Alhamdulillaah obbolummaan kana nama beekuf ustaaz Abubakar Ahmad hojjattoota majlisaa Fedraalaa 184 ariif deeggarsa ji'a ramadaana waan ittin soomatan kenneef rabbi haa eda'uuf
โโRamadaan : 11
Hadiisa Abdallaah bin Amri odeyseen ergamaan Rabbii๏ทบ "Soommanaafi Qur'aanni guyyaa Qiyaamaa gabrichaaf ragaa bahan. Soommanni akki ja'u 'yaa Rabbi, isa kana guyyaa nyaataafi fedhii isaa akka hin baaneen dhoorke. Magantaan isaaf seene naaf hayyami'. Qur'aanni akki ja'u 'yaa Rabbi isa kana halkaniin hirriba dhoorke. Magantaan isaaf seene naaf hayyami'. Magantaan isaaniitis bakka geysi" ja'e. Hadiisa kana Albaaniitu qulqulleesse.
- Soommanaafi Salaanni gaafa Qiyaamaa lubbuu godhatanii magantaa nuuf dhaabbatan. Magantaan isaanii ni Qeebalamti. Silas magantaan Soommanaafi Qur'aanaa dhiifamtee tamtu fudhatama arkata? Soommanaafi Salaata halkaniitif jabeessinee qooda haa keenyu. Asitti Salaanni halkanii "Qur'aana" ja'amee dubbatame. Halkan yeroo Salaannu Qur'aana dheereessinee qara'uu akka qabnu irraa hubanna.
NUURALHUDAA
Soora Qalbii Muslimaa

Forwarded from Marcador Bot
๐ธBarattoota kutaa 7-12 jirtan maraaf๐ธ
barumsa keessan mana teessanii akka telegramidhan hordoftaniif Biiroon Bbarnoota Oromiyaa chanela telegramirratti banatee isiniif dhiyeessee jira kutaa keessan tuquun seenaa.
๐ธBarattoota kutaa 12๐ธ
๐ธBarattoota kutaa 11๐ธ
๐ธBarattoota kutaa 10๐ธ
๐ธBarattoota kutaa 9๐ธ
๐ธBarattoota kutaa 8๐ธ
๐ธBarattoota kutaa 7๐ธ
๐Filachuun seenaa๐

Forwarded from Dhugaa Dhokate
As wr wb Oduu Gammachiisaa
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธ
Worronni baruumsa Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wol bira qabuun baratu barbaaddan garee Chaanaala asii gadii tuqaa seenaa ๐
T.me/Dhugaa_Dhokate
https://t.me/joinchat/AAAAAET0CZrsy6G6M2QgtA

Telegram
Dhugaa Dhokate
Dสแดษขแดแด แด
สแดแดแดแดแด
Oduu simbirtuu manneen barnootaa guyyaa 7/9/2012 e c akka akka hojii baruufi barsiisuu isaanii akka eegalu barsiidotaaf ergaan darbaa jira
https://telegram.me/fuadjemal
https://telegram.me/fuadjemal
Telegram
Miidhamaatuu har'a geenne
Miidhama ummataa gabaasuf
Forwarded from Dhugaa Dhokate
As wr wb Oduu Gammachiisaa
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธ
Worronni baruumsa Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wol bira qabuun baratu barbaaddan garee Chaanaala asii gadii tuqaa seenaa ๐
T.me/Dhugaa_Dhokate
https://t.me/joinchat/AAAAAET0CZrsy6G6M2QgtA
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธ
Worronni baruumsa Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wol bira qabuun baratu barbaaddan garee Chaanaala asii gadii tuqaa seenaa ๐
T.me/Dhugaa_Dhokate
https://t.me/joinchat/AAAAAET0CZrsy6G6M2QgtA
Telegram
Dhugaa Dhokate
Dสแดษขแดแด แด
สแดแดแดแดแด
As wr wb akkam jirtu hordoftooni chaaynaali JBMAN baga har'a geessan ni irraaffannee laata?
JBMAN fi JBMAR sababa uffannaa jilbaabaatiif dararamaa turuu Barumsa irraa ari'amuun addaan qoqqoodanii doorsisuun
Amma ji'a namni yoo Rabbi in kadhate furmaata argatu keessa jirra
Kanaafuu hundi keessanuu dhimma jilbaabaa Ossoo hin irraanfatin dhimma dhuunfaa keenyaa caala ykn walqixa du'aa'ii keenya keessatti haa kadhannuu
Warra waan kadhate argatu rabbi nu haa taasisu
Amiin
Hin irraaffatinaa walis yaadachiisa
๐๐น๐๐น๐๐น๐๐น๐
JBMAN๐
Jama'aa Barattoota Muslimaa Aamunnasrii
https://t.me/bimilla

