Lola calanqoo booda waraani dajazmach Nesibu gaara mul'ataa gurawa maadheefate.
Fardoo murtii guutoo kan Raada yaayyaati hafee
Hunda fudhachuun qophii Ogadeen qabachuuf godhaa turee naannoo kanatti itti fufee.
Akkuma beekamu seenaa waraana murtii guutoo keessatti iddoon raada yaayyaa jedhamtu bakka guddaa qabaachaa turtee.baker waaree dabalatee waraani Raaree jedhamu kan fardaan lolaa turee iddoo gaara mul'ataa naannawa gurawa bakka raada yaayyaa gambeella iddoo jedhamtutti nama lallabaa lihoo jedhamu irraa akka leenjii fudhatan seenaan ni dubbata.
"SUURAA waraana dajazmach nesibu naannawa gurawaati Bara 1889.

Gaafa xaliyaan biya qabattee turtee San Bara 1930- 1936tti oromoon tuulama irreecha malkaa ateete kan malkaa gafarsaatiif irreecha malkaa arsadii kan bishoftuu kabajaati turan.
#ancient_history_of_oromoo
#ancient_history_of_oromoo
Fitawraarii habtegorgis dinagdee maqaaf inniniis oromoo ture.wanii guddaan minilik isa itti filateef
Sabboonummaa akka hin qabnee waan hubateefi. Itiyoophiyaa keessatti angoo argachuuf sabboonaa tahu hin qabdu.garuu fakkeessuu qabda
#ancient_history_of_oromoo
Sabboonummaa akka hin qabnee waan hubateefi. Itiyoophiyaa keessatti angoo argachuuf sabboonaa tahu hin qabdu.garuu fakkeessuu qabda
#ancient_history_of_oromoo
Sabni oromoodhaa duriis yoo tahee akka namoonni tokko tokkoo jedhutti saba eegee loonii qofa hordofuudhaan jiraachaa ture ossoo
hin taanee saba bara kuma jaha dura dhawaa mataa isaa Qabaachaa tureefi saba falaasama urjiitiifi saayinsii hawaa xinxilaa tureedha.sabni oromoodhaa saba bara kuma sadii dura Albuuda adda addaatii dhimma bahaa tureefi saba yeroo duraatiif gaanfa afrikaa keessatti dirraa jibrii eegalee.kana malees sabni oromoodhaa saba muxannoo gabiisa loonii saboota biraatiif qooduu bira dabree saba dura gaanfa afrikaa keessatti waraaqsa qonnaa eegaleedha.
Gara bulchinsaatiin yoo fudhanee saboonni Itiyoophiya keessa jiran waan hedduu oromoo irraa fudhatan. Karaa kanaan seera gumaatiifi seera Araaraa qofa kaasuun gahaadha. Fkn:-
Sabni hadiyaa seera Araaraatiin Araaroo jedha,
Sidamaan seera halaale jedha,guraageen ya goka jedha,amaarii shangoo (shan- ga'hoo).

Seenaa Abbootii Gadaa Kanneen Keessaa muraasa
#Abbaan Gadaa Gadawoo Galgaloo(1458-1465): Abbaa Gadaa haroomsa sirna Gadaa oromoo kan bara cunqursaa Habashoota sana oromo walitti gurmessun gahee guddaa qaba.
#Abbaan Gadaa Daawwee Goobboo: Qaroo hayyuu beekamaa nama seera Gadaa foyyesse, seera-gumaa,seera adaba hattuu,seera fuudhaaf herumaa, akka namni akaakayyuu torbaa asitti wal-hin fuune fi seera gumii gaayoo tume, jedhamee seenaa gadaa boranaa keessatti Beekama.
#Abbaa Gadaa Halaakee Dooyyoo: waan seera Gadaa Boranaa balleesseef gumiidhaan Abaarame. Abbaan Gadaa Halaakee Dooyyoos rifaatu Abaarsa Kanaan du'e.
#Abbaa Gadaa Liiban Waataa: hayyuu qaroo beekamaa jedhamee seenaa gadaa boranaa keessatti yaadatama. Gumii sinbir Gadaan Liiban Waataa mijeessee irratti hawwaa, gujii boranaa fi Arsii Dabalatee gosoota oromoo 17 caalaatu argame waan ta'eef oromoon akka bara Gadaa Liiban Waataatti walii galee hin beekuu jedhama.
#Abbaa Gadaa Guyyoo Boruu Ingullee: Bara Gadaa Guyyoo Borusu Ingullee Faranjiin Lafa booranaa waraansan Seente; Gadaan Guyyoo Boruus waraana faranjii kana injifatee, Baallii Abbaa Gadaa Liiban Jaldeessaaf Dabarse.
#Abbaa Gadaa Liiban Jaldeessaa: Bara Abbaa Gadaa Liiban Jaldeessaa Minilik Borana qabate.
#Abbaa Gadaa Bulee Dabbasaa: Bara Abbaa Gadaa Bulee Dabbasaa Xaliyaaniin biyya qabatte.
Hubachiisa: Qorannaan Piroofeesar Asmaarom Laggasaa, Haaromsa Gadaa Booda Namoota Abbootii Gadaa Booranaa Turan qoratanii agarsiisa. Profesar Asmarom Hanga Nama tokko irraa eegamu caalaa itti dhimmee waa'ee Qaroomina oromoo qoratee barreeffamaan baasee enyummaa oromoo Addunyaaf agarsiiseera. Dhaloonni Ammaa immo kana irraa ka'uudhaan caalaatti qoratee enyummaa Ummata Oromoo baree, ormas barsiisuu mala.
Piroofeesar Asmaaromiif illee ummanni oromoo yaadannoo gaarii qabaachuu mala.

Abbootii Gadaa Oromoo Booranaa (1458-2025)
1. GADAYO GALGALO DAMBITU W/GU FULASA 1458-1465
2. YAYA FULELE YAYA GALANTU BERITU MARDIDA 1466-1473
3. JARSO BABO GANNO GALANTU LUKU DARARA 1474-1481
4. DAWA BORBOR DAWA DAMBITU W/GU LIBASA 1482-1489
5. DIDA NAMADURRI ANNA DIGALU EEMAJI SABAQA1490-1497
6. ARERO BORU BAKACHA DAMBITU OBITU MOGASA 1498-1505
7. TITILE DULACHA SIRAYU KOLA MAKULA 1506-1513
8. LUKU JARSO BABO GALANTU LUKU FULASA 1514-1521
9. DADA IDO DAMBITU W/GU MARDIDA 1522-1529
10. KURA ALA DIGALU EEMAJI DARARA 1530-1537
11. DAGALE YAYA DAMBITUOBITU LIBASA 1538-1545
12. OSOSA TITILE SIRAYU KOLA SABAQA 1546-1553
13. BORO LUKU JARSO GALANTU LUKU MOGASA 1554-1561
14. ABAYI ORO DULACHA DIGALU LUKU MOGASA 1562-1569
15. BISU DHOQE RASO KARAYU WA/KU FULASA1570-1577
16. ORO DULACHA YAYA DAMBITU OBITU MARDIDA 1578-1585
17. YAYA OLE BONAYA DIGALU TITI DARARA 1586-1593
18. DOYO RORO LUKU GALANTU LUKU LIBASA 1594-1601
19. BACHO NADI DIGALU DADO SABAQA 1602-1609
20. URGUMESA IGU DIGALU EEMAJI MOGASA 1610-1617
21. BABO ORO DULACHA DAMBITU OBITU MAKULA 1618-1625
22. BABO SIBU BERE GALANTU BERITU FULASA 1626-1633
23. HINDHALE DOYO BORO GALANTU LUKU MARDIDA 1634-1641
24. HACHU ABIYU BACHITU SAQUTA DARARA 1642-1649
25. ABALAKU MORMA QARCHABDU BUY LIBASA 1650-1657
26. ABAY BABO ORO DULACHA DAMBITU OBITU SABAQA 1658-1665
27. ALE KURA RETE DIGALU TITI MOGASA 1666-1673
28. YAYA HIRU MALELE MATARI META MAKULA 1674-1681
29. MOROY ABAY GALANTU BERITU FULASA 1682-1689
30. GOBA ALA NURA DIGALU TITI MARDIDA 1690-1697
31. DAWE GOBO YAYA QARCHABDU BUY DARARA 1698-1705
32. JARSO IDO YAYA SIRAYU KOLA LIBASA 1706-1713
33. WALE WACHU ROQA DIGALU UDUMTU SABAQA 1714-1721
34. SORA DHADACHA ILU WARJIDA ANNA MOGASA 1722-1729
35. DHADACHA ORA MOROWA DIGALU EEMAJI MAKULA 1730-1737
36. HALAKE DOYO HARELE GALANTU LUKU FULASA 1738-1745
37. GUYO GEDO WALE SIRAYU KOLA MARDIDA 1746-1753
38. MADHA BORU DADA NONITU AMOYE DARARA 1754-1761
39. SORA DIDO QARSA GALANTU LUKU LIBASA 1762-1769
40. BULE DABASA BULE DIGALU EEMAJI SABAQA 1770-1777
41. LIBAN WATA NAFUR DIGALU WALAJI MOGASA 1778-1785
42. WAYU RALE CHANA DAMBITU OBITU MAKULA 1786-1793
43. BORU MADHA BORU DADO NONITU AMOYE FULASA 1794-1801
44. UNGULE HALAKE SADE GALANTU BERITU MARDIDA 1802-1809
45. SAQO DADACHA GAMADU MACHITU JAWITU DARARA 1810-1817
46. JILLO NYENCHO SORA DIGALLU TITI LIBASA 1818-1825
47. SOKORE ANNA BORBOR MATARI META SABAQA 1826-1833
48. MADHA BORU MADHA NONITU AMOYE MOGASA 1834-1841
49. LIBAN JILLO HADHAWA DAMBITU WA/GU MAKULA 1842-1849
50. JALDESA GUYO DABASA QARCHABDU BUY FULASA 1850-1857
51. DOYO JILLO NYENCHO DIGALU TITI MARDIDA 1858-1865
52. HARO ADI LIBAN GALANTU BERITU DARARA 1866-1873
53. DIDA BITATA MAMO NONITU AMOYE LIBASA 1874-1881
54. GUYO BORU UNGULE GALANTU BERITU SABAQA 1882-1889
55. LIBAN JALDESA GUYO DABASA QARCHABDU BUY MOGASA 1980-1897
56. ADI DOYO JILLO DIGALU TITI MAKULA 1898-1905
57. BORU GALMA DOYO GALANTU BERITU FULASA 1906-1913
58. LIBAN KULE LIBAN DIGALU DADO MARDIDA 1914-1921
59. ARERO GEDO LIBAN DAMBITU WA/GU DARARA 1922-1929
60. BULE DABASA BULE DIGALU TITI SABAQA 1930-1937
61. AGA ADI DOYO DIGALU TITI SABAQA 1938-1945
62. GUYO BORU GALMA GALANTU BERITU MOGASA 1946-1953
63. MADHA GALMA TORE NONITU AMOYE MAKULA 1954-1961
64. JALDESA LIBAN GUYO GALANTU BERITU FULASA 1962-1969
65. GOBE BULE DABASA BULE DIGALU EEMAJI MARDIDA 1970-1977
66. JILLO AGA ADI DIGALU TITI DARARA 1978-1985
67. BORU GUYO BORU GALANTU BERITU LIBASA 1986-1993
68. BORU MADHA GALMA NONITU AMOYE SABAQA 1994-2001
69. LIBAN JALDESA LIBAN GALANTU BERITU MOGASA 2002-2009
70. GUYO GOBA BULE DIGALU EEMAJI FULASA 2010-2017
71. GUYO MORQU DIGALU TITI FULASA 2018-2025.
.
