DOT COM
563 subscribers
24 photos
50 files
30 links
Download Telegram
#Naannoo_Oromiyaa
#Ministry kutaa 8ffaa

Qormaatni kutaa 8ffaa bara 2017 barattoota naanno oromiyaa keeysatti qoramtan hundi kara channel kana gadii jiruun link isaa waan isiniif ergamuuf as jalatti nu eegaa👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿channel kana join godhaa eegaa

👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿

MINISTIRII KUTAA 8FFAA
QABXII KUTAA 6FFAA
1👍1
#Magaalaa_Finfinnee
#Ministry kutaa 8ffaa

Qormaatni kutaa 8ffaa bara 2017 barattoota Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee keeysatti qoramtan hundi karaa link 🔗 https://aa.ministry.et/#/resu kanaan seentanii qabxii keeysan ilaallachuu dandeeysu.
1
#Kutaa_12ffaa
#Qormaatni_Guyyaa_1ffaa_Xumurame

Qormaatni seensa dhaabbiilee barnoota ol'aanoo bara 2017 guyyaan jalqabaa akka guutuu biyyaatti kennamaa oole.

Qormaatichi barattoota saayinsii uumamaatiin sa'aa dura gosa barnoota English kan fudhatan yommuu tahu sa'aa booda barnoota herregaa fudhachuun guyyaan jalqabaa xumuramee jira.

Qormaatni bara kanaa online fi waraqaan kennamuu kan jalqabe yommuu tahu hanga Adoolessa 08/2017 tti kan xumuramu taha.

Suuraan kan dhaabbiilee barnoota ol'aanoo adda addaa irraa fudhatameedha.
1
Telegram 🔥.ehi
10.9 KB
Confing by @dot_com_tech
@dot_com_tech
@dot_com_tech
@dot_com_tech
@dot_com_tech
Country: Ethiopia🇪🇹🇪🇹🇪🇹
Just🍫 (1).ehi
15.4 KB
🔥1
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM