EECMY Youth Ministry
Photo
ሁለንተናዊ አገልግሎት ለልጆች እና ወጣቶች ሁለንተናዊ ለውጥ እና ዕድገት
Training Day 1: WHOLISTIC MINISTRY PACKAGES OF CHILDREN & YOUTH
===
የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት መሪዎች ስልጠና #በአዲስአበባ ለሚገኙ ማ/ምዕመናናት
YEROO LEENJII TAJAAJILTOOTA IJOOLLEE FI DARGAGGOO WWWMAKAANA YESUUS MAGAALAA FINFINNEERRAA WALITTI QABAMANIIF KENNAME
===
ሁለንተናዊ የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት ፓኬጅ ላይ የስልጠና እና የምክክር ጊዜ...
===
Mata Duree Paakeejii Hundagaleessa Tajaajila Ijoollee Dargaggoo irratti yeroo leenjii fi yeroo marii...

TAJAAJILA HUNDAGALEESSA GUDDINAA FI JIRJIIRAMA HUNDAGALEESSA IJOOLLEE FI DARGAGGOOTA KEENYAAF
===
#የልጆች_እና_የወጣቶች_አገልግሎት
#ተልዕኮ: ልጆች እና ወጣቶች በሁለንተናዊ አገልግሎት ታንጸው: ከእግዚአብሔር የተሰጣቸውን ጸጋ እና ተሰጥኦ ለይተው : አሳድገው ለእግዚአብሔር ክብር እና ለትውልዱ በረከት እንዲሆኑ መስራት...
#ራዕይ: ከእግዚአብሔር የተሰጣቸውን ጸጋ እና ተሰጥኦ ለይተው : አሳድገው ጠንክሮ የሚሰሩ ; እና በትውልዱ ላይ መልካም ተጽዕኖ መፍጠር የሚችሉ
የተለወጡ ልጆችን እና ወጣቶችን ማየት
#Motto: ሁለንተናዊ አገልግሎት (ለልጆች እና ወጣቶቻችን ሁለንተናዊ እድገት የሚረዳ ሁለንተናዊ አገልግሎት መስጠት)
Wholistic Ministry (Serving both the spiritual and physical need of our children & youth)
ይኬን ሁለንተናዊ ተልዕኮ እና ራዕይ ለማሳካት ሁለንተናዊ የሆነው አመራር ያስፈልጋል: ለዚህም ደግሞ የእግዚአብሔርን ቃል መሰረት በማድረግ መሪዎችን በሁለንተናዊ መልኩ ማስታጠቅ እና ማሰማራት አስፈላጊ እና ወሳኝ ነው።
''ማደግህ በነገር ሁሉ እንዲገለጥ ይህን አስብ፥ ይህንም አዘውትር።'' 1ጢሞቴዎስ 4:15
ለሁለት ቀናት በቆየው ስልጠና በአዲስ አበባ ከሚገኙት ሁለቱ ሲኖዶሶች: ማለትም ከማዕከላዊ ኢትዮጵያ ሲኖዶስ እና ከአዲስአበባ ሲኖዶስ ለተወጣጡ ቄሶች: ወንጌላውያን: የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት አስተባባሪዎች 'ሁለንተናዊ አገልግሎት ለልጆች እና ወጣቶች ሁለንተናዊ ለውጥ እና ዕድገት' በሚል ርዕስ በተለያዩ የቤተክርስቲያን አገልጋዮች እና ተጋባዥ እንግዶች ትምህርት ተሰጥቷል። መልካም የአምልኮ እና ህብረት እንዲሁም የምክክር ጊዜ ነበረን!
የሥራው ባለቤት እግዚአብሔር ይመስገን!

#Ergama: Ijoollee fi dargaggoon tajaajila hundagaleessaan ijaaramanii, kennaa Hafuura Qulqulluu fi dandeettii Waaqayyo isaaniif kenne adda baafatanii, guddifatanii, Waaqayyoof ulfina, dhalootaaf immoo eebba akka ta'aniif hojjachuu...
#Mul'ata: Ijoollee fi dargaggoo kennaa addaa Waaqayyo biraa isaaniif kenname (kan Hafuuraas, dandeettii uumamaas) hubatanii, adda baafatanii, guddifatanii ittiin hojjatanii, jirjiiramanii dhiibbaa gaarii uumuu danda'anii arguu
#Motto: Ijoollee fi dargaggoon guddinaa fi milkaa'ina hunda galeessaan akka guddataniif tajaajila hunda galeessa kennuu
Jaarraa 21ffaa keessatti dhaloota ijaaruudhaaf hubannaa fi ogummaa tajaajiltootaaf barbaachisu hidhachiisuun barbaachisaadha. Ijoollee fi dargaggoota keenya karaa hundagaleessaan guddisuudhaaf tajaajiltoota keenya bifa hundagaleessa (wholistic) ta'een hidhachiisuun barbaachisaa fi murteessaadha.
Sinoodosota lamaan Magaalaa Finfinneetti argaman irraa, waldoota garagaraarraa tajaajiltoota dhufaniif yeroo leenjii, yeroo barumsaa, yeroo waaqeffannaa, yeroo tokkummaa fi marii Waaqayyo nuuf kenne. Abbaa hojii kana hundumaa kan ta'e Waaqayyoof galanni haa ta'u! Ameen.
👇👇👇
📷 📽️ YDCS Media Team (0911454205)
https://t.me/eecmyyouthministry
https://t.me/MYSundaySchool

Telegram
EECMY Youth Ministry
Fellowship - Discipleship - Evangelism
1Thimothy 4:12
This is the official telegram channel of EECMY Head Office - Youth Ministry

ትውልዱን ከስህተት ትምህርት መጠበቅ
Rev. Worku Eba(Training Time for Children&Youth Ministers)
''ማንም ልዩ ትምህርት የሚያስተምር ከጌታችንም ከኢየሱስ ክርስቶስ በሆነው ጤናማ ቃልና እግዚአብሔርን ለመምሰል በሚስማማ ትምህርት የማይጠጋ ቢሆን፥
በትዕቢት ተነፍቶአል አንዳችም አያውቅም፥ ነገር ግን ምርመራን በቃልም መዋጋትን እንደ በሽተኛ ይናፍቃል፤ ከእነዚህም ቅንዓትና ክርክር ስድብም ክፉ አሳብም እርስ በርስ መናደድም ይወጣሉ፥ አእምሮአቸውም በጠፋባቸው እውነትንም በተቀሙ፥ እግዚአብሔርን መምሰል ማትረፊያ የሚሆን በመሰላቸው ሰዎች ይገኛሉ። እንደነዚህ ካሉት ራቅ።'' 1ጢሞ. 6:3-5
''Namni barsiisa biraa barsiisu, dubbii Gooftaa keenyaa Yesus Kiristoos isa sirriidhaa fi barsiisa ittiin nama Waaqayyoo ta'anii wajjinis kan walii hin galle yoo jiraate,namni akkasii of bokoksuudhaan of arguu dhabe, homaas hin beeku; yaadni isaa waan irratti dhukkubsateef waliin morkachuu fi wal diduu dhiisuu hin danda'u; waliin morkachuu fi wal diduu keessaa immoo weennoon, qoccolloon, maqaa balleessuun, hamaatti nama mamuun in ba'a.
Namoonni warri qalbiin isaanii bade wal aarsuunis kana keessaa in dhufa; isaan immoo dhugaan waan irraa fudhatameef, nama Waaqayyoo ta'uun waan ittiin bu'aa argatan in se'u.'' 1Xim. 6:3-5

የዝማሬ አምልኮ ጊዜ (Training-Day 2)
ሁለንተናዊ አገልግሎት ለልጆች እና ወጣቶች ሁለንተናዊ ለውጥ እና ዕድገት
===
የልጆች እና ወጣቶች አገልግሎት መሪዎች ስልጠና #በአዲስአበባ ለሚገኙ ማ/ምዕመናናት
''በመዝሙርና በዝማሬ በመንፈሳዊም ቅኔ እርስ በርሳችሁ ተነጋገሩ፤ ለጌታ በልባችሁ ተቀኙና ዘምሩ:'' ኤፌሶን 5:19
===
YEROO WAAQEFFANNAA FAARFANNAADHAAN...
===
YEROO LEENJII TAJAAJILTOOTA IJOOLLEE FI DARGAGGOO WWWMAKAANA YESUUS MAGAALAA FINFINNEERRAA WALITTI QABAMANIIF KENNAME -Guyyaa 2ffaa
''Qooqa garaa garaatiin, faarfannaa galataatiin, weedduu hafuuraatiinis wal harkaa fuudhaa! Garaa keessan keessatti faarfachaa galata gooftaa dhageessisaa!'' Efesoon 5:19
👇👇👇
📷 📽️ EECMY- YDCS Media Team (0911454205)