EECMY Youth Ministry
2.18K subscribers
4.31K photos
9 videos
288 links
Fellowship - Discipleship - Evangelism

1Thimothy 4:12

This is the official telegram channel of EECMY Head Office - Youth Ministry
Download Telegram
#Training_Time: How to Lead Children & Youth Ministry in 21st Century
(For Children & Youth Ministry Leaders from EECMY Synods- Day 1)
===@Gudina Tumsa WTC
#የልጆች_እና_የወጣቶች_አገልግሎት
#ተልዕኮ: በሁለንተናዊ እድገት እና ልቀት የታነጹ ልጆችን ወጣቶችን ማፍራት

#ራዕይ: ከእግዚአብሔር የተሰጣቸውን ጸጋ እና ተሰጥኦ ለይተው : አሳድገው ጠንክሮ የሚሰሩ ; እና በትውልዱ ላይ መልካም ተጽዕኖ መፍጠር የሚችሉ
የተለወጡ ልጆችን እና ወጣቶችን ማየት

#Motto: ሁለንተናዊ አገልግሎት (ለልጆች እና ወጣቶቻችን ሁለንተናዊ እድገት የሚረዳ ሁለንተናዊ አገልግሎት መስጠት)
Wholistic Ministry (Serving both the spiritual and physical need of our children & youth)
===
===
#Ergama: Ijoollee fi dargaggoo guddinaa fi milkaa'ina hundagaleessa qabu oomishuu...
#Mul'ata: Ijoollee fi dargaggoo kennaa addaa Waaqayyo biraa isaaniif kenname hubatanii, adda baafatanii, guddifatanii ittiin hojjatanii, jirjiiramanii dhiibbaa gaarii uumuu danda'anii arguu...

#Motto: Tajaajila Hundagaleessa (Ijoollee fi dargaggoon guddinaa fi milkaa'ina hunda galeessaan akka guddataniif tajaajila hunda galeessa kennuu)

👇👇👇

Photo & Video Credit: YDCS Media Team (0911454205)
GUDDINA HUNDAGALEESSA IJOOLLEE FI DARGAGGOOTA KEENYAAF
#Training for EECMY Children & Youth Ministry Leaders @Ghimbi Jorgo Synod
===
#Ergama: Ijoollee fi dargaggoon keenya tajaajila hundagaleessaan ijaaramanii, kennaa Hafuuraa fi dandeettii uumamaa isaaniif kenname adda baafatanii, guddifatanii dhalootaaf eebba, Waaqayyoof immoo ulfina akka ta'aniif hojjachuu...

#Mul'ata: Ijoollee fi dargaggoo kennaa Hafuuraa fi kennaa uumamaa Waaqayyo biraa isaaniif kenname hubatanii, adda baafatanii, guddifatanii, ittiin hojjatanii jirjiiramanii dhiibbaa gaarii uumuu danda'an arguu...

Ergamaa fi mul'ata kana milkeessuudhaaf bifa hundagaleessa ta'een tajaajiltoota Sagalee Waaqayyootiin hidhachiisuun murteessaadha.

''Nuuti garboonni isaa kaanee ijaaruu in jalqabna Waaqayyo Gooftaan bantii waaqaa immoo nuuf qajeelcha;...'' Nah. 2:20

#Motto: Tajaajila Hundagaleessa guddinaafi jirjiirama hundagaleessa ijoollee fi dargaggoo keenyaaf!

👇👇👇

t.me/eecmyyouthministry
EECMY Youth Ministry
Photo
GUDDINA HUNDAGALEESSA IJOOLLEE FI DARGAGGOOTA KEENYAAF
#Training for EECMY Children & Youth Ministry Leaders @Ghimbi Jorgo Synod
===
#Ergama: Ijoollee fi dargaggoon keenya tajaajila hundagaleessaan ijaaramanii, kennaa Hafuuraa fi dandeettii uumamaa isaaniif kenname adda baafatanii, guddifatanii dhalootaaf eebba, Waaqayyoof immoo ulfina akka ta'aniif hojjachuu...
#Mul'ata: Ijoollee fi dargaggoo kennaa Hafuuraa fi kennaa uumamaa Waaqayyo biraa isaaniif kenname hubatanii, adda baafatanii, guddifatanii, ittiin hojjatanii jirjiiramanii dhiibbaa gaarii uumuu danda'an arguu...

#Motto: Tajaajila Hundagaleessa (Ijoollee fi dargaggoon guddinaa fi milkaa'ina hunda galeessaan akka guddatanuuf tajaajila hunda galeessa kennuu)

Ergamaa fi mul'ata kana milkeessuudhaaf bifa hundagaleessa ta'een tajaajiltoota Sagalee Waaqayyootiin hidhachiisuun murteessaadha.

''"Nuuti garboonni isaa kaanee ijaaruu in jalqabna Waaqayyo Gooftaan bantii waaqaa immoo nuuf qajeelcha;...'' Nah. 2:20
===
===
ተልዕኮ፡ ልጆች እና ወጣቶች በሁለንተናዊ አገልግሎት ታንጸዉ እንዲያድጉ፤ እግዚአብሔር በዉስጣቸዉ ያስቀመጠዉን መንፈሳዊ ጸጋ እና የተፈጥሮ ችሎታ አዉቀዉ፡ አሳድገዉ ለእግዚአብሔር ክብር እና ለትዉልዱ ጥቅም እንዲሆኑ ማስቻል ነዉ፡፡

ራዕይ፡ በሁለንተናዊ አገልግሎት ታንጸዉ፡ እግዚአብሔር በዉስጣቸዉ ያስቀመጠዉን መንፈሳዊ ጸጋ እና የተፈጥሮ ችሎታ አዉቀዉ፡ አሳድገዉ ለእግዚአብሔር ክብር እና ለትዉልዱ ጥቅም የሚሆኑ ልጆች እና ወጣቶችን ማየት

—Motto: Serving the Whole Person (Wholistic Ministry)- Serving both the spiritual and physical need of a person.

—EECMY: Proclaiming the Whole Gospel to the Whole Person!

ሁለንተናዊ ዕድገት ለልጆች እና ወጣቶቻችን!

''የሰማይ አምላክ ያከናውንልናል፥ እኛም ባሪያዎቹ ተነሥተን እንሠራለን፤ ...'' ነህምያ 2:20
👇👇👇

t.me/eecmyyouthministry
YEROO LEENJII TAJAAJILTOOTA IJOOLLEE FI DARGAGGOO SINOODOOSII BIRBIR DIILLAATIIF, AAYIRAA
የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት መሪዎች ስልጠና #በብርብር ዲላ ሲኖዶስ: #አይራ
#Leadership_Training for Children & Youth Ministry Leaders at EECMY Birbir Dilla Synod, #Aira

#Fellowship
#Teaching
#Training
#Discussion & Q and A
#Prayer

Wholistic Ministry for Wholistic Growth & Transformation for our Children and Youth.

''For from Him and through Him and for Him are all things. To Him be the glory forever! Amen.'' Romans 11:36

t.me/eecmyyouthministry
https://t.me/MYSundaySchool
YEROO LEENJII TAJAAJILTOOTA IJOOLLEE FI DARGAGGOO SINOODOOSII BEETEEL ILUBAABOORITTI, MATTUU
የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት መሪዎች ስልጠና #በ ኢሉባቦር ቤቴል ሲኖዶስ: #መቱ
#Leadership_Training for Children & Youth Ministry Leaders at EECMY Ilubabor Bethel Synod, #Metu