Forwarded from Deleted Account
RAMADAANAAF GOSOOTA IBAADAA
BY
โโMuaz yakubโ โ
Muslimoota hundaafuu ji'a kana keessa gosoota ibaadaa kan akka salaata sunnaa, Qur'aana xinxalaafi hubannoo waliin qara'uu, tasbiiha, tahliila, tahmiida, takbiiraa, istighfaara, du'aa'ii sharii'aa, gaariitti ajajuu, hamtuu irraa dhorguu, gara..๐

Forwarded from ออFoormulษษ Jireenyษษ ๐ต๐ธ (๐Lij Iyyasuu๐ Nengโญ)
Hamilee Ummataa join godhaa irraa baradhaa
โคต๏ธโคต๏ธโคต๏ธโคต๏ธโคต๏ธโคต๏ธโคต๏ธ
https://telegram.me/Hamiltan_tv_Hamilee_Ummataa

Forwarded from JaalalaโกQulqulluu๐
Yaa ummata arjaa
Rabbi isin nuuf kenne
Gumaata keessaniin
Mataq olqabanne
Qabna ummata gaarii
Waliif waa hin qusanne
Hin finnu yoo hammam
Isim galateeffanne
Ta'aabii keessaniin
Rakkataa sooranne
Diinni ummata keenya
Rakkisee hin gammanne
Waan yaadee
Ka'ee hin arganne
Gargaarsaan bakka hamqistanii......
โ Raayaa A/maccaa
Join godhaa itti dabalamaa
๐๐๐๐
https://telegram.me/Raayyaa_A_maccaa_oficial

Forwarded from JAARRAA ABBAA GADAA (๐
๐๐ฏ๐๐๐๐ก๐๐ โ๐๐ฎ๐๐)
Telegram
๐KEYRAL-UMMA-TUBE
ยซChaanalii Da'waa Fi Barnootaa
@Keyralumma @Ibnutemiya6
Page FB๐ like follow gochuuf
https://www.facebook.com/keyralumma Page
Youtube ๐Channel Subscribe godhuuf
https://youtu.be/N18nEwEcoZY
Yaadaaf @Keyralumma_bot

