Hararge online study
168 subscribers
51 photos
2 videos
44 files
80 links
Hello and welcome to our channel in this channel you will get best online works and websites best make money online tips
Download Telegram
Forwarded from Riyaad Nibraas
As wr wb  Obboleyyan kiyya qaqqaalii jirra jirtuu baga jiraattan
Akkuma beekkamu teessuma kheyrii tan jam'aa milkii torbaanirraa walitti dhufnutu jira ammoo sagantaan teessoo guyyaa boruu sagantaa du'aa'iifii gaggeessaa barattoota kutaa 12ffaati waan taheef namoonni barreessama kiyya kana agartan yoo rabbiin isiniif laaffise barattoota kutaa 12ffaa kanneen isinitti dhihaatan akka nuuf affeertan kabajaafi jaalalaan isin gaafafadha .❤️❤️
■Iddoon: masjida magaalaa gamaati
■sa'aatiin:7:30
Share
Hararge online study pinned «As wr wb  Obboleyyan kiyya qaqqaalii jirra jirtuu baga jiraattan Akkuma beekkamu teessuma kheyrii tan jam'aa milkii torbaanirraa walitti dhufnutu jira ammoo sagantaan teessoo guyyaa boruu sagantaa du'aa'iifii gaggeessaa barattoota kutaa 12ffaati waan taheef…»
Pilot exam 2017✅️
You have successfully added. Please proceed to the next step of settings at @hwdbitbot