Forwarded from Ijoollee Ifaa
Telegram
Weedduu Afaan Oromoo
#share and #join @weedduu
Forwarded from Weedduu Afaan Oromoo | Faarfannaa | Faaruu via @Qualitymovbot
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Far. Dastaa Hinsarmuuπ€
π΅π΅π΅π΅π΅π΅π΅π΅π΅
Maal akkamittin dagatuu akkamiin irraanfatamaa
Gaarummaan ati anaaf gootee gargaarsi bara ijoollummaa
Na keessaa hin baduum matumaa
Hin dagaatamuu tasumaa
π΅π΅π΅π΅π΅π΅π΅π΅π΅π΅π΅
Oolmaakee isa kam dubbadheen isa kam irra taruree
Jecha na waakachiseraa sammukoo keessa hiriree
Tuttuqee na dudubbisaa halkan hirribakoo keessaa
Guyyaas utuun karaa deemuu na dhaabee na haasofsidaa
π΅π΅π΅π΅π΅π΅π΅π΅π΅π΅
Hin ibsukaa jechi danda'e
aha haa ahaa
Jaalalli kankee addumaa
aha haa ahaa
Eenyuttin si fakkeessaree
aha haa ahaa
Haadha moo abbanin si tilmaama
π΅π΅π΅π΅π΅π΅π΅π΅π΅
Utuun dhiiga keessa ciisee wawwaadhuu na arge ijikee
Hundumtuu kan narraa goree karaa koo darbe faannikee
Xurii koo narraa miicitee dhadhaa ejeersaan na dibdee
Siin naaf deebi'eem simboon koo bifattu siinaan bareedee
π΅π΅π΅π΅π΅π΅π΅π΅π΅π΅
Gatii kee maaltu baasaree ahaa aha haa ahaa
Arsaa koo kamtu hojii kee gitaa aha haa ahaa
Maqaa keetu na mararee aha haa ahaa
Jaalallee gaara golgotaa
π΅π΅π΅π΅π΅π΅π΅π΅π΅
Yeroon duugda natti gatee nama barri awwaalee gatee
Qaxxistee gara koo dhuftee siin namaatti na dabalee
Olmaa keetu na keessaa wacaa an afaan koo qabaadhuyyuu
Ormiyyuu si'iin na waamaa hin dagaatamtuum yoomiyyuu
π΅π΅π΅π΅π΅π΅π΅π΅π΅
Nan dhabekaa waanan siin jedhuu ahaa ha ahaa
Olmaa kee ofiirra lakkaa'e ahaa ha ahaa
Keessa kootu si faarfataa ahaa ha ahaa
Yoon harka koo afaaanirra kaa'ee ahaa ha ahaa
πjoin usπ
ππππππ
@faaruu_lyrics
@faaruu_lyrics
βββββ
πππππ

Forwarded from π€Faaruu lyricsπ΅
Farfattuu Feeven Ittaanaa
πΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌ
Isa jireenyikoo ohoho
Isa jireenyikoo ohohoho
Yesuusidha hundeen nagaa koo Γ2
πΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌ
Ol jedheen adeemaa ahahahaa
Nagaa guddaan qaba
Keessikoo sooressaa
Dhimma maliin qaba
Erganii dhalatee ehehehee
Keessakoo keessattii
Jechaan ol ta'eeraa
Nagaan keessa kootti
πΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌ
Boolla du'aa keessaa ahahahaa
Isaanan baafamee
Hundee nagaa kanaa
Irratti ijaaramee
Meerre aangoon du'aa ahahahaa
Narratti aboo hin qabu
Dukkanas darbeeraa
Lamuu nan qaqqabuhu
πΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌ
Tolaaf hojii gaarii ehehehee
Isatu hojjetee
Isumaan na dhaabee
Qulqullootaan qixxee
Gahee koo ta'eeraa ahahahaa
Qooda ofii kooti
Maaltu addaan na baasaa
Yesuus gooftaakoottii
πΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌ
Keessakoo jiraataa ahahahaa
Ana dhiisee hin deemuu
Qabiif itti amanee
Ormatti nan keennuu
Yesuus qooda kooti ihihihii
Narraa hin fudhaatamuu
Diina kootti of jajee
Kanaaf kanan boonuu
ππππππ
ISAA JIREENYI KOO OHOHO
ISAA JIREENYI KOO OHOHOHOO
YESUUSIDHA HUNDEEN NAGAAKOO!!