แ แแ
แ แแ
แ แแ
แ แแ
๐ดแ แฐแธแฉแแญ แแ๐ด
แ แ แแ แฐแ แต แ แแชแซ แแฐแฅ แแญแ แแ แฅแจแแจแฉ แแ แ แฒแฑ แจแฐแแจแจแ แจแชแณแฅ แตแ แแฐแแฑ แฐแแแต แญแฃแแ แ แ แแ แฐแ แต แ แฉแแณแญ แแตแฅ แฅแจแฐแจแแแ แตแแแ แแฐแ แฅแแณแญแฐแญแต แ แฐแปแแ แ แ แ แแแแ แ แแฐแซแจแต แแแแช แแชแแฝ แฅแแตแจแตแแธแ แฅแ แจแแแแแแ แ แตแแแแ แแแญแณแตแ แแญแ แแ แจแ แแแจแ แแ
แจแแแ แแซแ แฒแฐแญแต แญแแ แฐแแฐแ (แฐแแฐแฝ) แแ แ แจแญ(แ แจแแฝ) แฐแกแแ แฅแแณแแ แจแ แผแญ แฅแแญแ
๐แฅแฃแฎแตแ แขแซแ แ 30 แฐแ แผแญ แซแตแญแ
แผแญ แผแญ แผแญ แผแญ
https://telegram.me/fuadjemal
๐ดแ แฐแธแฉแแญ แแ๐ด
แ แ แแ แฐแ แต แ แแชแซ แแฐแฅ แแญแ แแ แฅแจแแจแฉ แแ แ แฒแฑ แจแฐแแจแจแ แจแชแณแฅ แตแ แแฐแแฑ แฐแแแต แญแฃแแ แ แ แแ แฐแ แต แ แฉแแณแญ แแตแฅ แฅแจแฐแจแแแ แตแแแ แแฐแ แฅแแณแญแฐแญแต แ แฐแปแแ แ แ แ แแแแ แ แแฐแซแจแต แแแแช แแชแแฝ แฅแแตแจแตแแธแ แฅแ แจแแแแแแ แ แตแแแแ แแแญแณแตแ แแญแ แแ แจแ แแแจแ แแ
แจแแแ แแซแ แฒแฐแญแต แญแแ แฐแแฐแ (แฐแแฐแฝ) แแ แ แจแญ(แ แจแแฝ) แฐแกแแ แฅแแณแแ แจแ แผแญ แฅแแญแ
๐แฅแฃแฎแตแ แขแซแ แ 30 แฐแ แผแญ แซแตแญแ
แผแญ แผแญ แผแญ แผแญ
https://telegram.me/fuadjemal
Telegram
Miidhamaatuu har'a geenne
Miidhama ummataa gabaasuf
โโSirni awwaalcha Kabiir Huseen Waaqoo magaalaa Adaamaatti raawwatame
Abbaan Qabeenyaa Kolleejjii Fayyaa Hospitaal Waliigalaa Adaamaa Kabiir Huseen Waaqoo dhukkubsatee Walโaanamaa eega turee booda, guyyaa kaleessaa addunyaa tana irraa godaane. Sirni awwaalcha Kabiir Huseen guyyaa harโaa magaalaa Adaamaa keessatti raawwatame. Sirna awwaalchaa kana irratti Dr. Jeylaan Haaj Khadiir, Haaj Yuusuf Ciroo, Sheikh Hajjii Ibraahiim, Obbo Jawaar Muhammad, Obbo Lammaa Magarsaa, Obbo Juneeydii Saaddoo, Abbaa Duulaa Gammadaa fi Prezdaantii Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa dabalatee namoonni heddu argamaniiru.
Kabiir Huseen Waaqoo hujii daldalaa xinnoo irraa kaโuun nama qabeenya guddaa horate yoo tahu, qabeenya isaatiin hojii tajaajila Fayyaa Ityoophiyaa fooyyeessuu keessatti gahee guddaa nama taphate tahuu ibsi dhaabbata Ethiopian Health Aid baase ni mulโasa.
Kabiir Huseen dabalataanis Jaarsa biyyaa hayyummaan beekamuu fi nama hojii tola ooltummaa keessatti adda dureen hirmaataa ture. Hujiiwwan isaa keessaa muraasni Ulamaa'iin islaamaa Hospitaala isaa keessatti Tajaajila wal'aansa tolaa akka argatan godhaa ture. Kana malees, Abbootii qabeenyaa kanneen biroo wajji tahuun, masjiida Khulafaa'urraashidiin kan magaalaa Adaamaatti argamu ijaarsisuu dabalatee, hojiiwwan misoomaa ummataa heddu irratti nama hirmaataa ture tahuun beekama.
Rabbiin Rahmata haa godhuuf, maatii fi firoottan isaatiifis jajjabina hawwina.
#Kabiir_Huseen