FBC (Fana Broadcasting Corporate/Fana The Insider,ፋና የውስጥ አዋቂ.Kaayyoon chaanaalii kanaa warra sagalee hin qabneef sagalee ta'uu,
7.31K subscribers
13.3K photos
429 videos
9 files
1.75K links
Fana Afaan oromo Kessaa Bekaa,fana the Insider,ፋና የውስጥ አዋቂ.የዚህ ቻናል አላማ ድምጽ ለሌላቸው ድምጽ መሆን፣ድብቅ አጀንዳዎችን ለህዝብ ማሳየት፣የህብረተሰቡን ሸክም ማጋለጥ እና ለፍትሃዊ እኩልነት ሚዛናዊ መሆን ነው። ለበለጠ Info ከእኛ ጋር ይቀላቀሉን።Kaayyoon chaanaalii kanaa warra sagalee hin qabneef sagalee ta'uu dha
Download Telegram
Godina Jimmaatti sosochiin Aadaa qusannaa Hawaasaa irratti jijjiirama bu'uuraa fiduuf hojjatamaa jiru Aanaalee hunda keessatti bu'aa gaarii argamsiisaa jiraachuun ibsame.

Ebla 21/2016 WKGJ

Godina Jimmaa #Aanaa_Botor_Xoollaayitti Sosochii Qusannaa taasifameen guyyaa har'aa Qarshiin 461,000,000 ( Miiliyoona dhibba Afuriif miiliyoona Jahatamii tokko) ol Baankii Siinqeetti qusatameera.

Sosochiin akka Godinaatti gaggeeffamaa jiru hawaasichi Aadaa godhachuudhan Jijjiirama diinagdee gama hundaan barbaadamu sana akka milkeessuuf itti fufiinsaan akka kan hojjatamu ta'un ibsameera.
Onnee too keessa mana zalaalam hin digaamnetu jaramee jira jaalala
Nabii Muhammad ﷺ
(S.A.W)
'Hooggansa Bulchiinsa magaalaa Finfinneefi hooggansa misooma kooridarii waliin dhimma tarkanfii hojiichaarratti mari'anneerra' (Ministira muummee Dr.Abiyyi Ahimad)

Ministirri muummee Dr.Abiyyi Ahimad hooggansa Bulchiinsa magaalaa Finfinneefi hooggansa misooma kooridarii waliin dhimma tarkanfii hojiichaarratti mari'achuu ibsan.
Abbaan fedhee haa lallabu
Jibbaa kee afaan guutee
An si jibbee hin danda'u
Osoo qiyaaman buutee
Konkolaattonni pirojektii deeggarsa godaantotaa marsaa 2ffaaf oolan 54 naannoleef kennaman
***
Gaazexaa Bariisaa

Pirojeektiin hawaasa qodaantotaa biyyattiitti qubataniifi hawaasa naannawa sana jiraatu deeggaruuf bocame marsaa 2ffaa kanaaf doolaara miliyoona 180 ramadamuu Ministeerri Qonnaa beeksise.

Konkolaattotni har’a naannolee pirojektichi ittiraawwatamuuf kennamanis hojichi raawwii gaarii akka qabaatuuf yaadameeti jedhame.

Pirojektichi hawaasa lammiilee 2.2 ta’an fayyadamoo akka taasisu ibsameera.

Bayyanaa Ibraahimiin
"𝐃𝐚𝐚𝐧𝐝𝐢𝐢 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮 -𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐚" 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐡𝐢𝐫𝐦𝐚𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐧 𝐤𝐢𝐲𝐲𝐚 𝐚𝐧𝐚𝐚𝐟 𝐜𝐚𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐠𝐮𝐝𝐝𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚.
"ጽዱ ጎዳና - ኑሮ በጤና" ላይ መሳተፌ ለኔ ትልቅ እድል ነው፡፡
𝑨𝒇𝒚𝒂𝒂'𝒊𝒊 𝑪𝒂𝒇𝒇𝒆𝒆 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒊𝒚𝒂𝒂,
𝑨𝒂𝒅𝒅𝒆 𝑺𝒂'𝒂𝒂𝒅𝒂𝒂 𝑨𝒃𝒅𝒖𝒓𝒂𝒉𝒎𝒂𝒂𝒏
Akkuma “Biiftuu jirtuu suksuku” jedhamu Qeerrummaan waqtii muuxannoo qabnu hojiifi galiitti jijjiirruudha”
***
Gaazexaa Bariisaa
“Dargaggeessaa hammam geessaa? suman jaallee biyya keessaa” jedhamee weellifameefiira. Dhugaadha isaan utubaa biyyaa, wabii gaafa xiiqii, gaachana gaafa qabsoo, xomboora qaanqee bilisummaa ijji biyyaa irra jiruudha.

