Sammuu ijoollee gabbisuuf
1. Hirriba Gaarii
Maatiif ijoollee raffisuun hojii guddaa tahuu danda'a. Hirribni sammuu daa'imaa gabbisuuf raffisuun gaariidha.
2. Muuziqaa
Keemikaalli doppaamiin jedhamuufi miira gaarii akka nutti dhagahamu taasisu yeroo muuziqaa dhaggeeffannu akka argannu ni hima.
Ijoolleen of-ibsuufi haasa'uun yoo isaan rakkise muuziqaa itti banuun sammuun isaanii akka xiinxaluufi waliigalteef qophaa'oo isaan taasisa.
3. Hiriyyaa wajjin taphachuu
Baayyeen keenya hiriyyoota keenya wajjin yeroo dabarsuu, kubbaa taphachuu yookiin fiilmii ilaaluun nutti tola.
Hiriyyaa wajjin yeroo dabarsuuf carraa argachuun fayyaa sammuu jabeessa. Hiriyyummaan dhiphina hir'isa, ofitti amanamummaafi gammachuu dabala.
4. Sosso'uu
Dammaqoo tahuun amala ijoollee tahuu akka qabu hunduu beekna.
Sochiin qaamaa keemikala sammuu isaanii sirreessuun fayyaa sammuu ijoollee ni fooyyeessa, kunimmoo amala isaaniis ni sirreessa.
5. Nama kan garaa itti himatan
Ijoollee waan garaa isaanii akka haasa'aniifi mari'atan gochuun barbaachisaa dha.
Qofaa isaanii akka hin taane isaaniif mirkaneessuufi dhukkubsachuun balleessaa isaanii akka hin taane itti himuun waan gaarii akka itti dhagahamu godha.
Ijoolleen sammuun isaanii fayyaa miti jettanii yoo yaaddan hakiimni yeroo yerootti akka isaan ilaalu gochuus qabdan.
Dhabbata fayyaa Addunyaa ijoollee
Tolasaa Burqaatiin
@sammuukoof

Forwarded from ODAA Electronics N1 (S Dame Tolera)
Haareffameera/Updated @OdaaElectronics Finfinne Boolee OROMIA TOWER 1st floor S-08
1) Toshiba (Slightly Used) Core i3 15.6inch Screen Storage 500GB
Ram 4GB
Price 9,400
2) Toshiba (Slightly Used) Core i5 15.6inch Screen Storage 750GB
Ram 4GB
Price 11,400
3) Hp probook 410 G1 New core i3 4th gen Screen size 12inch Storage 500GB RAM 4GB
Price 12,700 ETB
4) Hp probook 430 G3 New core i3 6th gen Screen size 14inch Storage 500GB RAM 4GB battery 3hr and above
Price 14,800 ETB
5) Hp probook 640 G1 New core i5 4th gen Screen size 14inch Storage 500GB RAM 4GB battery 4hr and above
Price 15,800 ETB
640 G1 Storage 1TB 4GB RAM battery 4hr and Above
Price 16,900 and
price for 1TB by 8Gb 17,800
6) Hp Elitebook 840 G1 Dubai New Processor core i5 14inch 4th gen Storage 500GB RAM 4GB with keyboard light battery 4hr and above
Price 16,500 ETB
7) Hp Elitebook 840 g2 Dubai New Processor core i5 14inch 5th gen Storage 500GB RAM 4GB with keyboard light battery 4hr and above
Price 17,200 ETB
8) Hp probook 450/650 G1 New core i5 4th gen Screen size 15.6inch Storage 1TB HDD RAM 8GB battery 3hr and above
Price 19,500 ETB
9) Hp probook Core i7 Dubai New 15.6inch 4th gen Storage 1TB RAM 8GB battery 3hr and Above
Price 21,999
10) Hp Elitebook 840 G3 core i5 New 14 inche Screen Size Processor Core i5 Processor Speed:2.3Ghz 8GB Ram 1TB HDD Storage best Battery Life
#Price 21,800
11) Hp Elitebook 850 G3 core i5 New 15.6 inche Screen Size Processor Core i5 Processor Speed:2.5Ghz 8GB Ram 1TB HDD Storage Good Battery Life
#Price 23,800
12) Lenovo thinkpad core i7 Slightly used 1TB by 8GB Ram
Price 19,900
13) Brand New Hp Core i5 8th gen Screen Size 15 inch Storage 1TB By RAM 8GB
Price 34,600
Hp Pavillion Core i7 10th gen 15 inch 1TB By 8GB RAM iris proPlus Graphics
Price 46,600
Join us T.me/odaa_Electronics
0911430007
0917716557
π Argama Finfinne Boolee Galma Barkumee duuba GAMOO OROMIYAA

Telegram
ODAA Electronics N1
Dinagdeen Jabaachuuf Wal Barbaaduu Qabna
πLaptops Haaraa fi Kan Hojjete(Used)
Bilbiloota, Camera fi kkf Gatii Bareedaan argattu π Fifinnee Boolee Gamoo Oromiyaa 1st flr
@Odaa_Electronics
Bilb β +251911430007
π© @odaaSmart

Forwarded from Booka Beekumsaa
#Dargageessaafi_gorsa_jaarsa_tokko!
Dargaggeessa tokkotu ture. Fuudhee akkuma waliin jireenya eegalaniin, jireenyi baay'ee itti ulfaate. Kanaaf sababni, duwwummaa golasaanii ture. Furmaata barbaaduuf mana gadhiisee deemuun dirqama itti ta'e. Manaafi haadha warraasaa gatee, bakka biraa deemee hojii humnaa hojjetee waa qabatee dhufuuf deeme. Waggaan tokko yeroo dhumu galuuf jedhe, garuu homaayyuu walitti qabatee hinjiru. Galmasaa bara itti aanutti qabate. Bara sanas hinmilkoofne. "Har'a...bor...waggaa har'aa...bara dhufu...." osoo jedhuu waggaa 15 mana irraa fagaatee ture.
Maallaqni inni walitti qabatee jiru qarshiii 3000 qofaadha. Amma galuun hin oolumaaf, kanuma qabatee galuuf qajeele. Namoota muraasa ta'anii osoo daandii dheeraa deemaa jiranii, jaarsa tokkotti dhufani. Haasawaa keessa, dargageessichi haala keessa ture itti haasahuu hindhiifne. Kanaan wal qabsiisee jaarsichi waan tokko jedheenii. "Qarshii qabattee jirtu kana naaf kenni, animmoo gorsan si gorsa. Gorsi ani si gorsu kun, furtuu jireenyakee ta'a" jedheen. Akka godhu dhabe. Kan qabuu kanuma, kanuma kennuuf jira. Kennes! Jaarsis, qarshii 3000 kanaan gorsa sadii kenneef. "1. Dhiyoo jettee karaa qaxxaamuraa hindeemiin. 2. Waan si hin ilaallanne keessa hinseeniin. 3. Ariifattee murtoo hinkenniin" kan jedhu ture.
Dargageessichi gorsa isaa fudhatee harka duwwaa isaa yommuu qajeelu, warreen kaan gorsicha tuffachuun itti qoosaa turani. Akkanumaan osoo deemanii, bakka wayii gahani. Karaa bosona tokko keessa nama baasu deemuuf yeroo qajeelan, dargageessichi gorsa jaarsaa yaadatee deebi'e. "Dhiyoo jettee karaa qaxxaamuraa hindeemiin!" jedheera jaarsi. Kanaaf warreen kaan dhiisee karaa biraa qabate. Osooma deemuu, karaatti itti dhiyee mana namaatti gore, buluuf. Osoon turiin oduu tokkootu gurra isa bu'e. Saamtonni jarreen bosona keessa bahuuf deeman sana saamanii boodarra akka isaanuu ajeessan, oduu gaddaa dhagahe. Gorsa jaarsaattis baay'ee gammade.
