Dodola ifa boru special boarding school
2.67K subscribers
227 photos
5 videos
107 files
68 links
This channel is to help students through teach benefit able app, web. Additionally it is here for educationional and technical announcement!!!

https://t.me/English_for_ethiopia_practice
Download Telegram
Dodola ifa boru special boarding school pinned «BEEKSISA Barattoota Haaraa Kutaa 9ffaa MBIBBA Dodolaatti Ramadamtan Hundaaf Baga nagaan gara MBIBBADodolaa dhuftan jechaa Ragaalee fi meeshaalee kanaa gadii qabattanii dhufuun isinirraa eegamu ibsuu jaallanna: 1. Cuunfaa qabxii (transcript) kutaa 7ffaa…»
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤2
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤5
Guyyaan seensaa kan mana barnoota keenyaa interval Ayyaana Maskala fi Ayyaana Irreechaa jidduu tahuyyuu Guyyaa mijataan akkuma murtaahen kan isin beeksifnu taha !!!

Hagasitti obsaan nu eegaa !!!

https://t.me/dodolatech
❤13👍5🤩2🤬1
Dodola ifa boru special boarding school pinned «Guyyaan seensaa kan mana barnoota keenyaa interval Ayyaana Maskala fi Ayyaana Irreechaa jidduu tahuyyuu Guyyaa mijataan akkuma murtaahen kan isin beeksifnu taha !!! Hagasitti obsaan nu eegaa !!! https://t.me/dodolatech»
Hordoftoota Amantaa Kiristaanaa Hundaaf Baga Ayyaana Masqalaa Damaraatiin Isin Gahe!

Manni barnootaa keenya hordoftoota amantaa Kiristaanaa maraan baga ayyaana Damaraa bara 2019tiif nagaan geessan jechuun hawwii qabu dabarsa.

https://t.me/dodolatech

DIB
❤12👍11🥰2
Please make the payment only when you are at the bank and able to receive the official payment receipt immediately. The original receipt is required by the school as proof of payment. Please keep it safe and submit it to the school as instructed.

Maaloo kaffaltii kan raawwattan yeroo baankii keessa jirtanii fi nagahee kaffaltii ofiisaa hatattamaan argachuu dandeessan qofa yaa tahu. Nagaheen jalqabaa akka ragaa kaffaltiitti mana barumsichaan nii barbaadama !!!
❤9🤩3🤔1
Time Table of 2019
❤11