Jihaad mannuu
13 subscribers
10 photos
1 video
8 files
7 links
Dhugaan Malee Sobaan Natti Hin Firoominaa!…
Download Telegram
Forwarded from 😷Moa-Teach😷 (🇲iᏦ Ꮎ † 👑)
m3rawdriverecovery.exe
3.5 MB
🎲 FILEESHII YKN MEEMORII KAARDIIN KEENYA YOO HOJJECHUU DIDE SIRREESSUUF MOOSAAJII FILATAMAADHA
Forwarded from 😷Moa-Teach😷 (🇲iᏦ Ꮎ † 👑)
SDATA(SD_expander).rar
294.2 KB
Forwarded from 😷Moa-Teach😷 (🇲iᏦ Ꮎ † 👑)
Wi-MANsetup.exe
4.4 MB
💻 Kompiwuytera irraa hotspot banuuf kan fayyaduudha
Nama biyyya itiyophiyaa 1 nama biyyaa hindii 1 fi nama biyya chaayinaa 1 wajjin mana nyaata guddaa senanii nyaata nyaacha utuu jiranii tisiisni 🐝 dhuftee namicha hindii harkarra teesse ni aryate,,,,,
namicha itiyoophiyaara teesse ni aryate,,,,,,
namicha chaayinaara teesse innimmoo.... suuuta jedhe qabe! Afaan bufatee nyaate🙈🙈

Ammas tisiisni biraa dhufte🐝 namicha hindiirra teesse ni aryate, namicha itiyoophiyaara teesse ... qacam godhe qabe.... gara namicha chaayinaatti garagalee...👇👇
.
.
.
Meeqaan narraa bitta...😂😂 hin jedhuure


👍 like tuquu hindagatin
Hiryoota kee 3f ergi
!
join👉👉 @kottaakolfaa 👈👈
Tolaatu jaalalleesaa duraanitin
Ani jaalala haraa jalqabera nama biraa wajjin suuraan sibiraa qabu naaf deebisi jenaan

Ishee:- suuraa kan nama 27 itti kennite kan kee keessaa barbaadadhu... hin jettuni🙊🙊🙈🙈😁😁


👍 like tuquu hindagatin
Hiryoota kee 3f ergi!
join👉👉 @kottaakolfaa 👈👈
WAA'EE JAALALAA IRRATTI JECHOOTA HAYYOOTAA MURAASA
▬▬▬▬▬▬▬▬
➊. "Daraaraan jireenyi irraa damma qopheeffatu JAALALA jedhama. Jechuun, jaalalli jireenyaaf madda dammaati!"
— (Victor Hugo)

➋. "Jaalala baruu kan dandeenyu jaallachuudhaan qofa!"
— ( Iris Murdoch)

➌. "Jaalallee keetiin akkas jedhiin: Nuyi baalawwan damee tokkooti, daraaraawwan ooyruu tokkooti, copha/bishaan Galaana tokkooti!"
— (Lacordaire)

➍. "Waanan bareedduu/daa ta'eef na jaallattemoo waan na jaallatteefan sitti bareede?"
— (Oscar Hammerstein II)

➎. "Uumamuu gaa'ela gammachuu fi nagaa hin qabneetiif sababni guddaan rakkoo jaalalaa osoo hin taane rakkoo walitti dhufeenya uumuuti!"

➏. "Jaallachuufis ta'ee jaallatamuun dura of ta'ii argami! aangoo guddaan ati qabdu of ta'uudha. Maalif yoo jette, homtuu si ta'uu hin danda'u!"

➐. "Mallattoon jaalala jalqabaa (Foonqaan) dargaggeessa tokko irratti mul'tu ofitti amanamummaa dhabuu yemmuu ta'u kan shamarranii ammoo ofitti amanamummaa guddaa horachuudha."
(The firs symptom of love in a young man is timidity, in a girl boldness)
— (Victor Hugo)

➑. "Hariiroo jaalalaa keessattis ta'ee qixa kamittuu yartuun dhiifama gochuu hin dandeessu, dhiifama gochuun amala nama jabaati!"
— (Mahtma Gandhi)

➒. "Seenaan jaalalaa inni dhugaan dhuma/xumura hin qabu."
— (Rickard Batch)

➓. "Hundumaa jaalladhu, garuu muraasa amani!"
— (William Shakespeare)

