Daawwitiin meeshaa keessaan ilaalan osoo hin taane kan keessatti of ilaalanidha.
Namni Daawwitii akkamitti hubata yookiis hiikkata?
Deebisaaf walitti deebina.
TG Channel Daawitii jedhu waanta irraa barannu qabatee as baheera. Kanaa link kana gadii hiriyaa keessaniif share godhaa affeeraa( invite your friends)

👍3
Hiikaa Daawwitii
1) Meeshaa namni miidhagina qaama isaa ittiin ilaallatu kan fuulleerraa hojjetame
2) Barreeffamoota gaggabaaboo kan dhalli namaa jireenya isaa isa keessaa akka argu taasisan
◇ qabxii ijoo
. Jireenya kee kana jijjiiruu barbaadda taanaan barreeffamoota haamilee kee ijaaran dubbisuu filadhu. Sana booda waanta dubbiste sana gara ofii keetti deebisii ofii kee ilaali. Waanta of irratti argite yaadannoo keerratti barreessi, gara hojiitti jijjiiri. Kana goote taanaan sirriitti daawwitii keessa namaa agarsiisu keessatti of ilaalteetta.
• Addunyaa jiraannu kana irratti namni hedduun daawwitii fuullee irraa hojetame keessatti of ilaala. Kaayyoon of ilaaluu kanaa miidhagina qaamaa( physical appearance beauty) sirreessuudha. Kun garuu of ilaaluu osoo hin taane of daawwachuudha.
Of ilaaluu:- eenyummaa ofii isa sirrii beekuudha
Of Dawwachuu:- qaama keenya murtaa'aa ta'e isa irra keessaa akka ilaaluuti ( correct some part of our extenal body). Kunis of ilaallee yookiin daawitii iddoo tokko tokkotti immoo mastawatii meeshaa jedhamuun kan raawwatudha. Of ilaaluun gosa kanaa akka nama Tv irratti fiilmii ilaaluuti.
Horaa Bulaa
Share https://t.me/dwtbt

Telegram
DAAWITII (Of ilaallee)
Keessatti kan of ilaalan
👍1