Forwarded from Gech
Forwarded from Gech
Forwarded from Gech
የ8ኛ ክፍል አማርኛ ሞዴል grade 8th (2).pdf
271.3 KB
የምስጋና መልእክት
ክቡራን መምህራን፣ ሰራተኞች፣ ተማሪዎች እና የት/ቤታችን ማህበረሰብ በሙሉ
እንኳን ደስ አላችሁ!ከዳንሴ ት/ቤት፣ በፈጠራ ስራችሁ ት/ቤታችንን ወክላችሁ 1ኛ ደረጃ ሰለወጣቹ ታላቅ ኩራት ነው። ይህ ስኬታችሁ የትጋት፣ የጽናት እና የልዩ ችሎታችሁ ውጤት መሆኑን ያሳያል።
ለሌሎች ተማሪዎች ጥሩ ምሳሌ ሆናችሁ፤ እንዲሁም የት/ቤታችንን ስም ከፍ ማድረጋችሁ እጅግ አስደስቶናል። ስለዚህ ከልብ እናመሰግናለን።ወደፊትም ይህን ጥረታችሁን በመቀጠል ከፍተኛ ደረጃ እንድትደርሱ እንመኛለን።
“ቀጥሉ፣ ከፍ በሉ፣ ብሩህ ሁኑ!”
ዳንሴ ት/ቤት
Ergaa Galataa
Kabajamtoota
Barsiisota,Hojjettotta, Barattota fi Hawaasaa Mana barumsaa keenya hundaaf
Baga gammaddan!
Mana Barumsaa Daansee irraa, hojii kalaqaa keessaniin mana barumsaa keenya bakka bu’uun sadarkaa 1ffaa argachuun keessan nu boonsitanittu . Milkaa’inni keessan kun hojii jabaa, kutannoo, fi dandeettii addaa qabdan agarsiisa.
Isin fakkeenya gaarii barattoota biroof taataniittu; akkasumas maqaa mana barumsaa keenya ol kaasuun keessan hedduu nu gammachiiseera. Kanaaf, galata guddaa isini qabna Fuuldurattis hojii keessan kana itti fufuun sadarkaa ol’aanaa irra akka geessan isin hawwina.
“Itti fufaa, ol ka’aa, ifaa ta’aa!”
M/B Daansee