.
Madda: for better oromia
Yoo channeli keenya jaalattan share waliif godhaa.
Wal affeeraa! Waliin seenaa oromoo beekne Wal beeksifnu🖤❤🤍
Horaa bulaa deebanaa!!

H A B A S H A A
Dhaloonni Qubee amma ka'aa jiru yaadama ‘Habashaa’ jedhu akkamitti hubatu?
Akkamittimmoo hubachuu qabu?
Jechi ‘Habashaa’ jedhu yeroo baay’ee bargaagee yoo mul’atu akka waan Itoophiyaa har’aa bakka bu’uutti namoota baay’ee burjaajessaa jira.
Garuu, jechi ‘Itoophiyaa’ jedhuufi Habashaan gonkumaa walitti hidhinsa wayiituu akka hinqabne hubatamuu qaba. Maddi jechichaa illee Itoophiyaa keessa akka hintaane ragaan seenaan ni addeessa. Jecha qofa osoo hintaane ummatni habashaas Itoophiyaa akka hintaaneefi alaa akka dhufan seenaan dhugaa ragaa baha.
Jechi Habashaa jedhu kan
argame Kibba Arabiyaa naannoo Yaman har’aa keessa kan ture gosa “habashaat”
jedhurraa yoo ta’u, Dh.K.D. bara 700 hanga Dh.K.B. bara 100’tti gosa kanarraa hammi tokko galaana Diimaa qaxxaamuruudhaan Kaaba Itoophiyaa har’aa akka qubataniifi ummata Kuush faana walmakanii jiraachuu kan eegalanidha. Yeroo boodas naannoon kun warreen qubattootaa (habashootaa)
kanaan “Absiiniyaa” jedhamee waamamuu jalqabe. Alaa dhufuu Habashaa kana kan mirkaneessu barreeffamni kitaaba Kudhaama Seenaa irraa argame
akkanaan ka’a.
“Habashootni yookiin Absiiniyaanotni kun Arabiyaa Kibbaarraa dhufuufi Nagada Yooqixaan (Agaaziyaan) ta’uu kan mirkaneessu, maqaasaanii, afaanisaaniifi amantii isaanii warra Saabaa jedhamanii biyya Arabaatti hafaniin walfakkaachuutu mirkaneessa. Leellisaa, 6413: 33. Kitaabni Seenaa Oromoo hanga Jaarraa 16
ffaa 1998; Charles wabeeffachuun akka kaa’etti,
“Warri Seem gara ardii Afrikaa osoo hinseeniin dura sabootni Kuush Kaaba Baha Afrikaa keessa kan jiraataniifi kana keessaammoo Oromoon tokko akka ta’e ibsamee ture.
Qabxii kanarraa wanti hubatamuu qabu, ummatni Oromoo kan har’a abbaa biyyummaasaa dhabe dachee Itoophiyaa har’aa tanarra osoo jiraachaa jiruu habashootni alaa dhufuun abbaa biyyummaa akka irraa fudhatan seenaan hinhaalle.
Itoophiyaa jechootni jedhan kun akkamitti walitti hidhamuu danda’an? Gaaffiin jedhu deebii argachuu waan qabuuf, mee hiika jecha Itoophiyaa jedhuufi dhuftee isaa haa ilaallu.
Jechi Itoophiyaa jedhu kan dhufe jecha Giriikii “Itoopis” jedhurraa yoo ta’u, hiiknisaas “ummata fuula gubataa (gurraachaa) ykn biyya ummata magaallanii (gurraachotaa)” jechuudha. Gadaa Meelbaa, 1985:55.