πππππππ
@faaruu_lyrics
@faaruu_lyrics
πΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌ
Isa jireenyikoo ohoho
Isa jireenyikoo ohohoho
Yesuusidha hundeen nagaa koo Γ2
πΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌ
Ol jedheen adeemaa ahahahaa
Nagaa guddaan qaba
Keessikoo sooressaa
Dhimma maliin qaba
Erganii dhalatee ehehehee
Keessakoo keessattii
Jechaan ol ta'eeraa
Nagaan keessa kootti
πΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌ
Boolla du'aa keessaa ahahahaa
Isaanan baafamee
Hundee nagaa kanaa
Irratti ijaaramee
Meerre aangoon du'aa ahahahaa
Narratti aboo hin qabu
Dukkanas darbeeraa
Lamuu nan qaqqabuhu
πΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌ
Tolaaf hojii gaarii ehehehee
Isatu hojjetee
Isumaan na dhaabee
Qulqullootaan qixxee
Gahee koo ta'eeraa ahahahaa
Qooda ofii kooti
Maaltu addaan na baasaa
Yesuus gooftaakoottii
πΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌ
Keessakoo jiraataa ahahahaa
Ana dhiisee hin deemuu
Qabiif itti amanee
Ormatti nan keennuu
Yesuus qooda kooti ihihihii
Narraa hin fudhaatamuu
Diina kootti of jajee
Kanaaf kanan boonuu
ππππππ
ISAA JIREENYI KOO OHOHO
ISAA JIREENYI KOO OHOHOHOO
YESUUSIDHA HUNDEEN NAGAAKOO!!
πππππππ
@faaruu_lyrics
@faaruu_lyrics
πΉfar. Phaawuloos Taganyiπ€
πΈπΈπΈπΈπΈπΈπΈπΈπΈ
Gooftan dubbii(galagalcheera*3)
πΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌ
Gooftan dubbii galagalcheera
Diina kootti dalga galeera *2
Haaressera seenaa koo tolchera
Harkaa dhaye kan diinaa karoora
Lafa lixaa isaan dhabsiiseera anis galaata dhiyeessera*2
πΆπΆπΆπΆπΆπΆπΆπΆπΆπΆ
Si qapheen dachaa bu'e
Si qapheen gaaratti ol bahe *2
An eenyumaan sin fakkeessuu
An eenyumaan sin qixxeessuu
πΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌ
Ohoo ahaa ohoo ahaa
Ulfaadhu ulfinaani *2
πΆπΆπΆπΆπΆπΆπΆπΆπΆπΆ
Kam jedheen kam dhiisa
Gaarumati anaaf qabduu *2
π΅π΅π΅π΅π΅π΅π΅π΅
Walitti qabeeni galata siif galcha
Situ gab-narraa godhe bubbicha
Yoom na nyaateree na raasee galaanni
Olchaa kootiif haa ta'u malee ulfinnii
ππππππππππ
Maal qabaree yoon shubbisee
Weedduu haaraan yoon weeddisee
Gaarummaansaa narra darbaa
Galatasaa nan lallabaa
Maal qabaree yoon leellisee
Lafaa ka'ee yoon quruphisee
Gaarummaansaa narra dabaa
Galatasaa nan lallabaa
πΆπΆπΆπΆπΆπΆπΆπΆπΆπΆ
Gaddeebi'ummaa garbichasaatif
Goftaan yaadateeraa yaadateraa
Gaarummasaa himuuf yaa'i guddaa
Dura dhaabateeraa dhabateera *2
Angoonif surraanii kan gooftaa kooti
Utuu isa ta'uu baatee an baduu kooti
Akka agartuu ija isaatti ana eeggata
Gooftaakoo iyyesuusin eenyutu fakkaata
πΈπΈπΈπΈπΈπΈπΈπΈ
πΈπΈπΈπΈπΈπΈπΈπΈ
π@faaruu_lyrics

Forwarded from The Gospel (Sammy)
Addisu Waayimaa LyricsπΌ
From New Album
πAgartu koo dukkanaaf ifati
βοΈBakkalcha Fayyinaa kotiim ati
πSin olitti eenyuu iyyuu nan mararuu
πWarqee nan fayyadnef ani hubaa hin guruu.
