti argama.

Har'a galgala maaltu ta'aa laata

@Gadaaisport
@Gadaaisport
🗣️ Antooniyoo Ruudiger: ''Tapha xumuraa irratti Mbaapee waliin yoo taphanne isa injifanna.
Mbaappeen yoo dribble na bira darbee nan caccabsa.”😁😁


So funny Ruudi

@Gadaaisport
@Gadaaisport
Kadhimamtoota taphataa cimaa Arsenaal baatii Eebla.

👉Kayi Havarteez
👉Been Waayit
👉Liyaandro Troosaard
👉Maartiin Odegaard


               Share
🔥 📶 @Gadaaisport
🔥 📶 @Gadaaisport
Kaadhimamtoota taphataa cimaa Ji'a Ebilaa Maanchistar Yunaayitid.

👉 Alehandiro Gaarnachoo
👉 Brunoo Fernaandes
👉 Haarii Maaguwer

            Share
🔥 📶 @Gadaaisport
🔥 📶 @Gadaaisport
🚨 BREAKING

Maanchister Yunaayitid ganna dhufu Maason Giriinwuud gurguruuf qophahaniiru.🔴🏴󐁧󐁢󐁥󐁮󐁧󐁿

[Fabrizio Romano]

           Share
🔥 📶 @Gadaaisport
🔥 📶 @Gadaaisport