Kun kan agarsiisu jechi “Itoopis” jedhu kun hiika Giriikonni hamma hubannoofi ilaalcha ummata Afrikaatiif qaban mul’isuuf ummata Kuushiif moggaasanidha malee habashaa (Absiniyaa) dhaan walitti hidhinsa tokkollee akka hinqabne ifatti waan beekamuufi beekamuu qabudha. Kitaabni Gadaa Meelbaa, 1985:55 barreessaa Budge, 1928 wabeeffachuun akka eerutti,
“Hanga jaarraa 14ffaatti ummanni Absiniyaa kun jecha Itoophiyaa jedhu kana moggaasa ummata Kuush jedhu malee ittiin ofwaamanii hinbeekan. Kanaafuu, shakkiifi borcaa tokko malee Absiniyaanonni Itoophiyaanota miti” jechuun lafa kaa’a.
Kitaabni Seenaa Oromoo hanga Jaarraa 16ffaa maddoota garaa garaa eeruun akka ibsutti, “Maqaan Itoophiyaa jedhu Absiniyaadhaaf kan kenname namoota kitaabaqulqulluu (Bible) afaan Giriikirraa gara afaan Gi’iiziitti hiikaniin akka ta’e ibsa. S.O.J.16ffaa, 1998:9. Kitaabni Gadaa Meelbaa, 1985:58 akka ibsutti maqaan Itoophiyaafi Absiniyaa jedhan kun gonkumaa tokko akka hintaaneefi kan wal hin fakkaanne ta’anis, barreessitoonni seenaafi qorattoonni sirna dachee hedduun, kiyyoo mootonniifi monokseen habashaa qopheessan keessatti kufuun maqoota lamaan (Itoophiyaafi Absiiniyaa) waliin makuufi waljala jijjiiruun fayyadamaniiru. Kanumaan yeroo dheeraa booda Itoophiyaan Absiiniyaa bakka bu’uu danda’e. Kanuma dhugoomsuudhaaf mootichi Haayile Sillaasee heera jalqabaaf biyyattiin bara 1931 baafate yoo qopheessan, ifaan ifatti Absiniyaa jecha jedhu haquun Itoophiyaa jedhee labse. Egaa, kan harkaa qabu dhaaneetu boo’icha nama dhowwa akka jedhan sana ta’eet, waa’eekee natu siif beeka malee ati ofiif hinbeekkattuun mataarra nu teesse.

Seenaa Oromoo Kaaba Ityoophiyaa fi Akkoo Manooyyee/ Guddittii Gadi'aa Falasaa giiftii Oromoo
----------------------------------------------------
Seenaan Guddittti dheeradha. Akkoo manoyyee kan jedhamtu ishiidha. Oromoon abbaa irree jedheet ishii waama. Habashaan Yoodiit Gudiiti abbaa iree wareertuu jedheet hamma yoonaa ishii abaara. Seenaan Adunyaa leenca Giiftii Afrikaa jedheet waama.
•
Gosinni ishii Azaboo dha. Azaboon Asaboo ykn Ashaboo irraa dhufe. Jaarraa 9 keessa uummataa ijaartee waraana qopheesitee mootummaa Aksuma waraatee barbadeesitee angoo qabatteet waggaa 40 kaaba Itophiyaa Habashaafii Oromoo bulchite. Eega ishiin duutee motummaan hiddaZ-aguwee angoo ishii dhaaleet waggaa 333 kaaba Itophiyaa Oromoofi Habashaa bulchaa ture. Maqaan Zaguwee Z-Agaw yknZ-Hagahu irraa dhufe. Hagahu jechuun "haagahu" jechudha. Hagahu gosa Oromooti. Hortee kushi jedhameet waamama.