πTibban hin daganne yaa yaadadhu
πAkk itti argadhee iyyuu dandii kana
π€·ββAbjuu gaggedares hin dandeenye
πNaa tasgabbeessu galaan alaaf mana sii malee agartuu koo
βοΈGaafa sii wajjin dukkanni ifaa bakkeen honaa kunis marga lalisaati
πSodaan koo iddooti hin jire kolfa
βοΈSin ala guyyaan naf ifa mitti lakki agartuu koo
Mammaksi firoota waa naan godhu a gargaru
πsilas tufadhera anoo bitaf mirgaan huba guruu
βοΈIjaa biraa hin qabu kan naaf arguuf
Kanaan ittiin arguu
πDirre namni naf ilaale keessasi πqophaa hin figuu si malee agartuu koo
π€¦ββSin jajadha biftu Fayyinaa koo
Burqaa jechoota haraan siif qaba
πββπNamararttaa bayy'ee naa bojjitee
Garan kos siif hirriba dhaba harra iyyuu agartuu koo
π ββSitu xumureem jiruu Fayyinaa koo
Tolfameera amma iddoon nan dhabadhu
πββOfii keraa naf gotee qodaa koo
Dandii koo gabbaa irra hin iyyafadhu lakki agartuu koo*2
Kanaan Gara koo caala
itti amanuu
Sii argadheerboriimichuu guyyaa lolaaf guyyaa nagaa sii godherra
πQomara nan ta'an jechoonni kee
β€οΈAnaf lubbuu kotii
π¨ββ€οΈβπβπ¨ firoomaa hin moofofnee qabnaam sichis anif Ati agartuu koo.
Isaa kaleessa
isaa haraatif isaa borii..
Isaa kaleessa michuu koo
Isaa haraatif isaa borii..
Isaa kaleessa isaa harattif Isa borii...
Isaa kaleessa ijako
Isa harratif isaa borii
Isaa harraatif isaa borii *4
Music by
Teddy Moges
@sooraguyyaa

Far.Addisuu Qana'aaπ€
πΈπΈπΈπΈπΈπΈπΈπΈπΈπΈ
Falmadhu gooftaa gatii dhiiga keetii
Danuu manca'ee iddoon aarsaa keetii
Boquu jabaatee ija jabinaan kufeera namni cubbuuttii
Jaalalli dhibnaan dabarsee wal kenna jira namni du'atti
πΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌ
Maaloo *2
ππππππππ
Araara siin jenna waaqayyo nu yaadadhu
Faara tolaadhan al tokko nu milladhuu
Iddoo aarsaakee falmadhu
πΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌ
Baayiseen gadde diigamuu isaatti iddoon aarsaa keeti
Tiksituu dhabdee yeroobnyaatamtu hoolonni bakkeetti
Jirra jirra utuu ofiin jennuutu bakkaa dhabamne
Tajaajiltoonni warri ati abdatte galfata kee nyaate
πΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌ
Nutti fakkatavwaan hundaa beekuun dubbiin waan nuu gale
Shamarran keenyaf dargaggoo waliin xuraa'un wal faale
Ameenyi guute kan dhugaa qabu keessa ceepha'ame
Falmadhu gooftaa mana qulqullumaa kee isa diigame
πΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌ
Hoolaa fakkaatee mana kee keessa bineensatu guute
Garaaf jiraate kan bara kanaa geggeessa fakkaatee
Tokkummaan dhibee baayeensaa namni yaa'a jira gadi
Safuu kee gatee qoree dhoqqee keessaa walitti ta'e hundi
πΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌ
Geggeessaa dhugaa nama ifatee iddootti deebisu
Jaalalaan qabe gorsee balleessaasaa kan hubachiisu
Waa'ee mana keef nama inaaffan garaa isaa nyaatu
Maaloo muudame mana kee keessaa bakka haa qabatuu
πΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌ
Duuruma yoom dhibe kan haala dhufuun jijjiramu
Nama akka garaa kee dhibe malee kan dhugaaf falmu
Iccitii mana kee kan eegu seenas kan galmeessu
Maalo dibi kaasi hirmii mana kee kan qulqulleessu
πΈπΈπΈπΈπΈπΈπΈπΈπΈ
πjoinπ