Jijjiirama akka biyyatti har’a hunduu hawaasdinagdeen akkasumas siyaasaan dhandhamaa jiru kanaaf xomboora ta’ee boba’ee, lafeesaa itti cabsee, dhiigasaa itti dhangalaasee, biiftuun bilisummaa dhootee baatee dimokraasiin akka lafa qabatu, hanni, seermaleessummaan, gola sabaafi sablammii goolaa ture hundeedhaa akka buqqa’u gochuu keessatti gahee leencaa taphataniiru.
👇

https://press.et/oromifa/2024/04/27/akkuma-biiftuu-jirtuu-suksuku-jedhamu-qeerrummaan-waqtii-muuxannoo-qabnu-hojiifi-galiitti-jijjiirruudha/
Konkolaattonni pirojektii deeggarsa godaantotaa marsaa 2ffaaf oolan 54 naannoleef kennaman
***
Gaazexaa Bariisaa

Pirojeektiin hawaasa qodaantotaa biyyattiitti qubataniifi hawaasa naannawa sana jiraatu deeggaruuf bocame marsaa 2ffaa kanaaf doolaara miliyoona 180 ramadamuu Ministeerri Qonnaa beeksise.

Konkolaattotni har’a naannolee pirojektichi ittiraawwatamuuf kennamanis hojichi raawwii gaarii akka qabaatuuf yaadameeti jedhame.

Pirojektichi hawaasa lammiilee 2.2 ta’an fayyadamoo akka taasisu ibsameera.

Bayyanaa Ibraahimiin
Konkolaattonni pirojektii deeggarsa godaantotaa marsaa 2ffaaf oolan 54 naannoleef kennaman
***
Gaazexaa Bariisaa

Pirojeektiin hawaasa qodaantotaa biyyattiitti qubataniifi hawaasa naannawa sana jiraatu deeggaruuf bocame marsaa 2ffaa kanaaf doolaara miliyoona 180 ramadamuu Ministeerri Qonnaa beeksise.

Konkolaattotni har’a naannolee pirojektichi ittiraawwatamuuf kennamanis hojichi raawwii gaarii akka qabaatuuf yaadameeti jedhame.

Pirojektichi hawaasa lammiilee 2.2 ta’an fayyadamoo akka taasisu ibsameera.

Bayyanaa Ibraahimiin
Ergaa Kantiibaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanec Abeebee!!
Kabajamoo Ministira Muummee Doktar Abiyyi Ahimad waliin sadarkaa hojiin keenya misooma koriidarii itti argamurratti gamagamma gadi fagoo adeemsifnee raawwiin hojiileen keenya waliigalaa irra jiran bu'a qabeessa ta'uusaanii ilaalleerra.
Bu'uura kallattii nuuf kennameen hojiilee keenya misooma koriidarii bu'uuruma ummata keenyaaf waadaa seenneen yeroo gabaabaa keessatti nixumurra. Rakkoo dhiibbaa tiraafikaa yeroof magaalaa keenyatti mudate hundeerraa furuuf bu'uura misoomaa magaalattii madaalu ijaaruurratti kan argamnu yoo ta'u, obsaafi tumsa ummanni keenya agarsiiseef maqaa bulchiinsa magaalattiin galateeffachuun barbaada.
Waaqni Itoophiyaafi ummatashee haa eebbisu
Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahimad, ayyaana dhufu sababeeffachuun, hojjettootaa Waajjira Ministira Muummee galii gadaanaa qabaniifi daa’imman waajjirichi guddisuuf maaddii qoodaniiru.