➊➊. "Hariiroo Jaalalaa keessattis ta'ee qixa kamittuu dhiifama gochuu jechuun nama si yakke sana mana hidhaatii baaftee kaatee hidhamee kan ture si'i akka ta'e beekuudha! Jechuun, dhiifama hin gootu taanaan hidhamtee jirta dafii bilisa of baasikaa!"
— (Louis B. Smedes)

➊➋ "Jaalalli gubaa akka giimii abiddaati eega naan jettanii, jaalalli keessan dukkana keessatti haa ifu, warra kaaniifis fakkeenya gaarii ta'aa!"
— (Jane Austen)

➦ ωααи ᴅυввιfтαиιιf Gαℓαтσσмαα! #Ѕнαʀє Gσ¢нυυи σввσℓσσтααf qσσ∂αα!

➦ Gαℓαтσσмαα!!!
Υєʀσσ Gααʀιι

sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ
@beekkumsaawalligalaaf
@beekkumsaawalligalaaf
🔺ᴊᴏɪɴ🔺
Forwarded from ❤️Islam is light of life❤️(sar) (Sara Jamal)
Assalamualeykum Warrahmatullahi
Wabbarakatuu.

Ergamaan Rabbii S.A.W akkana ja'an "
Dubartiin takka fuudhuuf namni waa afur
keessa waan takka laala

1) Qabeenya isii
2) Bareedoommina isii
3) Gosa ykn shanyii isii fi
4) Diin isii

Yaa nama muslimaa, isii diin qabdu
Filadhuu" ja'anii
dhaamsa nuuf dabarsan. Ergamaan Rabbii S.A.W namni fuudhaa fi heerumatti yeroo ka'u, bultii jaaruuf deema, bultiin tuniis bu'ura jabbaa irratti yoo hin jaaramin waliin turuun
isaanii shakkisiisaadha.. bu'uri amantiirra
caalaa jabbaatiis hin jiru..

Kanaaf Ergamaan Rabbii S.A.W dhaamsa cimaa kana ilma namattiif dabarsan,

Yeroo fuutu, intala diin qabdu filadhu" ja'anii.. Garuu dhaamsi kun gurbaa qofaaf hin dabarfamne.. akka aadaa fi amantittiis
beekkamutti, intala dhalaa warraatu
kennata, Ergamaan Rabbiitis Warra
intalaatiif dhaamsa kana dabarsan .

Yeroo Namni Diin isaatii fi Amalii isaa
jaalattan isinitti dhufe, intala teessan
kennaaf, yoo isin kennuufii baattan, fitnaa
fi badii gurguddootu dachii keessa faca'ee
heddummaata" ja'an ergamaan keenya
S.A.W.

kana jechuun, gama intalaatiiniis ta
diin qabdu filatamtee, gama gurbaatiin ka
diin qabuuf yeroo kennan, bultiif bu'urri
lamaanuu sodaa rabbii kan qabu tahee
argama.. akkanaan familyn (manni) sodaa
rabbii irratii jarama jechu.

Ilmaan isaan jidduu arkamulleen (yoo Rabbiin kenneef)
Ilmaan diin Rabbii jabeeyfatu, kan
Islaamummaaf dalagu, kan haqa haadhaa
abbaa isaa beeku tahee dhalata.

Addunyaa fi Aakhirattillee milkiin haala
kanaan argamti.

Rabbi jiruu gammachuu
nuf haa mijjeeysu.

Obbaleeyyan islaamaa, dhaamsa Ergamaa
Rabbii kanatti dalaguu qabna hoggaa
hiriyaa jiruu keenyaa filannu..!!
​​🙌Har'ammoo akkaataa ittiin IMEI Number moosaajii tokko malee jijjiiran isinitti argisiisuun dhufe; na waliin turaa.

1⃣ Jalqaba Dialer banna..
2⃣ Kooddii kana barreessinee bilbilla ##0000##
3⃣ Barreeffama Write IMEI jedhu fida..
4⃣ Lakk. IMEI kan feene irratti barreessina..
5⃣ Erga galchinee booda Start write IMEI kan jedhu cuqaasna..itti fufuunis bilbila keenya Reboot goona.
Bilbila hundarratti dalagauu dhiisuu danda'a; bilbila isiniif dalage irratti fayyadamaa.
🔄Share and Support🔄
📢 @moateach
👥 @moateachGroup
🤖 @moa_teachbot
🙏Share waliif godhaa🙏
Moa teach akkamitti SMS tolaa fayyadamna Deebin isaa kunooti↓

Fayyadamtoonni bilbila 'android' jalqaba 'play store' keessaa apk 'Free message' jedhu bilbila keessan irratti feetu.

