EECMY Youth Ministry
1.83K subscribers
3.51K photos
8 videos
269 links
Fellowship - Discipleship - Evangelism

1Thimothy 4:12

This is the official telegram channel of EECMY Head Office - Youth Ministry
Download Telegram
Swedish Evangelical Mission Leaders visited the Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus Leaders at the Central Office in Addis Ababa, Ethiopia.

የስዊድን ወንጌላዊት ሚስዮን መሪዎች የኢትዮጵያ ወንጌላዊት ቤተክርስቲያን መካነ ኢየሱስን ዋና ጽ/ቤት ጎብኝተዋል።

Gaggeessitootni Miisiyoonii Ivaanjelikaalii Siwiidiin Waldaa Warra Wangeelaa Makaana Yesuus Waajjira Olaanaatti argamuun daawwannaa taasisaniiru.

#EECMY #SEM #EFS
February 2023
EECMY Youth Ministry
Photo
Swedish Evangelical Mission leaders visited the Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus Leaders at the Central Office in Addis Ababa, Ethiopia.

On March 15, 1866  the first three Swedish missionaries, from Swedish Evangelical Mission,came to Massawa, on the coast of today’s Eritrea with the goal of reaching the Oromo people of Ethiopia with the gospel of Jesus Christ.  It took them almost 40 years before they reached the Oromo land. Many have paid sacrifices through death and sickness, some went back to Sweden but the mission kept sending missionaries and never gave up. Finally, they managed to establish a mission center in Wollega, and that is the root and origin of what today is the Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus with over 11.1 million members.
Soli Deo Gloria! Glory to God Alone!



#EECMY #SEM #EFS
February 2023


የስዊድን ወንጌላዊት ሚስዮን መሪዎች የኢትዮጵያ ወንጌላዊት ቤተክርስቲያን መካነ ኢየሱስን ዋና ጽ/ቤት ጎብኝተዋል።

የስዊድን ኢቫንጀልካል ሚስዮን በኢትዮጵያ ወንጌላዊት ቤተክርስቲያን መካነ ኢየሱስ አጀማመር እና ምስረታ በግንባር ቀደምትነት ከሚጠቀሱ የሚስዮን ተቋማት ውስጥ አንዷ ናት። በመጋቢት 15: 1866እኤአ ከየስዊድን ወንጌላዊት ሚስዮን የመጀመርያዎቹ 3 የሲዊዲን ሚሽነሪዎች የኦሮሞን ህዝብ በወንጌል ለመድረስ ወደ ምጽዋ ኤርትራ ደረሱ። ወደ ኦሮሞ ምድር ለመድረስ 40 ዓመታት ገደማ ነው የፈጀባቸው። ለዝህ የሚስዮን ጉዞ ስኬት ብዙዎች ዋጋ ከፍለዋል: ለወንጌል መስዋዕት ሆነዋል: ታመዋል: ብዙ ዋጋ ከፍለዋል። በዚህ ሁሉ ግን ተስፋ ሳይቆርጡ ማሽነሪዎችን በመላክ አገልግሎታቸውን ቀጠሉ። በመጨረሻም በወለጋ የሚሽን ሴንተር በማቋቋም አገልግሎታቸውን አጠናከሩ። ይህ አገልግሎት አድጎ የዛሬዋ የኢትዮጵያ ወንጌላዊት ቤተክርስቲያን መካነ ኢየሱስ መሰረት ሆነ። ዛሬ ቤተክርስቲያኒቱ አድጋ ከ11.1 ሚልዮን አባላቶች አፍርታለች። ክብር ለእግዚአብሔር ይሁን!


#EECMY #SEM #EFS
የካቲት 2015

Gaggeessitootni Miisiyoonii Ivaanjelikaalii Siwiidiin Waldaa Warra Wangeelaa Makaana Yesuus Waajjira Olaanaatti argamuun daawwannaa taasisaniiru.
Miisiyooniin Ivaanjelikaalii Siwiidiin jalqabbii fi hundeeffama Waldaa Kiristaanaa Warra Wangeelaa Makaana Yesuus keessatti dhaabbilee miishinii Wangeelaa adda dureedhaan ibsaman keessaa ishee tokkodha.

Bitootessa 15, 1866ALA tti ture miishinarootni sadii dhaabbata Miisiyoonii Warra Wangeelaa Siwiidiin irraa saba Oromoo Wangeela dhaqqabsiisuudhaaf Masawwaa, Eertiraa kan gahan. Lafa Oromoo gahuudhaaf naannoo waggaa 40 itti fudhate. Baay'een isaanii aarsaa kaffalanii, dhukkubsatanii, du'anii, rakkina baay'ee saaxilaman. Haa ta'uu malee kana hundumaa keessatti abdii hin kutanne, miishinaroota Wangeelaa erguun tajaajila Wangeelaa itti fufan. Ergasii giddugala miisiyoonii Wangeelaa Wallaggatti hundeessan. Ergasii hojiin Wangeelaa cimee itti fufee Waldaa Kiristaanaa Warra Wangeelaa Makaana Yesuus Itoophiyaa ishee har'aatiif bu'uura guddaa ta'e. Waldaan Kiristaanaa Warra Wangeelaa Makaana Yesuus Itoophiyaa har'a miseensota miiliyoonii 11.1 qabdi. Waaqayyoof galanni haa ta'u.



#EECMY #SEM #EFS
Gurraandhala 2023
Faarfattootaa fi Muuziqessitoota WKWWMakaana Yesuus Gimbii
===
'Qooqa garaa garaatiin, faarfannaa galataatiin, weedduu hafuuraatiinis wal harkaa fuudhaa! Garaa keessan keessatti faarfachaa galata Gooftaa dhageessisaa!'' Efe. 5:19

Faarfattootnii fi muuziqessitootni eebba Waldaa Kiristaanaati. Tajaajila kana jajjabeessuun, tokkummaasaanii cimsuun, leenjii fi barumsaan deeggaruun eebbi Waaqayyo isaan keessa kaa'e caalaatti akka bahuu fi akka itti eebbifamnuuf nugargaara.

Faarfattootnii fi muuziqessitootni suuraa kanarratti mul'atan WKWW Makaana Yesuus Gimbiirraa kan burqan, amma biyya keessaa fi biyya alaatti, bakka garagaraatti tajaajilaa kan jiraniidha. Dhoksaa milkaa'ina kanaa keessaa tokko Waldaan Kiristaanaa tajaajila kanaaf xiyyeeffannaa kennitee, deeggarsaa barbaachisaa gochaa tajaajilicha deeggaruusheeti. Waldootni kan biraas kana irraa baradhaa, tajaajiltoota Waaqayyo nuuf kenne bira dhaabadhaa!

👇👇👇
📷 EECMY Ghimbi Congregation Media Team

https://t.me/eecmyyouthministry
https://t.me/MYSundaySchool
የግምቢ መካነ ኢየሱስ ማ/ም ዘማሪዎች እና ሙዝቀኞች
===
''በመዝሙርና በዝማሬ በመንፈሳዊም ቅኔ እርስ በርሳችሁ ተነጋገሩ፤ ለጌታ በልባችሁ ተቀኙና ዘምሩ:'' ኤፌሶን 5:19

ዘማሪዎች (መዘምራን) እና ሙዝቀኞች የቤተክርስቲያን በረከቶች ናቸው። ይህን አገልግሎት መደገፍ: የዘማሪዎች (መዘምራን) እና ሙዝቀኞችን ህብረት በማጠናከር : የተለያዩ ትምህርቶችን እና ስልጠናዎችን በመስጠት: በሚቻለው ሁሉ አገልግሎቱን መደገፍ እግዚአብሔር በውስጣቸው ያስቀመጠውን ጸጋ በበለጠ እንድንጠቀም እና እንድንባረክበት ይረዳናል።

በፎቶው የሚታዩት ከግምቢ መካነ ኢየሱስ ማ/ም የፈለቁ ዘማሪዎች እና ሙዝቀኞች ናቸው። ዛሬ በሀገር ውስጥ እና ከሀገር ውጪ በተለያዩ ማ/ም ያገለግላሉ ። የዚህ ስኬት አንዱ ምስጢር ቤተክርስቲያን ለአገልግሎቱ ዕውቅና እና ትኩረት ሰጥታ መስራቷ ነው። ሌሎች ማ/ምዕመናናትም ከዚህ ልምድ በመውሰድ ለዝማሬ እና ለሙዚቃ አገልግሎት ድጋፍ እንድትሰጡ እና እንድታጠናክሩ አደራ እንላለን።

እግዚአብሔር አምላክ አገልግሎታችሁን አብዝቶ ይባርክ!

===
===
''ሃሌ ሉያ። እግዚአብሔርን በመቅደሱ አመስግኑት፤ በኃይሉ ጠፈር አመስግኑት።
በችሎቱ አመስግኑት፤ በታላቅነቱ ብዛት አመስግኑት።
በመለከት ድምፅ አመስግኑት፤ በበገናና በመሰንቆ አመስግኑት።
በከበሮና በእንቅስቃሴ አመስግኑት፤ በአውታርና በእምቢልታ አመስግኑት።
ድምፁ መልካም በሆነ ጸናጽል አመስግኑት፤ እልልታ ባለው ጸናጽል አመስግኑት።
እስትንፋስ ያለው ሁሉ እግዚአብሔርን ያመስግን። ሃሌ ሉያ።'' መዝሙር 150:1-6
👇👇👇
📷 EECMY Ghimbi Congregation Media Team

https://t.me/eecmyyouthministry
https://t.me/MYSundaySchool
'Guyyoota durii yaadadhu! Waggoota dhaloota baay'ee duraas ilaali! Abbaa kee gaafadhu, innis sitti in hima; jaarsoliis gaafadhu, isaanis siif in ibsu.'' S.K.Deebii 32:7
===
''የዱሮውን ዘመን አስብ፥ የብዙ ትውልድንም ዓመታት አስተውል፤ አባትህን ጠይቅ፥ ያስታውቅህማል፤ ሽማግሌዎችህን ጠይቅ፥ ይነግሩህማል።'' ዘዳግም 32:7
===
''Remember the days of old; consider the years of many generations; ask your father, and he will show you, your elders, and they will tell you.'' Deuteronomy 32:7

Photo: EECMY Ghimbi Jorgo Synod, Ghimbi Congregation Ministers, former EECMY Leaders, Pastors & Evangelists...
MAATIITTATTI HOJJACHUUN DHALOOTARRATTI HOJJACHUUDHA!
ቤተሰብ ላይ መስራት ትውልድ ላይ መስራት ነው!
YEROO LEENJII MAATII
የቤተሰብ ስልጠና ጊዜ
Training Time: on Christian Family
===@EECMY-WWBS-BDS #Dembi_Dollo
-Gaa’elli dhaabbata jalqaba Waaqayyo hundeesseedha.
Um. 2:24, Maat. 19:9-6
-Dhaabbatni ulfina qabeessi Waaqayyoon hundeeffame kun itti gaafatamummaa qaba, kunuunsaa fi wal tumsuu gaafata, fakkeenyummaa gaarii gaafata.

#Kaayoon_leenjichaa:
👉Abbaan manaatii fi haati manaa
gaa’ela nagaa fi gammachuu qabu
akka jiraatanuuf,
👉Ijoolleen maatiisaaniirraa fakkeenyummaa gaarii argaa akka guddataniif,
👉maatii moodeela namootaaf ta’an uumuun Waaqayyoof ulfina, namootaaf immoo fakkeenya ta’an horachuu
==
ጋብቻ እግዚአብሔር የመሰረተው ተቋም ነው: ዘፍ. 2:24, ማቴ. 19:9-6
=ጋብቻ ከሁለቱም ወገኖች ማለትም ከባልና ሚስት እንክብካቤ የሚፈልግ: ተጠያቂነት ያለበት: በመረዳዳት እና መደጋገፍ የሚመራ: መኝታው ንጹህ የሆነ ክቡር ተቋም ነው።

#የስልጠናው_ዓላማ
👉ባልና ሚስት ደስተኛ እና ሰላም ያለው የትዳር ህይወት እንዲኖራቸው መርዳት:
👉ልጆች እና ወጣቶች ከቤተሰቦቻቸው መልካም ምሳሌ እንዲማሩ:
👉ለእግዚአብሔር ክብር እና ለትውልድ ሞዴል የሚሆኑ ቤተሰቦችን ማፍራት...

@eecmyyouthministry
@MYSundaySchool