Forwarded from Nuhas Beauty Garden (♥️👑📿ANEX ☪️☪️✅ Official 🙏💯)
DHAAMSA ADDAA : Halkan edanuu(Halkan 27) LEYLATUL-QADR yoo tahe maal gootan? Akkamitti dabarsitan? Irra jireessi keenya Leylatul-qadrii halkan 27 seha. Sahaabtichi guddaan Ibnu Abbaas-illeen halkan kana tahuu mala waan ja'u dubbate..
ﻗﺎﻝ ﺍﺑﻦ ﻋﺒﺎﺱ ﺭﺿﻲ ﺍﻟﻠﻪ ﻋﻨﻪ : ( ﺃﻧﻬﺎ ﻟﻴﻠﺔ ﺳﺒﻊ ﻭﻋﺸﺮﻳﻦ ).
Ragaalee tokko tokkoos tattaaffii godheen fidatee ture. Walirraa dhaalanii Muslimoonni hedduun halkan 27 kana Leylatul-qadr tahuu shakkan.
Tole! Halkan kana tahu maal goona?
1. Salaata shanan(Fardii) Imaamaa waliin Masjidatti Jam'aan Salaatuu qabna. Sunnaalee Salaata Fardii beekkamanis itti aansinee haa Salaannu. (Garuu sababa dhukkuba Koroonaa-vaayras kanaaf amma Masjidatti Salaatuun jabaatte. Kanaaf manumatti Jam'aan Salaataa)
2. Qur'aana qara'uu jabeessaa. Haasawni keenya edanaa osoo Qur'aana qara'uutti jijjiiramee gaariidha. Zikriilee ergamaa Rabbiiﷺ irraa nu geessees heddummeessaa ja'aa. Keessattuu..
ﺍﻟﻠﻬﻢ ﺇﻧﻚ ﻋﻔﻮٌ ﻛﺮﻳﻢ ﺗﺤﺐُ ﺍﻟﻌﻔﻮَ ﻓﺎﻋﻒ ﻋﻨِّﻲ
{Allaahumma innaka afuwwun kariimun tuhibbul-afwa fa'afu annii} irra daddeebinee jechuu qabna.
3. Sadaqadhu. Sadaqaan dallansuu, Rahmata Rabbiitti jijjiirti. Boonaafi hammeenya sokkisiiftee qalbii ummataa walitti harkifti. Jechi gaariilleen Sadaqaadha.
4. Badii guddoo irraa haa fagaannu. Fagaachuu baannaan adabni dachaadha.
5. Waan Shubuhaata(Haraami moo Halaali jattee adda wallaalte)irraa fagaadhu. Hojii bocolaa, teysuma cubbuu itti hin dhihaatin. Haala yerootu nu daangeessa malee, hanga kana osoo Masjidatti dabarsinee akkam tola seetan?
6. Badii hojjannee dabarsineef sheenawuu qabna. Fuulduraas waan fokkottuutti akka hin deebine mataa keenya amansiisnee baallama haa seennu. Hiree akka nu toolchu, ganda lachuuttuu qubsuma gaarii akka nu qabsiisu kadhanna. Kadhaa! Obboleeyyan keessanif kadhaa.
7. Kheyrii amma dura dhagayse cufa hanga dandeysu hojirra oolchi. Hojiin halkan kanaa amata 84 waan dhihaatutti qixxoyti. Shalaggii tana waan fakkaatutti haa bobbaanu.
• Akkuma dhaammachaa turre, Ibaadaa akka hin gooneef wantoota si ugguran hidda ciri. Kaayyoon uumamneef Rabbi gabbaruufi. Nuti addunyaa aakhiraan bitatuuf keessa jiraanna. Gaafa wanni aakhiraa teenya laaqaa dhufte irraa qulqullaawuun dirqama. Rabbi beekuun, beekkumsaan Rabbi gabbaruun carraadha.
Nuufi isinillee warra Kheyriin halkan Leylatul-Qadr qunnamu Rabbi nu haa taasisu.
Nuuralhudaa
Soora Qalbii Muslimaa
Join......❤️Share....🌹
@All_islaam

☪️☪️SUNNAA RASUULAA✅ S.A.w💯
: : :
: : 🌙
: 🌙
🌙
🕋
👉እስላም ማለት የ ጀነት መንገድ ነው
#channel_kenyaa_keessatii
👉Haadisa #rassulla_S.....A....W
👉senaa sahabota fi tohiida
👉halal surra fi filmi gababa
@All_islaam
👍
♥
https://telegram.me/All_islaam
: : :
: : 🌙
: 🌙
🌙
🕋
👉እስላም ማለት የ ጀነት መንገድ ነው
#channel_kenyaa_keessatii
👉Haadisa #rassulla_S.....A....W
👉senaa sahabota fi tohiida
👉halal surra fi filmi gababa
@All_islaam
👍
♥
https://telegram.me/All_islaam
Forwarded from MADDA BEEKKUMSAA🌳
<><>^<><>^<><>^<><>^<><>^<><>^
✿ kan yeroo hundaa kolfu beekkumsa of dhoowwa.
✿ Kan yeroo hundaa kadhatu kennaa of dhoowwa.
✿ Kan yeroo hundaa kakatu amantii of dhoowwa.
✿ Kan yeroo hundaa jarjaru hiree of dhoowwa.
✿ Dubbachuun immoo gootummaa mitii.
✿ Cal'isuun sodaaf miti.
✿ Kaayyoo kee hin dagattiin.
✿ Dhaageesseef hin dubbaatin.
✿ Argaateedhaf hin nyaatin.
✿ Waan xiqqoo hin gowwaamin.
<><>^<><>^<><>^<><>^<><>^<><>^
@oromotoo

#mammaksa.
Namichatu kafteriyaa deemee
Jennan ergamtuun deemtee maal siif ejejamuu jennaan gatiin wantoota gurguramanii meeqa jedhe gaafate
Ergamtuun wanti ho'an qarshii tokko dilalla'animmoo qarshii lama ittin jette.Ish wanta ho'aa naafidii jennaan yeroo isheen fidduuf ariitiidhaan daddafee osoo lafa hin ka'in dhuguu eegallan maltatee suuta hin dhugduu jennaan
Yoo mal jedhe gaariidha seetan
Badduukoo gaafanni qabanna'uu qarshii natti dbalachuuf jettee ittin jedhe.
@oromotoo
@oromotoo
Yaada qabannaan 👉@abdetuor

Watch "Oro Vine special" on YouTube
https://youtu.be/6kajTsY9Jio
https://youtu.be/6kajTsY9Jio
YouTube
diramaa Afaan Oromo 2020
HOJII or the
Forwarded from MADDA BEEKKUMSAA🌳
<><>^<><>^<><>^<><>^<><>^<><>^
✿ kan yeroo hundaa kolfu beekkumsa of dhoowwa.
✿ Kan yeroo hundaa kadhatu kennaa of dhoowwa.
✿ Kan yeroo hundaa kakatu amantii of dhoowwa.
✿ Kan yeroo hundaa jarjaru hiree of dhoowwa.
✿ Dubbachuun immoo gootummaa mitii.
✿ Cal'isuun sodaaf miti.
✿ Kaayyoo kee hin dagattiin.
✿ Dhaageesseef hin dubbaatin.
✿ Argaateedhaf hin nyaatin.
✿ Waan xiqqoo hin gowwaamin.
<><>^<><>^<><>^<><>^<><>^<><>^
@oromotoo
@oromotoo
✿ kan yeroo hundaa kolfu beekkumsa of dhoowwa.
✿ Kan yeroo hundaa kadhatu kennaa of dhoowwa.
✿ Kan yeroo hundaa kakatu amantii of dhoowwa.
✿ Kan yeroo hundaa jarjaru hiree of dhoowwa.
✿ Dubbachuun immoo gootummaa mitii.
✿ Cal'isuun sodaaf miti.
✿ Kaayyoo kee hin dagattiin.
✿ Dhaageesseef hin dubbaatin.
✿ Argaateedhaf hin nyaatin.
✿ Waan xiqqoo hin gowwaamin.
<><>^<><>^<><>^<><>^<><>^<><>^
@oromotoo
@oromotoo
Watch "G" on YouTube
https://youtu.be/-OwuEqxEguA
https://youtu.be/-OwuEqxEguA
YouTube
G
Fm
Watch "G" on YouTube
https://youtu.be/-OwuEqxEguA
https://youtu.be/-OwuEqxEguA
YouTube
G
Fm
Watch "G" on YouTube
https://youtu.be/-OwuEqxEguA
https://youtu.be/-OwuEqxEguA
YouTube
G
Fm
Forwarded from Deleted Account
//////////EID MUBARK//////////
ﻛﻞ ﻋﺎﻡ ﻭ ﺃﻧﺖِ ﺑﺨﻴﺮ.
Warra barana kha bara hegere👉
Warra barana kha bara heduu🙌
Warra barana hamdii bara dhufuu abdii
Eida gammachuu😀😀
Eida jaalala♥️♥️♥️
Eida milki 😁😁
Eida badhadhinaa 🎇🎆✨🎇🎆
Eida rizqii💸💸💸💰
Eida guddinaa 🏤🏤🕍
Eida tokkummaa🤝🤝🤝
Eida wal gargaruu
Eida rahmata
Eida rahaa
Eida bara baraan gammachu
ﻛﻞ ﻋﺎﻡ ﻭ ﺃﻧﺖِ ﺑﺨﻴﺮ.
Warra barana kha bara hegere👉
Warra barana kha bara heduu🙌
Warra barana hamdii bara dhufuu abdii
Eida gammachuu😀😀
Eida jaalala♥️♥️♥️
Eida milki 😁😁
Eida badhadhinaa 🎇🎆✨🎇🎆
Eida rizqii💸💸💸💰
Eida guddinaa 🏤🏤🕍
Eida tokkummaa🤝🤝🤝
Eida wal gargaruu
Eida rahmata
Eida rahaa
Eida bara baraan gammachu
☪ Ati Muslimaa? 🔯
😳Muslima ta’uukeef ni gammaddaa?🤗
Maal eegdaree kan armaan gadii keessaa filadhu akka fedhakeetti 👇🏿👇🏿👇🏿
😳Muslima ta’uukeef ni gammaddaa?🤗
Maal eegdaree kan armaan gadii keessaa filadhu akka fedhakeetti 👇🏿👇🏿👇🏿
Forwarded from Deleted Account
Halkan layilatul qadrii
yaa Rabbi Erra Nubuusi....... ⛰️Ji.a kana keesssa kayirii waan kennamu hunda worra Argate yaa Rabbi Nugodhii.......
Qalbiidhumaan Aamiin jedhaa
yaa Rabbi Erra Nubuusi....... ⛰️Ji.a kana keesssa kayirii waan kennamu hunda worra Argate yaa Rabbi Nugodhii.......
Qalbiidhumaan Aamiin jedhaa
Watch "G" on YouTube
https://youtu.be/-OwuEqxEguA
https://youtu.be/-OwuEqxEguA
YouTube
G
Fm
Forwarded from BUTTON MAKER
Eenyutu Jechoota Shanan Tana Narraa Fudhatee Itti Dalaga?
••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
Abuu Hureeyraan akki je’u, Rasuulli sallallaahu Aleeyhi wasallam “eenyuutu jechoota kana
narraa fudhatee isiitti dalaga ykn isii tana nama itti dalaguu barsiisa?” nuun je’e. Abuu Hureeyraan Ana Yaa Ergamaa Allaah je’een, Rasuulli ﷺ harka kiyya qabee shan naaf lakkaawe “Haraama irraa fagaadhu, nama akkaan Rabbi gabbaru taataa, Waan Rabbiin siif qoode jaaladhu irra dureeysa namaa taataa, ollaa keetiif tola oli Mu’mina taataa,
waan ifii jaalattu ilmaa namaatiif jaaladhu Muslima taataa, kofla hin guddisin kofla guddisuun qalbii ajjeesaa” naan je’e. Hadiisa kana Tirmiizii fi Imaamu Ahmadtu baase. Hadiisa kana keeysatti gorsa guddaatu jira. Rasuulli ﷺ nama isii tana baratee itti dalaguu fi nama isii tana nama barsiisu gaafannaan
Abuu Hureeyraan Ana je’ee irraa fudhate.
1. Waan haraamaa irraa if eegi nama akkaan Rabbi gabbaru taata:
Haraamni waan Rabbiin dhorge hunda, waan dhorgame dalaguu fi kan ajajame dhiisuun haraama. Wanti haraamaa kuni Qur’aanaa fi Hadiisa keeysatti ifa bahee jira. Sanirraa: Shirkii, Lubbuu namaa baasuu, hatuu, Zinaa, nama walitti buusuufi oduu nama jidduu oofuu, kijibuu, nama ganuu, ragaa kijibaa bahuu, Ribaa nyaachuu, Haadhaa fi Abbaa ifii muruu, fira muruu, farshoo dhuguu, falfala dalaguu fi itti dhaquu, waan kana malee jiru
hedduu irraa fagaatuun sadarkaa nama sanii
ol fuutee irra caalaa nama Rabbi gabbaruu
keeysatti isa ramaddi. Irra caalaan wanni Rabbii ifii ittiin gabbaranii waan inni irraa dhorge irraa fagaachuuni.
2. Waan Rabbi siif qoodee jaaladhu irra dureeysa namaa taata:
Durummaan guddoon durummaa qalbiiti, namni jiruu duniyaa tanarratti haalaan gammachuu qabu, nama waan Rabbiin isaaf qoode san jaalate. Irra hedduun namaa qabeenya kan qabu tahuu agarta, garuu hiraar isaa dhumaa hin qabu, magaalaan dhabamte, wanni akkasii ol kaate, san godhu malee tun badde osuma je’u gammachuu waan je’amu osoo hin agarre duniyumaaf hiraaraa jiraata. Qalbiin Isaa miskiina, garuu qabeenya qaba. Gammachuun dhugaa waan Rabbi namaaf qoodeen quufanii, Akhiiraa dalagachuun argamti.
Rabbiin ol tahe akki je’u:
(ٱلَّذِینَ ءَامَنُوا۟ وَتَطۡمَىِٕنُّ قُلُوبُهُم بِذِكۡرِ ٱللَّهِۗ أَلَا بِذِكۡرِ ٱللَّهِ تَطۡمَىِٕنُّ ٱلۡقُلُوبُ)
[Surat Ar-Ra'd 28]
“Warra Amane qalbiin Isaanii Zikri Allaahaatin raggaati (gammachuu argatti), dhugumatti
Zikrii Allaahatiin Qalbiin sabatti.” Ar-Ra’ad: 28 Namni waan Rabbiin isaaf qoodeen quufee gammade, irruu alaa eegaa olu hin qabuu nagayaan jiraata, namni qooda Rabbii isaatiin quufuu dadhabde irruu zalaalam hin guuttamnen guutatti gammachuu dhabee duniyumaaf bolalaa jiraata.
3. Ollaa keetiif tola olii Mu’mina taata:
Ollaaf gaarii tahuun mallattoo Iimaanaa irraahi.
Wanni ollaaf tola olaniin hedduu. sanirraa: Salaamtaa deebisuu,
hamtuu ifii irraa qabachuu,
rakkoo isaa obsuufi,
haajaa isaa bira dhaabachuu,
iccitii fi eybii isaa dhoysuu fi
gaarii isaaf dhaamuudha.
Ollaan Kee Muslima tahu haqa ollummaa fi haqa obbolummaa Islaamaa sirraa qaba. Ollaan kee Kaafira tahu haqa ollummaa sirraa qaba. Gaarii malee hamtuu itti dalaguu hin qabdu.
4. Waan ifii teetiif jaalattu namaaf jaaladhu Muslima taata:
Guutuminna Iimaanaa irraa inni tokko waan ifiif jaalatan namaaf jaalachuudha. kun Haala bareedaa Muslimni ittiin faayamuu qaburraahi.
5.Kofla hin guddisin, Kofli heddumaatu qalbii ajjeesa:
Waan hundaaf koflaatuma oluun qalbii namaa zikrii irraa shaagala, suni qalbiin akka goggoydu godha.
Ammoo ilmi namaa koflu fi tapha isa gammachiisurraa hin duroomu, garuu sanuma qofa kaayyoo godhatanii ganamaa fi galgala waanuma itti koflan qofa barbaaduun qalbiin goguu irraahi.
Rasuulli ﷺ Sahaabaa wajjiin qoosaa godhee jira, ammoo haqa malee hin dubbatu. Hoggaa hunda fuula ifaa taheen seeqaati Sahaaboota qunnama. Hadiisa keeysatti wanni jiru “Fuula obboleeysa keetii seeqaa qunnamuun Sadaqaadha” Ammoo koflaa oluu miti. Suni qalbiin du’uu irraahi. Nama biratillee namni akkasii kabajaan irraa fuudhamti.
Rabbiin warra jechootii tanaan fayyadamu nu haa godhu

Rabbiin(s.w) Wanta Uumuu Barbaade Hun Ta'ii isaatiin akka barbaadetti Uuma. Wanta Inni uumuu Barbaade Hunda "Ta'i" numa jedhaan wanti saniis inuma ta'a. Rabbiin(s.w) Waa'ee kanaa ilaalchisee akkana jedha:-
(إِنَّمَا أَمْرُهُ إِذَا أَرَادَ شَيْئًا أَنْ يَقُولَ لَهُ كُنْ فَيَكُونُ)
[سورة يسن 82]
"Ajajni isaa, yoo waan tokko fedhe "tahi" jechuma Qofa, Yoosuu taha."(Yaasiin 36:82) , Akkasuma dabalataaniis ergaa wal fakkaataa =surah nahl 16:40, Suuraa Baqarah 2:117, Suuraa ghaafir 40:68 ,irratti argachuu ni dandeenya.
Kanaafuu Rabbiin(s.w) akkuma ta'ii isaatiin waan hunda uume.Ta'ii isaatiin Iisaa Ilma Maryam illee Uume. Akkuma Abbaa keenya Aadam Haadhaa fi Abbaa Malee Biyyee irraa Nama godhee uume, Haadha Teenya Hawaa immoo Haadha malee Abbaa Keenya Aadam qofa irraa Uumee, Iisaa Ilma Maryam ille Dandeettii isaatiin Haadhaa Qofa irraa ta'ii isaatiin Uume. Keewwatoonni Qur'aanaa kan armaan gadiis waa'ee dhaloota Iyyasuus/Iisaa Ilma mariyam ilaalchisee kanuma nuuf ibsa:-
(إِذْ قَالَتِ الْمَلَائِكَةُ يَا مَرْيَمُ إِنَّ اللَّهَ يُبَشِّرُكِ بِكَلِمَةٍ مِنْهُ اسْمُهُ الْمَسِيحُ عِيسَى ابْنُ مَرْيَمَ وَجِيهًا فِي الدُّنْيَا وَالْآخِرَةِ وَمِنَ الْمُقَرَّبِينَ * وَيُكَلِّمُ النَّاسَ فِي الْمَهْدِ وَكَهْلًا وَمِنَ الصَّالِحِينَ * قَالَتْ رَبِّ أَنَّىٰ يَكُونُ لِي وَلَدٌ وَلَمْ يَمْسَسْنِي بَشَرٌ ۖ قَالَ كَذَٰلِكِ اللَّهُ يَخْلُقُ مَا يَشَاءُ ۚ إِذَا قَضَىٰ أَمْرًا فَإِنَّمَا يَقُولُ لَهُ كُنْ فَيَكُونُ)
[سورة آل عمران 45 - 47]
“yeroo malaa’ikoonni “yaa maryam! Dhugumatti Rabbiin jecha isa biraa ta’e, kan maqaan isaa masiih Iisaa ilma maryam jedhamu, kan duniyaa fii Aakhirattis kabajamaa fii warra Rabbitti dhiheeffaman irraa ta’een si gammachiisa” jette (yaadadhu). Daa’imummaa fi erga guddateeyis namaan dubbata. Warra gaggaarii irraayis(ta’e). (maryamis) “yaa gooftaa kiyya! Odoo namni tokkollee ana hin tuqne akkamitti ilmi naaf argama?” jette. (Rabbiinis) “Akka kanatti Rabbiin waan fedhe Uuma. Inni #yeroo_waan_tokko_murteessu #ta’i! qofa isaan jedha; #yeroma_san ta’a” jedhe.” [Aali-Imraan 3:45-47]
(يَا أَهْلَ الْكِتَابِ لَا تَغْلُوا فِي دِينِكُمْ وَلَا تَقُولُوا عَلَى اللَّهِ إِلَّا الْحَقَّ ۚ إِنَّمَا الْمَسِيحُ عِيسَى ابْنُ مَرْيَمَ رَسُولُ اللَّهِ وَكَلِمَتُهُ أَلْقَاهَا إِلَىٰ مَرْيَمَ وَرُوحٌ مِنْهُ ۖ فَآمِنُوا بِاللَّهِ وَرُسُلِهِ ۖ وَلَا تَقُولُوا ثَلَاثَةٌ ۚ انْتَهُوا خَيْرًا لَكُمْ ۚ إِنَّمَا اللَّهُ إِلَٰهٌ وَاحِدٌ ۖ سُبْحَانَهُ أَنْ يَكُونَ لَهُ وَلَدٌ ۘ لَهُ مَا فِي السَّمَاوَاتِ وَمَا فِي الْأَرْضِ ۗ وَكَفَىٰ بِاللَّهِ وَكِيلًا)
[سورة النساء 171]
“Yaa Abbootii kitaabaa! Amantii keessan keessatti daangaa hin darbinaa; Rabbi Irrattiis dhugaa malee hin haasa’inaa. Ilmi Maryam, masiih ,Iisaan ergamaa rabbiiti; jecha isaa (ta’i jedhu) kan inni gara maryam darbee dha. Ruuhii(Uumaa) isa irraa ta’ee dha. Rabbii fi Ergamoota isaattis amanaa. “Rabbiin Sadihi” hin jedhinas. Isarraa Dhoorgamaa; isiniif caala (ta’aa). Rabbiin dhugaan gabbaramaa tokko qofa. Inni ilmi isaaf ta’uu irraa qulqullaa’e. Wantoonni samii keessaa fi wantoonni dachii keessaa kan isaati. Hirkoodhaafis Rabbiin Qofti ga’aa dha.”[Nisaa’i 4:171]

EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARA
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARAK
EID MUBARA