Forwarded from Amantii fi Ayyaana Kristos
" Nuyi garuu nama biyya waaqa irraa ti; "Gooftaan keenya fayyisaan keenya Yesus Kristos achi nuuf dhufa" jennee eegganna."
(Filiphisiiyus 3: 20)
@amantiifayyaana
(Filiphisiiyus 3: 20)
@amantiifayyaana
๐คfar. Baacaa Bayyanaa
Yihudaa beektuu amalli horii jaallatu dhiphaadha
Goftaa gurguree utuu yaadasahoo ittin badhaadha
Kan foonii yaadun homaa hin fayyaduu lubbuu ballessa
Namni waaqayyon malee jiraatu dhumni in fokkisaa
๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ
Hin dagatinaa yaa saba goftaa barri kun dhumaa
Yeroonsaa geenyaan namni waan godhuu dhabee gungumaa
Namni waaqayyoon qabu hin sassatuu guddaa abdataa
Qabeenya hin samne,jireenya hin banneef gooftaa eeggataa
๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ
Utuu dhaga'uu namni maaf hin hubatuu dubbichaa
Jireenya darbuuf dukaa walcabsaa jiraam didichaa
Darbuutti jiraam biyyi lafaa kun in ariifataa
Nama sassataaf nama dagataaho salphaatti argataa
๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ
Sin gomjaasisiin comni biyyi lafaa murmuratu
Namni waaqayyoo hagabuu buluuyyu hin huuqatu
Akkuma kanaatti bifasaa gubbaarran calaqisaa
Ulfina qabaam karaarra deemuun dukkaana ibsaa
๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ
Itti hin hirmaatin dhangaa biyyi laafa qopheefatu
Namni waaqayyoo xoofoo lama keessaa hin sooratuu
Homaa hin jedhuun namoota baayee galafateera
Kan birmadummaa garaa Daani'eeliin qabadhu adaraa
๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ
Siifoo hin darbaa dinnikee ofuumaa si dorsisa
Kan biyya lafaa aduunshee lixuuf geesse yeroonsaa
Nama waaqayyootti tokko hin hirratuum beeki yaa nama
. . .
๐๐๐๐
๐ฑjoin
@faaruu_lyrics

๐คHILASMOS WORSHIP TEAM ๐ต
#JIT University
๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ
Aarsaa urgaa'u fuula abbaatti simatamee
Yesuus hoolaa Waaqaa situ aanaf qalamee(2)
๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ
Bara baraaf kan ta'uu
altokkon aarsaa taatee
Lubbuukoo du'a jala
jireenya koo boojitee(3)
๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ
Karaa seeraa waan narraa eegamuu
Na faayyisuuf gatii barbaadamuu
Ofiikee xumurtee hojii fayyinakoo
Anaaf duutee hambiste du'a koo (2)
๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ
Aboo mucummaa argadheera
Sichi oorma mitii sirraa dhaladheera(3)
๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ
Natu balleessee situ adabame
Cubbuu ta'ee fannootti ol baafame
Baduu oolte lubbun koo si'ini
Karaa keen naaf ta'e dhiyaachuni(2)
๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ
Aboo mucummaa argadheera
Sichi oorma mitii sirraa dhaladheera(3)
๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ
Inni moofan darbeera
Maqaan koos UUMAMA HAARAA

Singers- Dawit Getachew Fenan Befikadu Meron Alemu
<unknown>
๐Fenan Befikadu
๐Meron Alemu
๐Dawit Getacho
๐นErmias Senbeto
โฑ 5:11
๐พ 3.6 MB
๐Meron Alemu
๐Dawit Getacho
๐นErmias Senbeto
โฑ 5:11
๐พ 3.6 MB
๐คFenan Befikadu , Meron Alemu and Dawit Getachew New Song lyrics!
๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ
Yaa obboleekoo
maaf abdii kutatte
Haalaaf yerootti
maaf of ijaarte
Mee taka taa'ii
baraaf ofis ilaali
Kanshee dhiisi kan
keetiif imali
๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ
Hir'uu kan shee keetiin
kan guuttattu
Kankee nyaachuuf
kan shee kan waakkattu
Biyyi lafaa yeroo hundaa fakkeessituu gama hundaa
Amma guuttee bor hirruu
Yaaddoon guutuu wanti hunduu
๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ
Biyya lafaa ilaaltee
abdii hinqabu hin jedhiin
Hirruu keessa teessee
hirruu kee hin ilaaliin
Situ hin barre
hamma geessu
Guutuu ta'uu kees hin beektu
๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ
mee ija kee irraa kaasi
ol-ilaali uumaakee
Fuullisaa kan ifu
garashee moo kee?
Situ hin hubanne
malee hirruun
simitii ishee malee
๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ
Hamma ilaalteef hammat of yaaddee
Miti abbaan kan inni siif yaadee
Dhiigaan kan bitamtee yaa nama isa cimaa
Gatiin kee inni guddaan yesuusumaa
Akka gootaat ka'i iddoo jirtuutii
Mo'aa kee yesuusiin qabadhuutii
Nama abdii jiraataa qabatee deemudha
Jedhii itti dubbadhu an guutuudhaa
๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ
Jaalalaaf eebbaaf nagaa guutuu
Addunyaan kun qabaachuuf hawwituu
Abbaan nagaa sibira
Maaf ilaaltaa kan biraa?
Abdii kutuu kee dhiisi
Nagaa qabduuf weeddisi
๐๐๐join๐๐๐
๐@faaruu_lyrics
๐@faaruu_lyrics
๐๐๐๐๐๐๐๐๐