Bayy'eedha araari kee
Lyrics
πΌπΌπΌπΉπΉπΉπΉπΉπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΉπΉπΉ
πIsaa kami dubadhen
isaa kamin dhisaa
π± wa'ee garumake
πNarrati hamma dhabee
Jechaa kamin ibsuu anoo jalalaa kee
πBayy'eedha ararike*2
ππBayy'eedha araari kee*8
πAraari kee naa dhabeera fuula kee
π€πAraari kee naa godherra mucaa kee*4
πFannoo irrati xumurte dhimma koo
Karaa keetin Gutuudha πnagaan koo
πββBaddeen ture sinan barbaadame
Qooda kankoo situu naf qalame
βοΈβοΈJalali kee inni fannoo gubbaa
Naan yaadadha ani Yeroo hundaa
ππAnaf jette fannooti ol bate
Ofii dute jireenya naf late
πJalalaa atii jalalaa
*4
β€οΈβ€οΈmaqaaan kee hundaa naf caala
πJalalaa atii jalalaa
*4
πmaqaaan kee hundaa naf caala
Ft
πJalalaa atii jalalaa
*3ππ maqaaan kee hundaa naf caala
ππβ€οΈβ€οΈJalalaa atii
jalalaa jalalaa*4
π±Uttun hin uumamin yaadan
Kan naa qabdee
ππNaa fayyisuuf jette tessoo keerraa dhufte
ππDhiiga keen micitee xurii cubuu naraa
πAnis araraa keen fayyee kunnoo harra
Ani fayyee Ayyanna keen
Araarameera dhiiga keen
Ta'era ani uummama harra
Biyyi koos waaqara *2πββAni fayyee Ayyanna keen
Araarameera dhiiga keen
π€·ββTa'era ani uummama harra
Biyyi koos πwaaqara *2
Ft
πββAni fayyee Ayyanna keen
Araarameera dhiiga keen
π€·ββTa'era ani uummama harra
Biyyi koos πwaaqara *2
Bayy'eedha Araari kee
π€π€π€π€
Singer Gammachuu Alemayehu (maammee)
πΉπΉπΉπΉ
Music compostion
Eba Diriba
One Blessed song God Bless You maammee

π€far. Dastaa Hinsarmuuπ€
πΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉ
Maal akkamittin dagatuu akkamiin irraanfatamaa
Gaarummaan ati anaaf gootee gargaarsi bara ijoollummaa
Na keessaa hin baduum matumaa
Hin dagaatamuu tasumaa
π΅π΅π΅π΅π΅π΅π΅π΅π΅
Oolmaakee isa kam dubbadheen isa kam irra taruree
Jecha na waakachiseraa sammukoo keessa hiriree
Tuttuqee na dudubbisaa halkan hirribakoo keessaa
Guyyaas utuun karaa deemuu na dhaabee na haasofsisaa
π΅π΅π΅π΅π΅π΅π΅π΅π΅π΅π΅
Hin ibsukaa jechi danda'e aha haa ahaa
Jaalalli kankee addumaa aha haa ahaa
Eenyuttin si fakkeessaree aha haa ahaa
Haadha moo abbanin si tilmaama
π΅π΅π΅π΅π΅π΅π΅π΅π΅
Utuun dhiiga keessa ciisee wawwaadhuu na arge ijikee
Hundumtuu kan narraa goree karaa koo darbe faannikee
Xurii koo narraa miicitee dhadhaa ejeersaan na dibdee
Siin naaf deebi'eem simboon koo bifattu siinaan bareedee
π΅π΅π΅π΅π΅π΅π΅π΅π΅
Gatii kee maaltu baasaree ahaa aha haa ahaa
Arsaa koo kamtu hojii kee gitaa aha haa ahaa
Maqaa keetu na mararee aha haa ahaa
Jaalallee gaara golgotaa
πΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌ
Yeroon duugda natti gatee nama barri awwaalee gatee
Qaxxistee gara koo dhuftee siin namaatti na dabalee
Olmaa keetu na keessaa wacaa an afaan koo qabaadhuyyuu
Ormiyyuu si'iin na waamaa hin dagaatamtuum yoomiyyuu
πΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌ
Nan dhabekaa waanan siin jedhuu ahaa ha ahaa
Olmaa kee ofiirra lakkaa'e ahaa ha ahaa
Keessa kootu si faarfataa ahaa ha ahaa
Yoon harka koo afaaanirra kaa'ee ahaa ha ahaa
ππππππππ
πjoin
ππ@faaruu_lyrics

Forwarded from Milkii magazine
SAGALEEN WAAQAYYOO HAA DUBBATU
Ana: Ani eenyu dha?
Wangeela: 1 Qorontos 6:19 βDhagni keessan mana qulqullummaa hafuura qulqulluu isa isin keessa jiru ta'uu isaa hin beektanii ree? Hafuura kanas Waaqayyo biraa argattan; mana qulqullummaa hafuura isaas erga taatanii, isin kan ofii keessanii miti.β
Ana: Hin beekun turem, waa'ee mana qulqullummaa Waaqayyo caalchisi natti himi.
Wangeela: Maarqos 11:17 Yesus isaan barsiisee '''Manni koo saba hundumaatiif, mana kadhataa jedhamee in waamama kan jedhu hin caafamnee ree?...
Ana: Dhagni koo mana Waaqayyo, Mana Waaqayyo mana kadhannaa qofa erga tahee, Akkamittin kadhachuu dandaβa?
Wangeela: Roomaa 8:26 " Hafuurichis immoo akkuma kanatti dadhabbii keenyatti nu gargaara; nuyi maal kadhachuun akka nuuf barbaachisu akka ta'utti hin beeknu; hafuurichi garuu aaduu isaatiin karaa namni dubbiidhaan mul'isuu hin dandeenyeen nuuf in kadhata."
Ana: Akkamitti hafuura Waaqayyo kana argadhee mana qulqullummaa Waaqayyo isa mana kadhata tahee tahu dandaβa ree?
Wangeela: Efeson 1:13 " Isinis immoo ergaa dhugaa, wangeela fayyina keessanii karaa isaa dhageessan; isin warri dhageessanii itti amantan, hafuura qulqulluu isa abdachiifameen mallateeffamtaniittu."
Ani wangeela Yesuusitti nan amana!!!

πΉFar. Addisuu Waayimaaπ€π€
Guddinni addunyaa wangeelaa hubadhaa
Hundeen addunyaadhaa uumes waaqayyoodhaa
Balbala jabaatee, keenyan nii sassaaqaa
π£Duulli kun duula lubbuutii dammaqaa *3
πΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌ
kaabaaf kibba warri jirtan kannen bahaaf lixaa
Balbala araaraa inni bane hundumaaf walqixa
Dhalooya maraaf qabna dhaamsa ajaa'ibsiisaa
Ergaan wangeelan argame nama boqochisa
πΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌ
Ergaan keenya guddan kan saffisuu qabuu
Dhaloota hundumaatti wangeela lallabuu
Wangeela inni dheebote karaa isaa wallaale
Wangeela *6 labsinaaf isa ittin oolle *2
πΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌ
Argannoo daandii jireenyaa raajicha guddichaa
Dukkanaa hundaa mi'atee urjichaa bakkalchaa
Dhaloonni isaaf owwaate gaaromee mullataa
Kan lubbuu mararfatu dhabee kan kennuu ni olfataa
πΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌ
Haa hubatu sanyiin namaa gurrachi adiin marti
Waamicha bulluuqa qabnaa handaraa lafaati
Biyyota hunda ilaallataa mootis dabalatee
Kiristoosiin ala hin jiruu kan du'a mo'atee
π―Labsii *16 addunyaan haa dhaggefatuu
π’Kan hiitan gafhiisaa
π’Kan qabdan lakkisaa
π’Uumama harkasaa barbaada gooftatu
π’Duulli kun duula lubbuutii dammaqaa *12

ππjoin usππ
ππ@faaruu_lyricsππ
Farfannaa barreefamaan yoo nuuf erguu barbaaddan
@faaruu_bot nuuf ergaa
ππππππ
ππ@faaruu_lyricsππ
Farfannaa barreefamaan yoo nuuf erguu barbaaddan
@faaruu_bot nuuf ergaa
ππππππ
π€Far. Amantii Kumarraa OROMO GOSPEL SONG 2016 ANI GARU . Track mp3
πΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉ
An garuu waa'ee kee wanan jedhuu bay'een qabaa
Kan garaa si cibsuu jechan dhabaa
Isa kam dubbadhee isa kamiin immoo dhiisaa
Goftaa koo gatii kee maaltu baasaa
Γ2
Araarri kee yomuu na dhibuu jaalalli kee na aja'ibaa
Eegumsa kee yemmuu ittii yaaduu
gaarummaan kee narra darbaa
Waa'ee kee himee odeesseesoo garaa nan ga'uu
Yoon akkamitti si jaalladhee gatiin kee kan narraa ba'uu
πΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌ
Gadan jedhaa ol-ol jedhii
Bara koo irratti ati beekamii
Siif bitamuun hawwii kootii
Mooti ta'ii anarrattiΓ2
πΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌ
Dhoksaa garaa kootii yeroo hundaa kan itti himadhuu
Sin malee eenyunan beekaa furmaata kan irraa argadhu
Naaf taatetta hoo hundumaa maalan fedharee kan biraa
Eenyuttan si fakkessu anoo sif jecha dhabeeraa
πΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌ
Gadan jedhaa ol-ol jedhii
Bara kooraatti atti beekamii
Siif bitamuun hawwii kootii
Mooti ta'ii anarratti

πΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉ
πΉFar. Abbabaa TamasgeenπΉ
πΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉ
πObsii obsii garaakko
Dandahii hundumasaa
Innichi har'a ilaaltuuπ
Boroo hn jiruum iddoosaa
Akka galaana guutee
Ganna yaa'ee darbuutii
Fixeensa barii lafaa
Waaree booddee hin jirreetii
πΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌ
π€Wanti aduuβοΈ jalaa
Darbuuf jira hin oolu
Bara meeqa moofaa
Mootonnisπ in ka'uu in dullomu in du'u seenaan saanis in hafa
Obsi yaa garaakoo obsi in dallaanini
Harkaπ€² gooftaa wayyaa hin soba seexanniβ
π»π»π»π»π»π»π»π»π»
π€hunduu yerooβ° qabaa yeroo itti miidhagee yeroo itti coliguu
Inni hirraanfatamee yommuu yaadatame
Inni goge marguu dirmammuu kaleessa
Si irraanfachiisee
Simuuda waaqayyoo seexana inaafsisee
πΈπΈπΈπΈπΈπΈπΈπΈπΈ
π€Dukkannis bari'eeβ οΈ boorunis baqaqee
Ifnii dhufuu in ooluu jireenya har'a ilaaltee
Hin gaddin garaankee
Dhiisiπ qara(fagoo) ilaaluuπ
Akka har'aa mitii obsi barri hin darbaa
Hin bari'u seetee hunduu yeroo qabaππππ
πtuquun join godhaa
π@faaruu_lyrics
kanaan immoo lyrics farfannaa nuuf erguu dandeessuπππππππππππ
π@faaruu_bot
πππππππ
πgalatoomaaπ

Forwarded from Faaruu A/Oromoo
Abarraash Daanyachew
πΌπΌπ₯π₯πΌπΌ
[Yoo tures haa turu gaariifi yoo ta'es gooftaa ulfina keefi]*2 [waan tureef na caalaa si beeka naaf qabdaa'oo guddaa akeeka kaayyoo/yaada kee si beeka]*2
Dhugaan hin mul'ata hin yaadda'uu sittan kooluu gala si godhadheera anoo hin leeyya'uu manakoo galgalaa inni ati naaf yaadde gaariidha turus hin miidhaga awwaala koo bantee naa dhufta gangalchitee dhagaa
Yoo tures haa turu....
Lubbuukoo Waaqayyoof bitami abdiin koo isa bira yoo tureyyuu ga'uun hin oolu mul'aticha bira maaloo maalumaatiif na caba waan darbuuf lapheenkoo inni gooftaan jedhewoo naa dhufa barbaadee teessoo koo
Yoo tures haa turu.....
Abbaaf haatikoo kan hin banne mudaakoo dhoksitee iccitiin ani sitti himadhe yoom bakkeetti baafte tursuun kee gaarummaaf naaf ta'a galataaf na dhaaba bissii galataa na baachifta galatoomi abbaabbaa
Yoo tures haa turu....
@walaloofaaruu