Link kana Start godhaa achiin booda Namatti Ergadhaa birri 3000 qaba
Namoonni Fiass 777 hojjechuu Feetan Link armaan Olii kana tuqaati Galma,aa Online Business Hojjedhaa!
ONLINE DIJITAL MARKETING
"The Big Ilness of Human Being is Empty Pocket"
Dhukkubni dhala namaa inni guddaan kaayyoo fi Giiphii duuwwaa tahuudha!
π Hojii namni kamiyyuu galmaayee dalaguu danda'udha!
πUlaagaan hojii Kanaas yeroo, beekumsa, fi dandeettii guddaa na gaafata jettee hin yaadiin!
π‘ Sababiinisaas wantoonni kun hundumtuu ani hojii hojjechuu nan danda'a jettee isa of amansiistu keessa buufatanii jiru!
Waan kana galmaayii guyyaa guyyaatti waan hojjettutu jira.
Tartiiba armaan gadii hordofuun gara hubannoo isa itti aanuutti darbi!
πJalqaba yeroo galmooftu zeeroo irraa hin ka'iin lakk bilbilaa 9 irraa kaasii register godhi.
πAmmumayyuu yeroo galmooftu qarshii 65 siif kenna
π Jalqaba yeroo galmooftu VIP0 irratti siif kenna.
πVIP0n guyyaa guyyaatti qarshii 15 add goota.
π Namoonni hedduun hojjechaa jiru!
πIsaa booda login jettee seentu Task kan jedhu irratti cuqaasta.
πJalqabaaf nama haaraa seene VIP0 kenna.
πKana irratti yeroo kana task kan jedhu jalaa VIP0 task 3 qofa eeyyama.
3nuu irraatti yeroo cuqaastu tokkoo tokkoo isaaf qar 5 walii gala 15 ETB guyyaa guyyaan achirratti kenna.
π€ Galii argachuuf akkasumas immoo qarshii baasuuf VIP0 upgrade gochuun dirqama.
π‘ Akkuma galii guddaa argachuuf fedha guddaa qabdu; galii guddaa kana argachuuf effert guddaa baasuun barbaachisaadha(The more you invest the more you get)
π€ Kana jechuunis :-
VIP1 = Qarshii 1000
VIP2 = Qarshii 3000
VIP3 = Qarshii 6000
VIP4 = Qarshii 10000
VIP5 = Qarshii 30,000
Ibsa Armaan Gadii Ilaali
1. ViP0 baasii takka malee kana galmooftu yoo tahu guyyatti carraa yeroo sadi qabda sa'aa 24 keeyisatti charraa tokkichi 5birr qaba galiin guyyatti argattu =3(5)=15, haga 200 ni hojjetta.
2. VIp1 1000 yoo kaffalte carraa 4 galii guyyaa =6(4)=24birr per day, galiin ji'aan argattu 24(30)=720.
3. VIp2, 3000 yoo bitte guyyaatti 6 yoo tahu tokko idaa gatiin qarshii 14 qaba.
guyyatti =6(14)=84 Galiin ji'aan argattu =84(30)=2520.
4. VIP3, 6000 kan bittu yoo tahu guyyatti task 11, gatiin tokko qarshii 16 galiin guyyaa =11(16) =176 Galiin ati ji'atti argattu 5280.
5. VIP4. 10,000 yoo bittu guyyatti task 17 yoo tahu gatiin tokkoo 18 yoo galiin guyyaan argattu =17(18)=306 yoo tahu kan ji'aan argattu qarshii =306(30)=9180
6. VIP5 karshii 30,000 yoo bittu guyyatti task 38: yoo ta'u tokkichi qarshii 25 . Galiin ati guyyatti argattu =38(25)=950
Galiin ati ji'aan argattu =28500, Galiin waggaan argattu 342,000
Hojjechuuf fedhii kan qabu karaa kanaan na dubbisaa:-

Forwarded from ABDII SABAA
#waamicha
#yuunivarsitii_Diillaa
Guyyaan galmee barattoota haaraa waxabajjii 15fi 16/2014 ta'uu
yuunivarsitiin Diillaa beeksiseera
Adabbii waliin galmeen hanga waxabajjii 17 bara 2014 qofadha.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
π‘MIIDIYAAπ‘
@ABDII_SABAA
@ABDII_SABAA
π©Yaadaπ©
@YaadaafQeeqabot
@YaadaafQeeqabot
πΉYOUTUBEπΉ
https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa?sub_confirmation=1

#Badhaasni 'Hacaaluu Hundeessaa Award' Waxabajjii 22 bara 2014 gaggeeffama.
Badhaasni Haacaaluu Hundeessaa hojiitti seenamuu Isaa waliin wal qabatee Haati warraa Artist Haacaaluu Aaddee Faantuu Dammisee magaalaa Finfinneetti hoteela 'Redsan Blue'tti Miidiyaaleef ibsa laatteetti.
Badhaasni 'Hacaaluu Hundeessaa Award' guyyaa yaadannoo du'a Artist Haacaaluu Hundeessaa Waxabajjii 22 bara 2014 akka gaggeeffamu koreen qindeessituu sagantichaafi Faawundeeshiniin Haacaaluu Hundeessaa ibsa miidiyaaleef kennaa jiruun beeksise.
Badhaasichi akaakuuwwan muuziqaa 10 kan dorgomamu yoo ta'u, sirboonni guyyaa wareegamuu Artist Haacaaluurraa eegalee Afaan Oromootiin sirbaman kan dorgomsiifaman ta'a jedhameera.
Haaluma kanaan muuziqaa, kilippii, walaloo, yeedaloo, qindeessaa, editara kilippii, sinimaatogiraafii, artiistii dubaraafi dhiiraa cimaa baranaa kan dorgomsiifamanii ni badhaafamu jedhameera.
Kanuma hordofee Uummanni weebsaayitii https.//hachaluhundessaaward.org irratti sagalee akka kennan Koreen qindeessituu sagantichaafi Faawundeeshiniin Haacaaluu Hundeessaa gaafataniiru.

http://hachaluhundessaaward.org Link Kanaan Seenaatii Yaada(Sagalee)Keessan Kennaa!
Wayyoo waan Oromoon Walloo ta'aa jiru kana ilaalaame maalooπππππππOur Solution is only Pray GOD!
Forwarded from Deleted Account