(Macaafa Fakkeenyaa 23 )
------------
29 Eenyutu "Wayyoo! Wayyoo!" jedha? Eenyutu gadda? Eenyutu nama qoccola? Eenyutu nama komata? Eenyutu sababii malee madaa'a? Eenyutti iji diddiimata?
30 Warra daadhii waynii gar-malee dhugan, warra yeroo hundumaa daadhii waynii isa makaa qabu barbaaduuf adeemanii dha;

๐ค Ermias senbeto
๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ
Kan badne huuuu
Argamne yeee
YESUUSINI
๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ
Ifti nuu baheera
Karaan mullate'oo
Dhugaadhaf jireenya
Nuuf ta'e ilmi WAAQAYYOO
๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ
Biyya lafaa
Akkasiin jaallate
Dabarsee nuuf
Lubbusaa laate
Isatti kan amanu
Jiraatadha'oo
Tasa hin badu
๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ
Jaalallen akkasaa jiraaree?
Cubbaamaadhaaf falli hin turre
Badiisa oolte lubbuun koo
Furii naaf taate
YESUUS koo
๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ
@faaruu_lyrics
๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ
Kan badne huuuu
Argamne yeee
YESUUSINI
๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ
Ifti nuu baheera
Karaan mullate'oo
Dhugaadhaf jireenya
Nuuf ta'e ilmi WAAQAYYOO
๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ
Biyya lafaa
Akkasiin jaallate
Dabarsee nuuf
Lubbusaa laate
Isatti kan amanu
Jiraatadha'oo
Tasa hin badu
๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ
Jaalallen akkasaa jiraaree?
Cubbaamaadhaaf falli hin turre
Badiisa oolte lubbuun koo
Furii naaf taate
YESUUS koo
๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ
@faaruu_lyrics
Forwarded from Weedduu Afaan Oromoo | Faarfannaa | Faaruu
๐คBiniam Oljira๐ง
Yoo mootiyyuu tufatee dhiisera inni Saaโoliinii
Kan jaalatee dhoksee guddisee Daawitiin qaba inni *2
Haras qabaa kan akka Musee fariโoniin kan lafa ilaalchisee*2
Boris qaba kan akka Iyyaasuu kan sabasaa birmadummaa baasuu *2
Haras qabaa inni kan akka Iyyaasuu sanyiif qomoosaa bilisa baasuu
Haras qaba inni kan akka Musee sanyiif qomoosaa kan abdachiisee *2
jira jira jira jira jira jira
yoo tokko iyyee dhugaan jallatee tokko gammaduuโฆโฆโฆโฆ.โฆ..ahooo
abdii namaa aariin guggubee yoo isa waaduuโฆโฆโฆโฆโฆโฆโฆโฆ.ahooo
dhugaan baddee murtiin jallattee sabni yommuu wargamuuโฆโฆ..ahooo
kan koo qomoon siโiin si waamuu
yoo ulfatee nagaan boraโee qilleensi biyyaaโฆโฆโฆโฆโฆโฆโฆโฆโฆahooo
xinnaaf guddaan furmaata dhabee gara keetti iyyaaโฆโฆโฆโฆโฆโฆahoo
anis hin callisuu gara keettan iyyaa
dhugaan qaqallatusiiโฆโฆโฆgara keettan iyyaa
yoo hamate barrisiiโฆโฆโฆ.gara keettan iyyaa
humni koo na buโusiiโฆโฆ..gara keettan iyyaa
abdiin koo qallatusiiโฆโฆ...gara keettan iyyaa *2
anisโฆโฆโฆ.gara keettan iyyaa *4๐ฃ
biyyikoo si eegataa harkasaa balliseetii
gaaffii barootaa qaba dubbadhumee kaโiitii
sanyiif qomoon wal hiree gaarii waliif dalagaa
faannisaa fagoo hin deemuu adeemsi karaa dalgaa *2
๐ haa argu ijikeeโฆโฆhaa ilaalukaa *4๐
dubbattee hin haaltuu kakattee hin dhiistuu
walqixa ilaalaa ijikee hin fakkaatu haalaa *4
๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ

Forwarded from Ijoollee Ifaa
Telegram
Weedduu Afaan Oromoo
#share and #join @weedduu
Forwarded from Weedduu Afaan Oromoo | Faarfannaa | Faaruu via @Qualitymovbot
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM