Forwarded from Hizbawi Serawit ሕዝባዊ ሠራዊት ቅ/አ/አ/መ/ደ/ ት/ቤት (ራስ ስዩም)🧑🎓 (Zege)
👉❕❕❕የዳንሴ ቅድመ 1ኛ ፣1ኛ እና መካከለኛ ደረጃ ትምህርት ቤት መምህራን እና አስተዳደር ሰራተኛ መካከል 7ኛ ዙር አገራቀፍ ምርጫ ካርድ ያለወጡ መምህራን እና አስተዳደር ሰራተኛ ፣የምርጫ ካርድ ለማውጣት የተቸገራቹበትን አጭሮ ሪፖርት እና ምክንያት እስከ ነጌ 14/8/2018 ዓ.ም 4:00 ሰዓት ድረስ ብቻ ሪፖርት እንድታቀርቡ፡፡ 5:00 ሰዓት ላይ ለመጨረሻ ጊዜ ለክፍለ ከተማ ሪፖርት የሚናደርግ መሆኑን እናሳውቃለን።
👉❕❕❕Barsiisonnii fi hojjettoonni bulchiinsaa mana barumsa Daansee sadarkaa 1ffaa duraa, sadarkaa 1ffaa fi giddugaleessaa keessatti argaman, kanneen kaardii filannoo marsaa 7ffaa biyyaalessaa hin baafatin, sababaa fi rakkoo isin mudate gabaasa gabaabaa ta’een hanga boru guyyaa 14/8/2018 A.L.I sa’aatii 4:00 qofaatti akka dhiyeessitan isin beeksifna. Sa’aatii 5:00 irratti yeroo dhumaa gabaasni gara kutaa magaalaatti akka ergamu isin hubachiifna.

Forwarded from Adugnaw Bamlaku
Forwarded from Negese Bekele
👏👏👏👏የእንኳን አደረሳችሁ መልዕክት ከዳንሴ ትምህርት ቤት 👏👏👏
ውድ እና የተከበራችሁ ✅የዳንሴ✅ ትምህርት ቤት ወላጆች፣ ተማሪዎች፣ መምህራን እና መላው የትምህርት ቤታችን ሰራተኞች፤
በመጀመሪያ መላው የእስልምና እምነት ተከታይ ለሆናችሁ የትምህርት ቤታችን ማህበረሰብ አባላት እና ለሕዝበ ሙስሊሙ በሙሉ፣ የዳንሴ ትምህርት ቤቱ የተሰማውን ታላቅ ደስታ እየገለጸ ✅"ለ1447ኛው ✅የኢድ አል አድሀ (አረፋ) በዓል በሰላም አደረሳችሁ!" ለማለት ይወዳል።
የኢድ አል አድሀ በዓል ታላቅ መስዋዕትነትን፣ ታማኝነትን፣ አብሮነትን እና ለፈጣሪ ሙሉ በሙሉ መታዘዝን የምንማርበት ታሪካዊ በዓል ነው። ይህ ✅እለት እርስ በርስ በመተሳሰብ፣ ✅የተቸገሩትን በመርዳት እና ፍቅርን በመጋራት የሚከበር በመሆኑ፣ እኛም በትምህርት ቤታችን ውስጥ ለምናሳድጋቸው ልጆቻችን ልናስተላልፍላቸው የሚገባውን ታላቅ የደግነት እና የሞራል እሴት የሚያስታውሰን ነው።
በትምህርት ቤታችን « ዳንሴ» ውስጥ የምንገነባው አካዳሚያዊ ጥንካሬን ብቻ ሳይሆን፣ ተማሪዎቻችን በባህላቸው እና በሃይማኖታዊ እሴቶቻቸው ኮርተው፣ ሌሎችን አክብረው እና ተከባብረው የሚኖሩበትን መልካም ሰብዕና ጭምር ነው። ይህ በዓል ልጆቻችን የጋራ መረዳዳትንና ትጋትን እንዲለማመዱ መልካም አጋጣሚ እንደሚሆን አንጠራጠርም።
በመጨረሻም፣ ይህ የ1447ኛው የኢድ በዓል፦
ለሀገራችንና ለዓለም አቀፉ ማህበረሰብ የሰላም እና የፍቅር፣
ለቤተሰባችሁ የጤና፣ የበረከት እና የደስታ፣
ለልጆቻችን ደግሞ የትጋትና የስኬት እንዲሆንላቸው ከልብ እንመኛለን።
ኢድ ሙባረክ! መልካም የኢድ አል አድሀ በዓል!
✅የዳንሴ ት/ ቤት✅
✅Kabajamtoota fi Jaallatamtoota Maatii, Barattoota, Barsiistota fi Hojjattoota Mana Barnootaa Daanse Maraaf;
Ji’a kabajamaa fi qulqulluu kan ta’e, ayyaana dhiifamaa fi deeggarsaa kan ta’e ayyaana iid-Al-Adhaa (Arafa) 1447ffaa ilaalchisee, hordoftoota amantaa Islaamaa mana barnootaa keenyaa fi hawaasa Muslimaa maraaf gammachuu guddaan "Baga Ayyaana iid-Al-Adhaa (Arafa) 1447ffaan Isiin Gahe!" jechuun barbaada.
Ayyaanni iid-Al-Adhaa ayyaana aarsaa, amanamummaa, tokkummaa fi uumaaf ajajamuufi. Akkasumas, ayyaanni kun wal gargaaruun, harka qalleeyyiif kenuun fi jaalala waliif qooduun kan kabajamu yoo ta’u, kunis ijoollee keenya boru addunyaa kana jijjiiran biratti miira gara laafinaa fi namoomasaa uumuuf iddoo guddaa qaba.
Nuti Mana Barnootaa keenya keessatti, barattoonni keenya gama barnootaan qofa utuu hin taane, aadaa fi amantaa isaanii kabajanii, safeeffatanii fi waliif kabaja kennanii akka guddatan gochuuf hojjenna. Ayyaanni kunis ijoolleen keenya waliif yaaduu fi hawaasummaa akka baratan carraa gaarii akka uumu hin shakkamu.
Xumura irratti, Ayyaanni iid-Al-Adhaa 1447ffaan kun:
Biyya keenya fi addunyaa maraaf ayyana nageeyyaa fi jaalalaa,
Maatii keessaniif ayyaana fayyaa, eebbaa fi gammachuu,
Barattoota keenyaaf immoo ayyaana carraaqqii fi milkaa’inaa akka ta’u hawwina.
iid Mubaarak! Ayyaana iid-Al-Adhaa Gaarii Ha Ta'u!
✅M/Barumsaa Daansee✅

Forwarded from የካ ክፍለ ከተማ ት/ፅ/ቤት mereja
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM