EECMY Youth Ministry
2.08K subscribers
4.11K photos
8 videos
280 links
Fellowship - Discipleship - Evangelism

1Thimothy 4:12

This is the official telegram channel of EECMY Head Office - Youth Ministry
Download Telegram
የመንፈሳዊ መጽሐፍት ድጋፍ ያኔት ፔተርሰን መታሰቢያ የመጽሐፍ ቅዱስ ት/ቤት ተደረገ::
==
Deeggarsi Kitaabilee Hafuuraa Mana Barumsa Kitaaba Qulqulluu Yaadannoo Yaaneet Peetersaniif Godhame

👇👇👇
የተለያዩ መንፈሳዊ መጽሐፍትን በ'softcopy' ለማግኘት: ቀጥሎ ያለውን የቴሌግራም ቻናል ይቀላቀሉ...
Kitaabilee hafuuraa garagaraa 'softcopy'dhaan argachuudhaaf chaanaalii teeleegiraamii asii gadii kanneen #join tolchaa...

https://t.me/eecmyyouthministry
https://t.me/MYSundaySchool
EECMY Youth Ministry
Photo
የመንፈሳዊ መጽሐፍት ድጋፍ ያኔት ፔተርሰን መታሰቢያ የመጽሐፍ ቅዱስ ት/ቤት ተደረገ::
==
Deeggarsi Kitaabilee Hafuuraa Mana Barumsa Kitaaba Qulqulluu Yaadannoo Yaaneet Peetersaniif Godhame
===
የኢ/ወ/ቤ/መ/ኢ የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት መምሪያ ለመማር ማስተማር ህደት እና ለአገልጋዮች የሚረዱ የተለያዩ መንፈሳዊ መጽሐፍትን በዋቤ ባቱ ሲኖዶስ ዶዶላ ከተማ ለሚገኘው ያኔት ፔደርሰን መታሰቢያ የመጽሐፍ ቅዱስ ት/ቤት በ'hard copy & soft copy' የመጽሐፍት ድጋፍ አበርክቷል። መጽፍቶቹንም የሲኖዶሱ መሪዎች ከቤተክርስቲያኒቱ የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት መምሪያ ተረክበዋል:: መምሪያው ከዚህ በፊት ከሉተራን ሄሪቴጅ ፋውንዴሽን ጋር በመተባበር የተለያዩ የልጆች እና ወጣቶች እንዲሁም ለአጠቃላይ አገልግሎት የሚጠቅሙ መጽሐፍቶችን ለሲኖዶሱ ድጋፍ ማድረጉ ይታወሳል::
ሲ/ር ያኔት በዴንማርክ ወንጌላዊት ሚስዮን በሚስዮናዊነት ሥራ በ1993እኤአ ወደ ኢትዮጵያ መጥተው የወንጌል አገልግሎት ጀመሩ:: የወንጌል ሥራ ላይ ሳሉ በ1997 እኤአ ለወንጌል ተሰው። ሲ/ር ጃኔት ፔተርሰን ለወንጌል ኖረው: ለወንጌል ሞቱ።ለሲ/ር ጃኔት መታሰቢያ እንዲሆን በስማቸው በተሰየመው የመጽሐፍ ቅዱስ ት/ቤት ብዙዎች ተምረው እና ሰልጥነው ለወንጌል አገልግሎት እየተሰማሩ ይገኛሉ።
===
WWWMYI Qajeelchi Ijoollee fi Dargaggoo kitaabilee garagaraa (hardcopy & softcopy) adeemsa baruu fi barsiisuuf gargaaranii fi tajaajiltootaaf barbaachisan Sinoodoosii Waabee Baatuu, Magaalaa Dodolaatti kan argamu Mana Barumsa Kitaaba Qulqulluu Yaadannoo Yaaneet Peetersaniif taasisee jira. Kitaabilee kanneen gaggeessitoonni sinoodoosii Qajeelcha Tajaajila Ijoollee fi Dargaggootaa irraa deeggarsa kitaabilee fudhataniiru. Kanaan duras Qajeelchi Tajaajila Ijoollee fi Dargaggootaa WKWWMYI, Faawundeeshinii Hambaalee Luteraanii waliin ta’uun kitaabota adda addaa tajaajila ijoollee fi dargaggootaaf, akkasumas itti fayyadama waliigalaatiif ta'u sinodoosichaaf gumaachee ture.
S/r Yaanneen dhaabbata Mishinarii Wangeelaa ta'e 'Miisiyoonii Wangeelaa Deenimaarkii'dhaan hojii miisiyoonummaatiif gara Itoophiyaa ergamanii bara 1993ALA'tti hojii Mishinarii Wangeelaa Waldaa Makaana Yesuus Itoophiyaa waliin akka hojjataniif gara Itoophiyaa ergaman.
-S/r Yaanneen ba'aa tajaajila Wangeelaa guddaa qabanirraa kan ka'e naannawa Godina Baalee garagaraatti socho'uudhaan of kennanii hojii Wangeelaa hojjachaa turanii bara 1997ALA'tti Wangeelaa aarsaa ta'an. S/r Yaanneen Wangeelaaf jiraatanii Wangeelaaf du'an. Yaadannoo hojii Wangeelaa isaaniitiif, mooraa Sinoodoosii Waabee Baatuu, Magaalaa Dodolaatti argamutti Manni Barumsa Kitaaba Qulqulluu Yaadannoo S/r Jaaneet Pedersaniin moggaafamee, hojjattoota Wangeelaa barsiisee, leenjisuudhaan hojiin babal'isuu Wangeelaa itti fufeera.

===
የተለያዩ መንፈሳዊ መጽሐፍትን በ'softcopy' ለማግኘት: ቀጥሎ ያለውን የቴሌግራም ቻናል ይቀላቀሉ...
Kitaabilee hafuuraa garagaraa 'softcopy'dhaan argachuudhaaf chaanaalii teeleegiraamii asii gadii kanneen #join tolchaa...

@eecmyyouthministry
@MYSundaySchool
* Sinoodoosii Waabee Baatuutti: Tajaajiltoota Ijoollee fi Dargaggootaaf Leenjiin Kenname *
*ለዋቤ ባቱ ሲኖዶስ የልጆች እና ወጣቶች አገልጋዮች እና መሪዎች ስልጠና ተሰጠ*
#Training for EECMY #WabeBatuSynod Leaders, Children & Youth Ministry Coordinators
===@EECMY-WBS #Worka, Nensebo


👇👇👇
#EECMY #WabeBatuSynod #Worka #Nensebo
#Children #Youth #Leadership #Training
@eecmyyouthministry
@MYSundaySchool