Forwarded from ABDII SABAA
#waamicha
#yuunivarsitii_Diillaa
Guyyaan galmee barattoota haaraa waxabajjii 15fi 16/2014 ta'uu
yuunivarsitiin Diillaa beeksiseera
Adabbii waliin galmeen hanga waxabajjii 17 bara 2014 qofadha.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
π‘MIIDIYAAπ‘
@ABDII_SABAA
@ABDII_SABAA
π©Yaadaπ©
@YaadaafQeeqabot
@YaadaafQeeqabot
πΉYOUTUBEπΉ
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa?sub_confirmation=1

#Badhaasni 'Hacaaluu Hundeessaa Award' Waxabajjii 22 bara 2014 gaggeeffama.
Badhaasni Haacaaluu Hundeessaa hojiitti seenamuu Isaa waliin wal qabatee Haati warraa Artist Haacaaluu Aaddee Faantuu Dammisee magaalaa Finfinneetti hoteela 'Redsan Blue'tti Miidiyaaleef ibsa laatteetti.
Badhaasni 'Hacaaluu Hundeessaa Award' guyyaa yaadannoo du'a Artist Haacaaluu Hundeessaa Waxabajjii 22 bara 2014 akka gaggeeffamu koreen qindeessituu sagantichaafi Faawundeeshiniin Haacaaluu Hundeessaa ibsa miidiyaaleef kennaa jiruun beeksise.
Badhaasichi akaakuuwwan muuziqaa 10 kan dorgomamu yoo ta'u, sirboonni guyyaa wareegamuu Artist Haacaaluurraa eegalee Afaan Oromootiin sirbaman kan dorgomsiifaman ta'a jedhameera.
Haaluma kanaan muuziqaa, kilippii, walaloo, yeedaloo, qindeessaa, editara kilippii, sinimaatogiraafii, artiistii dubaraafi dhiiraa cimaa baranaa kan dorgomsiifamanii ni badhaafamu jedhameera.
Kanuma hordofee Uummanni weebsaayitii https.//hachaluhundessaaward.org irratti sagalee akka kennan Koreen qindeessituu sagantichaafi Faawundeeshiniin Haacaaluu Hundeessaa gaafataniiru.

http://hachaluhundessaaward.org Link Kanaan Seenaatii Yaada(Sagalee)Keessan Kennaa!
Wayyoo waan Oromoon Walloo ta'aa jiru kana ilaalaame maalooπππππππOur Solution is only Pray GOD!
Forwarded from Deleted Account
Dorm Ijoollee fresh dhufaa jiraanii Maqaa hanga akaakayyuutti itti galchaatii ilaalaafi!
Start godhaamee Achiin booda hiriyyoota keessan hafeera birr 2500 badhaafamaa!
Forwarded from αααα³ α αα α¨α£α
α αα³α
ααα΅ πΏπΏπΏπΏπΏπΏπΏπΏπΏπΏ
Photo | Badhaafamtoota guyyaa har'aa.
π BAGA GAMMADDAN π
Namoonni COOP bootii namoota 30f affeeran qarshii 2500 π badhaafamaniiru.
Isins ammuma liinki kessaan namoota 30f erguudhaan badhaafama.
Hubachiisa : Namoonni linkii ergitaniif "start" cuqaasudhaan akka booticha jalqabsiisan mirkaneeffadha.
Photo | α¨αα¬ α°αΈαααα½
πα₯αα³α α°α΅ α αα΅π
α¨COOP α¦α΅ α30 α°αα½ α¨αα α α°αα½ 2500 α₯α π α°αΈαα αααα’
α₯ααΆα ααα₯α ααΈααα’
αα³α°α’α« : ααα α¨αα©ααΈα α°αα½ 'start' α₯αα α¦α±α α₯αα³α΅ααα© α₯ααα α αααα’
https://t.me/+2H5wrrvTIdg4YmNk