DOT COM
563 subscribers
24 photos
50 files
30 links
Download Telegram
#Kutaa_12ffaa
#Qormaatni_Guyyaa_1ffaa_Xumurame

Qormaatni seensa dhaabbiilee barnoota ol'aanoo bara 2017 guyyaan jalqabaa akka guutuu biyyaatti kennamaa oole.

Qormaatichi barattoota saayinsii uumamaatiin sa'aa dura gosa barnoota English kan fudhatan yommuu tahu sa'aa booda barnoota herregaa fudhachuun guyyaan jalqabaa xumuramee jira.

Qormaatni bara kanaa online fi waraqaan kennamuu kan jalqabe yommuu tahu hanga Adoolessa 08/2017 tti kan xumuramu taha.

Suuraan kan dhaabbiilee barnoota ol'aanoo adda addaa irraa fudhatameedha.
1
Telegram 🔥.ehi
10.9 KB
Confing by @dot_com_tech
@dot_com_tech
@dot_com_tech
@dot_com_tech
@dot_com_tech
Country: Ethiopia🇪🇹🇪🇹🇪🇹
Just🍫 (1).ehi
15.4 KB
🔥1
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM