YEROO LEENJII TAJAAJILTOOTA IJOOLLEE FI DARGAGGOO SINOODOOSII BEETEEL ILUBAABOORITTI, MATTUU
የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት መሪዎች ስልጠና #በ ኢሉባቦር ቤቴል ሲኖዶስ: #መቱ
#Leadership_Training for Children & Youth Ministry Leaders at EECMY Ilubabor Bethel Synod, #Metu
#Fellowship
#Teaching
#Training
#Discussion & Q and A
#Prayer
Wholistic Ministry for Wholistic Growth & Transformation for our Children and Youth.
''For from Him and through Him and for Him are all things. To Him be the glory forever! Amen.'' Romans 11:36
t.me/eecmyyouthministry
https://t.me/MYSundaySchool

EECMY Youth Ministry
Photo

-YEROO LEENJII TAJAAJILTOOTA IJOOLLEE FI DARGAGGOO SINOODOOSII BEETEEL ILUBAABOORITTI, MATTUU
-የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት መሪዎች ስልጠና #በ ኢሉባቦር ቤቴል ሲኖዶስ: #መቱ
===
'Guddina Hunda-galeessa Ijoollee fi Dargaggoota Keenyaaf' Mata duree jedhuun tajaajiltootaa fi gaggeessitoota tajaajila ijoollee fi dargaggoo waldaa amantootaa garagaraa Sinoodoosii Beeteel Ilubaaboor irraa dhufaniif leenjiinii fi barumsi bal'aan magaalaa Mattuutti kennameera. Ijoollee fi dargaggoota bifa Hunda-galeessa ta'een ijaaranii guddisuun itti gaafatamummaa qaama hundumaa waan ta'eef leenjii kana hundumtuu tokkummaadhaan akka fudhatan godhame. Leenjii fi barumsa kennameen boodas yeroon yaadaa fi marii taasifameera.
Leenjii kana kennuudhaafii, yaadaa fi gaaffilee garagaraa mariisisuudhaan Daayireektarri Qajeelcha Ijoollee fi Dargaggoo Ob. Wondimmaagany Uddeessaa fi Qindeessaan kutaa dargaggootaa WWWMYI Ob. Gaaddisaa Raggaasaa tajaajilaniiru.
''Wanta hundumaa Waaqayyotu uume; wanti hundumtuu Isaan in jiraata;
wanti hundumtuu Isaaf in jiraata; bara baraan Isaaf galanni haa ta'u!'' Roomaa 11:36
የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት መሪዎች ስልጠና #በ እሉባቦር ቤቴል ሲኖዶስ: #መቱ
ልጆች እና ወጣቶችን በቤተክርስቲያኒቱ ሁለንተናዊ አገልግሎት መሰረት ቀርጾ ማሳደግ የጋራ ሃላፊነት ስለሆነ በቤተክርስቲያኒቱ የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት መምርያ ተቀርጾ እየተሰራበት ያለውን ሁለንተናዊ የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት ፓኬጅን ሁሉም በጋራ እንዲሰለጥኑ ተደርጓል። ከስልጠናው በኃላ የጋራ የምክክር ጊዜም ተደርጓል::
''ሁሉ ከእርሱና በእርሱ ለእርሱም ነውና፤ ለእርሱ ለዘላለም ክብር ይሁን፤ አሜን።'' ሮሜ 11:36
ሁለንተናዊ ዕድገት ለልጆች እና ወጣቶቻችን!
👇👇👇
Training for EECMY Children & Youth Ministry Leaders @EECMY Ilubabor Bethel Synod, Metu
===
Comprehensive training was given to children and youth ministry leaders of Ilubabor Bethel Synod, under the title "Wholistic Ministry for Wholistic Growth and Transformation for Our Children and Youth. Since it is a common responsibility of all to equip and raise children and youth according to the wholistic ministry of the church, the Wholistic Ministry Package of Children and Youth, which is being designed and worked on by the department of the church's children and youth ministry, has been made so that everyone can be trained together.
Trainers: Wondmagegn Udessa Bidire -EECMY Children & Youth Ministry Director and Gadisa Regassa- EECMY Youth Ministry Coordinator)

The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus - Children & Youth Ministry Department

Telegram
EECMY Youth Ministry
Fellowship - Discipleship - Evangelism
1Thimothy 4:12
This is the official telegram channel of EECMY Head Office - Youth Ministry

IJOOLLEE FI DARGAGGOO BARSIISA GOOFTAATIIN GUDDISUU!
ልጆች እና ወጣቶችን በእግዚአብሔር ቃል ማሳደግ
===#Youth_and_Family_Conference @EECMY Ilubabor Bethel Synod, #Metu