Kana booda barreefama 'Welcome to Free message!' jedhu isiniif fida 'start now' jettuun.

Lakkoofsa keessan yeroo itti barreessitan kooddii isiniif erga 'Activate' gootu.
Filannoo 'New Group' fi 'New chat' isiniif dhiyeessa isin 'New chat' filattu. Kana booda lakkoofsaa fi maqaa namoota bilbila keessan keessa jiranii tarreessee isiniif fida; isinis nama sinitti toleef ergaa barbaaddan erguu dandeessu jechuudha.
Namni ergamuuf interneetii qabaates dhabes ergaan keessan inuma ga'a.

Namni ergamuuf dirqama apk kana buufachuu hin qabu; akkuma waan maallaqa keessaniin ergitaniitti namicha qaqqaba.

Dhaabbii hin qabu nama barbaaddaniif ergaa hamma barbaaddan erguu dandeessu

Nama biyya fedhe jiruuf erguu dandeessu.

Share @moateach JOIN @moateach


For Questions🙋🙋‍♂ @moa_teachbot
How to became a beginner programmer ?

Akkamiin programmer jalqabduu ta'uu dandeenya ?



-Programing barachuuf karaalee garagaraa ni jiru.
Fknf: Barumsa idileetin
Website garagaraarraa
Kitaabolee adda addaarraa

Barumsa idilee:-Barumsa idileetin programing barachuuf
--CS(computer sciense)
--Software Enginering
hordofuu.

Website:website garagaraarraa programing barachuun ni danda'ama.

Fkn:
1. www.codecademy.com
2. www.lynda.com
3. www.udemy.com
4. www.udacity.com
5. www.coursera.org
6. www.w3schools.com
7. www.thenewboston.org
8. www.programmr.com
9. www.codeavengers.com
10. www.codeschool.com
11. www.learnstreet.com
12. www.teamtreehouse.com
13. www.sqlzoo.net
14. www.codehs.com
15. www.teamtreehouse.com
16. www.html5rocks.com
17. www.codepen.io
18. www.sitepoint.com
19. www.tutorialspoint.com
20. www.javatpoint.com
21. www.cplusplus.com
22. www.learncpp.com
23. www.tutorialspoint.com
24. www.cprogramming.com
25. www.stackoverflow.com
26. www.learncodethehardway.org
27. www.bloc.io
28. www.howtocode.io
29. www.edx.org
30. www.instructables.com
31. www.developer.apple.com
32. www.developer.android.com
33. www.developers.google.com
34. www.developer.mozilla.org
35. www.msdn.microsoft.com

🇯 🇴 🇮 🇳 @moateach
Forwarded from HOJII KEE (𝔅𝔞𝔯𝔟𝔞𝔞𝔡𝔞𝔞 ℌ𝔞𝔮𝔞𝔞)
Maqaan nabii keenyaa hadiisa sahiihatti.

{ ﻗﺎﻝ ﺭﺳﻮﻝ ﺍﻟﻠﻪ ﺻﻠﻰ ﺍﻟﻠﻪ ﻋﻠﻴﻪ ﻭﺳﻠﻢ ﻟﻲ ﺧﻤﺴﺔ ﺃﺳﻤﺎﺀ ﺃﻧﺎ ﻣﺤﻤﺪ ﻭﺃﺣﻤﺪ ﻭﺃﻧﺎ ﺍﻟﻤﺎﺣﻲ ﺍﻟﺬﻱ ﻳﻤﺤﻮ ﺍﻟﻠﻪ ﺑﻲ ﺍﻟﻜﻔﺮ ﻭﺃﻧﺎ ﺍﻟﺤﺎﺷﺮ ﺍﻟﺬﻱ ﻳﺤﺸﺮ ﺍﻟﻨﺎﺱ ﻋﻠﻰ ﻗﺪﻣﻲ ﻭﺃﻧﺎ ﺍﻟﻌﺎﻗﺐ ‏}

" Ani maqaa shanini qabaa jedhan" rasuulli (salallaahu aleeyhi wa sallam)

• Muhaammed • Ahmed
•Maahii • Haashir • Aaqib


☆ Maahii : jechuun kan rabbiin kufrii isaan lafarraa haqu/laffaaa qulqulleessu jechuudha.

