Athlete Kenenisa Poly Technic College Driving Training Center
53 subscribers
27 photos
1 video
1 link
Driving Training
Download Telegram
Athlete Kenenisa poly Technic college Driving Training Vehicles
Leenjii konkolaachisumma barbaadan hundaaf meeshaalee leenjii hammayyaa kan fayyadamun leenjii qulqullina qabu akka argatan
Dhaabata leenjii koonkoolaachisuma atileet qananisaa isin affeera!!!!!
የአሽከርካሪ ስልጠና ለመትፈልጉ በሙሉ እነዚህን ዘመናዊ የስልጣና ዕቃዎችን በመጠቀም ጥራት ያለው ስልጠና እንድታገኙ በአክብሮት ይጋብዛችኋ!!!!
Dirree_Shaakallii_Leenjii_Konkolaachisuma /የመሰልጠኛ ቦታ በኮሌጁ ቅጥር ግቢ ዉሰጥ
Oduu_Gammachiisaa

➯Namoota_Ogummaa_Konkolaachisummaa_Leenji'uu Barbaadaniif
dhaabbata leenjii konkolaachisummaa Kolleejjiin Pooliiteeknika Atleet Qananiisaa Ergama isaa Leenjii qulqulinna qabu kennuuf qabu galmaan gayuuf kallattii adda addaatiin hojii hojataa jira.

🚃➤Kana keessaa Konkolaachiftoota Ga'umsa qaban leenjisee baasuuf bara kana gurmaa'inna haaraan hojii baldhaa hojjatee jira.
🚃➤dhaabatachi Leenjii meeshaalee leenjii hammayyaa yeroo adda addaa biyya Jarman irraa Qarqaarsaan argateen kan guutameedha.
🚃➤Leenjistoota Ogummaa Automotive ttin Masters/MSC fi approval kan qabanin leenjisa

🚃➤Qabeena Ummataa kana Rakkoo Ummaataa/Hawaasaa Hamaa kan ta'e Balaa_Tiraafiikaa salphisuuf leenjii Ogummaa qabu fi qulqulinna qabu keenuf qophii xumuree jira.
🚃 Dirree_Shaakallii_Leenjii_Konkolaachisuma fi Qormaata Mooraa kolleejichaa keessatti lafa baldhaa iratti kennaa jira.
Kanumaafuu akka kolleejicha irraa fayyadaman isin affeera!!!!!
Suraa leenjifamtoota leenjii konkolaachisuma marsaa 21ffaa leenjii xummuran