Forwarded from HOJII KEE (𝔅𝔞𝔯𝔟𝔞𝔞𝔡𝔞𝔞 ℌ𝔞𝔮𝔞𝔞)
Maqaan nabii keenyaa hadiisa sahiihatti.
{ ﻗﺎﻝ ﺭﺳﻮﻝ ﺍﻟﻠﻪ ﺻﻠﻰ ﺍﻟﻠﻪ ﻋﻠﻴﻪ ﻭﺳﻠﻢ ﻟﻲ ﺧﻤﺴﺔ ﺃﺳﻤﺎﺀ ﺃﻧﺎ ﻣﺤﻤﺪ ﻭﺃﺣﻤﺪ ﻭﺃﻧﺎ ﺍﻟﻤﺎﺣﻲ ﺍﻟﺬﻱ ﻳﻤﺤﻮ ﺍﻟﻠﻪ ﺑﻲ ﺍﻟﻜﻔﺮ ﻭﺃﻧﺎ ﺍﻟﺤﺎﺷﺮ ﺍﻟﺬﻱ ﻳﺤﺸﺮ ﺍﻟﻨﺎﺱ ﻋﻠﻰ ﻗﺪﻣﻲ ﻭﺃﻧﺎ ﺍﻟﻌﺎﻗﺐ }
" Ani maqaa shanini qabaa jedhan" rasuulli (salallaahu aleeyhi wa sallam)
• Muhaammed • Ahmed
•Maahii • Haashir • Aaqib
☆ Maahii : jechuun kan rabbiin kufrii isaan lafarraa haqu/laffaaa qulqulleessu jechuudha.
☆ haashir: jechuun kan namni isa booda walitti qabmu jechuudha, kan qiyaamaa malee hin jirre.
☆ Aaqib : jechuun isa booda nabiyyiin hin jiru jechuudha.
•imaamu muslim asirratti dabalee maqaa biroo.
• Al-muqaffii • wa nabiyyu rahmaa waan jedhu irratti dabalee ture. aleeyhi salaatu wa salaam

Forwarded from TIKVAH AFAAN OROMOO
#SaudiArabiyaa #Ethiopia
Hojiin lammiilee Saa’ud Arabiyaatti rakkoo keessatti argaman gara biyyaa deebisuu Wiixata dhufuu akka eegaluu Ministeerri Dhimma Alaa beeksiseera.
Ministirri deetaan Ministeera Dhimma Alaa aadde Birtukaan Ayyaanoo ibsa laataniin, Ityoophiyaanoota Saa’ud Arabiyaatti rakkoo keessatti argaman gara biyyaa deebisuuf qophiin duraa xumurameera jedhan.
Koreen biyyoolessaa dhaabbilee 16 of keessaatti haammate gara hojiitti galuu kaasuun, kanaanis Wiixata dhufuurra eegalee lammiilee rakkoo hamaa keessaa jiraan gara biyyaa deebisuu ni eegala jedhaniiru.
@tikvahethafaanoromoo

Namootni dhuunfaan Kaameeraa tajaajila nageenyaa hatan to'ataman
Namootni dhuunfaan Kaameeraa tajaajila nageenyaa Birrii miiliyoona tokkotti tilmaamamu hatanii fi qabeenyicha isaan irraa bitan harkaaf harkatti to'atamuu Poolisiin magaalaa Finfinnee beeksise.
Shakkamtoonni Dhaabbata SJSOS Ityoophiyaa Itti gaafatamummaan isaa murtaa'e Paarkii Indaastirii Lammii Kuraa keessatti argamu keessaa Kaameeraa tajaajila nageenyaa Birrii Kuma dhibba 9 fi kuma 96tti tilmaamamu 41 fi hirkoo kaameeraa 36 hatanii fi namoonni qabeenya kana bitan 2 to'atamuun dhimmi isaanii qulqullaa'aa jiraachuu Poolisiin magaalaa Finfinnee beeksiseera.

Forwarded from Fataawaa NuuralHudaa (𝐰𝐚𝐚𝐧 𝐬𝐢 𝐝𝐡𝐢𝐛𝐞𝐞𝐟 𝐝𝐞𝐞𝐛𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐚𝐫𝐠𝐚𝐭𝐭𝐞𝐞?)
114: Dalagaan biyyaa baanee dalaynu haraam qabaa?
Gaafii: Nuti warri ala baanee waa carraaqnu kun khayrii dalaguu feena. Carraaqnee sadaqachuus ni feena. Garuu horiin keessan haraami nuun je’an. Ka masjiidaaf erginullee nurraa qeebaluu didan.
Deebisaa: Yaa gabrittii Rabbii, ta duraatii ati waan dalagdu sumaatu uf beeka. Yoo sigaggaalummaa ka hojjattu taate, yoo mallaqni kee ka ribaa ta’e, yoo faana laaltuu taate, waan Rabbiin jibbu yoo ta’e horiin kee haraami.
Yoo hurkama kee taate ammoo, hurkaa kee itti fayyadamuu, nama fayyaduu, sadaqachuu, hajjiin dhaquu ni dandeessa. Namni horiin hurkaa keetii haraam siin je’u wallaalaadha. Nabiin ﷺ akki je’e irra caalaan dalagaa waan namni hurkee carraaqqatu. Horiin kee horii halaalii sadaqadhu.
✅Dr. Liwaa’ulislaam🎵

115: Dhalaa dalgaaf biyyaa baate fuudhuun ni tahaa?
Gaafii: Dhalaa dalagaaf biyyarraa dhufte fuudhuun kun akkami?
Deebisaa: Dhalaan dalagaaf ala baate daangaa cabsite malee wahi kafartee? Yahuudaa wahi taatee? Nasaaraa taatee? Yoo ka akkasitti fudhattu taate tawbadhu. Intalti dalagaaf ala baate daangaa cabsite malee intala Muslimaatii halaali. Qabxima tanallee obboleeyyan tee dhalaa Muslimaatti yaaduun kee dogongoraa Rabbi siif haa araaramu.

Waanan dhagayeefi waanan arge hunda chaanaalii kana irratti isiniif erguuf qophiidha.isinis like share waliif godhaa
Forwarded from 😷Moa-Teach😷 (M I K Ø M 🔝🔝)
AROMA-SuperSUConfig-v1.00.zip
964 KB
👉 BILBILA KEENYA YOO JECHA DARBII DAGANNE UTUU FAAYILLI IRRAA HIN BADIN JECHA DARBII KUTUUF
Forwarded from ELSAY TECH (Elsay Daniel)
Yeroo amma kana namoonni karaalee garagaraatti fayyadamuun bilbila nama yeroo isaan itti to'atan ni argina ta'a. Kanaaf guyyaa har’a kana App tokkoon messeeji namaa salphaatti hordofuu karaa itti dandeessan isin wal barsiisna Appin kunis wanti inni gochuu danda'u waa hedduudha fkn FACEBOOK,WHATSAPP,IMO,EMAIL,SMS FI kkfn karalee hunda messejii isiniif ergamu fudhate gara nama kan birootti dabarsuu ni danda'a jechudha.
Oddeeffannoo guutuu argachuuf as tuqii Itti fufii👇✅🌍
https://bigtechoro.com/2022/01/23/haala-message-nama-barbaanne-toachuu-dandeenyu/☝️☝️

The owner of this channel has been inactive for the last 11 months. If they remain inactive for the next 30 days, they may lose their account and admin rights in this channel. The contents of the channel will remain accessible for all users.
The owner of this channel has been inactive for the last 11 months. If they remain inactive for the next 18 days, they may lose their account and admin rights in this channel. The contents of the channel will remain accessible for all users.