EECMY Youth Ministry
2.07K subscribers
4.11K photos
8 videos
280 links
Fellowship - Discipleship - Evangelism

1Thimothy 4:12

This is the official telegram channel of EECMY Head Office - Youth Ministry
Download Telegram
*የደም ልገሳ መርሃግብር ተካሄደ*

በኢትዮጵያ ወንጌላዊት ቤተክርስቲያን መካነ ኢየሱስ የመካኒሳ ማህበረ ምዕመናን የወጣቶች አገልግሎት አስተባባሪነት ከደም ባንክ ጋር በመተባበር የደም ልገሳ መርሃግብር ተካሂዷል:: የደም ልገሳው ባለፉት 2 ዓመታት ውስጥ ለ 3ኛ ጊዜ የተደረገ ሲሆን: በዚህኛው ዙር በድምሩ 56 ሰዎች ደም ለግስዋል። በደም ልገሳ መረሃግብሩ ላይ የቤተክርስቲያኒቱ የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት መምርያ ዳይሬክተር ወንድማገኝ ኡዴሳ ደም ተገኝተው ደም ከለግሱ በኋላ: የመካኒሳ ማ/ም ወጣት መሪዎችንም ስለ መልካም ስራቸው አበረታተው: ሌሎች ወጣቶችም ከዚህ ልምድ በመውሰድ በየአካባቢያቸው ከሚመለከታቸው አካላት ጋር በመተባበር የደም ልገሳ እና መሰል የበጎ ፈቃድ ተግባራት ላይ በምሳሌነት እንዲሳተፉ መልዕክት አስተላልፈዋል::
===


Source: EECMY Mekanissa Congregation

#EECMY #YouthMinistry #BloodDonation
EECMY Youth Ministry
Photo
*Sagantaan Arjooma Dhiigaa Gaggeeffame*

Waldaa Warra Wangeelaa  Makaana Yesuus Itoophiyaa, Waldaa Amantootaa Makkanniisaatti sagantaan arjooma dhiigaa baankii dhiigaa waliin ta'uudhaan gaggeeffameera. Sagantaa kana kan qindeessan tajaajila dargaggootaa waldaa amantootaa Makkanniisaa yoo ta'an, arjoomni dhiigaa kun waggoota 2n darban keessatti yeroo 3ffaaf kan raawwatameedha. Marsaa 3ffaa kanatti walumaa galatti namoonni 56 dhiiga arjoomaniiru. Sagantaa dhiiga arjoomuu kana irratti Daayreektarri Qajeelcha Tajaajila Ijoollee fi Dargaggootaa WKWWMYI Wondimmaagany Uddeessaa irratti argamuun dhiiga arjoomaniin booda, gaggeessitoota tajaajila dargaggootaa waldattii hojii fakkeenyummaa gaarii qabu hojjachuusaaniitiif jajjabeessanii, dargaggootni kan biroos fakkeenya gaarii kana fudhachuudhaan naannoo isaaniitti hojii tola ooltummaa akkasii irratti adda durummaadhaan akka hirmaataniif ergaa dabarsaniiru.

Source: EECMY Mekanissa Congregation

#EECMY #YouthMinistry #BloodDonation
Youth & Family Holistic Training & Conference
===@EECMY- Shashemene
Guddinnikee kallattii hundumaa haa mul'atu akkuma jedhu Sagaleen Waaqayyoo (1Xim. 4:15), dargaggootni keenya guddinni isaanii karaa hundumaan, Hunda-galeessa akka ta’uuf Waldaa Amantootaa Makaana Yesuus A.O Shaashamanneetti dargaggootaa fi maatiidhaaf barumsi kennameera. Leenjicha irratti dargaggoonni magaalaa Shaashamannee, waldaa amantootaa garagaraa irraa dhufan hirmaataniiru.
===
===
ማደግህ በነገር ሁሉ ይገለጥ እንደሚለው የእግዚአብሔር ቃል (1ጢሞ. 4፡15) ወጣቶቻችን በሁለንተዊ መልኩ ታንጸው እንዲያድጉ በሻሸመኔ አ.ኦ. መካነ ኢየሱስ ማ/ም ለወጣቶች እና ለወላጆች ትምህርት ተሰጥቷል:: በስልጠናው ላይ በሻሸመኔ ከተማ ከሚገኙ ማ/ምዕመናናት የተወጣጡ ወጣቶች እና የወጣቶች አገልግሎት መሪዎች ተሳትፈዋል::

"ሰውነትን ለሥጋዊ ነገር ማስለመድ ለጥቂት ይጠቅማልና፤ እግዚአብሔርን መምሰል ግን የአሁንና የሚመጣው ሕይወት ተስፋ ስላለው፥ ለነገር ሁሉ ይጠቅማል።" 1ጢሞ. 4:8

#EECMY #Youth #Children #Family #Empowerment
https://t.me/eecmyyouthministry
የመንፈሳዊ መጽሐፍት ድጋፍ ለነቀምቴ ክርስቲያን ትምህርት ኮሌጅ እና ለሆሳዕና ቲኦሎጂካል ሴሚናሪ ተደረገ
==
Deeggarsi Kitaabilee Hafuuraa Kolleejii Barumsa Kiristaanaa Naqamtee fi Seeminarii Ti'ooloojii Hossaanaatiif Godhame

👇👇👇
@eecmyyouthministry