Mooraa mana bulee sana keessatti awwala arge, dargaggeessichi. Maal akka ta'e gaafata. Abbaan manaa akkana jedha; "Mannikoo karaarra waan ta'eef, namoonni goranii bulu. Yeroo kana haati manaakoo maaliif akka akkas fokkiftu na gaafatu. Yeroo kana, ani aareen isaan ajjeessa. Ajjeeseen isaan awwaala. Kun awwaala isaaniiti. Ati akkana naan jechuu dhabuukeetiin badhaasa qabda" jedheenii qarshii 10,000 badhaase. Yeroo kana dargageessichi naasuu guddaa keessa taa'ee waa tokko yaadate. "Waan sin galchine keessa hingaliin" jedhee ture jaarsi.
Guyyaa itti aanu gara mana isaa duraa, gara haadha manaa isaa deemuuf imala eegale. Halkan keessaa sa'aa 6tti gahe. Raftee jirti. Hirriba keessaa hinkaasu jechuun, suuta jedhee harka loofatee banatee olseene. Ajaa'iba arge. Haati warraasaa dargaggeessota lama jidduu rafaa jirti. Aaree waraanuuf jedhee, gorsa jaarsaa yaadate. "Ariifattee hinmurteessiin!" kan jedhutu isa dhorke. Aariima guddaa keessatti of qabeetu, gadi bahee galbii bule. Ganama haati warraasaa yeroo kaatu, isa argitee naatee boo'uu eegalte. Itti marmitees akkana jetteen; "Baga nagaan naaf dhufte. Anis waggaa hedduuf obsaan si eegaan ture. Yeroo ati deemte kan garaatti na hafanii turan, kunoo amma dargaggoota ta'anii si eegani." Jarri isheen jidduu raftu ijoolleemasaa turani. Galgala badii gochuu dhiisuusaaf baay'ee galateeffate. Gorsa jaarsaan akkasitti nama ta'e. Jireenya gammachuus maatiisaa waliin jiraachuu eegale. Qarshii 3000'n waan qarshiin hinbitne argate.
~~~
πGorsis ta'e muuxannoon dhala namaaf daandiidha. Jiruufi jireenya guyyuu keessatti galaa ta'uun nama sooru. Ogeessi isa gorsa fudhatuufi hojiirra oolchudha. Fudhachuu dhiisuun garuu, aarsaa hintaane nama kanfalchiisa. Yeroo tokko tokko, waan xiqqo barbaachisuuf jecha isa hundumarra barbaachisutti dugda gannee argamna. Akkanaan dhabaa jiraanna. Kanaaf hubannaatu fala. Yeroo kamuu haabarannu, muuxannoofi gorsa ofitti haa aanfannu!
~~~
Dur durii irraan qindeesse!
Horaa Bulaa!
Β©Abdiisaa Ejjetaa U. Bantii, 2021
~~~~
@Orobook

#Istaadiyeemii_dhukkubaa_irraa_of_to'adhu.
Amala ofii to'achuu shaakaluun wan coomaa namni dirqamaan gochuu qabudha.
Namoonni baay'een amaloota isaanii isaan dirqisiisan warra akka fedha nyaata, araada xuuxxa, dhugaatii fi saal qunnamtii wajjin wal'aanso qabu. Nyaanni namoota addunya kana garri caalan isaanii akka furdatan taasisa. Namoonni baay'een beelaaf utuu hin taanee, fedha isaani to'achuu dadhabanii baay'isanii nyaatu. Warri xuuxan warra hin xuuxne irra caalaa' kaanserii sombaatiin, kan kokkee, kan garaachaa, kan rajiijii, kan hafuuffee fi kan kaleetiin saaxilamuu. Isaan 60% madaa garaachaa fi mari'immaan furdaatiin tuqamu. Araadni xuuxxa lafee keessa kaalsiyeemii dhabamsiisuudhaan dhukkuba lafee lallaaffisuun babal'isa. Amalli dhugaati alkooliis gatii guddaa nama baasisa . Alkooliin dhiibba dhiigaa dabaluudhan dhukkuba maashalee onnee irraa kan ka'e du'a tasaa fida. Itti dabalees dhukkuba kaanserii dabala. Moo'achuudhaaf dhiibbaa kanaan dura dhaabachuudhaaf of to'achuu eegali. Innis jecha of qabuudhaan ibsama. Kun immoo waan hamaa hundumaa irraa of dhowwuudhaan waan gaarii ta'e immoo madaalli isaa eeganii jiraachuu jechuudha.
