Eid Abdusalam
951 subscribers
201 photos
51 videos
21 files
395 links
😍nudhihaadha
jaalalan nurra qabamtan
🤣heddu male kofaltan
🎧nashidan relax of gootan
😘hadisan of yaadattu
🤔seena sahabatin qalbi if jistaan
Khana hunda arkachuuf duba maltu join godhu si dhorke
👇👇👇

This is official Eid Abdusalam channel
Download Telegram
Forwarded from Deleted Account
📌channela akka male irra gammadan channelonni khun duba mal eyda kha feteratti xuqadhu qubni sirra hin bu'u ittin naf buhari
Mal barbaddan mee👇👇👇👇👇👇👇👇👇
One day left in shaa allah are you ready ?😍
Boru gad dhiifama in shaa allah link armaan gadii tuquun subscribe godhaa achirraa arkattan

https://www.youtube.com/channel/UCJ7gGCewIg_Rjl_0CxOXT9Q

@EidAbdusalam
Coming soon
Eid Abdusalam pinned «https://www.youtube.com/watch?v=PIaMAobdFKM»
As wa wb ikhwani fillah
Akkuma bekamutti garen Al ansar inshad group akka albuma khara you tube irratti isinif manxassuf demtu ni bekkama khanarra khan kha"e warren ammalle irra debin matiwwan channela khenya taha khotta subscribe godhun nu eggadha Al ansar inshad group jechun you tube irratti matiwwan khenya tahun nu egadha
Garanuman nashida takka guyya lama ykn akkana booda khan isinif manxxasinu taha tan ALBUM DAMMAQI kessa jirtu tan maqan isi GAMA KHE DEBI'E jettu isinif manxxasinu taha isinis #sher #sher godhun nu gargara gltm
Forwarded from Jechoota Gaggaarii️️ (Ãbđø ÃlGãżį)
#Remadan| «Soomana Raamadaanaa»

Biyyoota Islaamaa kan akka Sawud Arabiyaa, Kuwaater fi Imireeti Arabaa dabalatee addunyaa Islaamaa mara keessatti Addeessi mul'achuu dhabuu ishee hordofuun soomanni Baatii Raamadaanaa guyyaa Jimaataa tokko jedhee akka eegalu manni murtii Shari'aa Sawud Arabiyaa beeksisee jira.

Warra soomanee Ajrii guduunfatu Rabbi nu haa taasisu!

Odeeffannoolee addunyaa Islaamaa biroof Channel Telegram keenya kana Join gochuun nu faana turaa
@T.me/JechotaGaggaarii

Qophiilee keenya karaa toora channel YouTube keenyaa subscribe gochuun nu hordofuu nii dandeessu
https://m.youtube.com/channel/UCeYT34MhwPKcwnrgngNXRBA

©Jechoota Gaggaarii
#Like_Share
Forwarded from Jechoota Gaggaarii️️ (Ãbđø ÃlGãżį)
Forwarded from Jechoota Gaggaarii️️ (Ãbđø ÃlGãżį)
#Iraq| «Hospitaala Kuufaa»

Suuraan kun Hospitaala biyya Iraaq magaalaa seena-qabeettii Kuufaa keessatti argamutti kan kaafame dha, Maatiin daa'ima kanaa marti isaanii Koronaa Vaayirasiin qabamanii bakka tursiisa addaa geeffamanii jiru.

Daa'imni kunis haala garaa nama nyaatu kanaan kophaa isaa taa'ee "maatiin koo fayyanii naaf deebi'u..." jedhee abdiin eeggachaa jira.

Yaa Rabbi maatii isaa fayyisii abdii isaa dhugoomsiif.

Yoo garaa isin nyaate du'aa'ii godhaafii!

Odeeffannoolee addunyaa Islaamaa biroof peejii keenya like share gochuun nu faana turaa.

Karaa YouTube nu hordofuuf ☑️ https://m.youtube.com/channel/UCeYT34MhwPKcwnrgngNXRBA

Telegram irraan nu hordofuuf ☑️ T.me/Jechotagaggaarii

©Jechoota Gaggaarii
#Like_Share
Forwarded from Deleted Account
As wa wb
📌ikhwani arra wan aja'iba qabadhe isinif dhiyadhe jira isin filachun wan aja'iba san agartan filannon tessan na wajji ha tatu 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇walin tane channela muslima ha guddisnu
Oduu gammachiiftu
Gareen AL-ANSAR INSHAD GROUP Albuma keenya haaraya DAMMAQI kan ja’u eybisuun waan nuuf hin mijjaawiniif jacha gama YouTube channel keenyaatiin isiniif gad dhiisaa jirra link armaan gadii tuquun #SUBSCRIBE godhuun nu jajabeeysaa isiniin janna
👇🏻👇🏻👇🏻👇🏻


https://www.youtube.com/channel/UCKi2OT0VtzOxwQquOie0wnw

Gamanumaan nashiidaa salaat jattu yeroo gabaabdu kheysatti nu eeggadhaa