Dilbata dhufu guyyaa Sahaa 7 booda magaalaa Finfinnee Giddu gala Aadaa Oromootti waliin eebbisiisna
Kitaaba Faaya Fayyaa eessaa argattu?
Finfinnee
Boolee👉🏿 Oromia tower , odaa nation and clothing 2nd floor 091 179 5546
Lideta 👉🏿 Kakuu Maammee restraunt
Awutobis tera 👉🏿 nana Kitaabaa Shawaa 👉🏿 0952616161
Asalla
098 203 8033
Naqamtee
+251 91 989 6278
Jimmaa
+251 91 705 0725
Adaamaa
+251 96 199 4612
Shaashamannee
+251 92 796 1131
Aweday
+251 91 101 9569

Kitaabni Faaya Fayyaa dilbata (Halada) dhufu ganama Sahaa 4:00 kaasee magaalaa Harar Galma calanqoo hammareessaatti sagantaa guddaan eebbifama
Sangantaa bohaarsoof bashannansiisoo hedduun irratti dhiyaatu
Irraa hin hafinaa

Oduu gammachiisaa namoota magaalaa harariif naannoo ishee jiraattan hundaaf:
hospitaalli walii galaa harar(Harar general hospital) tajaajila yaala dhibee sammuu kennuu eegale jira.Fayyaa sammuu malee fayyaan hin jiru,kanaaf carraa kanatti akka fayyadamtan isinin jenna.
Yaalii nuti kenninu
Dhibee dhiphina sammuu(Anxiety disorders)
Dhibee miira gadda baayyisuu(Major depressive disorder)
Dhibee wal quunnamti saalaan wal qabatan(premature ejaculation,erectile dysfunction....)
Rakkoo hirribaa(sleep disorders)
Yaala araada adda addaa
Dhibee mataa dhukkubbii(migraine headache, tension type headache.....)
Dhibee gar malee gadduu,aaruu ykn gammaduu( bipolar disorders)
Namoota yaada of miidhuu ykn of ajjeessuu qabaniif( suicide...)
Dhibee sammuu balaa tasaa boodaan dhufu (post traumatic stress disorders)
Odeeffannoo dabalataaf 0915948809

Harmi dubartootaa dhuguma qaqqabaa/sukkuummaa dhiiraan jigaa?
maaltuu jiguu harmaa fida?
1. Umurii: Laamsha'uu qaamaa fi hir'inni hormoonii garaagaraa umurii waliin dhufu harmi akka kufu taasisa.
2. Harkisa lafaa: Waggaa dheeraa booda harmi akka jiguuf sababa biraati.
3. Yeroo baay'ee aduu fi ho'aaf saaxiluu: qaamoleen tishuu harmaa deeggaran akka dadhaban godha.
4. Tamboo xuuxuu
5. Furdina garmalee, akkasumas hatattamaan furdina qaamaa hir'isuu
6. Daa'ima baay'ee da'uu/dhaluu
7. Qabduu harmaa kan harmaan wal hin madaalle godhachuu
N.B: Dubartoonni yeroo baay'ee harma harkaan xuxxuquun yookan xuxxuqsiisuun akka harma jigsutti yaadu; kun waan qorannoon mirkanaa'e miti.
Fayyaa hin dhabinaa

Giddu gala yaalaa ispeeshaalaayizdii Lubbuu
Magaalaa Finfinnee, Saris Adey Ababaa
Giddu gala yaalaa Ispeeshaalaayizdii dhibee keessaa, Haadhoolii fi daa’immanii Lubbuu(Lubbu Specialized Medical and MCH center , Finfinnee
Eeyyeen Afaan keenyaan ogeessota muuxannoo qabaniin magaalaa Finfinneetti yaalamna.
Qabsoo Ogeessonni keenya magaalaa Finfinnee keessatti gama Fayyaafi diinagdeen godhan baay’ee kan Nama ajaa’ibsiisudha.
Har’a magaalaa Finfinnee keessatti kan argamu giddu gala yaalaa specialized lubbuu deemee argeen ture. Jalqabaa hanga dhumaatti keessa seenee ilaaleen ture. Baayyeen itti gammade.
Giddu galli yaala specialized lubbuu Ogeessota ispheeshaalistoota muuxannoo olaanaa qabaniin tajaajila qulqullina qabu akka dhibee hatattamaa, Dhibee desdeebiin yaalamuufi ciibsanii yaaluu kennuu eegalaniiru.
Tajaajila isaan Kennan keessaa hangafoonni:-
Tajaajila yaala dhibee keessaa
Tajaajila yaala Ulfaafi gadameessaa
Tajaajila yaalii baqaqsanii yaaluu
Tajaajila yaalii daa’immanii
Qorannoo fi yaala dhibeewwan akka Onnee, Sukkaaraa, dhala dhabuufi kkf.
Giddu galli yaalaa keenya tajaajila qullqullina qabuuf si’ataa tahe kennina isiniif jedhu
Tesssoon Magaalaa Finfinnee, Saaris Adey Ababaa dhaabbata Fannoo diiimaa cina.
Lakk. Bilbilaa
0906000111
0906000222 irratti bilbilaa beellama qabadhaa!
https://t.me/LubuSpecializedCenter
Fayyaa hin dhabinaa!

Forwarded from Fila 安德烈
Amii Educational Consultant
Website…..amii.edu.et
Telegram….https://t.me/Amii_Educational_Consultant
Phone +251935872103
+251949326256
Airline ticket: International and visit visa,
student visa, work visa
Canada 🇨🇦
America 🇺🇸
German🇩🇪
Australia 🇦🇺
Poland 🇵🇱
Turkey 🇹🇷
Switzerland 🇨🇭
Netherland 🇳🇱
France 🇫🇷
Romania 🇷🇴
Georgia 🇬🇪
Malta 🇲🇹