Jihaad mannuu
13 subscribers
10 photos
1 video
8 files
7 links
Dhugaan Malee Sobaan Natti Hin Firoominaa!…
Download Telegram
Fatuwaa kana mee dhaggeeffataa dubbisaa
Forwarded from Fataawaa NuuralHudaa (𝐰𝐚𝐚𝐧 𝐬𝐒 ππ‘π’π›πžπžπŸ ππžπžπ›π’π¬πšπš 𝐚𝐫𝐠𝐚𝐭𝐭𝐞𝐞?)
114: Dalagaan biyyaa baanee dalaynu haraam qabaa?

Gaafii: Nuti warri ala baanee waa carraaqnu kun khayrii dalaguu feena. Carraaqnee sadaqachuus ni feena. Garuu horiin keessan haraami nuun je’an. Ka masjiidaaf erginullee nurraa qeebaluu didan.
 
Deebisaa: Yaa gabrittii Rabbii, ta duraatii ati waan dalagdu sumaatu uf beeka. Yoo sigaggaalummaa ka hojjattu taate, yoo mallaqni kee ka ribaa ta’e, yoo faana laaltuu taate, waan Rabbiin jibbu yoo ta’e horiin kee haraami.

Yoo hurkama kee taate ammoo, hurkaa kee itti fayyadamuu, nama fayyaduu, sadaqachuu, hajjiin dhaquu ni dandeessa. Namni horiin hurkaa keetii haraam siin je’u wallaalaadha. Nabiin ο·Ί akki je’e irra caalaan dalagaa waan namni hurkee carraaqqatu. Horiin kee horii halaalii sadaqadhu.

 βœ…Dr. Liwaa’ulislaam🎡
Forwarded from Fataawaa NuuralHudaa (𝐰𝐚𝐚𝐧 𝐬𝐒 ππ‘π’π›πžπžπŸ ππžπžπ›π’π¬πšπš 𝐚𝐫𝐠𝐚𝐭𝐭𝐞𝐞?)
115: Dhalaa dalgaaf biyyaa baate fuudhuun ni tahaa?

Gaafii: Dhalaa dalagaaf biyyarraa dhufte fuudhuun kun akkami?
 
Deebisaa: Dhalaan dalagaaf ala baate daangaa cabsite malee wahi kafartee? Yahuudaa wahi taatee? Nasaaraa taatee? Yoo ka akkasitti fudhattu taate tawbadhu. Intalti dalagaaf ala baate daangaa cabsite malee intala Muslimaatii halaali. Qabxima tanallee obboleeyyan tee dhalaa Muslimaatti yaaduun kee dogongoraa Rabbi siif haa araaramu.
 
 βœ…Dr. Liwaa’ulislaam🎡
Waanan dhagayeefi waanan arge hunda chaanaalii kana irratti isiniif erguuf qophiidha.isinis like share waliif godhaa
Forwarded from πŸ˜·Moa-Teach😷 (M I K Ø M πŸ”πŸ”)
AROMA-SuperSUConfig-v1.00.zip
964 KB
πŸ‘‰ BILBILA KEENYA YOO JECHA DARBII DAGANNE UTUU FAAYILLI IRRAA HIN BADIN JECHA DARBII KUTUUF
Forwarded from ELSAY TECH (Elsay Daniel)
Yeroo amma kana namoonni karaalee garagaraatti fayyadamuun bilbila nama yeroo isaan itti to'atan ni argina ta'a. Kanaaf guyyaa har’a kana App tokkoon messeeji namaa salphaatti hordofuu karaa itti dandeessan isin wal barsiisna Appin kunis wanti inni gochuu danda'u waa hedduudha fkn FACEBOOK,WHATSAPP,IMO,EMAIL,SMS FI kkfn karalee hunda messejii isiniif ergamu fudhate gara nama kan birootti dabarsuu ni danda'a jechudha.

Oddeeffannoo guutuu argachuuf as tuqii Itti fufiiπŸ‘‡βœ…πŸŒ
https://bigtechoro.com/2022/01/23/haala-message-nama-barbaanne-toachuu-dandeenyu/☝️☝️
The owner of this channel has been inactive for the last 11 months. If they remain inactive for the next 30 days, they may lose their account and admin rights in this channel. The contents of the channel will remain accessible for all users.
The owner of this channel has been inactive for the last 11 months. If they remain inactive for the next 18 days, they may lose their account and admin rights in this channel. The contents of the channel will remain accessible for all users.