•
Mootummaan Za-agwee waggaa 333 keessa nugusoota 11 qaba. Maggalli isaanii Rohaa jedhama. Roohaan "Eddeessaa"tti jijjirame. Habashaan "Adeefaa" jedha. Booda "laalibalaa" tti jijjiirame. Laalibalaa jechuun "balaa ilaali" jechudha. Zaguween Taabota baayee ijaareet amantaa orthodoxii babaldhisaa ture. Taabota Laalibalaa dhagaa tokko irraa soqisee kan ijaare nugusa Oromoo Laaliibaladha.
•
Abbaa amanttii orthodoxii Oromoo dha. Oromoon Nubiyaa ykn Tigraayiif Eertraa keesa jiraatatan kiristinna kan fudhatan waggaa 40-78 AD keessa bara Giifttiin Oromoo Gandakee Gorsamee Guddichaa biyya bulchaa turtedha . Taabota hangafa Itophiyaa Tesyoon Maariyaam kan ijaare Gorsameedha. Habashaan Oromoo booda bara Ezanaa waggaa 493 amanttii kiristaana fudhate. 300 keesa fudhatan inni jedhamu soba. Ragaa በእትዮጵያ የተደበቀ አፓርታይድ ደራሲ ቡልቶ ሁበቺሣ ገጽ 573- 77
•
Akka seenaan ragaan bahutti amanttiin kiristaana handhuuraa (heritage) Oromooti. Amaara kan jedhamu durii calqabee 80% Oromoo afaan geizi fii amaariffa dubbatudha. Afaan Amaraa Geizi keessaa bahe. Amaariffi jaarraa 9 keessa afaan Agawu jehameet waamama. Ragaa
•
"Early Amharic, known as Agaw, emerged arroumd the ninth century as language of the agaw people." Source: Encyclopedia of Africa History and culture page 14.
•
Oromoon Jaarraa 9 keessa siidaa akkoo manoyyee gubbaatti Amaariffan "አሸመ አዛቦ"jedheet barreesseera. Amariffaa fii Geizi kan Oromoo ta'uu baraa. Uummanni Amaara jedhamu 80% Oromooha. Jaraa 12 duraa kaasee Agawu Amaara dabalatee Oromoo kibba Goojjamiif kibba Shawaa amantii Kiristaana barsiisaa ture. Ragaa
•
"The Zagwe dynasty power came from its large army. Which helped it spread CHRISTIANITY in the Southern region of Gojjam and Shoa populations that included of Amhara received Christianity instructions. "
•
Source: Encyclopedia of Africa History and culture page 248
•
Akkoo manoyyee ( Guddittiini) hidda Agawu gosa Azabooti.
Akkoon maqaa kabajaati. Maqaan ishii Guddittii Gaadiaa falasaa jedhama Abasiiniyaan maqaa Guddiittii dhokisiteet Gudiit yoodiit jette.
•
Gudditiin Tigraayi magala "Kubar" jedhamutti giiftii taate. Maqaan sa'a abbaakoo "Kubar" jedhamti. Bakkeen mooraan warana ishii "Gooba dheeraa" jedhama. Tigraayi keessatti argama.
•
Masaraan Oromoo naannoo Aksumitti argamu "Sado " jedhama .Giiftiin Oromoo Makiddaa Agabaas karaa baha Aksum kiiloo meetira 15 bakkee dunguruu Adee Qilxuutti awwalamte.
•
Source Ethiopia the unknown land, page 244,293, 289 by Stuart Munro-Hay Guddittin uummataa abboomteet dhagaa hammaa tulluu dhedheeratu baadhaa fidaa siidaa awwaalaa koo dhaabaa jette.
•
Uummanni dhagaa gugurdaa argitan kana gammoojjii irraa baatee fideet siidaa 7 dhaabe. Giddiittin siidaa kana gidduu magala Akksum irraa karaa dhiyaa awalamte.
•
Oromoon Guddittii abbaa irree akkoo manoyyee jedheet waama.Tigraayi biyya Oromoo ture.