☆ haashir: jechuun kan namni isa booda walitti qabmu jechuudha, kan qiyaamaa malee hin jirre.

☆ Aaqib : jechuun isa booda nabiyyiin hin jiru jechuudha.

imaamu muslim asirratti dabalee maqaa biroo.

Al-muqaffii • wa nabiyyu rahmaa waan jedhu irratti dabalee ture. aleeyhi salaatu wa salaam
Channel name was changed to «Jihaad mannuu»
Forwarded from TIKVAH AFAAN OROMOO
#SaudiArabiyaa #Ethiopia

Hojiin lammiilee Saa’ud Arabiyaatti rakkoo keessatti argaman gara biyyaa deebisuu Wiixata dhufuu akka eegaluu Ministeerri Dhimma Alaa beeksiseera.

Ministirri deetaan Ministeera Dhimma Alaa aadde Birtukaan Ayyaanoo ibsa laataniin, Ityoophiyaanoota Saa’ud Arabiyaatti rakkoo keessatti argaman gara biyyaa deebisuuf qophiin duraa xumurameera jedhan.

Koreen biyyoolessaa dhaabbilee 16 of keessaatti haammate gara hojiitti galuu kaasuun, kanaanis Wiixata dhufuurra eegalee lammiilee rakkoo hamaa keessaa jiraan gara biyyaa deebisuu ni eegala jedhaniiru.

@tikvahethafaanoromoo
Namoonni dhuunfaan kaameeraa mootummaa hatan to'ataman
Forwarded from TIKVAH AFAAN OROMOO
Namootni dhuunfaan Kaameeraa tajaajila nageenyaa hatan to'ataman

Namootni dhuunfaan Kaameeraa tajaajila nageenyaa Birrii miiliyoona tokkotti tilmaamamu hatanii fi qabeenyicha isaan irraa bitan harkaaf harkatti to'atamuu Poolisiin magaalaa Finfinnee beeksise.

Shakkamtoonni Dhaabbata SJSOS Ityoophiyaa Itti gaafatamummaan isaa murtaa'e Paarkii Indaastirii Lammii Kuraa keessatti argamu keessaa Kaameeraa tajaajila nageenyaa Birrii Kuma dhibba 9 fi kuma 96tti tilmaamamu 41 fi hirkoo kaameeraa 36 hatanii fi namoonni qabeenya kana bitan 2 to'atamuun dhimmi isaanii qulqullaa'aa jiraachuu Poolisiin magaalaa Finfinnee beeksiseera.

@tikvahethafaanoromoo
Fatuwaa kana mee dhaggeeffataa dubbisaa
Forwarded from Fataawaa NuuralHudaa (𝐰𝐚𝐚𝐧 𝐬𝐢 𝐝𝐡𝐢𝐛𝐞𝐞𝐟 𝐝𝐞𝐞𝐛𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐚𝐫𝐠𝐚𝐭𝐭𝐞𝐞?)
114: Dalagaan biyyaa baanee dalaynu haraam qabaa?

Gaafii: Nuti warri ala baanee waa carraaqnu kun khayrii dalaguu feena. Carraaqnee sadaqachuus ni feena. Garuu horiin keessan haraami nuun je’an. Ka masjiidaaf erginullee nurraa qeebaluu didan.
 
Deebisaa: Yaa gabrittii Rabbii, ta duraatii ati waan dalagdu sumaatu uf beeka. Yoo sigaggaalummaa ka hojjattu taate, yoo mallaqni kee ka ribaa ta’e, yoo faana laaltuu taate, waan Rabbiin jibbu yoo ta’e horiin kee haraami.

Yoo hurkama kee taate ammoo, hurkaa kee itti fayyadamuu, nama fayyaduu, sadaqachuu, hajjiin dhaquu ni dandeessa. Namni horiin hurkaa keetii haraam siin je’u wallaalaadha. Nabiin ﷺ akki je’e irra caalaan dalagaa waan namni hurkee carraaqqatu. Horiin kee horii halaalii sadaqadhu.

 Dr. Liwaa’ulislaam🎵