Ofittummaafi laphee jabinni Dhala nama Madda abaarsaa ta'ii rakkinni fi dhukkubni dabareedhan akka isaan dhiphisu godheera. Namni hundinuu fayyaa isaa ni barbaada. Fayyaa qabaachuunis ayyaantummaadha mitiiree? Eeyyee dhugaadha! Waanti fayyaa caala gatii qabus hin jiru. Haa ta'u malee waan gaarii qofa yaaduufi waaqayyoo irratti Abdii qabaachuun dhukkuba sammuu hundumaa irraa akka nu ittisu, Nyaataafi dhugaatii, akkasumas fedhii fooni keenya to'achuufi madaala isaa eeguun, shaakalli qaama gochuun, qulqulina dhuunfaa guutummaa qaama eeggachuun balaa dhukkuba qaamaa kamii irraa iyyuu nu ittisa. Dabalataaniis, namootaaf waan gaarii yaaduufi haariiroo hawwaasummaa gaarii qabaachuun, wal gargaaruufi waliin bashananuun, qorichaa of ajjeesuu yookaan yeroo malee du'uu, balaa irra bu'uu, beela'uu, rakkachuu, qofaa jiraachuufi gammachuu dhabuu, akkasumaas gara maraatummaatti qaxxisuu irraa nu eega. Fayyummaa guutuu qabaachuudhaaf eenyutu hubannaa dhabee du'ee? Dhibeewwan garri caalu wallaaluu keenyaan kan dhufu utuu hin taanee ofsossobuufi of eeggannaa gochuu dhabuu keenyaan isa #istaadiyeemi dhukkuba of goonutu nama dhiba.
Fayyaa hin dhabiinaa!
Tolasaa Burqaa Qumbiitiin
Join
@sammuukoof
@orobook
@galaakoo

Rakkoo kanaan namoonni hedduun akka rakkachaa jirtan naaf barreessaafi bilibilaa turtan. Deebisaa barreeffamaaan waan dheeratuuf bifa kanaan isiniif qindeesseera
Fedhii wal-qunnamtii saalaa ofiin ofirraa baasuu(seeggaa) akkamiinan dhiisa? https://youtu.be/l6jyjWdeTXI

YouTube
Fedhii wal-qunnamtii saalaa ofiin ofirraa baasuu(seeggaa) akkamiinan dhiisa?
Araada fedhii wal qunnamtii saalaa ofiin of-gammachiisuu aklkamitti ofirraa dhaabuu dandeenya?
miidhaa akkamii jireenya keenyarraan geessisuu danda'a?

Dilbata dhufu guyyaa Sahaa 7 booda magaalaa Finfinnee Giddu gala Aadaa Oromootti waliin eebbisiisna
Kitaaba Faaya Fayyaa eessaa argattu?
Finfinnee
BooleeππΏ Oromia tower , odaa nation and clothing 2nd floor 091 179 5546
Lideta ππΏ Kakuu Maammee restraunt
Awutobis tera ππΏ nana Kitaabaa Shawaa ππΏ 0952616161
Asalla
098 203 8033
Naqamtee
+251 91 989 6278
Jimmaa
+251 91 705 0725
Adaamaa
+251 96 199 4612
Shaashamannee
+251 92 796 1131
Aweday
+251 91 101 9569

Kitaabni Faaya Fayyaa dilbata (Halada) dhufu ganama Sahaa 4:00 kaasee magaalaa Harar Galma calanqoo hammareessaatti sagantaa guddaan eebbifama
Sangantaa bohaarsoof bashannansiisoo hedduun irratti dhiyaatu
Irraa hin hafinaa